You are on page 1of 10

1) Seenaa Jalqabbii Amantichaa

 Yaadni waa’ee amantii kanaa kan eegalame bara 1872 (A.L.A ) garee xiqqoo
qo’annoo macaafa qulqulluuttin ture

 Kan jalqabames nama Biyya Amerikaa,Pensilveeniyaa Isteet:Charles Raz Rasel


(1852-1916) (A.L.A)

 Gargar cabsatanus,bara 1979 (A.L.A nama ‘Barber’jedhamu waliin tokkumma


uumee barruulee ‘Herald of the wakning’boodarra immoo ‘watch tower”jedhamee
maxxansiisaa turan

 Erga nama olitti eerameen wal dhabanii booda,Charles rasel.tokkummaa ‘zayen


wach tawer trackt’ hundeesse

 Kitaabota maxxansuu eegale,kana kessaas jalqabatti kitaabota lama ,’the melinial


down’ itti gala motummaa wagga kumaa) fi qo’annoof qorannoo qulqulluu ‘kan
jedhu turan sababa adda addaa dhiyeessuun beekamu

 Namoonni gara jalqabaa kunneen rajjii sobaa raajanii Yeroo rawwatamuu didu
immo sababa adda addaa dhiyeesuun beekamu.

Fkn.wa’ee armaagedon ,waa’ee dee bi’ee dhuuu gooftaa irratti ,kana jechunis
bara 1874 irraatti yesuus ni dhufa jedhanii dhufuu hafnaan immo utuu hin
mul’atin dhufee deebi’e jechuun,akasumas,bara 1914 tti waaranni armaagedon
erga ta’ee booda ,bara kanaa eegalee motonni lafarra kufanii ‘motummaan
wagaa kumaa ‘akka eegalamu ibsee tue. ta’uu haafnaan boodaarra ‘waaqnii
masihichaaf motummaa kennusaa dura Yeroo xiqqoo ishee moototaaf ni kenna
jechuun fakkeesse.

 Bara 1916 (A.L.A erga hundeessichii du’ee bartuunsaa “Raat Ford”jedhamuu bakka
bu’ee booda bara 1942(A.L.Atti dhibee kansaariitiin du’ee

 Haala kanaan ‘tuffannaan qumbii wajjiin dhungannan furrii wajjin ‘akkuma


jedhamu hordoftootni yaada kanaa rakkinni arman olii mudatus Yeroo gara

 yerootti dabalaa dhuufuun amma biyyota addunyaa mara waliin ga’uutti jiru

2) Barsiisa Amantaa Kanaa

1
Editted by Eshetu Alemu
2.1. waa’ee waaqaa irraatti barsiisa jiru:-

2.1.1 barsiisni waa’ee sadan tokkummaa (trinity)hundee ergamootni kaa’ani fi


waldoota jalqabaa osoo hin taane,seexana irraa kan dhufeedha jedhuu

2.1.2. Kristiyaanootnii waaqolee garaagaraa saditti amanu,kanaafuu tarree


warra waaqa tolfamaa waaqessaniitti ramadamuu danda’uu jedhu

2.1.3. Waa’ee sadan tokkumaa sammuun hubatamuu waan hin danda’amneef


sirri miti.waaqni waaqa waliin nama dhahu miti jedhu

waaqni maqaa aangoo hedduu qabaatus maqaa dhuunfaa garuu tokkitti


qaba.innis ‘yehowwa’ isa jedhamudha jechuun Seera Ba’uu 6:3 aka wabitti
dhiyeessuu

2.2. Waa’ee Yesuus Kristoos irraatti barsiisa jiru:-

2.2.1. Yesuus gara biyya lafaa utuu hin dhufin dura qaama hafuuraa ykn
angafa ergamoota isa qofadha kanaafis ilma tokkicha jedhame
jechuun,fakkenya 8:22 akka wabitti dhiyeeffatu

2.2.3. Yesuus Umamaa uumuu keessatti waaqa garagaarera jedhuu

2.2.4. Yesuus Waaqa xiqqaa (god) dha ykn immo waaqatti aanee abbaa
taayitaa guddaadha jedhu.

2.2.5 . Yesuus gara biyya lafaa dhufee rawwatee nama guutuu ta’ee utuu hin
taanee hafuura ulfinaan guutamee ta’eetu jechuun barsiisu

2.2.6 . Yesuus kan inni du’aa ka’e foonin utuu hin ta’in hafuuraanidha jedhanii
barsiisuu knaafis 1Qor 15:45 fi 1Phex 3:18 eeru

2.3. Wa’ee Hafuura Qulqulluu Irraatti Barsiisa Jiru:-

2.3.1.Hafuurrii Qululluu qaama waaqayyoo of danda’e osoo hin tanee humna


waaqa sosocho’udha(Movable God Power)jechuun barsiisu.

2.4 Waa’ee Uumama Namaa Irraatti :-

2.4.1.Namni erga du’ee booda wanti keessaa ba’ee itti fufee jiraatu homtuu hi n
jiruu jechuun barsiisu. kanaafis immoo akka wabiitti ;lakk 9:5,6 ,10 Far 146:4 fi
115:7 kennu

2.4.2 Namoonni du’an ni kaafamu ,carraan kun immoo carraa lammaffadha


jechuun barsiisu.Carraa kanattii fayyadamuun warri hojii garii hojjetaan
lafarra bara baran jiratuu jechuun barsiisu.kanaaf Yoh 5:28-29tti eeru

2.5. Waa’ee Dhiifamuu Cubbu Irraatti :-

2.5.1 Dhiifamuun cuubbu guutummaan gutuuttii waaqaan qofa kan ta’u osoo
2
Editted by Eshetu Alemu
hin taanee gar-tokkeen hojii keenya kan waraana Armaagedon kessaa ba’uun
argamuudha jedhu.

2.5.2 araaramuun dhugaan motummaa waggaa kumaa booda ta’a jechuun


barsiisuu

2.6 Waa’ee Gahaannamii Fi Firdi Bara Baraa Irraatti:-

2.6.1 waaqni jaalaa waan ta’eef ,abiddaan nama gubuun haa hafuu waa’ee
,abiddaayyuu isa suukanneessa si’ool bakka du’ootni itti walitti qabamanidha
malee abidda bar baraa wanti jedhami hin jiru jedhu.

2.7 Dhiiga Hin Kennanu hin Fudhatanus .kanaaf immoo akka wabitti ser um
9:4 eeru

2.8 Guyyottan Ayyaanaa hin Kabajan

2.9 Dhimma Mootummaa Biyya Lafaattti Hin Hirmaatan

2.10 lafti bara baraan dhaabattee waan haftuuf,gara jannataatti jijjirramti


jedhu.kanaaf immoo Lal 1:4 eeru

3)DUBBIIN WAAQAA INNI SIRRIIN MAAL JEDHA?

3.1. Waa’ee Waaqayyoo irratti:-

3.1.1 Barsiisni waa’ee sadan tokkummaa waaqayyoo,hundee ergamootni


kaa’an akkasumas barsiisa yesuusidha. Mat 28:19 2qor 13:13 (14)

akkasumas waldootni gara jalqabaa kan itti amanaa turanii fi


caalaadhumattiyyuu barsiisa kanaan barsiisa mormu ittiin mormuuf Yeroo
adda addaatti ibsa amantii baafachuun isaani raga eenyullee hin haalleedha.
ibsootni kunnenis:-

 Ibsa amantii Ergamootaa

 Ibsa amantii Atenaawoos

 Ibsa amantii Niqiyaa

 Kan hin jijjirramne ibsa amantii ogusbargdha.

3.1.2. Kristiyaanotni macaafa qulqulluuun bulan waaqolee gargaraa sadiitti kan


amanan osoo hin taane ,waaqa tokkicha qaama saditti amanu.kan immoo barsiisa
falaasama namaa ossoo hin taane guutummaan macaafaa kan dhugaa ba’uudha.

3.1.3 Waa’ee Waaqaa qorree bira gahuu dadhabuun dhala namaa ,dhugaa waa’ee
waaqaa jiru soba kan jechiisuusu miti.sababiin isaas,wanti hubatamuuf rakkiise
tokko sobadha jechuun hin danda’amu.fkn:aduun ifa laattuus akkasitti akkaisheen
kennittu hubachuun rakkkisaadhaa.garuu aduun ifa kennuun soba jechuummoo hin
3
Editted by Eshetu Alemu
dandeenyuu otuma ta’ee iyyuu waa’ee waaqayyoo beekuuun nama maacaafa
qulqulluu’hafuura Qulqulluu’ waliin dubbissuuf baayee waan nama rakkisuu miti.

3.1.4. waaqni maqaa dhunfaa hin qabu,haa ta’u maalee maqaa amamala isaa ibsu
qaba (hojii fi dandeetti isaa waan ibsuu qaba)

Yesuus maqaa kaa beeksiiseera.Yoh 17:26 maqaan inni ifa baase kun maqaa “ABBAA
“jechuudha.

Yoh 15:9 Abbaa jehuun immoo maqaa amala isaa ibsuudha malee maqaa dhunfaa
(kan inni qoftii qabu) miti.

Jehovah ykn yahiwe maqaan jedhuu kan Ser Ba’u 3:14,6:3 irraatti eera mes “kan ture
kan jiraatu”jechuudha.kunis immoo maqaa mala isaa ibsudha malee.maqaa
dhuunfaa (yoo kanaan waman malee kan hin owwaatne)miti.

Akkaataa kakuu haaraatti immoo yesuus jechuun ‘yahiwween fayyisaa’jechuudha.

Caalaadhumatti immoo,yesuus yahewwee akka ta’e dubbateera Yoh 8:24,28,58,(Iam)


yihuudotni kana waan beekaniif dhugaan isa dha’uu yaalan (Yoh 8:59)

3.2. Waa’ee Yesuus Kristoos Irraatti Barsiisa Sirri Jiru:-

3.2.1 Yesuus gara biyya lafa osoo hin dhufin bifa’sagalee’ykn Ward (Logos (Greek))
ykn ‘Dabar’(Habrew)tiin ture Yoh 1:1

 Logos jechuun Afaan Girikii ‘sababa’ta’uu waan tokko jechuudha, Mul 3:14,yoh
1:3 irraatti hiikameera.

 Dabar jechuun immoo Afaan Hibrootaatti ,sagalee waaqaa isa uumuu


danda’uu (creative ward of God)jechuun

 Kanaafu yesuus bifa hangafa ergamootaa ykn mikaa’eeliin osoo hin tane.Uumaa
‘ta’ee jiraachaa ture.yoh 1:3,10.1qor 8:6,Qola 1:16 Ibr 1:2

3.2.2. Yesuus uumaadha malee umaama miti.kutaalee fakk 8:22 fi Qol 1:15 kan ibsaan
yesuusiin akka angafa uumaamattidha.kun jechii inni irraa hiikame jecha
Giriikii’paarotokos’jedhu irraatti.kana jechuun immoo’hunduma dursee kan
jiru.bituuf a boo kan qabu jechuudha (Fil 2:6)

Hub: Hiikaan Afaan Oromoo fak 8:22 “….. hunduumaa duraa na uume”jedha,haa
ta’uu malee hiikaan Afaan Ingliffaa fi afaan Amaaraa angafaa ykn first born jedhanii
hikuun hikaa jecha Giriikii armaan oliitiin wal simu.Waldhabinsii hika jechootaa kun
immoo rakkoo qooqaa fi barreeffama tasa uumaman

Waan ta’aniif hiikaawwaan garagaraa dubbiisuun ,caalaadhumaatti Afaan jaalqabaa


warra ittiin dursa barreeffaman ilaaluun dogoggora hamaa irraa waan nama ittisuu
hanga danda’ameetti dubbisuu dhimma filannoo hin qabneedha.

4
Editted by Eshetu Alemu
waaqnii jaalqabatti,bantiwwan waaqaa fi lafa uume (Ser.Umaamaa 1:1) malee’yesuus
hin uumne.

3.2.3 Yesuus ‘ILMA TOKKICHA’ kan jedhameef kallattiin kan umamee isa qofa waan
taa’eef osoo hin tanee ,waaqniiwaaqatti argamee isa qofa waan ta’eefidha.Yoh 3:16

3.2.6. Yesuus ‘sagalee ‘kan jedhamef Dubbii himaa’ waan ta’eef osoo hin tane”sababa
ta’uu (argamuu)waan tokko ykn jecha waaqaa isa uumuu danda’uu “waan
taa’eefidha. Yoh 1:3,, Mul 3:14

3.2.5 Yesuus uumuu keessatti waaqa ni gargaare osoo hin tane ni umee Yoh 1:3,Qol
1:16

3..2.6. Yesuus Waaqaatti aanee abbaa taayitaa guddaa ykn waaqa xiqqa (god) osoo
hin tanee waaqaa (God)qixadha. Fil 2:6, Yoh 8:24,28-58

3.2.7. Yesuus gara biyya lafaa Yeroo dhufee raawwatee nama ta’eetudha Yoh 1:14

3.2.8. Yesuus kan inni du’aa ka’e fooniin malee hafuuraan qofa miti. Luq 24:39,HOE
1:11

Garuu 1Qor 15:45 fi 1phex 3:18 ilaalchisee barsiisnii sirrin jiru:-

 1Qor 15:45 irraatti kuutaan barrreffamee kan ibsu hafuuraan qofa ka’uu
yesuus osoo hin taane ulfinaaf aangoo foon du’aa kaa’uu qa bu kan agarsiisuu
akkasumas dubbiin iyeessuus jireenyaa fi hafuura ta’uu isaa kan agarsiisuudha.
kan immoo Yoh 6:63 irraatti ifatti barreefamee jira

 1 Phex 3:18 irraatti kutaan barreeffames hafuura ta’uuu ISAA osoo hin taanee
du’a kan INNI (foonsaa)ka’e hafuuraan (waaqaan )taa’uu isaa kan ibsuudha.
kun immoo ifaatti

Rom 10:9,1Qor 6:14 irraatti kaa’amee jiraa.

3.2.9. yesuus kan INNI deebi’ee dhufu mul’inatti fooniin dha mat 24:27,mul 1:7

Si'a lama ni dhufa:-

1.dhoksaatti:- amantoota fudhachuuf, hanga duumessarra


qofaattii

Kiristaanonni ni simatu

2.Mulinatti:quulqulloota faana

Ergamoota faana, mul1:7

3.34 Waa’ee Hafuura Qulqulluu Irratti Waan Dubbiin Waaqayyoo Barsiisuu:-


5
Editted by Eshetu Alemu
 Hafuura Qulqulluun waaqadha malee humna waaqaa sosocho’uu miti HOE
5:3-9,13:2 ,

1Qor 12:11,2:10

 Yoh 15:26 dhugaa ba’a •Yoh 16:8-11 ni dheekkama •HOE 13:2 ni


waama • Ibr 9:14 kan bara baraatti • Iyob 33:4 Far 104:3 uumaadha

3.4. Waa’ee Uumama Nama Irraatti:

 Namni Yeroo du’u hin hafu, hafuurrii isaas lubbuun itti fufee
jiraata;hafuurri yoo fayyee itti fufee jiraats HoE 7:59

 Warri kaan hunduu lubbuun isaani itti fuftee jiraatti malee akka waan
hin turee (hin uumamnee)taati miti. Lal 12:7

 Du’aa ka’uun carraa lammaffaaf miti garuu firdiif ykn jireenya bara
baraatti galuufidha

Yoh 5:28-29 ,HOE 24:15,1Tas 4:16,1Qor 15:52

 macaafni yommuu dubbatu guyyaan fayyiinaa ammadha jedha.1Qor 6:2

3.5. waa’ee dhiifamuu cubbuu irraatti:-

dhiigni yesuus araaraaf gahadha.hojii keenyaan waan itti daballu hin


qabnu Qol 1:20 1Yih 1:7 ,Yoh 19:30,Efe 2:5-8

3.6. Waa’ee Gahaannamii fi Firdii Bara Baraa Irraatti:-

Waaqayyoo Jaalaladha,jechuun waaqnii waaqa haqaa (God of justice) miti jechuu


miti kanaafuu

 Abiddi bara baraa jira;Mat 5:22,13:42,49-50,Mul 20:10,Marq 9:44,46,48

3.7 Waa’ee Dhiiga Kennu Irraatti:-

Foon dhiiga qabu nyaachutu dhorkame malee dhiiga waliif kennaniin du’a foonii wal
baraaruu miti.SerUma 9:4

3.8 Guyyoottan Ayyaanaa Kabajuu Irratti:

Macaafni Ayyaaneeffachuu hin deggaaru (hin ajajus),ittinis hin mormu

 Kutaan macaafaa Qol 2:16 kan inni dubatu waa’ee ayyaana guyyaa yadannoo
dhaloota gooftaa fi du’aa ka’uu oso hin taane ayyannota kakuu moofa keessaa
kennamanii Qol 2:17

 Guyyoottaan ayyaanaa kun kan jajjabeeffaman ta’uudhaa baatanis akka


cubbutti kan ilaalaman garuu miti
6
Editted by Eshetu Alemu
3.9 Waa’ee Dhimmaa Mootummaa Biyyaa Lafaa Irraattii:-

Macaafni Qulqullu moototaaf akka ajajamnuuf,akka kadhannuuf nu ajaja


malee akka balaaleffaanuu nu jajju ,Rom 13:1-7 caalaadhumaatti
iyyuu,macaafnii bulchitoota biyyaattin hojjettootni kun waan nama ajaa’ibu
mootummoota biyyaa lafaa fudhaachuu haa dhisan maleekaraa
hospitaala,mana barumsaa fi k.k.f motummaan hundeessetti immooo hin
fayyadamnu hin jedha

3.10. Waa’ee Lafaa Irraatti Barsiisni Macafnii Kennu:-

Laftii baqxee ,gubatte,maramtee baddee,haaraadhaan bakka buutii.

 2 phex 3:7,10,12

 mat 24:35

 2 phex 3:13

 mul 21;1;20;11

Kutaa Macaafaa Laal 1:4 irraatti barreeffame kan dubbatu.wal bira qabinsa dhaloota
nama fi lafa gidduu jiruuti malee ,umurii laftii qabdu himuu mitii dhuguadhumaatis
immoo abaabiliin keenyaa dhufanii darban ,akaakileen keenya,abbootiin keenyas
dhufani darban,laftii garuu ammas jirti,dhugaan kuttaa barreffamee kana irra jruus
wal bira qabinsa (comparing)kanadha. sababiinsaas kutaadhuma kana Lall 5:7irratti
immoo wantii hundumtuu akka dhufetti akka deebi’u ibseera.kanaafuu,laftii akka hin
jirre tate turte ,gara fulduraattiis bakkii hin argamuuf (akka hin jirre taat ,ni baddii
jechuudha.Mul 20:11 dubbisi

“EGAA NUYI SI’ACHI IJOOLLEE DHAHAAN ASII FI ACHII RUKURU,WARRA QILLEENSA


BARSIISA AXAAROTAATIIN ,HAXXUMMAA ISAANII ISA GOWWOOMSAADHAAN
RAAWWATAMUUNIS FUDHATAMAN HIN TAANU!!!” Efe 4:14

DHUGAA JAALALAAN NI HIMNA!!!! Efe 4:15

GAAFFILEE ARMAAN GADIIF DHUGA BAATOTNI YEHOWAA DEEBII QABUU LAATA?

1. Amantootni jaarraa jalqabaa ‘dhuga baatota


yehowaa’jedhamuurraa,maaliif ‘kristiyaanoota (HOE 11;26)jedhamanii?
dogoggoranittii?Yoo hin dogoggorri isin maaliif dandii jaraa hin hordofne?

2. Maqaan ‘Yehowaa’jedhu hunda waaqa ibsa,maqa waaqaatis taanan maliif


guutummaa kakuu haaraa afaan Girikiitiin isa brreeffame keessaatti
argamuu hafee?

3. Maqaan ‘Yehowaa’jedhuu hunda ol kan nama fayyaduu fi fayyisu yoo ta’e


ittin fayyuun kan danda’amu maqaan hundaa olii’yesuus’’maaf ta’e(HOE
7
Editted by Eshetu Alemu
4;12)

4. Dhumni Adduunyaa akka hundeesitootni keessan jedhamani raajanitti (


Bara 1925 fi 75) maaf galma ga’uu dide?

5. Hafuurri Qulqulluun qaama waaqa isa of danda’e tokko miti taanan ,maaliif
“Ana “jedhee HOE 13:2 irraatti ofisaa waame?yesuus Yeroo waa’eesaa
dubbatu maliif ‘isa(he)’jedhee waamee? Yoh 14:17

6. Yoh 1:3 irraatti hundinuu yesuus kristoosiin akka umaame isaan malees
homtuu akka hin umamne dubbata.Egaa yesuus kristos waaqaan umaame
yoo ta’e akkamiti waa hunda (ofiisaa dabalee)umee jechuu dandanyaree?

7. Isa 44:24 irraati Yeroo umamni uumamu,uumaa biraa homtuu akka hin
turre dubbata.yesuus kristoos waaqaa uumamee,wantoota boiraa immoo
‘isaatu uume’yoo jenne waaqa bira homtuuu hin turre isa jedhuun wal-hin
dhituu?

8. Qol 1:16 irrati ,wantihunduuu isumaan (yesuusin),isumaafis umaamee


jedha.yesuus immo osoo garabiyya lafaa hin dhufiin angafa ergamootaa
mikaa’eeliin turee yoo jenne.

Isaa 43;7 waaliin wal-hin dhituu?(waaqni umaama ulfinasaaf uume ,malee


ulfina ergamaaf miti)

9. Lubbuun Dhgna (qaama ykn body)yoo ta’e yesuus maaliif gara gara baasee
barsiisee

(Mat 10:28)

10.Akkumaa 1Qor 8:4,isaa 43:10;44:6 irraatti ibsame waaqni tokkichadha yoo


ta’ee Isaa 9:6 irraatti maaliif yesuus,’Waaqa Jabaa (Mighty God)’jedhame?

11.Yoh 20;28 irraatti Yeroo toomaas yesuusiin ‘Waaqayyoo Koo”GOOFTAA


KOO’jedhetti yessuus maaliif sirreessuu dhisee?

12.Hafuurri namaa itti fufee hin jiraatu taanan,HOE 7;59 irraatti Isxifaanos”
Hafuura Koo sittan kennadha” jedhee kadhate?

13.Lafa ishee amma jirtuu kanarra bar baraann jiraatama yoo ta’e 1Tas 4:17
irraatti waa’een olbutamanii yesuusin bira’bar baraan “jiraachuun sobaa
jechuudhaa?

14.Abdiin jiru gosa adda addaa lama,kan jehuunis,namootni 144,000


waaqarra namootni warrii qajeelootnii warrii kan immoo laffarra jiraatu
yoo ta’ee Efe 4:4 irraatti ‘abdiin tokko’kan jedhame sobadhaa?

8
Editted by Eshetu Alemu
15. Yesuus Fannoorratti harka isaa lamaan gargar bal’ifamee hin fannifamne
yoo ta’ee

Mat 27:37 irraatti barreffamni fannicha irraatti barreffame harkasaa oliitti


jechuu dhisee ; mataasaa olitti ka’amee maaf jedhamee?

16.Isa 43:11,45:21 iraatti macaafnii qulqulluun waaqayyoo qofaatu


fayyisaadha jedha,yesuus immoo akkamitti fayyisaa ta’uu danda’a yoo
waaqa miti ta’e (Luq 2:11,Fil 3:20,Tit 2;13)?

17.Yoo Yesuus waaqaan umame ta’ee fi ogummaa waaqayyoo ta’e (Fak


8:1-4,12,22-31) utuu yesuus hin uumamiin dura waaqni oggumma malee
turee jechuudha.kanaafuu ,waaqnii akkamitti,oggummaa malee jiraata?

18.Lubbuun nama,qaamuma nama ykn foon waliin yoo tokko ta’ee akkamitti
nama keessaa ba’ee (SerUm 35:18) itti immo deebi’a (1Mo 17:21)

19.Maqaan inni sirrin waaqnii museetti hime ‘YHWH’=’YHWEH’ ta’ee osoo


jiruu maliif ‘jehovah’jedhamee waamame?

20.Maqaan ‘Jehovah’jedhu qoftii Maqaa Waaqayyoo yoo ta’ee ,Kakuu Haaraa


Afaan ‘Gitiikii ’isa oroginaala kessaatti maaliif hin barreeffamiin
hafe’KUTIOS(GOFTAA)jedhamee?

21. Qubeen ‘J’ Afaan Hibruu,Girikii fi Latiin kessaa akkasumas hanga bara
1500 DH.K.B .tti Afaan Ingliizii kessaa hin jiruu waan ta’eef ,kitaabitni
warri dura akkamitti maqaa waaqaa ‘Jehovaha’jedhanii barreesan?

9
Editted by Eshetu Alemu
10
Editted by Eshetu Alemu

You might also like