You are on page 1of 5

Mootumaankee haadhufuu (Your kingdom come)

Matiwoos 5:1-13 (seensaa wayyee mootumma waqayyoo)

Amaloota mootumma waqayyoo


Mootumaa waqayyoo kessaa galuuf gumachii nutti gumachiine tokkole hinjiruu, nutti durran kan
waqayyotti hintoleffi ijolle badisaaa turee (Efesoon 2:1..)
Amalii mootumaa waqayyo tokkon tokkon isaa kan ebbaan marfaamedha. Lakk8 -9
Jalqabbafii xumuraa ergaa kanaratti wayye mootumma waqayyo lakk3 fi lakk 9 ebassa nutti
argissisaa.
Amalootni kun nutti motuuma waqayyo kessa waan galeef malee,ofii kenyaan jalqabarra kan
anutti gumachiine ykn qabnuu miti.
Mootumaan waqayyo kan egnuu qofaa osoo hin tai’n kan shaakkaluudhaa.
Isaa2:4-5
Isaa11:6-8 mootumaan dinqisiftuun dhufuuf jirtii
Kan shaakkaluu jechuun akka sagalee waqayyotti osoo Rakkattanii gamaddu, osoo dhabbanii
argachuudhaa. Fakk. Ebba,jajjabinna kan shakallamaniidha.
Lamiileen mootumiicha waqayyoon arguufii shaakkaluuf kan bela’aniifi dhebootaniidhaa,isaan
afuraatii hiyeesootadhaa,kunis amaala motumaa waqayyotti.
Nyaataa barbaddu-apetite of food
Bela’uu-starvation
Yohaniis 6(“buddeen jirenyaa anadhaa…”) kan itiin qufnuu ,kan garaa nugahudhaa.
Kayoon motumma waqayyo nyataa bayiisuu miti…
Mootumaan waqayyo kan nutti shaakkaluu bela’ufii dhebochudhanii.
M.faarsaa 27,63,42
Filiphii. 3:13-14(“isaa naduuka jiruu hiraanfachaa..”)
Efesoon 3:18-19rra
Yohaniis 1ffaa 1:1(“kan ijaan arginee,kan dhagenyee…”)
Mootumman waqayyoo yeroo labsaamttu ulfiinii mootuumma isaa hin mulaattii.
Matiwoos 4:23
Matiwoos 6:6,9
Matiwoos 13:10-11 addumatti wayye dhoksaa mootumma waqayyo namoota itti dhiyaattanitti
dubattee.
“Mootumma waqaa bekuun dhoksaa namaaf kennamudha.”
Mootumman isaa warra dhaga’aniif ,warra ajajamaniif kan qodamtuudha, abba siritti itti siqqe
irra caala kan iftuudhaa.
Serra ba’u 19:6
Waqayyon dhunfaatti shaakaluu
Lamaffaa dhalachuu:-yohaniis 3:4(Niqoodimoos)
Lamaaffa dhalachuun mootumma waqaa hingalamma.
Luqaas12:32
Qolaasiiyaas1:13-14
Kiristaanumaan jijjiramaa bekuumsaa,miiraa,fedhii oof kessaatti qabatta.motumma dukkanarra
gara mootumma ifati darbudhaa.
Yeroo hundumaa mootumma waqaa jalaa jirannaa(yoom? Yoom?) gafiin jedhammu hinjruu.
There is no partime citizenship.
Guttumma jireenyaa kenyaa
Barnootaa kenyaa
Ga’eela
Hojii
Tajajjilla

Mootumman waqayyo nuggiddu jirtti


Maatiwoos12:28
Mootumman waqayyo guttumaadhaan kan dhuuftuu,kan bituu,dhibaa kan gessiftuu,kan
babbalattudha.
Amaloota mootumma waqayyo
Matiwoos 13(fakkenyoota 7)
Garree 1ffaa-mootumman waqayyo kan jijjiramtduhaa.
Kan babbalattu 1.Matiwoos 13:1-9(sanyii facaassuu)
Kan bittu hiikaa-lakk 18-23
Ijaa kan bufttu 2.lakk 31-32(ijaa sanaficaa)
Kan sossochotudha 3.lakk 32(raccitti)
Kan dhibba geggessitu
Garree 2ffaa-hin mulattu(walmmaktudhaa)
Kan ormaaf hingalee amanttota duwwaaf kan hubatamttudhaa.
1. Inkirdaada lakk 24-30
Hiika 36:43
2. Kiyyoo lakk47-50
3. Qabeenyaa lafaa qootisaa lakk 44
4. Callee gatti-jabeessa lakk 45-46
Garree 3ffaa-(kan kabajjamteedha)
1. fakkenyya qabeenya lafaa qotiissaa lakk 44
2. fakkenyya callee gatti-jabeessaa lakk 45-46

Mootumman kee hadhufuu jechuun maal jechuudha?


Mootumman waqayyoo kan simannedhaa,walddaa kiristianna kan caaluu walddamoo kan oof
kessaatti qabattudhaa.
The more you recognize your citizenship you begin to be significant as you wish to know more.
Garree -1
Matiwoos 13:18-23, 13:31-33
 Mootumman waqayyoo nuggiddu jirtuufi guttummadhaan dhufttuu kessaa jiraa.
Mootumma tokko kessaa saggantta lamaa
1. Dhunfaatti goftaa kenyaa iyesiuus kiristoosin mootumma dhuftee mootumma ishee
yihuudonni egga turranidhaa.
Tilmaamnii yihuuddotta haaala siyaasaafii ilaalchaan kan dangeefamme turree,kanarra kan ka’e
mootumichaa simachuu diddanii.
Hojii ergamoota 1:3
Maatiwoos 11:2-3(yohaniis bitaa itti galettu gafatee)
Afuuraan du’afii du’aa ka’uun Iyesuus kiristoos humnaan yeroo mulattuu mirkaneesittu dhufatti
isaatti.
Hojiileen dinqissiso dabalattan kan mulattaniidha.(appendix) mirkannesittuu dhufaatti
mootumichaa.

 Wangelii labsaamuun namoonii fayyuu-malatto isaa adda durree.


kan nutti jijjiramnee motumman waqayyoo jidduu kenyaa waan jirtuufi.
Maatiwoos 12:28
Maatiwoos 25:31
Danie’l 4:12
Mulatta 21:1-5

2. Rawwattamte mottumma dhuftuu hawwuu(yadduu)


Efesoon 1 mirkaneefana mootumma waqayyoo afuuri qulqullu nuuf kenamme jiraa jedhe
nuuf ibsaa.
Mootumma dhuftuudhaa rooma 14:17
Kan bala’attuu,guttummatti kan mulaattuu,kan bituu,kan hojjetuudhaa.mootumman
waqayyoo egaamtte kan tessuu mitti, jalqabbiin ishee xiqqoo,galilaa,kudhaa lama,kan hin
barannee garruu kan guddattudhaa.
Ifaa
Ashaabboo maatiwoos 13:33
Raccittii

Jalqaabiin motumma isaa phexiroos ykn dhakkaa turee,hin babbalatti.


Soona mootumma waqayyo jireenya kenyya kessatti
Kadhaata-bakka itti yaadaa waqayyoo rawachiifnuu dhaa.mootumaan waqayyoo
guttummadhaan akka dhufuu kan ittin gonuudhaa.
Kadhanii mootumma waqayyoo ijarrudhaa,yeroo hundaa bakka bu’aa ta’udha.
Rakinni kenyya inni guddaan mootumma mataa kenyya hundessu waan barbaddnuuf
motumma waqayyoo boccuu barbdnaa,kunimoo cubbuu jedhamma.
Waqayyoon kan nutti barbadnuu milkaa’ina argachuuf osoo hin ta’in kayyoo fi gaalmii
jireenyaa haarkka waqayyo kessaa waan jiruufidhaa.
Waan bayyee argachuu kenyya osoo hintaa’in waan nuuf kennamme serraan rawwachuun
waqayyoon kabaajuudhaa.
Rooma 14:7
Qorontoos 1ffaa 6:10
Gattidhaan waan bitameef akka fedheetti dedeebi’uu hin dandenyuu,anii ofiiko iratti
abomuu hin danda’uu.
Galatiyaa 2:20
Qorontoos 2ffaa 5:14
Qulqullummaa-waqayyoof gargar ba’uu
Namnii ulfiina waqayyotiif umameerra, waan hojettuu hundummaa ulfinaa waqayyootiif
ta’uu qaba.
Akkamitti jiraachuun nuuf malaa?
1.itti gafattamuumaadhaan
Abbomuu kan danda’uu goftichaa duwaadhaa,nuyii ergaamtotadhaa.
Isaa ergaa nuuf kenne kanaa gamachiisudhaaf hojechuu qabanaa.
Barnootaa
Yeroo
Umurii M.farfaana 24:1
Tajajiila Haggee 2:18
Qabenyaa Lalaabba 9:11
Oof to’achuudhaan jirachuudha.
2.Madaliin jirra(oditing)
Maatiwoos 25:19
Waqayyo waan hunduuma hin ilalaa
Fkn. Hojettotta warshaa qoranno irraa jiraan
Hojii gudda jechuun waan xiqqoo jalallaa guddadhaan rawachuudhaa.
3.Badhaasaa
Maatiwoos 25:21
Waqayyo amanumma kenyya badhassaa.
Amantiin rawiidhaan mulattaa.
Fkn. Noyii
Galmmii kenyaa iyesuus kiristoos osoo amma lafarra jirattee waan inni rawwatte darbuu
hojechuudha.

You might also like