You are on page 1of 9

Barumsa 12 ffaa

Gara mirgaaf gara bitaa irraa


gara biyya ulfina qabeessaatti

HEERTUU YAADANNOO
• “Warra ogeessota keessaa kaan kufaatii isaaniitiin
qoramanii calalamanii in qulleeffamu; dhumni
wanta kanaas yeroo muramaa qaba, amma yeroo
sanatti in tura.” Dan 11:35
• Waa'ee mootii kaabaatiif taatee mootii
kan kibbaa Daani'el yommuu arge.
• Walii galtee gaa'elaan walitti
hidhamanillee milkaa'insa hin
qabaannee.
• Mootichi gara bitaa haxxummaa
jabaasaatiin loltootasaa bobbaasa.
• Dhumarrattis daboomee kakuu
Waaqa qulqulluu irratt aarii taasisa.
• Ogeessi yoo jiraate , saba sana keessatti
namoota ni barsiisa.
• Ta'us baay'ee isaanii, billaaf arraba ibiddaa
boojuutu isaan gansiisa.
• Garuu yoo kufanillee , kufaatiisaanii keessat
yaadaan ni gargaaramu.
• Namootni baay'eensaanii , maqaadhumaaf kan
ta'uuf isaanitti waamamuu.
• Warra ogeeyyii keessaa , kufaatii isaaniitiin
baay'eetu qulleeffama. *
2
• Dhumnisaas akka kana ,Yeroo muramaa
qaba akkasiin goolabama.
• Mootiin sadii ni ka'a biyya Faaresiin
keessaa Ergamaan ni dubbataa.
• Mootichi Inni afuraffaan sooressa
wanta ta'uuf waan hundaa ni
raawwata.
• Garuummoo isa boodaan mootiin lola
jaallatu Girikiin keessaa ba'a.
• Utuu baay'ee hin turiin bulchiinsi
mootii kanaas iddoo afuritti caba
• Ogeessi yoo jiraate , saba sana keessatti
namoota ni barsiisa.
• Ta'us baay'ee isaanii, billaaf arraba ibiddaa
boojuutu isaan gansiisa.
• Garuu yoo kufanillee , kufaatiisaanii keessat
yaadaan ni gargaaramu.
• Namootni baay'eensaanii , maqaadhumaaf kan
ta'uuf isaanitti waamamuu.
Warra ogeeyyii keessaa , kufaatii isaaniitiin
baay'eetu qulleeffama. *
2
Dhumnisaas akka kana ,Yeroo muramaa qaba
akkasiin goolabama.
• Darbiinsa baay'ee booda roomaan
Waaqa hin beekne aangootti yommuu
dhufe.
• Biyya ulfina Waaqaan guutte keessa
seenuudhaan balleessuu itti fufee.
• Bulchiinsi isaas gufatee iddoosaa
mootiin biraa ol-ka'eetu argamaa.
• Humnaan gibira fuudha guyyaa
muraasa booda garuu ni balleeffama.
• Ogeessi yoo jiraate , saba sana keessatti
namoota ni barsiisa.
• Ta'us baay'ee isaanii, billaaf arraba ibiddaa
boojuutu isaan gansiisa.
• Garuu yoo kufanillee , kufaatiisaanii keessat
yaadaan ni gargaaramu.
• Namootni baay'eensaanii , maqaadhumaaf kan
ta'uuf isaanitti waamamuu.
Warra ogeeyyii keessaa , kufaatii isaaniitiin
baay'eetu qulleeffama. x
2
Dhumnisaas akka kana ,Yeroo muramaa qaba
akkasiin goolabama.
• Taatee yeroo xumuraa kufaatii
phaaphaasiitii hanga du'aa ka'uutti.
• Dani'el kudha tokko lakkofsawwan
xumuraa haa qoru namni marti.
• Konkolaataaf markaba abboota
fardeeniitiin waliisaanitti bu'uu.
• Warri Mo'aabotaafi Edomiif
Amoonota isa jalaa ni ba'uu.
• Ogeessi yoo jiraate , saba sana keessatti
namoota ni barsiisa.
• Ta'us baay'ee isaanii, billaaf arraba ibiddaa
boojuutu isaan gansiisa.
• Garuu yoo kufanillee , kufaatiisaanii keessat
yaadaan ni gargaaramu.
• Namootni baay'eensaanii , maqaadhumaaf kan
ta'uuf isaanitti waamamuu.
Warra ogeeyyii keessaa , kufaatii isaaniitiin
baay'eetu qulleeffama. *
Dhumnisaas akka kana ,Yeroo muramaa qaba 2
akkasiin goolabama.

You might also like