You are on page 1of 38

A

f
a
a
n

H
a
a
r
a
a

d
u
b
b
a
c
h
u
u
Afaan haaraatiin dubbachuun
kennaa Hafuuraa keessaa tokko
dha. Kanaaf kennaa kanas
beeknee itti dhimma ba’uun
barbaachisaa dha.
Yeroo ammaa kennaan kun
waldoota baayyee keessatti akka
kennaa hundumaa caaluu fi
mallattoo hafuura qulqulluutiin
guutamuutti ilaalama.
K
e
n
n
a
a

h
a
f
u
u
r
a
a

Afaan hin beekamneen dubbachuu


Afaan Haaraa dubbachuu

Kennaa kana ilaalchisee waanti ifa hin taane baayyeetu jira. Kanaaf gaaffii
baayyeetu kennaa kana ilaalchisee gaafatama.
Gaaffii yeroo baayyee
gaafataman

 Afaanni kun afaan akkamiiti?


 Kan Waaqa irraamoo kan lafa
irraati?
 Hiikkaa qaba moo hin qabu?
Gaaffii yeroo baayyee gaafataman

 Maaliif barbaachise?
 Inni har’a waldaa adda addaa
keessaa dubbatamu dhuguma
kennaa Hafuura Qulqulluutii?
Afaanni kun kan akkamiiti? Hiikkaa qabaa?

 Kakuu moofaa keessatti waa’ee kennaa


afaanii kana baayyee hin arginu. Bal’inaan
kan mul’atu kakuu haaraa keessatti ta’uun
isaa beekamaa dha. Kakuu haaraa keessaa
iyyuu yeroo jalqabaaf kan inni jiruu irra oole
Hojii Ergamootaa boqonnaa lama keessatti
dha.
Afaanni kun kan akkamiiti?
Hiikkaa qabaa?
 Boqonnaa sana keessatti ilaaluun
akkuma danda’amu, guyyaa
shantammaffaa ykn Pheenxeqoosxee
jedhamee waamamu ture. Yeroon kun
Yeroo itti waadaan Yesuus bartootaaf
gale raawwatamee bartootni Hafuura
Qulqulluu argatan dha.
Hojii Ergamootaa 2:4

 “Yommus hundumti isaanii hafuura qulqulluu


dhaan guutaman; akka hafuurri dubbachuu
isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa
dubbachuu jalqaban.” Jedha.
 Eeyyee bartotni iddoo kanatti ture kan isaan
kennaa afaanii argatan. Akka hafuurichi
dubbachuu isaa isaaniif kennettis dubbachuu
eegalaniiru.
 Kanaaf gaafa sana afaan akkamii
akka isaan dubbatan itti
dhiyaannee ilaaluu yaalla. Yeroo
kutaa kana ilaallu suuta jennee,
tilmaama waa’ee afaan kanaaf
qabnu hundumaa irraanfannee,
akka keessummaatti yoo ilaalle
gaarii natti fakkaata.
 lakkoofsa 7 - “warri dubbachaa jiran
kun hundinuu Galiilota miti moo?”

 Kanaaf afaan galiilotaa dubbachuutu


irraa eegama ture.
Namootni iddoo sana turan (kan dhaggeeffatan)
namoota afaan maalii dubbatan turan?

 Namootni achi turan ayyaana guyyaa


shantammaffaa kabajuuf jecha magaalaa sanatti
kan walitti qaban yeroo ta’u biyyoota adda
addaa irraa walitti qabaman. Lakk. 9-11tti yoo
dubbifne biyyootni maqaa dha’aman qofti
naannoo biyyoota 17ti.
A
f
a
a
n

A
k
k
a
m
i
t
u

D
u
b
b
a
t
a
m
e
?

 Lakk.6 “jarreen kun hundinuu huursaa kana


yemmuu dhaga’an, iddoo kun ta’etti
dacha’an; warri hafuura qulqulluu dhaan
guutaman kun afaan tokkoon tokkon
isaaniitiin akka dubbatan dhageenyaan,
waan jedhan wallaalan.”
Afaan akkamiitu dubbatame?

 Lakk 7. “Na’anii dinqifatanii, ‘warri dubbachaa


jiran kun galiilota mitimoo? Jedhanii
gaafatan.
 Lakk 8. “tokkoon tokkoon keenya akkamitti
afaan dhalanneen isaan dhageenya? Jedhanii
walii isaanii gaafachaa turan.
Lakk. 11 “…. Isaan kun hundinuu hojii Waaqayyoo
isa dinqisiisaa afaan ofii keenyaan utuu jajanii
ni dhageenya.” Jedhan.
A
f
a
a
n

a
k
k
a
m
i
t
u

d
u
b
b
a
t
a
m
e
?

 Walumaa galatti dhuga ba’umsi namoota


dhaggeeffachaa turanii kana fakkaata ture.
Biyya kamii iyyuu yoo dhufe warruma
galiilotaa sana irraa afaan ofii isaatiin
misiraachoo dhaga’ee biyya isaatti deebi’e.
Dhuguma iyyuu kun Kennaa Waaqayyoo yoo
ta’e malee hin danda’amu.
Afaanni sun eenyuuf
haaraa ture?

 Warra dubbatu moo warra


dhaggeeffatuuf?

 Afaan ofii keenyaa itti dhalanne


dhageenye kan jedhe eenyu?
M
a
a
l
i
i
f

k
e
n
n
a
m
e
?

 Bartootni hundinuu akkuma jedhame


Galiilota.
 Namni achi jiru immoo kan afaan adda addaa
dubbatu dha.
 Kana malees bartootni kan ergaman gara
biyya lafaa hundumaatti ture.
 Afaan tokko qofa dubbachaa akkamitti biyya
lafaa wangeela waliin ga’u?
Phaawuloos maal jedhe?

 Erga akkas ta’ee inni Phaawuloos namni


afaan hin beekamneen dubbatu iccita
Waaqayyotti dubbata malee namatti miti
jedhu immoo maal ree?
1 Qorontoos Boqonnaa 14

 Namni Kennaa Hafuuraa kan argate yoo of


se’e isaan kana haa beeku (Lakk. 37)
A
f
a
a
n
n
i
W
a
a
q
a
y
y
o

h
i
n

d
h
a
g
e
e
n
y
e

h
i
n

ji
r
u
.

 Namni tokko afaan hin beekamneen yeroo


dubbatu – namni isa hubatu waan hin jirreef –
Waaqayyotti dubbata malee namatti miti

 … garuu hafuuraan geggeeffamee waan


dhoksaa baayyee of keessaa qabu dubbata
(Lakk. 2).
Eenyuun fayyada?

 Namni afaan hin beekamneen dubbatu ofii


isaa cimsa, namni waan Waaqayyo isatti
mul’ise himu immoo waldaa kiristaanaa cimsa
(Lakk. 4).
W
a
l
d
a
a
k
e
e
s
s
a
t
t
i
k
a
m
i
n
w
a
y
y
a
?

 Waan afaan hin beekamne dubbatame sana


akka waldaan kiristaanaa ittiin cimina
argattuuf namni tokko yoo hike malee, inni
waan Waaqayyo isatti mul’ise himu isa afaan
hin beekamne dubbatu caalaa waa’ee baasa.
(Lakk. 6)
Afaan hin beekamne qofa dubbachuun waa’ee
baasaa?

 mul’ata, raajii, beekumsa ykn


barsiisa tokko utuun hin dubbatin
afaan hin beekamne qofa
dubbachaa gara keessan yoon
dhufe attamitti isiniif waa’ee
baasa? ( lakk. 6).
 caalaatti waan waldaa kiristaanaa
cimsu gochuu dhaaf dhama’aa
(Lakk. 12)

 kennaan hundinuu waldaa


Kiristaanaa cimsuuf haa ta’u
(Lakk. 26)
W
a
a
n
a
k
k
a
m
i
d
u
b
b
a
c
h
u
u
w
a
y
y
a
?

 arraba keessaniin waan hin hubatamne yoo


dubbattan namni attamitti waan isin jettan
beekuu danda’aree? (Lakk. 9)

 akka nama qilleensatti dubbatuu taatu


(Lakk. 9)
 namni hiikkaa isaa hin beekne aameen jechuu
hin danda’u (Lakk. 16)
Kennaa hafuuraati ho rakkoo maalii qaba?

 ammam illee hafuuraan yoo galateeffatte


hiikkaan isaa hin beekamne taanaan galatni
kee nama biraa hin cimsu. (Lakk. 17)

 Waldaa kiristaanaa keessatti afaan hin


beekamneen sagalee kumaatama dubbachuu
irra, qalbii ofiitiin sagalee beekamu shan qofa
dubbachuu wayya (Lakk. 19)
P
h
a
w
u
l
o
o
s
w
a’e
af
n
laf
m
o
o

af
n

er
g
a
m
o
o
ta
d
u
b
b
at?

 biyya lafaa
keessa afaan
garaa garaa
baayyeetu jira.
Isaan keessaa
kan hiikkaa hin
qabne hin jiru
(Lakk. 10).
Waldaa keessatti namootni afaan walii hubachuu
yoo dadhaban maal ta’u?

 sagaleen sun maal akka jedhu


yoon hin beeku ta’e nama
afaanicha dubbate biratti orma
ta’uu kooti; inni dubbatu sunis ana
biratti orma ta’uu isaati. (Lakk. 11)
Yoo tarii afaan hin beekamneen dubbachuun
kennameef hoo?

 namni afaan hin beekamneen


dubbatu, hiikuu akka danda’uuf
haa kadhatu (Lakk. 13)
N
a
m
n
i
af
n

o
f
i
h
u
b
ac
h
u
u

h
i
n

d
a
n
d
e
n
ye
n

y
o
o

ka
d
h
ate:

 Afaan hin beekamneen yeroon kadhadhu


hafuurri koo ni kadhata, qalbiin koo garuu
duukaa hin jiru (lakk. 14)
 Kanaaf
 Hafuurrii fi qalbiin koo wal duukaa
kadhachuu qabu (Lakk. 15)

 Jechuun

 Waanan kadhadhu beekuun


barbaachisaa dha jechuu dha
Milikkita

 Afaan hin beekamneen


dubbachuun warra hin amanneef
milikkita akka ta’uuf kenname
malee warra amananiif miti
(Lakk. 22)
Hundumatu wal ga’ee dubbachuu qabaa?

 waldaa guutuun walitti qabamee amantootni


hundinuu afaan hin beekamneen yoo
dubbatan, namootni hiikkaa isaa hin beekne
ykn warri hin amanin maraattota isiniin hin
jedhaniiree? (Lakk. 23)
 namni afaan hin beekamneen
dubbatu lama yoo baayyate
sadii qofti dabaree dhaan haa
dubbatan (Lakk. 27)
 Waan dubbatame namni
biraan hiikuu qaba (Lakk, 27)
Yoo hiikuun dadhabame hoo?

 namni afaan sana hiiku yoo jiraachuu baate


Waldaa keessatti afaan hin beekamne hin
dubbatin (Lakk. 28)

 Waaqayyo Waaqa nagaati malee Waaqa sibirii


hin qabne miti (Lakk. 33)
Afaan hin beekamne dhowwamuu qabaa?

 Afaan hin beekamneen


dubbachuu hin dhowwinaa; garuu
sabirii dhaan haa ta’u (Lakk.
39,40)
K
e
n
n
a
a
n

A
f
a
a
n
i
i
:

 Akka namootni afaan walii wallaalaniif utuu


hin taane, akka misiraachoo fayyinaa wal
irraa dhaga’aniif dha.

 Faallaa isa cubbuun afaan gargar baaseeti

 Cubbuun akka namni wal hin hubanne godhe


 Hafuurri immoo kennaa ittiin daangaa afaanii
kana cabsanii darban kenna.
1Qor. 14:37,38

 Namni Kennaa Hafuuraa kan argate yoo of


se’e isaan kana haa beeku, innoo abboommii
gooftaa keenyaati.
 Kan kana beekuu hin feene yoo jiraate inni
ofii isaatii iyyuu hin beekamu. (Waaqayyo
biratti)

You might also like