You are on page 1of 30

BIIROO QONNAA OROMIYAATTI WAAJJIRA

QONNAA GO/BU/BEDDELLEETII KAROORA HOJII


MIS/SULULAA FI KUNUUNSA MIS/BOSONAA BARA
2015
Seensa
• Qabeenyi uumamaa sababa adda addaa
uumamaa fi namni fiduu tiin manca’aa dhufuu
isaatiin jijjiirama qilleensaa umamu irra
darbee haalli mijaawaa omisha qonnaaf
barbaachisu xiqqaachaa dhufee jira. Miidhaa
jijjiirama qilleensaatiin dhufaa jiru
dandamachuun omishaa fi omishtummaan
akka dabalu gochuuf Misooma sululaa bu’uura
godhachuun, kunuunsaa fi itti fayyadama
qabeenya uumamaa irratti xiyyeeffatanii
hojjechuun dhimma filannoo hin qabne dha.
• Haaluma kanaan hojiin Misooma sululaa bu’uura
godhachuun gaggeefamuun uwwisa qabeenya uumamaa
guddisuun qabeenyi uumamaa manca’uu fi badaa
adeemuu irraa kan hambisu yoo ta’u walii gala
xaa’ommaan lafaa akka dabalu, bishaanii fi roobni akka
gahumsaan jiraatu taasisuu fi qilleensa naannoo
kunuunsuun oomishaa fi oomishitummaa guddisuu
keessatti gahee olaanaa ni qabaata. Kanaas fiduun kan
danda’amu hirmaannaa hawaasa qonnaan bulaa fi
horsiisee bulaatiin rakkoolee sulula keessa jiran addaan
baasuu fi humnoota misoomaa qindeessuun waliin
karoorsuu, hojii eegumsa biyyee fi bishaanii fi
akkassumas hojii dandamana jijjiirama qilleensa
sadarkaa hawaasaatii fi qonnaan bulaa dhuunfaa irratti
hojjetaman karoorra Bara Baraan haala guutuu ta’een
qopheesun rawwachudhaan.
Ergamaa fi Mul’ata Adeemsichaa
Ergamaa:
 Qabeeyna Uumamaa itti fufiinsa qabuu fi haala
mijaawwaa misooma qonnaa fi jireenya hawwaasaaf
uumuudha .
Mul’ata:
Bara 2015tti Qabeeyna Uumamaa itti fufiinsa qabuu fi
haala mijaawwaa misooma qonnaa fi jireenya
hawwaasaaf uumame arguudha
• Ciminaa ,Hanqinoota fi Rakkoolee akka admsichaatti mullatanii fi
Furmaata rakkoo
Cimina ture: -
• Hojii fiizikaalaa ilaalchisee Sosochii Cimaan karaa walfakkaataa ta’een
sadarkaa hundatti gaggeeffamuu
• Utuu hojiitti hingalin dura hojii bara darbee xiinxaluun ganda
sadarkeessuun sirni beekamtii kennamuu (Aanaa hundaan kan ifuu)
• Leenjiin ogummaa karaa shaakallii qabuun kennamuu
• Hojiin bara kana hojjetamee uwwisa siyaasaa argachuu fi miidiyaan
deeggaramuun hojiin kun akka saffisu godheera
• Gamaggamni hojii kanaa yeroo yeroon gaggeeffamuun hanqinaa fi
cimina adda baasuun kallattii kaa’aa deemuun hojiin kun akka
hojjtamu godheera
• Deeggarsaa fi hordoffi sadarkaa hundatti jiraachuu(Godinaa hanga
Anaatti)
• Koreewwan adda addaa (Miidiyaa, Nageenyaa, keessummeessaa,
Lojistikii fi Fayyaa) hojii dhaabbii kana milkeessan ijaarun hojii keessa
galameera.
• Sadarkaa hundaatti koree Tekinikaa fi ol’aanaan ashaaraa magariisummaa
sadarkaa hojiin irra jiru gamagamaa deemuun kallattiin furmaataa kaawwamaa
tureera.
• Karoorri dhaabbii biqiltuu guyyaa tokko ittin ogganamuu sadarkaa hundatti
qopha’u isaa fi maarii qaamoolee adda addaa wajjin irratti gaggeeffameera.
• Biqiltuu fi boolli dhaabbii biqiltuu dursamee qulqullinaa fi baay’inaan akka
qophaa’era.
• Hirmannaan hawaasaa bara kanaa kan baroottan darbanii faana yoo
madaalamu fooyyee qabachuu
• Bara kana xiyyeeffaannoo hoggansaa Siyaasaa fi uwwiisa Midiyaa bifa adda
ta’een argachuu isaa.
• Gama Ogeesaa Godinaatiin foormaatiin gabaasaa adda addaa yeroon gadii
bu’eera.
• Abbootiin qabeenyaa wajiin maarii gaggeessuun guyyaa dhaaabbii Biqiltuu
kana deeggarsaa barbaachisuu akka godhaani fi uummata geejjibsiisuu irratti
tumsaa tola oltummaa akka godhaan jalqabbiin jiraachuu isaa
• Carraa Hojii gama misooma bosonaan bal’inaan kan uumamee fi buufannii
biqiltuu IMX fi interpiraayizii dhuunfaan banamuun biqiltuu hedduun
qophaa’eera
 Hanqinoota turan:-
Hanqinoota Hojii fiizikaalaa keessatti mullate
• Hojii Fiizikaalaa irratti Rakkoon Qulqullinaa
jiraachuu
• PD kennameen hojjechuu dadhabuu
• Hojii tokko qofarratti xiyyeeffachuu
• Gabaasa kennuu dadhabuu/waltajjii
sababeessuu
• Dheedichi gadi lakkisiin jiraachuu
• Hojii fiizikaalaa hojjetamee baayoolojikaalaan
haguuguu dadhabuu
 Hanqinaalee misooma bosonaa keessaatti qunname
• Sanyii bosonaa, muduraa, MPT quluqulina eegee qopheessuu dhabuu
sababni isaa madda sanyii dhabuu.
• Sanyi bosonaa muka haadhoo naannoo sanaa irraa walitti qabuu dhabuu,
waldaalee ijaaranii walitti qabsiisun irraa bittuu dhabuu irraa kan ka’e
madda sanyii biro irraa sanyii barbaaduu
• Biqltuu kaayyoo irratti hundaa’un qopheesuu jalqabbiin jiraatus ammas
xiyeeffannoo barbaada –Fkn .Qoraani, ijaarsa industirii, Qileensa naannoo
mijeessuuf/Ecology fi miidhagina kkf.
• Biqiltuun qophaa’u baayinaan pilaastika malee/bare root ta’uun isaa lalisaa
biqiltuu irratti dhiibba qaba
• Biqiltuu haala qilleensaa wajjin wal simu qopheeaauu irratti hanqinni
darbee darbee godina tokko tokko biratti ni mul’ata/Raising seedlings that
do not mach to the planting site.
• Qophiin dhaabbii biqiltuu dura taasifamu laafaa ta’uu Fakn.iddoo dhaabbii
sirrii filachuu, Iddoo filatame qulquleessuu, boolla fageenya fi balina
sadarkaa eegate qotuu fi biyyoo bahe qixaan kaa’uu dhabuun hanqinni
biyee yeroo dhaabbii muudachuu.
• Iddoo dhaabbii haala ammayyan GPSn yeroon akka adda bahu
kallattiin kennamus, jalqabbiin jiraatus itti fayyadama lafaa irratti
hundaa’un lafa gaarrewan, afaan
• lagaa fi lafa cicitaa adda baasun irratti hojjachuun ammayuu
xiyeeffannoo barbaada.
• Boolla ulaagaa fi sadarkaa isaa eeggate haala qileensa rooba naannoo
dhaabbii sanaa yaada keessa galchuun yeroo isaa eeguun qopheessuu
ilaalchisee ammayuu hanqinoota maqfamuu qabanii dha.
• Walirraa fageenya dhaabbii biqiltuu gosaa fi kaayoo biqiltuun
dhaabatuuf irratti hundaa’un akkaataa saayinsiin jedhuun
raawwachuu irrati ilaaluun barbaachisaa dha.
• Biqiltuu dhabuun dura adeemsa keessa darbuu qabu keessa dabarsuu
dhabuu/lack of hardening off procedure/
• Ragaan buufataalee biqqiltuu baayinaa fi balina isaa waliin GPSn adda
baasanii jijiirama jirus yeroo yeroon beeksisuu dhabuu akkasumas
dandeetii biqilaa isaan omishuu qabanii fi waggaa waggaan irrati
omishamaa jiru adda baasu dhabuu
 Rakkoowwaan ijoo Adeemsa misooma sululaa fi kunuunsa bosonaa
• Dheedicha gadhisii irratti Uummata mari`aachiisuun hiikuu dadhabuu;
• Lafa waliini misoomee irratti dargaggoo ijaaranii madda carraa hojii gochuun
laafa ta`u;
• Haanqinaa Baajataa
• Loojestiksiin dhabamuu
• Hojiin fiizikalaa hojjetame Aanaa hunda keessatti bifa wal fakkatuun
baayolojikaalan haguuguu hafuu
• Sululaa ceesisuu /Graduate/ dadhabuu
• Miidhaa mancaattii QUn dhufu itti fufiinsaan hubachiisuun jijjiramma fiduu
irrattii
• Baajata Gahaa buufata Biqilaaf ramaduu dadhabuu
• Humina guutuun biqiltuu qopheessuun hindanda’aminne
• Seektaraaleen hojiichaa keessatti gumaacha olaana qabanu walqixa socho’uu
hafuu
• Haala barbaadameen kunuusa biqiltuu itti fufiinsaan geggeessuu dadhabuu
• Karoorrii qophaahu karoora amala misooma bosonaa gidduu gala kan hin
godhanee: fakkeenyaaf misoomni bosonaa hojii bara tokkoo godhanii ilaaluu
...Rakkoo…
• Mancaatii bosonaa: sababoota mancaatii bosonaa keessaa inni olaanan
hiyyummaa ta’auun isaa beekamusi, sababoota biroos adda baasun,
galii qonnaan bulaa dabaluun akkasumas sababoota manacaatii bosonaa
birootifis furmaata kennaa deemuu dhabuun mancaatin bosonaa yeroo
gara yerootti dabalaa dhufuun.
• Hojii qonna bosona walkeessaa beekamaa, umurii dheeraa, jiruu fi
jireenya hawaasa fooyyeesuu keessatti gahee olaanaa kan qabu ta’us
xiyyeeffannoon kennamee hojachuu dhabuu
• Gaarreen qonnaaf hin oolle qonnaaf oolchuu, invastmantii qonnaa itt
fayyadama lafaa bu’uura hin godhannee gaggeessuu.
• Dheedumsa gadi lakkisii: Beeylada lakkoofsan muraasaa fi omisha
guddaa akka kennaaniif bifa ammayaa tiin horsiisurra, beeylada
lakkoofsan hedduu bu’aan isaanii ammo xiqqaa bifa taheen aadaa irratti
rara’uun dheedumsa humnaa oliitiin qabeenya uumamaa mancaasuu.
• itti fayadama lafaa hojiirra ooluu dhabuu irraa kan ka’e misoomni fi
kunuunsi bosonaa qixa barbaadamuu fi milkaa’uu danda’uun
hojjatamuu dadhabuu
Ka’umsa karooraa bara 2015

• Labsii aangoo fi ittgaafatmummaa Mootummaan


Biiroo Qonnaa Oromiyaa tiif kenneen
• Caffee Mootummaan naannoo Oromiyaa Biiroo Qonnaa
Oromiyaatiif itti gaafatamummaa labsiin kenneef (Labsii
Qaamolee Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo
Oromiyaa Irra Deebiidhaan Gurmeessuu, Aangoofi Hojii
Isaanii Murteessuuf Bahe, Labsii Lak. 213/2011) kenne
bu’uura gochuun: labsii keessaatti
• Hojii misooma sululaa, qonna bosonaa fi misooma
bosonaa adda addaa waliin walqabatan ni gaggeessa; ni
qindeessa; ni deeggara; ni hordofa;
Ka’umsa karooraa bara 2015

• Misoomni bosona hawaasaa qonnaan bulaa fi


dhuunfaa lafa qonnaan walqabatu akka babal’atu
deeggarsa ogummaa ni kenna;
• Giddugaleessi callaa guddistuu bosonaa fi sanyii
mukaa gosa adda addaa akka hundeeffamu haala ni
mijeessa; ni oomisha; ni bulcha; ni hordofa;
• Bosonni hawaasaa fi dhuunfaa akka misoomu
biqiltuuwwan gosa adda addaa ni raabsa; ni dhaabsisa;
akka kunuunfamu, eegamuu fi akka itti fayyadaman
deeggarsa ni taasisa;
• Rakkoo adeemsa kanaan duraa keessaatti mul’atan
kan akkaa latiinsa biqituu jiran
Carraa gaarii jiru
• Ilaalchi hawaasni kunuuunsa qabeenya uumammaa irratti
qabuu fooyya’eeraa
• Humna namaa jiraachuu
• Caasaan sadarkaan jiraachuu
• Sagantaalee hojii kana deeggaran qabaachuu
• Hojiin muuxxannoo ta’an lafarraa jiraachuu
Sodaa jiru
• Humna nama baratee dhabuu/Hanqinni ogeessa jiraachuu
• Lafti qonnaa manca’aa deemuu/Degradation of cultivated land
• Aciidummaan biyyee dabalaa deemu
• Hanqina baajataa buufata biqilaa,leenjii adda addaa fi sanyii
biqilaa adda addaa
Karoora hojiiwwaan ijoo 2015
Aanaaleen
Karoora hojii EBB
Daagaa Waliigala
Daagaa Daagaa Fanyaj
Lak Aanaa dhagaaf Daagaa
biyyoo dhagaa u (Km)
biyyoo ooyiruu
1 Dhidheessa 1005 56 78 116 1255
2 Boorrachaa 1149 65 89 132 1435
3 Gachii 937 56 72 107 1172
4 Beddellee 1472 84 114 169 1839
5 Cooraa 1149 65 89 132 1435
6 Deeggaa 574 33 41 66 714
7 Makkoo 431 24 33 50 538
8 D/Haannaa 538 31 42 62 673
9 Cawwaqaa 1005 56 78 116 1255
Ida'ama 8260 470 636 950 10316
Daagaa Gaaraa
Hillside
La
Aanaa Daagaa Daagaa Bund
kk Ida’ama
gaaraa Barcumaa Maintenance

1 Dhidheessa 109 0.9 110 341


2 Boorrachaa 112 1.0 113 352
3 Gachii 102 0.88 103 319
4 Beddellee 137 1.12 138 430
5 Cooraa 102 0.9 103 319
6 Deeggaa 56 0.5 57 176
7 Makkoo 42 0.37 43 132
8 D/Haannaa 49 0.4 50 154
9 Cawwaqaa 98 0.9 99 308
Ida'ama 808 7 815 2533
Disposal Structures
Area
Lakk Aanaa Daandii Boraatii
Ida'ama Closure
Lolaa(m3) Lolaa(m3 )

1 Dhidheessa 3398 2087 5485 1091


2 Boorrachaa 3883 2385 6268 1127
3 Gachii 3155 1938 5093 1021
4 Beddellee 4975 3056 8031 1373
5 Cooraa 3883 2385 6268 1021
6 Deeggaa 1942 1192 3134 563
7 Makkoo 1456 894 2350 422
8 D/Haannaa 1820 1118 2938 493
9 Cawwaqaa 3398 2087 5485 986
Ida'ama 27910 17142 45052 8097
Water harvesting Structures
Eyebro Half Total
Lak Aanaa Microb Herrin Impro
w Trench moon Target
asine g Bone ved pit
basine (Km)

1 Dhidhees 25072 4713 4938 2232 4209 745 41,909


2 Boorrach 24288 4565 4784 2162 4078 722 40,600
3 Gachii 20371 3829 4012 1814 3420 605 34,051
4 Beddelle 30556 5744 6019 2720 5130 908 51,077
5 Cooraa 25072 4713 4938 2232 4209 745 41,909
6 Deeggaa 12536 2356 2469 1116 2105 373 20,955
7 Makkoo 9402 1767 1852 837 1578 279 15,716
8 D/Haann 10969 2062 2161 977 1842 326 18,335
9 Cawwaq 21938 4124 4321 1953 3683 652 36,671
Ida'ama 180203 33,872 35,495 16,043 30,254 5,356 301,224
Gully Rehabilitation

lakk Aanaa Gabion+


Gabiyon Stone Brushwood
Stone Checkdam
Checkdam checkdam
check
1 Dhidheessa 73 1453 1526 2400
2 Boorrachaa 83 1661 1744 2742
3 Gachii 68 1349 1417 2228
4 Beddellee 107 2128 2235 3511
5 Cooraa 83 1657 1740 2742
6 Deeggaa 42 830 872 1371
7 Makkoo 30 623 653 1,028
8 D/Haannaa 39 779 818 1286
9 Cawwaqaa 70 1453 1523 2400
Ida'ama 595 11,933 12528 19708
Karoora Qophii sanyii kuntaalaan
T/
L Aanaa Karo Boso Nyata Mudu Leem
2015 na MPT Beelad raa man
1 Dhidheessa 36.8 10.9 7.4 3.5 14.7 0.27
2 Boorrachaa 35.6 10.6 7.1 3.4 14.2 0.26
3 Gachii 33.3 9.9 6.7 3.2 13.3 0.25
4 Beddellee 44.8 13.3 9.0 4.3 17.9 0.33
5 Dabo Hana 17.2 5.1 3.4 1.6 6.9 0.13
6 Cooraa 36.8 10.9 7.4 3.5 14.7 0.27
7 Cawwaaqaa 31.0 9.2 6.2 2.9 12.4 0.23
8 Deeggaa 18.4 5.5 3.7 1.7 7.4 0.14
9 Makkoo 13.8 4.1 2.8 1.3 5.5 0.10
Mag
10 Bedelle 1.1 0.3 0.2 0.1 0.5 0.01

Ida'ama 268.86 80.00 53.77 25.54 107.5 2.00


Karoora Qophii Biqiltuu 2015
T/
Aanaa karoora Nyata Leema
L Boson MPT Mudu
2015 Beelad n
1 Dhidhee 28.9 11.6 10.1 4.3 2.60 0.29
2 Boorra 28.0 11.2 9.8 4.2 2.52 0.28
3 Gachii 26.2 10.5 9.2 3.9 2.36 0.26
4 Beddelle 35.2 14.1 12.3 5.3 3.17 0.35
5 D/ Hana 13.6 5.4 4.7 2.0 1.22 0.14
6 Cooraa 28.9 11.6 10.1 4.3 2.60 0.29
7 Cawwaa 24.4 9.8 8.5 3.7 2.19 0.24
8 Deeggaa 14.5 5.8 5.1 2.2 1.30 0.14
9 Makkoo 10.8 4.3 3.8 1.6 0.98 0.11
10 M/ Bedelle 0.9 0.4 0.3 0.1 0.08 0.01
Ida'ama 211.39 84.55 73.98 31.71 19.02 2.11
Lafa dhaabbii adda baasuu
T/L Aanaa
Heektaaraan Baay’ina site
1 Dhidheessa 6830 207
2 Boorrachaa 6617 204
3 Gachii 6190 190
4 Beddellee 8324 244
5 Daaboo Hana 3202 103
6 Cooraa 6830 204
7 Cawwaaqaa 5763 177
8 Deeggaa 3415 109
9 Makkoo 2561 82
10 Mag Bedelle 213 7
Ida'ama 49944.70 1527
karoora Dhaabbii Biqiltuu
t/l Aanaa karoo Nyata
Boso Mudur Leem
ra MPT Beelad
na aa man
2015 aa
1 Dhidheessa 26.0 10.4 9.1 3.90 2.34 0.26
2 Boorracha 25.2 10.1 8.8 3.78 2.27 0.25
3 Gachii 23.6 9.4 8.3 3.54 2.12 0.24
4 Beddellee 31.7 12.7 11.1 4.76 2.85 0.32
5 Dabo Hana 12.2 4.9 4.3 1.83 1.10 0.12
6 Cooraa 26.0 10.4 9.1 3.90 2.34 0.26
7 Cawwaaqa 22.0 8.8 7.7 3.29 1.98 0.22
8 Deeggaa 13.0 5.2 4.6 1.95 1.17 0.13
9 Makkoo 9.8 3.9 3.4 1.46 0.88 0.10
10 M/Bedelle 0.8 0.3 0.3 0.12 0.07 0.01
Ida'ama 190.25 76.1 66.58 28.54 17.12 1.90
karoora dhaabbii Biqiltuu Guyyaa tokkoo
T/L Aanaa (mill)
Bosona MPT Id'ama
1 Dhidheessa 1.1 0.47 1.58
2 Boorrachaa 1.1 0.46 1.53
3 Gachii 1.0 0.43 1.43
4 Beddellee 1.3 0.58 1.92
5 Dabo Hana 0.5 0.22 0.74
6 Cooraa 1.1 0.47 1.58
7 Cawwaaqaa 0.9 0.40 1.33
8 Deeggaa 0.6 0.24 0.79
9 Makkoo 0.4 0.18 0.59
10 Mag Bedelle 0.0 0.01 0.05
Ida'ama 8.08 3.46 11.54
Kallattii Raawwii
• Rakkoolee fi hanqinaalee gurguddoo Bara karooraa
keessatti dhabamsiisuuf/salphisuuf karoorfaman Bara
baajataa kana, hamqinaalee bara 2014 nuuqumaan
bu’uura gochuun hojiiwwaan gurguddoo armaan
gaditti tarreeffaman raawwachuun dhimma ijoo dha.
• Galmoota ashaaraa magarisummaa qabame
dhugoomsuuf gurmaa’iinsa cimaa uumuu danda'u.
• Qindoomini fi hirmaanaan qooda fudhatootaa waliin
jiru cimsu
• Humni raawwachisumaa sadarkaa sadarkaan hanqina
dandeetti jiruu addaan baasuun cimsuu,
Kallattii Raawwii
• Hojii Misooma Sululaa Qinda`aa hojjechuu (Integrated watershed
management)
• Hojii Qonnaa Qilleensa Mijataa hojjechuu (Climate Smart
Agriculture)
• kunuunsa lafa Qonnaa foyyeessuu/eeguu
• (Conservation Agriculture)
• Hojii qonna bosona walkeessaa (Agro-forestry)
• Integrated Soil Fertility Management (ISFM)
• Tarsiimoo Misooma Diinagdee Magariisaa jijjiirama qilleensaa
dandamatu (CRGE)
• Kallattii biqiltuun dhaabbate itti galma gahuu dandahu
• Qaamni biqiltuu dhaabe hundi baayina biqiltuu dhaabate osoo hin
taane biqiltuu dhaabate keessaa baayina biqiltuu laliseen marsaa
marsaan madaalamuu qaba

Kallattii Raawwii
• Lalisa biqiltuu hojmaata dabalan hunda qophii sanyii qulquluu,
biqiltuu sadarkaa isaa eeggate hojimaata sirrii eeguun qopheessuu,
buufataalee biqiltuu sadarkaa isaa eeggate gaggeessuu
• Hojiiwwan lalisa biqiltuu dabaluu danda’an shoggoruu, arama
to’achuu, mulching fi bishaan obaasuu kkf. Waktii sirrii keessaatti
raawwachuu.
• Q/bultoonni bifa kilaasteraan bosona akka dhaban beekumsa,
muuxannoo fi lafa walitti aanu waliin qindoomun akka hojjatan
deeggarsa barbaachisaa taasisuu
• Odeeffannoo fi beekumsa misooma bosonaa teeknoolojin
deeggarame babalisuu (paakeejii Exsteenshinii bosonaa,
maanuwali fi ijaarsa dandeettii cimsuu)
• Bosonni madda galii ta’uun namoonni dhuunfaa balinaan akka
hojjatan deegaruu fi jajabeessuu
Kallattii Raawwii
• Lafa bosona cicitee jidduu argamu, afaan lagaa fi
daandiwwan cinaatti argaman misoomsu irratti
xiyyeeffachuu.
• Q/bultoota hojii misooma bosonaa irratti boba’anii fi
abbootii qabeenyaa investimenti bosonaa irratti
boba’aniif jajabeesituu kenuun cimsuu.
• Industirii bosonaa babalisuuf karoora Investmentii
qopheessuun abbootin qabeenyaa hojii investimentii
misooma bosonaa irratti akka bobahan haala mijeessuu.
• Sanyii bosonaa muka haadhoo naannoo kunuunsuun
irraa sassabuuf waldaalee gurmeessuun leenjii fi
hubannoo kennuu
A !
O M
TO
L A
G A
04/12/2024 Email: gmchskbd@gmail.com 30

You might also like