You are on page 1of 4

Sagantaa misooma barsiisoota 6ffaa

Karoorri kun dhaqqabummaa barnoota hunda biraan gahuuf


gargaara.
□Karoorri kun sirna iftoomina fi itti gaafatmummaa
diriirsuuf .
□Kaayyoon misooma barnootaa
Sirna itti gsafatamummaa diriirsuuf
Lammiiwwan amala gaarii fi dorgomaa ta'e diriirsuuf
Gaeessi hundi dubbisuu fi barreessuu akka danda'u gochuu.
Kutaa misooma barnoota kun qabxiiwwan dursi kennameef
□ sirna ragaa qabannaa cimsuu fi fooyyeessuu
□Tooftaa sirna bulchiinsa barnootaa fi hoggansa ramaduu itti
gaafatamummaa fi iftoominaa qabu diriirsuuf gargaara.
□Sirna madda qabeenya barnoota funaanuu fi bulchuu irratti
itti fayyadama cimsuu.
□Sirna qabannaa ragaa barnootaa fooyyeessuu.
□Sirna gamaaggama karooraa fi raawwii itti gaafatamummaa
fi iftoomina bu'aa qabeessummaa fooyyessuu
• Qabxiilee dursi kennameef
□Dandeettii fi hayyama ogummaa barsiisummaa
fooyyeessuu
□Sirna leenjii
barsiisootaa,dandeetti,jiereenyaa,dandeettii hoggaansaa
fooyyessuu
□Barnoota herregaa fi saayinsii teknoolojiin deeggarame
diriirsuuf.
□Sadarkaa manneen barnootaa bu'uura istaandardiin
fooyyeessuuf.
□Barnoota kutaa ''o'' gara kg fooyyessuun Istraateejii
hojirra oolchuu
□Sirna School feeding sadarkaa barnoota idileen duraa
hojirra oolchuu fi diriirsuu.
□Galma 9
1.Leenjii barnoota qooda fudhattoots barnootaa biraan
gahuu
2.Hirmaannaa barnootaa iftoomina qabu diriirsuu
3.Sirna barnootaa qaama miidhamtootaa fi fedhii addaa
hammate diriirsuu
4.Sirna hordoffii fi deeggarsaa diriirsuu,
□Galma11
Barnoota gaeessootaa hojirra oolchuu fi
dhaqqabummaa qabu diriirsuu.
Kayyoon guddaan galma kanaa
Sadarkaa dandeettii manneen barnootaa inispeekshiniin
mirkaneessuu,
Manneen barnootaa gamaaggama
dhuunfaa keessoo isaanii akka geggeessaan gochuu,
qormaataa fi madaallii kutaa 6ffaa,8ffaa fooyyeessuu.

You might also like