You are on page 1of 11

Qabiinsa Ragaa Barattootaa

Manneen Barnootaa Keessatti

1
Kan qopheesse:

Gaarummaa Abdiisaa

2
Seenduuba
• Haalli kuusdeetaa ragaa barattootaa (Excel fi
Access) irratti hojjetame kun jalqaba bara
1997 qophaa’e (waggaa 15 ffaa)
• Jalqaba mana barumsaa qophaa’inaa
Yaayyootti achii immoo mana barumsaa
qophaa’inaa Mattuutti hojii irra oole
• Halli saxaxa (design) isaa salphaa fi kan itti
fayyadamuuf baay’ee salphaa ta’e dha

3
• Mana barumsaa Mattuu Sadarkaa 2ffaa fi
Mattuu Qophaa’inatti mudaa malee waggoota
12f tajaajilaa waan tureef akka muxxannoo
gaariitti manneen barnootaa biroof akka
raabsamu yaadame
• Kaayyoon isaas humna namaa qusachuun
teekinooloojiitti fayyadamuu babal’isuuf dha

4
Adeemsa itti fayyadamaa
• Maqaa barataa bakka itti seensisan

5
Haala itti firii barataa guutan

6
Akka itti gara roosteraatti darbu

7
• Maarki liistii irratti qofa guutuun akka ofiisaa
gara roosteraatti darbu ta’ee waan mijateef
fayyadama isaa daran salphaa taasisa

8
Kuusdeetaa Aksesii

9
Harka walqabannee biyya keenya
guddisuuf haa dhamaanu!

10
Xumurameera

11

You might also like