You are on page 1of 13

Boqonnaa sadii

Araaraa fi jaalala waaqayyoo


shaakaluu
Kaayyoo
• Akkamitti yakkakee akka himattu; jaalalaa fi araara
waaqayyo akkamitti shaakaluu akka dandeessu
hubannoo si qabsiisuufi.
Galma
1. Iyyesuus eenyu akka ta’ee fi maaliif gara biyya lafaa
akka dhufe akka ati hubattuuf
2. Akaakuuwwan namootaa sadan akkati hubattuuf
3. Sirna hargansuu hafuuraa akka ati hubattu
4. Yakka kee akkamitti akka himattu si barsiisa
Seensa :-
• iyyesuus kiristoosiin dhuunfaatti beekuun
gammachuu namni shaakalu isa kam irrayyuu
kan caaludha.
• araara fi jaalala waaqayyo shaakaluunis dursa
waan hundaa gitwa kan hin qabne dha
Yesuus eenyudha?
1. Waaqadha

– Inni ofii isaa Gooftaa ofiin jedheera Yoh 10 :30-33


– Waa’ee isaatiif raajiin dubbataman
raawwatamaniiru. Isa 7…….mat 10:18-25
– Du’aa ka’eera. Luq 24 &mat 28:1-10
yesuus maaliif gara biyya lafaa dhufe?
1. Jireenya bara baraa nuu laachuuf . yoh 3:16
2. Dhiifama nuu gochuu fi cubbuu keenya irraa bilisa nu
baasuuf.
– 1yoh 1:9 ( cubbuu keenya yoo isatti himanne inni
amanamaa fi qajeelaa waan ta’eef, cubbuu keenya nuuf ni
dhiisa. Yakka keenya hundumaattiis nu qulleessa.)
3. Jireenya irraa hafaa nuu kennuuf
– Yoh 10 :10 hattuun waan biraaf utuu hin ta’in, hatuu
dhaaf,qaluudhaaf,balleeessuudhaafis in dhuft; ani garuu
hoolonni jireenya haa qabaataniif, irraa hafaa haa
qabaataniif dhufeera .
Qoqqoodama namootaa akka macaafa
qulqulluutti
1 Qor 2:14- 3:3
1. Nama uumama :- kiristaana kan hin taane (nama gooftaa
yesuusiin hin beekne)
– 1 Qor 2:14
2. Nama hafuuraa :- kun kiristaana to’annaa hafuura
qulqulluu jala jirudha.
– 1 Qor 2:15-16
3. Kiristaana foonii namni kun kiristaana yoo ta’ellee ,
jireenya kiristaanummaa yaalii fi jabinamataa isaatiin
jiraachuu nama yaaludha
– 1 Qor 3 :1-3
Nama
Uumamaa

Kiristaaana Fooni

Kiristaana hafuuraa
Kiristaana fooniitiif waaqayyo furmaata
qaba
• Namni akkasii kun foonummaa isaa dhiisuun
jaalalaafi araara waaqayyoo amantiidhaan
shaakaluu ni danda’a.
– Rom 7:25, 8:3
Hafuurri qulqulluun madda humnaati. HQn humna
cubbuu fi du’a nu marsu irraa bilisa nu baasa.
• Namni foonii furmaata waaqayyo isaaf laatu
sirriitti hojiirra oolchuun nama hafuuraa ta’a
Kunis ….
Sirna hargansuu hafuuraa shaakaluudhaani
Sirni hargansuu hafuuraa kallattii 2 qaba

1. Gara alaattti harganuu (Cubbuu ofii himachuu)


– 1yoh 1:9

Himachuu :- cubbamaa ta’uu keenya waaqayyoo


wajjin walii galuu jechuudha.
Maaliif cubbuu keenya himanna?
I. Himannaan ibsa amantii waan ta’eef. Ibr 10
II. Himachuun jaalala waaqayyo nuuf qabuuf
karaa ittiin deebii kenninu waanta’eef
III. Himachuun waaqayyoo wajjin tokkummaan
akka adeemnuuf nu gargaara.
– 1Yoh 1:7 (cubbuu himachuu yoo dhiifne jaalalaa
waaqayyoo irraa baanee nama foonii fi dukkana
keessa warra adeeman taana)
2. Gara keessaatti harganuu:-

 humna hafuura qulqulluu fedhaa fi


amantiidhaan fudhachuudha.
Walumaa galatti
• Qalbii diddiirrannaa dhugaan kanneen armaan gadii
of keessatti qabata.
1. Wanti goone sirrii akka hin taane waaqayyotti
himuu
2. Dhiigi yyesuus inni fannoo irratti dhangala’e cubbuu
hundaattii akka nama qulleessuu danda’u amanuu
3. Deebi’uu :- Cubbuu isa darbeef ilaalcha qabnu
jijjiirrachuu ( humna hafuura qulqulluun
dhaabannaa keenya sirrreeffachuu)
• Cubbuu godheera jettee yaaddu waraqaa
xiqqoo fudhadhuu iratti katabi

You might also like