You are on page 1of 2

Hafuura qulqulluu

Ijaa hafuura jechuun mal jechuudha?


Ijaa hafuura kan jennu ija amanan jijjirame
tokko kennu yookaan ijaa isarra argamuudha .
Iji hafuura maal maal akka ta’e dubbii
waaqayyooakka itti aanee jiruu kanatti tarressa
ka’a.
Innis ijii hojii hafuura Jiraachuun Waaqayyo
mirkaneessuu yookiin mirkaneessuu
dhiisuun hin danda’amu. Macaafni
Qulqulluun jiraachuu Waaqayyoo amantiin
fudhachuun akka nurra jiru nutti hima.
“Amantiin malee immoo Waaqayyoon
gammachiisuun hin danda’amu. Eenyu illee
Waaqayyotti dhiyaachuu yoo barbaade inni
akka jiru, warra isa barbaadaniifis gatii
isaanii akka kennuuf amanuun isa irra jira”
(Ibroota 11:6). Waaqayyo utuu sana
barbaadee gara biyya lafaa dhufee nutti
mul’ata ture. garuu inni is asana gochuu
hin barbaadne utuu isa kana godhe
amantiin hin barbaachisu ture. “Yesus
immoo , ‘yaa Toomaas waan ana agarteef
amantee? Utuu ana hin argin kan amanan,
attam haa gammadan!”’ ittiin jedhe
(Yohaannis 20:29).immoo jaalala

You might also like