You are on page 1of 4

TAJAAJILA MOOTUMMAA M U D D E E 2 011

ratti argataniifis utuu dhugaa hin bašin akka hin


TORBAN MUDDEE 12 JALQABU dabarre homaa hin shakkinu. Akkasumas erga
Faarfannaa 43 fi Kadhannaa tajaajilasaanii xumuranii booda, yommuu gabaa
Q Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii: dhaqan karaa alidilee tašeen dhugaa bašuuf car-
wp08 1/1 ful. 31 (Daq. 25) raa argatanitti akka fayyadaman beekamaadha.
Isaanis akkuma Yesus, lallabuurraa boqochuu
Q Mana Barumsaa Tajaajila Tišookraasii:
akka qaban itti hin dhagašamne.—Mar. 6:31-34.
Dubbisa M.Q.: Isa. 6-10 (Daq.10)
2 Yeroo Hunda Qophaašoo Tašuu: Maqaan kee-
Lakk. 1: Isa. 6:1-13 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Mootummaan Waaqayyoo Bulchiinsa
nya inni Dhugaa Baatota Yihowaa jedhu, maal
Dhugaatii?—rs ful. 226, key. 3–ful. 227, key. 1 akka hojjennu qofa utuu hin tašin, eenyummaa
(Daq. 5) keenyas kan ibsudha. (Isa. 43:10-12) Kanaaf yeroo
Lakk. 3: Jaalalli Yoomiyyuu Kan Hin Badne Maa- hundumaa, jechuunis yeroo manaa gara manaa
liifi?—1 Qor. 13:8; 1 Yoh. 4:8 (Daq. 5) hin tajaajillettillee, waašee abdii keenyaa namoo-
Q Walgašii Tajaajilaa:
tatti himuuf qophaašoo tašuu qabna. (1 Phe. 3:15)
Faarfannaa 36
Haalawwan karaa alidilee tašeen dhugaa bašuuf si
dandeessisanirrattiifi waašee maalii akka dubbat-
Daq. 5: Beeksisa.
tu ni yaaddaa? Barreeffamoota namoota fedhii
Daq. 15: Mana Barumsaa Tajaajila Tišookraa-
sii 2012. Haasaa ilaaltuu mana barumsichaatiin argisiisaniif kennitu ni qabattaa? (Fak. 21:5) Ma-
dhihaatu. Sagantaa 2012f bašerraa qabxiiwwan naa gara manaatti qofa lallabdamoo, yoo haalli
naannoo keessaniif tašan ibsi. Gašee gargaaraa sii mijaaše namoota bakka kan biraatti argamanii-
gorsa kennaan qabu ibsi. Kutaa isaaniif kenna- fis misiraachicha ni labsita?
me akka dhiheessan, ijoo dubbisa Macaafa Qul- 3 “Karaarratti” Lallabuu: Daandiirratti, bakka
qulluurratti yaada akka kennaniifi yaadawwan ki- konkolaataan dhaabatutti, iddoowwan bashan-
taaba Mana Barumsaa Tajaajilaarratti kennaman
hojiirra oolchuuf carraaqii akka godhan hunda-
nanaatti, naannoo daldalaafi iddoowwan akka-
saanii jajjabeessi. siitti ni lallabna. Iddoowwan kanatti lallabuun,
Daq. 15: “Yeroon Lallabuurraa Boqonnaa Itti bakka guddaa kan hin qabne, baramaa kan hin
Taanu Hin Jiru.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhi- taaneefi akka filannaatti qofa kan itti fayyadam-
haatu. Yommuu keeyyata 2rrattti marišattan, ba- nudhaa? Phaawulos ergamaan “karaarrattii” fi
balšisaa karaa alidilee tašeen lallabuudhaan buša manaa gara manaatti akka lallabe dubbateera.
qabeessa taše tokkoof gaafannoo godhi. Akkamitti (HoE. 20:20, NW ) Tajaajilli manaa gara manaa,
dursee akka qophaašu gaafadhu; akkasumas muu- ergaa Mootummichaa namootatti himuuf mala
xannoo gaarii tokko akka dubbatu afeeri.
isa guddaafi caalaatti buša qabeessa tašedha. Haa-
Faarfannaa 24 fi Kadhannaa
tašu malee, namoonni jaarraa jalqabaatti lallabaa
turan kan xiyyeeffatan, manneenirratti utuu hin
tašin namootarratti ture. Karaarratti, karaa alidi-
Yeroon Lallabuurraa Boqonnaa lee tašeen, akkasumas manaa gara manaatti carraa
Itti Taanu Hin Jiru argatan hundatti fayyadamanii waašee dhugaa
1 Labsitoonni Wangeelaa hinaaffaa qabaniifi dubbatu turan. Nuyis tajaajila keenya raawwa-
jaarraa jalqabaatti turan, ‘utuu gargar hin kutin’ chuuf ilaalcha akkasii haa qabaannu.—2 Xim.
bakka namoonni argaman hundatti misiraachi- 4:5.
cha labsaniiru. (HoE. 5:42) Kanaafuu, yommuu 2. Haala maqaa keenyaa wajjin walsimuun jiraachuun
manaa gara manaatti tajaajilan namoota karaar- maal dabalata?
3. Karaarratti, bakka konkolaataan dhaabatutti, iddoow-
1. Labsitoonni Wangeelaa jaarraa jalqabaatti turan, boqo- wan bashannanaatti, naannoowwan daldalaafi iddoow-
chuu akka qaban akka isaanitti hin dhagašamne akkamit- wan kana fakkaatanitti lallabuu, mala bakka guddaa hin
ti beekna? qabne goonee ilaaluu kan hin qabne maaliifi?

Itoophiyaaf km11 12-OA Et Vol. 54, No. 12


TORBAN MUDDEE 19 JALQABU Q Walgašii Tajaajilaa:
Faarfannaa 43 fi Kadhannaa Faarfannaa 54
Daq. 10: Beeksisa. Barreeffama jiša Amajjiitti
Q Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
raabsamu erga ibsitee booda hojiin argisiisni tok-
w08 1/15 ful. 17, key. 1–ful. 19, key. 4 (Daq. 25) ko akka dhihaatu godhi.
Q Mana Barumsaa Tajaajila Tišookraasii: Daq. 15: Yeroo Rakkisaa Tašettis Lallabi. (2 Xim.
4:2, NW ) Kitaaba Waggaa 2011, fuula 121 han-
Dubbisa M.Q.: Isa. 11-16 (Daq. 10)
ga fuula 122, keeyyata 4, fi fuula 226rratti hun-
Lakk. 1: Isa. 13:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gadi) daašee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffat-
Lakk. 2: Nuyi Amantiidhaan Malee, Waan Hun- toonni barumsa maalii akka argatan ilaalchisee
dumaa Ijaan Arguudhaan Kan Hin Jiraanne yaada akka kennan gaafadhu.
Maaliifi?—2 Qor. 5:7 (Daq. 5) Daq. 10: Saanduqa Gaaffii. Ilaaltuu olaanaa ta-
Lakk. 3: Ilaalcha Yaalii Fayyaatiif Qabaachuu jaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu.
Qabnu—fy ful. 124-127 key. 19-23 (Daq. 5) Faarfannaa 47 fi Kadhannaa

SAANDUQA GAAFFII isaaf kennuuf yaane kan dubbisuu tašuu-


saa isa gaafachuun gaariidha. Babalšistoonni
˛ Nama tokkoof barreeffama kennuuf namni haasofsiisan fedhii qabaachuuf dhii-
ykn dhiisuuf akka murteessinu kan nu suusaa sirritti hubachuu qabu. Fakkeenyaaf,
godhu maalidha? yommuu daandiirratti tajaajillu barruulee,
Wanti dursi kennamuuf, namni haasofsiis- birooshuroota ykn kitaabota nama argine
nu fedhii kan qabu tašuusaati. Yoo fedhii hundaaf akkasumatti kennuun sirrii miti. Fe-
dhugaa argisiise barruu lama, birooshura, ki- dhii qabaachuufi dhiisuusaa beekuun yoo nu
taaba ykn barreeffama raabsaa jirru kan biraa rakkise, waraqaa afeerrii ykn tiraaktii ken-
kennuufii dandeenya. Hojii addunyaa ma- nuufii dandeenya.
raatiif buusiin inni godhu yoo Haaluma wal fakkaatuun,
xinnaates taše yoo homaa go- barreeffamni babalšisaan tok-
chuu baate kennuufii qabna. Babalšistoonni ko fudhatu hamma tajaajilaaf
(Iyo. 34:19; Mul. 22:17) Karaa namni isa barbaachisu tašuu qaba ma-
gara biraatiinimmoo, barreef- haasofsiisan fedhii
lee, qarshii buusii gochuu dan-
famoota keenya namoota din- qabaachuuf
dašurratti kan hundaaše tašuu
dhiisuusaa sirriitti
qisiifannaa hin qabneef hin hin qabu. Buusiin kan godha-
hubachuu qabu
kenninu.—Mat. 7:6. mu barreeffamootaaf kaffaluuf
Namni haasofsiisnu fedhii utuu hin tašin, hojii lallabaa
qabaachuusaa kan argisiisu akkamitti tašuu addunyaa maratti godhamu hundarratti gar-
dandaša? Nu haasofsiisuuf fedhii qabaa- gaarsa gochuufidha. Galiin keenya hamma-
chuunsaa kanaaf ragaa gaarii taša. Yom- miyyuu yoo taše, hojii Mootummichaa deg-
muu dubbannuu xiyyeeffannaa kennuun- geruuf arjummaadhaan akka kenninu kan
saa, gaaffii isa gaafannu deebisuunsaafi nu kakaasu qarshiin nurraa hafuusaa utuu
ilaalcha qabu ibsuunsaa maree goonurrat- hin tašin dinqisiifannaa qabnudha. (Mar. 12:
ti akka hirmaachaa jiru argisiisa. Macaafa 41-44; 2 Qor. 9:7) Dinqisiifannaan akkasii,
Qulqulluu yommuu dubbisnuuf nuu hordo- barreeffamoota nu barbaachisan qofa fudha-
fuunsaas, Dubbii Waaqayyootiif kabaja akka chuudhaan qabeenya Mootummichaa akka
qabu argisiisa. Yeroo baayšee, barreeffama hin balleessine nu godha.

5 2011 Christian Congregation of Jehovahšs Witnesses. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.


Bakka bušuudhaan kan maxxansan: Yeyihowa Misikiroch, P.O. Box 5522, Addis Ababa, Ethiopia OROMO

2
TORBAN MUDDEE 26 JALQABU Faarfannaawwan
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa
Mootummichaatti Akka
Q Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii: Gaariitti Fayyadamuu
wp08 2/1 ful. 8, key. 1–ful. 9, key. 5 (Daq. 25)
Q Mana Barumsaa Tajaajila Tišookraasii: Tajaajiltoonni Waaqayyoo, muuziqaan kennaa
Dubbisa M.Q.: Isa. 17-23 (Daq. 10) gaarii Yihowaarraa argame akka taše yaadu. (Yaq.
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tišookraasii 1:17) Gumiiwwan hedduun walgašii duraafi booda
(Daq. 20) sagaleesaa gadii qabanii Faarfannaawwan Mootum-
Q Walgašii Tajaajilaa: michaa ni taphachiisu. Muuziqaa Mootummichaa
Faarfannaa 11 taphachiisuun, gara walgašichaatti haala nama tas-
Daq. 5: Beeksisa. Mataduree “Faarfannaaw wan gabbeessuun akka simatamne kan argisiisudha. Ak-
Mootummichaatti Akka Gaariitti Fayyadamuu” je- kasumas, sammuun keenya waaqeffannaadhaaf akka
dhurratti marišadhaa. qophaašu gargaara. Kitaaba faarfannaa keenyarraa
Daq. 15: Kitaaba Ragaa Dhiheessuutti Fayyadamuu faarfannaawwan haaraan banamuunsaanii, muu-
Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Ragaa Dhihees-
suu, fuula 7-8rratti hundaašee haasaadhaan kan dhi- ziqicha akka beeknuufi sirritti akka faarfannu nu
haatu. Bifawwan addaddaa kitaaba kanaa akkamitti gargaara. Walgašii booda muuziqaan akkasii bana-
fayyadamuun akka dandašamu ibsi. Hojiin argisiisni muunsaa, haalli gammachiisaan wal jajjabeessuuf
tokko ykn lama akka dhihaatu godhi. nu gargaaru akka uumamu godha. Kanaafuu, qaam-
Daq. 15: Barumsa Akkamii Arganna? Mareedhaan ni jaarsolii walgašii duraafi booda muuziqaan Siingi
kan dhihaatu. Hojii Ergamootaa 10:1-35 dubbisaa.
Tuu Jehoovaa—Piyaanoo Akkampaanimanti jedhamu
Seenaan kun tajaajila keenyaaf akkamitti nu gargaa-
ruu akka dandašu marišadhaa. akka banamu gochuu qabu. Sagaleen muuziqichaa
Faarfannaa 18 fi Kadhannaa kan hin jeeqneefi waliin haasašuuf kan hin rakkisne
tašuusaas mirkaneessuu qabu.

Irra Deebii Mana Barumsaa ariifanne kan ibsu akkamitti? [w06-AM 11/15
ful. 19 key. 1; w80-E 4/15 ful. 19 key. 7]
Tajaajila Tišookraasii
6. Waašee durba Shulaam ilaachisee “hidhiin kee
Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaa- akka dhaaba dammaa nadhii coccophsa, arraba
jila Tišookraasii torban Muddee 26, 2011 jalqabutti kee jalaas dammaa fi aannantu yaaša” jedha-
kan irratti marišatamudha. muunsaa maal argisiisa? (Wed. 4:11) [w06-AM
11/15 ful. 19 key. 6]
1. Gorsa Fakkeenya 30:32rra jiru hojiirra oolchuun 7. Maqaawwan ulfinaa “Gorsaa, dinqii, Waaqayyo-
keenya, nama nu aarse caalaatti aarsuurraa of jabaa, abbaa bara baraa” jedhan, waašee Yesusiifi
qusachuuf kan nu gargaaru akkamitti? [w87-E amala inni yeroo addunyaa haaraa bulchu argi-
5/15 ful. 30 key. 11] siisu ilaalchisee maal nu hubachiisu? (Isa. 9:6)
2. Namni tokko wanta yaade guuttachuuf baayšee [w91-AM 4/15 ful. 5 key. 7]
dadhabuunsaa ‘gammachuu’ kan isaaf hin ar- 8. Yeroo haršaatti saba Israašel ‘Waaqayyo aarii irraa
gamsiisne maaliifi? (Lal. 2:1) [g-AM 4/06 ful. 6 qabutti’ kan fakkeeffame eenyudha? Yihowaan
key. 1-2] ishee balleessuuf akka ‘uleetti’ kan itti fay-
3. Namoonni tokko tokko yaanni Solomoon Lalla- yadamuhoo eenyudha? (Isa. 10:5, 6) [ip-1-AM
ba 3:1-9rratti dubbate ragaa hireetti amanuuf ful. 145 key. 4, 5; ful. 153 key. 20]
gargaarudha jedhanii kan yaadan tašus, yaan- 9. Raajiin Isaayaas Baabiloniin ilaalchisee “bara ba-
ni Solomoon Lallaba 9:11rra [akka hiika bara raan namni ishee keessa hin jiraatu” jedhee
1899tti] jiru wantoonni jireenya keessatti nu dubbate kan nama dinqisiisu maaliifi? Raajiin
mudatan hundi dursee akka hin murteeffam- kun raawwatamuunsaa yeroo haršaatti amanan-
ne kan argisiisu akkamitti? [w09-AM 3/1 ful. 4 naa akkamii akka qabaannu nu godha? (Isa. 13:
key. 4] 19, 20) [g-AM 11/07 ful. 9 key. 4, 5]
4. ‘Qajeelaa keessa bašaa’ tašuun balaa akkamii 10. “Gooftummaa [“banaa,” hiika bara 1899] inni
qaba? (Lal. 7:16) [w10 10/15 ful. 9 key. 8-9] ittiin mana Daawit banu” Yesusiif kan kenna-
5. Yaanni Weedduu Weedduu Caalu 2:7rra jiru me yoom ture? Bantuu sana maal gochuuf itti
namoonni gaašela godhachuuf yaadan nama hi- fayyadamaa jira? (Isa. 22:22) [w09 1/15 ful. 31
riyaa gaašelaa isaaniif tašu filachuuf akka hin key. 2]

3
riffaafi Afaan Walaayittaatiin; birooshura Waaqayyoon Dhaggeef-
TORBAN AMAJJII 2 JALQABU fadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu Amaariffa, Arabiffa, Afaan
Chaayinaa, Ingiliffa, Afaan Faransaayi, Afaan Oromoo, Afaan Si-
Faarfannaa 21 fi Kadhannaa
daamaa, Afaan Sumaalee, Tigriffaafi Afaan Walaayittaatiin; Caaf-
Q Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii: fata Qulqullaašoo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2012 Amaariffa, Ingi-
wp08 2/1, ful. 9, key. 6–ful. 11, key. 4 (Daq. 25) liffa, Afaan Faransaayi, Afaan Oromoofi Tigriffaan; Indeeksii
2001-2010 Ingiliffaan; Kaalaandarii 2012 Ingiliffaafi Afaan Faran-
Q Mana Barumsaa Tajaajila Tišookraasii: saayiin.
Dubbisa M.Q.: Isa. 24-28 (Daq. 10) ˛ BARREEFFAMOOTA AMMAS NUU ERGAMAN: Amaariffa:
Lakk. 1: Isa. 27:1-13 (Daq. 4 ykn isaa gadi) Barumsa Macaafa Qulqulluu, Barsiisaa Guddicha, Nama Namoo-
ta Hanga Haršaatti Jiraatan Hunda Caalu, Maqaa Waaqayyoo.
Lakk. 2: Yihowaan Akka Si Jaallatu Hin Shakkin—Isa.
Afaan Chaayinaa: Daandii Gara Nagaafi Gammachuutti Gees-
57:15 (Daq. 5)
su. Ingiliffa: Guud Niiwus foor Piippilsi oov Ool Neeshins, Tiraak-
Lakk. 3: Bulchitoota Mootummichaa Kan Tašan Ee- tii Lakk. 23. Afaan Nuweer: Barumsa Macaafa Qulqulluu.
nyufaši?—rs ful. 227, key. 2-4 (Daq. 5)
Q Walgašii Tajaajilaa:
Faarfannaa 32
Akkaataa Dhiheenyaa
Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa Masaraa Ee- Jiša Jišaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti
gumsaa dhiheenyatti bašeef qophaaše fayyadamuu-
Qayyabanna Macaafa Qulqulluu
dhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa jiša
Amajjiitti qayyabannaan Macaafa Qulqulluu akkamit-
Jalqabsiisuuf Gargaaru
ti akka jalqabamu argisiisu akka dhihaatu godhi. “Namoonni amantii garaagaraa kan qaban siša tašu, Waa-
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayya- qayyoon kan waaqeffatanis karaa addaddaatiini. Waaqay-
damaa. yo waašee kanaa maal kan itti dhagašamu sitti fakkaata?
Daq. 15: Yaadawwan Jiša Amajjiitti Barruulee Raab- [Hanga deebii kennutti eegi.] Dhimma kana ilaalchisee Ye-
suuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadu- sus maal akka barsiise ilaali.” Achiis Masaraa Eegumsaa
reewwan naannoo tajaajilaa keessaniif tašan tokko tok- Onkoloolessaa-Muddee 2011 kenniifiitii, yaada mataduree
ko daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis, xiqqaa isa jalqabaa fuula 22rra jiru dubbisaa irratti mariša-
matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti bašan dhaa. Yoo xinnaate caqasa tokko baasii dubbisiif. Barruu-
fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii
lee kana akka fudhatu erga afeertee booda, guyyaa gaaffii
namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dub-
bisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadu- itti aanu deebisuuf deebitee itti dhaqxu beellama qabadhu.
reewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal
qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon
si gaše barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mata-
34567 Onkoloolessaa-Muddee

duree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Babalšistoonni “Ijoollee xixinnoo waašee Waaqayyoo barsiisuu qabna-
Dammaqaa! kana naannoo daldalaatti raabsuuf car- moo hamma guddatanii amantii mataasaanii filatanitti ee-
raaqqiin adda taše akka godhan jajjabeessi. Ilaaltuun guu qabna jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Ma-
olaanaa tajaajilaa qophii gumichi kana raawwachuuf caafni Qulqulluun abbootiin maal akka godhan akka ajaju
godhe akka ibsu afeeri. Barruuleen lamaanuu akkamit- hubadhu. [Efesoon 6:4 dubbisiif.] Barruun kun, warri
ti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu go- ijoolleesaanii waašee Waaqayyoo akkamitti barsiisuu akka
dhi. Hojiin argisiisni yeroo Dammaqaan! raabsamu ar- dandašan yaada kenna.”
gisiisu, naannoo daldalaatti akkamitti raabsamuu akka
dandašu kan argisiisu haa tašu. Dammaqaa! Amajjii
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa “Haala daldalaa wajjin wal qabateen mattašaa kennuun
ykn karaa kan biraatiin amanamummaa hiršisuun baramaa
tašeera. Namoonni tokko tokko hojii daldalaarratti bušaa ar-
Beeksisa gachuuf hamma tokko amanamummaa hiršisuun barbaa-
chisaa akka taše isaanitti dhagašama. Atoo maal sitti fakkaa-
˛ Barreeffamoota raabsaman Muddee: Maatiin Gammachuu Ar- ta? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yaada miira namaa tuqu
gachuu Kan Dandašu Akkamitti? Yookiin maaticha keessa ijool- kana qalbeeffadhu. [Fakkeenya 20:17 dubbisiif.] Barruun
leen kan jiran yoo taše, kitaaba Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa kun, amanamummaan barbaachisaa kan taše maaliif akka
Qulqulluu Ittiin Baradhu jedhamu raabsaa. Amajjii: Macaafni taše ibsa.”
Qulqulluun Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa
Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Guraan-
dhala: Gammachuu Maatii. Bitootessa: Macaafni Qulqulluun
Maal Barsiisa? Guyyuma jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qul-
Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
qulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Waggaan tajaajilaa darbe yommuu xumuramu, jechuunis jiša Hagay-
˛ Ayyaanni Yaadannoo 2013 Kibxata, Bitootessa 26rra oola. yaatti lakkoofsi babalšistootaa haaraan 9,212 gaše gabaafameera.
˛ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Leenjii Mana Waggicha keessatti dhibbeentaa 4iin guddinni kan argame siša tašu, na-
Barumsaa Tajaajila Tišookraasiirratti Kennamurraa Fayyadami moonni 533 tašanis cuuphamaniiru. Sašaatiin Yihowaa tajaajiluudhaan
afaan Oromootiin; Jaalala Waaqayyoo afaan Sidaamaatiin; Gaaf- dabarfame, yeroo jalqabaatiif walumatti qabaatti miliyoona sadii ol taš-
fiiwwan Dargaggootaa—Jildii 1 Ingiliffaan: birooshura Waaqay- eera! Hojii barbaachiisaa lubbuu baraaru kanarratti hinaaffaafi jabi-
yoon Dhaggeeffadhu jedhamu Amaariffa, Arabiffa, Ingiliffa, Afaan naan hirmaachuu keenya itti haa fufnu!
Faransaayi, Afaan Oromoo, Afaan Sidaamaa, Afaan Sumaalee, Tig-

You might also like