Professional Documents
Culture Documents
Barumsa DursaGa
Barumsa DursaGa
I. Gaa’elliMaali?
Adunyaa kana irraatti waantoota hiika adda-addaa itti kennamu keessa tokko gaa’ela.Biyyooni
guddaanneerra jedhan gaa’eelaafhiika isaan kennan dogoggora qaba. Sababniiisaa akka isaan yaadanitti,
gaa’elli namootawal-jaallatan lama ggidduutti kan raawwatamudha, sababiin isaa akka hiika
kanaattinamoonni lama yoo wal jaallaatan saalaan yoowal fakkatan iyyuu rakko hinqabu yaada jedhuof
keessa qaba, kun akka macaafa qulqulluuttihiika gaa’eelaa isa sirrii ta’uu hin dandaa’u.
1. Akka Macaafa Qulqulluutti gaa’ela jechuun maal jechuu dha?1.1 Dhaabata waaqayyo Hundeese
dha.•Gaa’elli dhaabbata isa jalqaba waaqayyo hundeessaa dha.Akkuma sagaleen waaqayyoo nu barsiisu
gaa’ela kan hundeesseefi hundeen gaa’eelaa waaqayyoo dha. Yeroo kana jennu yaadagaa’elaa kan
maddisiisee, Waaqayyo ta’u isaa fi gaa’ellis kan inniittiin hundaa’e sagalee isatiin ta’uu isaa beekuun
gaariidha.Gaa’elli utuu dhalli nama cubbuutti hin kufin duraJennata Edenkeessattihunda’e. Waaqayyo
gaa’eela yeroo hundeesse kaayyoofakkeeka mataa isaatiin hundeessun isaa kan nama mamsiisumiti.
kaayyoo fi akeeka waaqayyoo gaa’eela ittin hundeessekana keessatti baldhinaan ni ilaalla.•Uuma. 2:18
1.2 Dhiirri tokko f dubarri /shaamarree tokkokakuun tokko ta’uudha.•Gaa’elli waaqayyo dhaabe kan
dhiira tokko fi dubara /shamarree/tokko gidduutti raawwatuudha. Gaa’ela saala wal fakkaatagidduutti
raawwatamu waqayyo ni ciiga’a. Yeroo ammaa waldaakirsitiyanaaf rakkoo guddaa ta’ee kan jiru gaa’ela
sala wal fakataagidduutti raawwatamuudha. Kun biyya keenyaa keessatti ifattiakkasumas waldaa
kiristiyanaatiin raawachuu baatuusdhoksaadhaan akka jiru ragaaleen tokko tokko ni mulisu.•Uma. 1:27
Akka bifa waaqayyooti isa uume dhiiraa fi dubartiiisaan uume . kutaa kana irraa kan hubannu waqayyo
dhiiratokkoo fi dubara tokko uume malee saala walfakkaataa hinuumne. Adaamii fi haadha manaa
kennuuf jedhee lafee cinaachaaisa keessa yeroo fuudhu lafee bayee jiran keessaa tokko qofafuudhe.
Kun hiika guddaa qaba sabbabiin isaa nama tokkofwaqayyo nama lama hin kennu, nama tokko qofa
kennaisummaayuu salan garaa gara kan ta’an kenna.
1.3 Hanga du’aatti kan waliin jiraatani dha.Gaalela waaqayyotu dhaabe du’a maleehomtuu gargar hin
baasu.•Sababni isaas kan waaqayyo tokko godhe namnigargar hin baasiin jechuun abba mana fi
haadhamana waaqayyo tokko godhe, jaarsoliin biyyaagargar hin baasin, manni murtii gargar hin baasiin
jechuu dha.•Mar 10:9kanaafiis waan waqaayyoo walittiqabsiise namni gargar hin baasiin isaaniin
jedhe.•1Qor 7:39 Haat mana hamma abbaan manaa ishe jiru seera gaa’elaatin isaa hidhamee
jiraai.
Jechuun :-•Gaa’elii dhaabbata namoota fuula durati mul’ataa dha.Akkuma kanas immoo fulla
waaqayyoo durati illeemula’aataa ta’uu isaa beekun barbachisaa dha. Waaqayyoyeroo hundumaa
gaa’elaa tokko qofaan nu beeka. kanahubachuufAbraahamii fi Saaraailaaluun gahaa dha. Inniswaan
sodaataniif obboleessaa fi obboleetti walii ta’uufmurteeffataniiru garuu waaqayyo itti walii hin
galle.•Sababni isaas waaqayyoo gaa’eela tokko qabaachuu isnii beeka malee obboleessaa fi obboleetti
ta’uu isaanii hin beeku.Uuma 20:7amma haadha mana namichaa galchiif !“Jedha /Abimelek fi
Abrahaam/ kanna jechuun kaakuun nutigodhannu waaqayyo duratti beekamtii qaba, qubeelaan
nutigodhannu nama fulduratti akkasumas, waaqayyo duratsmulataa dha jechuudha.
1.6. Fakkeenya waldaa kiristyanaa fi kiristoosgidduu jiru kan mul’su dha.Ee 5:32 •Akka dubbiin
waaqayyoo jedhuttiwaldaan misirrooakka taate,Kiristoos immoo misirricha akkata’e nu barsiisa.•Dubbin
kun dhoksaa gad fagoo ofkeessaa qaba, inni wa’ee kiristoosiifwaa’ee waldaa kiristyanaa nidubbata
jechuu kooti.
Dhoksa gad-aggoo inni o keessaa qabu:-•A.Akka waldaa kristaanabu’aa dhagna kirstoos taate,haati
manaa bu’aa dhagna abbaa manaa isheetti (Uma 2:23)•B.Akkumakristoos fi waldaan kirstyanaa tokko
taate,haati manaa fi abbaan manaa foon tokko ta’uu kanmirkaneesudha.•C.Akkumakristoos waldaa
kristaanaa jaallatuuittiabbaanmanaa haadha manaaisaa jaalachuu qaba.•D.Akkumawaldaan kristaana
kristoosiif abboomaamtuhaati-manaa abbaa manaa isheet haa abboomamtu.•E.Akkumakristoosiif
waldaan kristaana gargar hin banehaati manaa fi abbaan mana gargar hin ba’an.
2. Gaa’elaa fi Baabura yoo wal-bira qabnee ilaalleYeroo kana jennu gaa’elliif baaburri tokko jechuu
keenya utuuhin ta’iin, akkamiin wal ibsuu isa jedhu akka ilaaluuf•1.Hadiidin baaburaa ciima f jabaata
dha•Hundeen gaa’elaas waaqayyoo isa hundumaa danda’uu dha.•2.Baburii hadiidaan ala adeemuu
hindanda’u.•Gaa’ellis sagalee waaqayyoon ala ba’u hin danda’u.•3.Baaburrii gara booda deebi’uu hin
danda’u•Gaa’ellis si’a tokko erg i seennee boodaa dubi’uun hindanda’amu.•4.Baaburri urgoo baayee
harkisee adeema•Gaa’ellis akkuma kana i gaafatamummaa hedduu ofkeessaa kan
qabuudha.•5.Baaburri walqabatee adeema•Kun wali dhufanya yaa’ela gidduu jiruu mullisa.
3.Baaburrii gara booda deebi’uu hin danda’u –Gaa’ellis si’a tokko erg i seennee boodaadubi’uun hin
danda’amu.4.Baaburri urgoo baayee harkisee adeema –Gaa’ellis akkuma kana i
gaafatamummaahedduu of keessaa kan qabuudha
3. Gaa’ela keessa wantoota guutamuu qabansadiitu jiru.Uma 2:24kanaats dhiiri abbaa isaa f haadha
isaa nidhiisa haadha manaa isaats ni maxxana isaanlachanuus oon okko ni a’u.•3.1 Dhiisuu•Dhisuun
kan mul’su ifatti abban manaa fi haatimanaa miiraan maati isaani gargar ba’uu kanmulisuudha kana
keessatti mal dhiisu?•Fedha ofi•Mirga ofi•Maai ofi•Hirryaa ofi•Ana ana jechuu ofi
3.2 Maxxanuu•Maxxanuu jechuun kakuu gaa’elaakeessa galan xaan baasuuf walidhufeenyaa isaan
waliin qabatanii jireenya isaan waliin qaban kanargisiisuudha.•Yaadaan tokko ta’uu•Walii
jiraachuu•Walii galuu•Waalii yaaduu
3.3 Foon tokko ta’uu•Foon tokko ta’uun yeroo jennu kakuugaa’eela keessatti galan fiixaan baasuufi
walquunmtii saalaatiinuumurii isaani guutuu tokko ta’uuisaanii kan ittiin mulisaniidha.•Bu’aan tokko
ta’uu isaanii dhalaargachuu isaniitiin firiitti jijjirama.•Uma2:24 isaan lachanuus oonokko ni a’u.
II. Kayyoo Gaa’elaa4. Gargaaratuu uumuu•Kaayyoo gaa’elaa yeroo jennu kaayyoowaaqayyoo itti gaa’ela
hundeesse jechuukeenya dha.Kaayyoon waaqayyoogaa’ela itti hundeesse keessa tokkogargaartuu
uumuudha.Sababnisaanamni qafaa ta’uun gaarii mitti kan jedhewaaqayyo dha. Isa waaqayyo gaaru mitti
jedhe namni gaariidha jechuu hindada’u.•Uma 2:18 Namichi qofaa isaa ta’uun gaarii mitikan akka isaatii
kan isa gargaartuu ani isaaf nantolcha jedhe
4.1 Gammachuu foonii uumuuf Akka sagalee waaqayyotti kun ta’uu kan danda’u gaa’elakeessatti
fooniin tokko ta’uudhaan. Fooniin tokko ta’u jechuun kakuu gaa’ela keessa galanii wal-
quunamtiisaalaatiin tokko ta’uu isaanii kan ittiin mul’isani dha. Foontokko ta’uun kan inni eeyamanru
gaa’ela keessatti qofaadha. Kun eebbaa waaqayyoo isaaniif kennee dha. Foontokko ta’uun hin jiru
tanaan gaa’elli hin uumamne jechuudha.•Uma 2:24Isaan lachanuus foon tokko ni ta’u.•Fak 5-18-
19Burgaan kee eebifamaa haatau haadha mana qeerrummaa keetiiwajjin gammadi isheen jaallatamtuu
akka borofaa sanbo qabeettii akka garu pheetis.•1Qor 7;5wal bira ga’uua wal hin didiinaa, isa boodlee of
qabuu dadhabuukeessan irraa kan ka’e immoo seexani isin qoruu dhaaf karaa akka hinargannetti
deebifdniis wal bira ni geessu.
4.2 Waliin jiraachuuf Eebba gaa’elaa keessaa inni tokko jireenya qofummaa keessa ba’aaniiwaliin
jiraachuudha. Barumsa fagoomalee gaa’elli fagoo rakkoo uuma.•1Qor 9-5akka keetaas nuti immoo
niitiiamantee iddoo hundumaatti wajjin adeemuunnuuf hin ta’uuree?•1Phe Dhiirota nama dubartoota
keessaniif beekaatii wajjin jiraadha.
III. Eebba Gaa’elaaEebba gaa’elaa jechuun namni tokkoerga gaa’elaa keessa galee booda
waanwaaqayyo feedha isaatiin kennuuf jechuudha. Kana irratti hubachuu kannuuf malu eebbi gaa’elaa
jiraates jiraachuu baatus gaa’elli sun itti fufamee eebba gaa’elaa keessa muraasawaliin haa ilaallu.
1.1 Bareedina alaa osoo hin taane bareedina keessairra xiyyeeta.Amala dhala namaa keessaa
bareedina keessaacaalaa kan nama harkisu bareedina alaa. Yerookana jennu bareedina bakke/ala/ hin
barbaachiuu jechuu mi. Xiyyeefannoo guddan bareedinakeessaa irraa ta’u qaba jechuu dha.•1Phe
3:3-4•Fak 31:30-31•Kutaa sagalee waaqayyoo kana keessa waaqayyoonsodaachuun bareedina keessa
mooin Daawi akka innigowoofame Bershaabeh wajjiin cubbu kufu kan isa taasiseebareedina alaan
mul’atuun waan boji’ameef.
•Inni kan biraan jaalala dhugaa jechuun jaalalahaala irra hin hundoofnee dha. Gaa’elli jaalalan
hundaa’a; gaa’elli jaalalarra hinhundoofne dhaabachuu hin danda’u jaalallikunis jaalala lamaan
isaanirraa madde ta’uuqoba. –1Qor 13:4-8 … Jaalalli Yoom iyyuu hin bodu. –Uma 24;56-58 … mee inala
waamnee wana isheen jau ni gaaanna jedhan. Ribqaanis …… eeyyee nandhaqa jee
1.3 Amantaan tokko ta’uu•Namin kiristoosi amane tokko hiriyaa gaa’elalachuu keessa waan inni
/isheen ofeeggachuu qabu/du amantaan tokko ta’uumirkaneefachuu dha. kufaain namoota
baayeefsababa kan ta’e keessaa tokko namoota hinamannee wajjin akkaataa hin taaneen
walimichoomuudha. Akkuma kanas namoota hinamanne yoo kaan gooaa yesuusiin hin beekneewajjin
ga’ela dhaabachuu dha.•2Qor 6: 14-18•1Mat 11: 4•Kes Deeb 7:2-3
1.4 .Saalaan gargar ta’u qabu.•Yeroo amma kana qorannoon garaa- garaaakka argisiisutti waldaan
kiristaana rakkoguddaa keessa jirtti. Sababiin isaa hojii isheeirraa eegamuu yeroon waan hin
hojjeeneefgaa’elli saala wal fakkaatu gidduutti biyyaalaati dhiiraa fi dhiira gidduuttis, dhalaafdhalaa
giddutti rawwataama jira. Kun abarsadha.•Rom 1;26-28•Lew 18:22
1.5. Fedhiin garaa guutuu jiraachuu isaamirkaneeffachuu•Gaa’elli fedhii namoota walii galan
lamaanirratti kan hundaa’e malee dhiibbaa gam -tokkoon godhamu qafaa miti. Kana yeroo jennu
dhiibba maatiii, hawaasni, raajonnisabduun kkf godhan irratti hinhundda’u.waaqayyo gaa’ela irraatti
eenyyuunu hindirqisiisuu, amoonni nu dirqisiisuu borbaadan namoota fedhii mataa isaanimaqaa
waaqayyotiin galmaan go’achuu barbaadaniidha.•Uma 24:58, 1Qor 7:39
1.6. Firoomni dhiigaa akka hin jirremirkaneeffachuu.•Gaa’ela fira dhiigaa wajjiin hundeessuunija
waaqayyoo fi ija seeraa duratti namagaafachiisa. Kanaafuu gaa’ela dhaabuundura firooma dhiigaa akka
hin qabnemirkaneefachuun barbaachisaadha.•Lew 18:6•Seera ittiin bulmaata biyya keenyaakeessatti
key.8,9 irratti dhiigaa wal-fuudhuun seeraan akka namagaafachiisu ifaan ta’ee jira.
1.7. Boqonnaa garaa irraa fi nagaa keessaaqabaachuu mirkaneeffachuu.• Namoon baay’een gaa’elaaf
yeroowaliif galan murtoon isaani sirriita’uu kan ittiin mirkaneeffatankeessa tokko boqonnaan garaa
irraata’ee fi ngaa qabaachuu isaaniimirkaneeffachuu qabu. Kana kanmirkaneessuuf hafuura
qulquulluuisa isaan keessa jiruu dha. [Uma246
Hiriyaa gaa’elaaf filachuu keessatti wantootanama dogoggorsan:-• Namni yeroo uumuriin isaa ga’u
hiriyaagaa’elaaf taatu/ta’u ni filata/tti.
Hiriyaa gaa’elaa filachuu keessatti ofeeggannooleen godhamu qaban hedduutu jiru. Isaan keessaa
wantota tokko tokkowaliin ilaalla. Waantootni akka nuttyfilannoo sirrii hin filaanne gadhan:-•1. Dhiibbaa
maatii:- Maatiin karaa tokkoos karaa biraas filannoo keenyarratti dhiibbaa ni geessisu. Fknmaatiin
waadaa waliif galuu, jechoota hamilee namatuqan dubbachuudhaan namootni gaa’eela
dogoggoraakeessa akka galaniif sababii ta’u Gaa’elli filannoomattiin kan raawwatamu utuu hin taane
fedha namootawal jaallatani irratti kan hundaa’uu dha .
2. Oolmaa:- •kunis gaa’eela dogoggoraa keessa wantoota nama galchankeessa isa tokko. Jechuunis
namni nu gargaare oolmaalakkaa’achuutiin gaa’elaaf gaaffii dhiyeessa, yeroo sanadiduuf human dhabna.
Kanaafuu dargaggesi shamerreen/tokko yeroo oolmaa siif ooltuu /oolu maaliif jedhanii jabeessanii itti
yaaduun gaariidha. Maaliif gara filannoodogoggraatti nama geessuu danda’a waan ta’eef .3. Rakko
dinagdee:- •kun namoota baay’ee kan dogoggorse keessaa tokkodha.Sababnisaas namootni hirina
qabaniif jecha namoota isaangargaaraniitti siqu. Wallitti dhufeenye kun gara gaa’elaatti jijjirama.
Asirratti beekuun kan nuuf malu lamaanuu kanwaliitt fide jaalala osoo hin taane faayiidaadha.
Kanaaffayidaan sun yoo dhibaane gaa’elichi diigamu danda’a.
4. Ijaa ba’uu:- • Namni tokko nama tokko jaallatee erga yeroodheera dabarsaniin booda sababii
garaagaraatiingargar ba’u Nama irraa gargar ba’an hinaafsisuufariitiidhaan nama kan biro wajjiin gara
gaa’elaattiseenu. Kunis gaa’ela jaalala irratti hunda’e osoohin taane hinaafsisuuf jecha kan
raawwatameedha.5. Carraa biyya alaa:- • Namoon yeroo bayyee alaa bane ni jijjiramna jedhanii waan
yaadaniif gaa’elaan qabatanii alaa ba’uu barbaadu kunis gaa’ela jaalaalarrattihunda’e osoo hin taane
waan gara fuul duraaabjoochuudhaan dhaabbatedha.
6. Jaalala sobaa:- •Jaalalli kun jaalala sabaa kan isa jechisiisee waan jaallatefakkaatee mul’achuudhan
gara gaa’elaatti kan seenamuudha.•Abo 16:17. Jaalala waan Alaan Mul’atuu irratti hundaa’e:- •Inni kun
qaama nama tokko waan alaan mul’atu aalanii jaallachuudha.Akka fakkenyatti fuula, rifeensa, teesuma
namaa fi kkf ilaaluun miiraanqofaan geggeefamuun jaalachuudha. Jaalalli akkasii waanti barbaadansun
yeroo hir’atee argamu jaalalli isaaniis duukaa hir’ata ykn bada.•Fak 31:308. Hawwii gar malee:-•
Namootni kun waan hawwanii nama jaallatan qabu waan hawwan sanaerga argataniin booda jaalalli
isaanii ni bada. Fkn Aminnoon fi Tiimear •2sam 13
9. Jaalala haala irratti hundaa’e •Jaalalli kun haala namni jaallatamu sun keessattiargamu irratti
hundaa’a. Waan inni ittiin jaallatameyoo bade jaalali nama sanaas ni bada.
10. Raajii sobaa:- •Bara kana keessa Raajotni sobaa bara itti ka’aniinamoota hedduu walii walaalchisaa
jiraaniidha.Waan waaqayyoo hin jenne jedheera jechuudhaangaa’ela dogoggoraatti namoota baay’ee
galchaniiru.Gaa’elli ergaa sobaan dhaabbate waaqayyoo birawaan hin taaneef itti fuufinsaa hin qabu
11. Abjuu dogoggoraa:- • Namootni abjuu arguu danda’u. Abjuu arganiingaa’ela dhaabbachuuf yaaluun
dogoggoratti namageessa. Sababnisaas abjuun baayiina dadhabirraadhufuu akka danda’u sagaleen
waaqayyoo nidubbata. Nuti xiiyyeffannan keenya sagaleewaaqayyo irratti ta’uu qaba malee, nama
abjuunargine hunda waaqayyootu natty argisisee jennataanaan akka mootii solomoon haadha manaa
hedduuqabaachuuf jirra jechuudha. Kanaafuu abjuu arganirratti hirkachuun dogoggoratti nama
geessa.•Lal 5:3Baayinni hojii abjuu namatti fida.•Lal 5:7Abjuu baay’ee fi dubbii baay’ee keessawanta
waa’ee hinboofnne baay’eetu jira.
12. Mallattoolee dogoggoraatti Fayyadamu:-• Namootni tokko tokko gaa’elaaf mallattoottini fayyadamu
. kunis gaa’ela dogoggoraattinama galcha. Fkn nama karaa mirga kootitaaksii keessa na bira teesse
haadha mana kooakka naaf taatu jedhee namni mallattoo yoohaawwate namni karaa mirgaa isaa
teesseimmoo manguddoo waggaa 60 yoo ta’anmaal godha? Kanaafuu mallattoolee garagaraa
fiyyadamuu irraa of qusachuungaariidha.
13. Dhuga-Ba’umsa namootaa:-•Inni kunii namnni wa’ee keenya kana argeera,kana dhaga’eera, waan
isaan jedhanii nuti himanakka waan dhugaa ta’eetti fudhaachuu.•Inni kunis dogoggoratti nama galcha;
sababnii isaanamoonnii dhageenyeerra argineerra, jedhaniisobanii nuttii himani yoo ta’e waan
ittiinmirkaneeffannu hinqabnu.•M. Lal. 5: 3; 5: 7
V. Sababoota Namootiin akka gaa’elatti hingalle godhan.1. Ulaagaalee baay’suu:-• Namootni baay’een
ulaagaa waan baay’isniif ulaagaa isaaniiguutummaan guutuutti kan galmaan ga’u waan hin
arganneefgaa’ela malee hafu. Waan hubachuun nuuf malu Addunyaakana irra dhibbaan dhibbatti ulaaga
keenya kan nuuf guutuhin jiru.garuu namoota hirina qaban lamatu walittidhufudhaan guutuu ta’anii
argamu. Fkn bifa hojjaa sadarkaa barnoota, amala fi kkf.
2. Gaa’ela sodachuu:-•warrii kaan immoo odeeffannoo wa’ee gaa’elaa dhaga’anii fiargan irratti
hunda’uun gaa’elli hubdumtuu akkuma arganii fidhaga’an se’u. kara rraa kan ka’e gaa’ela irraa fagaatu.
3. Ija jabinadhabuu:-• Namootiin kun soda nama jaalalatanii gaafachuu waanqabaniif nama jaallatan
sana utuu hin gaafatiin hafu. Nama isaan jaalatan gaa’ela Yeroo isaan ga’eraisaan garuusababii sodaa
isaanii gaa’ela hin dhaabatiin hafu.4. Gaa’ela akka mana hidhaatti ilaalu.• Namoon tokko – tokko gaa’ela
dhaabachuun mirgaofii dhabuudha, kiyyootti of galchuu dha, jechuudhaan gaa’elarra fagaatu
5.Ganamuu:-•kun nama jaallataniin yeroo ganaman namni hundumtuu akkanama sana gantuu jedhanii
yaadu irraa kanka’e gaa’ela osoo hindhaabbatiin hafu.6. Humna dhabuu:-•Warri kun gaa’ela
dhaabbachuuf yeroom isanniif mijatee osoo jiruu sababii qarshii dhabuurraa kan ka’e gaa’ela osoo
hindhaabbatiin hafu.7. Gaa’elaaf dursa kennuu dhiisuu:-•xiyyeeffannan namoota kanaa gaa’ela osoo hin
taane wantootagaraagaraa irra waan kaa’aniif isa barbaadan sana yeroo argatangaa’elatti seenuu
barbaadu garu akkataa barbaadaniin waan hinarganneef gaa’ela malee hafu. Waan barbaadan
argataniigaa’ela barbaadan immoo dhabu(fkn Barnoota,qabeenya,maati gargaaruu….)
AD
9. Ofitti amantaa dhabuu:-•Namootiin akkanaa ilaalchiwaa’ee mata saaniif qaban gadiaanaa waan teef
ani gaa’eladhaabbachuu hin dada’u yaada jedhu qabu.
10. Luuxii /Homosexual/• Namootni akkanaa gaa’elaa isa waaqayyodhaabeen ni mormu wal quunnamti
saala walfakkaatu in deeggaru. kanerraan kan ka’e gaa’elaisa waaqayyoo dhaabe ni mormu.•Yeroo
kaadhimummaa akkamitti dabarsina?•1. Jireenya hafuura walii qarachuu jireenyakadhannaa wal-
qorachuu mana Amanta wali-qorachuu jireenya tajaajila walii qorachuu•2. Jireenya hawwasummaa
walii qorachuu•Haala maatii•Haala itti guddatan•Walitti dhufeenya namootaa waajjin qabnu.
Yeroo kaadhimummaa akkamitti dabarsina?•1. Jireenya hafuura walii qarachuu jireenyakadhannaa wal-
qorachuu mana Amanta wali-qorachuu jireenya tajaajila walii qorachuu•2. Jireenya hawwasummaa
walii qorachuu –Haala maatii –Haala itti guddatan –Walitti dhufeenya namootaa waajjin qabnu
3. Fayyummaa qaama wal hormaataaqorachuu.•Rakkoo uumamaan ykn balaa isaan mudate irraa
kanka’e miidhaan qaama saalaa isaanii irra ga’uu nidanda’a.•Inni kan biraan immoo wayitii
dargaggumaamallattoleen nama fayyaa buleessa tokko irraamulachuu qabu irraa mula’achuu
isaamirkaneeffachuu qaba.•Fkn- kan shamarrani Yeroo uumurii dargaggumairraa geessu Laguu/
menstruation/ irra mula’achuuqaba•Kan dhiiraa qamni saalaa isaa ka’uun dangala’aansanyii kormaa
/sperm/ jedhamu ba’ee mul’achuuqaba.•Umuriin gaa’elaa waggaa 18 ol ta’uu qaba.
VI. Amala nama tokkoo Beekuun attamiin danda’amaa?Gareen dhiigaa eenyummaa namaa baruu
keessatti ga’ee mataa isaa qaba.Kanaafu dhiigaa nama tokko baruunamala nama sana baruu
keessattimurteessaa waan ta’eef gartuu dhiigaanama sanaa baruun nubarbaachisa. Kunwaan sayinsiin
mirkanaa’e keessa tokkowaan ta’eef yoo nu gargaaree ittifayyadamuun garidha.
3. Gartuu dhiigaa “A” Posive 34%• Nama ni amanu Raagaa bayyee hin
barbaadan•Amanammoodha•Hawwii gaarii qabu wanta gaarii ta’e hojjechuudanda’u.•Guutumaan
guutuutti sirrii ta’uu barbaadu.•Qabbaanaawoo fakkaatu garuu mira jabaa qabu.•Salphaatti miirri isaanii
tuqama•Hojjetoota cimnidh, waan hojjetan xumuruu barbaadu.•Dandettii aartii qabu.•Miira
olaantummaatu itti dhaga’ama•Humnaan waa mo’achuutti amanu
ee.
8. Gartuu dhiigaa “AB” Nagetive 1%•Waa isaan hin dinqu•Amanamoo dha.• Nama amantaan irratti
gatamuu danda’u dha•Eenyummaa addaa- addaa waan qaban fakkatu.• Namoota gargaaruu
jaallatu.•Ofitti amanammummaa qabu, garuu ejjennooisaanirra dafani gargalu.•Amala jeeqamaa fi
jijjiramaa qabu•Amala isaanii fulmaamuun rakkisadha.
9. Gartuu dhigaa ‘RH’ factor•kan jedhamu yeroo baayee rakkoo waldhabdee gaa’ela keessatti nama
mudatuufsababa guddaadhaan.•kunis namoonni lama yemmuu garagaa’elatti dhufan, isaan keessaa
isheendubaraa yoo “RH” Nagative ta’e dhalagudhaachuu irraatti rakko amaa qaba.•Mucaan jalqabaa
yoo gargoorsa manayaalaan ta’e malee godhachuu hin dandaykanaafis ogeessaa man yaalaa marsiisuum
barbaachii saadha.
B. Durbummaa sadarkaa 2ffaakun 25% ta’e•“Hymen ” isaanii laphii kan ta’e•Hymen jechuun gogaa
laphii qamaasaalaa ishee keessa haguugee jirudha•Dhiiga xiqqoo kan qabudha.•Miira dhikkubbii xiqqaa
kan qabuudha•Of eeggannaa gochuu dhiisuundurbummaa baduu danda’u dha.
C. Durbummaa sadarkaa 3ffaa kun 60% ta’u•Hymen isaanii furdinaan isa durbummaasadarkaa 2ffaa irra
kan caaluudha.•Of eeggannaa dhabuun durbummaa baduu hin dandeenyeedha
D.Durbummaa sadarkaa 4aa 10% ta’u.•“Hymenin” isaanii ba’ee furdaa kan ta’ee dha•Dhiirri
durbumaa kana fudhachuun i cima•Biyyoota guddaan keessaHospitaalaa yaalii argatu.•Miira
dhukkuubbii cima qaba.•Dhiiga dhangala’uu bayyee qaba.•Biyyaa keenyaa keessa akkataa i dhiira
shamarrandurbummaa akkasii qabanii wajjiin gaa’eela dhaabate ihubatan rakkisaadha.•Fkn Obbo x
durbummaa fudhachuu dadhabee jedhamee kandubatamu shamarran gosa durbumaa kanaa qabanii
dha.
F. Haadha manaa isaatti hammachuu dhiisuu.•Haati manaa waaqaa gaditti kan isheen badatuu abbaa
manaaisheeti. Abbaa manaa ishee yoo itti hammaate baayyee dhiphatti(qol.3:19)
G. Haadha manaa isaai yeroo qabaachuu qaba.•Abbaan manaa waan hundumaaf yeroo
qabaachuuqaba. Keessumaahaadha manaa isaa fi ijoollee isaafyeroo qabaachuun irra eegama.( Lal
3:1)H. Luba mana isaa •Luba mana isaati yeroo jennu geggeessa hafuura mana sanaati jechuu keenya.
Geggeessaa hafuuraa ta’uun kan jalqabu manakeessatta malee waldaa keessaa jalqaba mitti ( Iyo 1:5)
I. Haadha manaa isaa gammachiisuu qaba.•As irratti beekuun kan nuuf malu karaan nuti haadha manaa
keenyagammchiifnu bifa garaa – garaatiin ta’u ni danda’a. Garuugammachuun wajjin jiraachu qabna.
( Fak 5: 18-19)
J. Kan isheen feetee gochuufii ( karaa fedhafooni)•Walqunnamtii saalaatiin tokko ta’uun eebba
waaqayyo isaaniifkeeneedha. Kanaanabbaan manaa haadha manaa isaagammachiisuun itti
gaafatamummaa abbaa manaa keessa tokkodha.kutaawwan macaafa qaulquluu armaan gadii
yaadaandubbisuun gaarii dha. ( Uma 2:24 1 qor 7:3-4)K. Nama mana isaa yaadu ta’u qaba.• Namni
tokko geggeessaa sirrii ta’uun isaa kanmirkana’u yoo mana isaa sirriiti geggeessee dha . akkasuna utuu
mana isaaf hin yaadiin waldaadhaaf yaaduuhin danda’u( 1 xm 5:8)
XI. Itti gaafatamummaa Haadha manaaA. Abbaa manaa isheei bitamuu qabdii.•Kana irratti hubachuu
kan qabnu bitamuu jechuun cunqurfamuuyka mirga dhabuu jechuu mitti. Bitamuu jechuun jaalaan
waliifabbomamuu jechuu keenya Abbaan manaa jaallatee argamnaanhaat manaa bitamuutiin ulfataa
miti. Akkuma kiristoos nu jaallate nutty immoo jaallanee bitamneef, namni tokko iyyuu nuhindirqisiifne.
( Efe 5:22-24)
B. Abbaa manaa isheei Abboomaamuu qaba.•Mataan manaa abbaa manaa ta’uun isa beekumaadha
haatimanaa abbaa manaa isheetiif abboomamuun ulfina maleesalphina miti. Akkuma waldaan
kiristiyaana Kristoosiifabboomamtuu haati manaa abbaa manaa isheef haa abboomamtu( Efe 5:22 Qol 3:
18 1phex 3:6
C. Abbaa manaa ishee jaallachuu qadi•Haati manaa abbaa manaa ishee jallachuun irraaeegama
sababiin isaa jaalala malee gaa’eladhaabbachuun hindanda’amu. Jaallai hundaafu waan bu’uura ta’eef
(Tit 2:4)
D. Gaa’ela ishee amanamtuu ta’uu qabdi•Gaa’ela keessatti waan murteessaa ta’e keessa
tokkoamanamummaa qabachuu dha. Amanamummaanhin jiru taanaan gaa’elli isaan dhaabbatan
uumuriihin dheeratu rakko garagaraaf saaxilamuu danda’a(Tit 2:5)
E. Uata qajeelaa ta’e uachuu qabdi•Dubbartoonni uffata qaama isaanii sirriitti haguguudanda’u akka
uffatan irra eegama. Sabanii isaa namootakan biroof sababii qorumsaa ta’uu hin qaban ( 1Xim2:9-10,
1phe 3:3-4)F. Abbaa manaa ishee ulfna laachuuqabdi•Akka sagalee waaqayyootti wanta akka nuuf ta’u
barbannu waliif gochuutu nurraa eegama. Haati manaaakkasuma abbaa manaa isheef ulfina laachuun
irraaeegama. ( Efe 5:33)
J. Abba manaa ishee jajibeesuu qabdi•Nama cimaa tokko dugda- duuba dubarincimtuun tokko jir
jedhama. Kana jechuunxxaan ba’umsi abbaa manaashee jabina isheeta’uu ni mulisa.( Uma 2:18)
•I gaaatamuummaa waliinii•I gaafatamummaa walii isaan keessa waan hedduuarmaan oli
akkuma ilaale, waliin ta’uun kan hojjetanbaayyeen immoo akka jiru armaan gadi haa ilaallu.•Karoora
waliin baasuu•Ijoollee waliin guuddisuu.•Daa’ima gudhisuu keessa hirmaannaan abbaa haadhaa
baay’ee nurteessaadha. Yeroo baay’eedaa’iimman guddiseen ga’ee haadhaa qafa akka ta’enamootni
hubatan jiru kun ilaalcha dogoggoraa.
•XII. Rakkoolee gaa’ela keessa walii galteenakka hin jiraanne godhan.•Waliin jireenya gaa’ela keessait
rakkoonhedduun wali bu’insa duu danda’an akka jiran beekuun gaariidha. Isaan keessa:-
AD
AD
AD
Download to read ad-free.
4. Fedha walii eeguu dadhabuu ooo ta’uu.•Walquunnamiin saalaa abbaa manaa haadhamanaa
gidduu jiru fedha lamaansaanii kan ofkeessa hammate ta’uu qaba. Bayyiinaan kanmul’atu dubartoonni
fedha dhiiraaf qofa maleefedha mataasaanii akka qabani hin yaadamu.Garuu akkuma dhiirri fedhasaa
bira ga’u,dubartoonnis akkasumaa fedha guutuu akka qabanhubachuu qabna. Kana wallaaluun rakkoo
gaa’elaakeessa uumaamuuf sababa ta’a.
AD
AD
6. Gaa’elaan ala nama biraa wajjiin walbaruu.•Inni kun abboommi waaqayyo cabsuudhaancubbuu
ejjaa yeroo kenfan abbaa manaafhaadha mana gidduu shakkiif walamantaangidduu isaan ii hin bada,
kun gaa’el keessalihanga wal hiikani rakkoo uumuu danda’a
AD
7. Baayina hojiirraa kan ka’e dadhabuu.•Namooni hojii human sammuu hojjetandadhabbiin waan i
dhaga’amuufdadhabbiirraa kan ka’e walquinnami saalaaraawwachuuf fedha waan dhabaniifgaa’elarra
rakkoo uumama.
AD
AD
9. Wanta argan raawwachuuf yaaluu .•Inni kun rakkoo guddaa yeroo ammaamudachaa jiru keessaa isa
tokkodha. Jechuinisilimii, poomogiraai ilaaluudhaan wanta arganraawwachuuf yeroo yaalaa akka
arganraawwachuuf yeroo yaalaa akka argani yeroorawachuu dadhaban gaa’ela isaanii
keessagammachuu dhabu I dabalees immoo akkawaan gahaa hin taane of lakkaa’u.
10. Qulqullina Qaama oi eegachuu dadaabuu•Qulqullina qaama wantoota murteessoo ta’ankeessaa
tokkoodha. Garuu namootniqulqullina qaamaa baaka ciisichaa dhabuuirraa kan ka’e fedhiin
walquunnami saalaafqaban akka hir’atu nitaasisa.
11. Garaagarummaam umrii gargaar fagachuu.•Inni kun rakkoo gaa’elaa keessaa uumaamankeessa isa
tokkodha. Sababni isaas yerooumuriin kan dhiraa fedhiin walquunnamisaalaa hirataa adeema kan
dhala immoodabala adeema
12.Dhiibbaa shaakala kanaan dura qabani•Inni kun lamman isaanii keessaa tokkoshaakalaa
walquunnami salaa osoo gaa’elahin dhaabbain nama haaraa gaa’ela wajiindhaabatan waliin
walquunnam saaalaayommuu raawwatan akka shakala isaduuraanii yoota’u dhaabaatee
gammachuubarbaadan argachuu dadabuu
2. Hundee Amanitu Diigama.•Mani tokko ciminni isaa hundee isaainbeekama hundeen gaa’elaa
diigam naan akkairrai akka waldaa akka biyyaa rakkoonni mudata•Qabeenya qisaase’uu da.
3.Karoora waaqayyo dhala namaafqabuwaliin wal jalleessa.• Karoorrii waaqayyo gaa’ela keessatti
qabuakka isaan wali wajjiin jiraatan umurii isaanniguutuu tokkumaan akka isaan qabaatan barbaada wal
hiikuu akka waaqaayyo jibbe,isaanis immoo akka
jibban Addunya kana keessa warra hinamaneef jireenya gaa’elaa isaanin fakkeenyaakka ta’an
waaqayyoo isaan irraa barbaada•Cubbuu ejaaif nama saaxila.
AD