You are on page 1of 3

Unka Gamaaggama Bittaa Ijaarsaa, Manufaakcharingii fi Tajaajilaa Dhaabbilee

Interpiraayizii Carraa Hojii hin argatin itti guutamuu.


Tilmaama Baajata Bittaa Dorgommiif Dhiyaate_________________________

L Ulaagaa Gamaaggama Qabxii qabu Ragaa dhiyaachuu qabu


Madaallii
Madaallii Faayinaansii
A (Financial Evaluation) 25  
1 Galmee Herreegaa 15  
Galmee herregaa (Nagahee  Waraqaa ragaa Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa -
galii fi baasii fi Galmee iddoo tokkoo ykn seektara isaan hundeesse
1.1
Lejaraa) hojichaaf barbaachisu 15
irraa Caal-baasii irratti dorgoman ibsuun kan
maxxansanii kan qaban yoo kennameef ilaaluun mirkana’aa.
ta’e
Aadaa Qusannoo (saving
2 10
cultures)  
Akka Interpiraayiziitti  Ragaa Xalayaa baankii /Waldaa Qusannoo/
2.1 10
qusannaa dursaa qabaachuu irraa dhihaatu bu' uura godhatee ta' a.
isaanii
Madaallii Dandcetta Hojii
Raawwacliiisummaa
(Capacity to implement the
B assignment) 20  
Leenjii Gaggabaaboo akkaataa
hojii itti uummatanii hojjetan
(Entrepreneurship)
l miseensonni %80 fi isaa ol- 10
guyyoota shanii fi isaa ol  Waraqaa ragaa BLTO irraa ykn qaama
fudhachuu isaanii ragaa kan
beekamaa irraa kennameen ta'a.
dhiyeeffatan yoo ta'e.
Leenjii Gaggabaaboo akkaataa
hojjii itti uummatanii hojjetan
(Entrepreneurship)
  miseensonni gar-tokkee %50- 8
%79)tti guyyoota shanii fi isaa
ol fudhachuu isaanii ragaa kan  Waraqaa ragaa BLTO irraa ykn qaama
dhiyeeffatan yoo ta'e. beekamaa irraa kennameen ta'a.
Leenjii Gaggabaaboo akkaataa
hojii itti uummatanii hojjetan
(Entrepreneurship)
  miseensonni %80 fi isaa ol- 6
guyyoota shanii fi isaa ol
fudhachuu isaanii ragaa kan  Waraqaa ragaa BLTO irraa ykn qaama
dhiyeeffatan yoo ta'e. beekamaa irraa kennameen ta'a.
Miseensonni IMX BLTO irraa
2 eebbifaman % 80 fi isaa ol 10  Ejensii Madaallii Gahumsaa Ogummaa
ragaa COC qabaachuu isaanii Oromiyaa irraa ragaa dhihaatuun kan
Miseensonni IMX BLTO irraa kennamu ta'a.
  eebbifaman %50- %79 ragaa 8  
COC qabaachuu isaanii  
Miseensonni IMX BLTO irraa
  eebbifaman %49 gadi ragaa 6
COC qabaachuu isaanii
Hirmaannaa dubartootaa

C
fi Dargaggootaa
(Participating women and 10  
youth)
Miseensonni % 50 fi isaa Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu
r
5
ol-dubartoota yoo ta’e ilaaluun kan mirkanaa’u ta'a.
Miseensota %30-%49
l 3  
dubartoota kan qabu .
  Miseensota % 29 gadi 2  
dubartoota kanqa ban
Miseensonni % 80 fi isaa Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu
2 5
ol-dargaggoo yoo ta'e ilaaluun kan mirkanaa’u ta'a.
Miseensota % 50-
  3  
%79dargaggoota kan qabu
 
Miseensota % 49 gadi 2
 
dargoggoota kan qabu
Karoora liojn qophceffaciiuu  
D (Planning to execute the 45
assignment)
Karoora hojicha itti Karoora Caccabee qophaa'e chaappaa fi
1 dorgome haala Caccabeen 25 mallattoo Interpraayizichaan kan
(work-break mirkanaa’e ilaaluun ta’a.
down schedule)
  qopheeffatanii kan    
dhiyeeffatan yoo ta’e.
Karoora humna namaa (yeroo Karoora humna namaa Interpraayizichaan
2 ykn 10 qophaa'ee Mallattoo fi Chaappaan kan
dhaabbiidhaan)qopheeffatanii mirkanaa’e ilaaluun ta’a.
kan dhiyeeffatan yoo
Karoora ta’e
Meeshaalee
(Machinaries) hojiichaaf
barbaachisan tarreesanii Karoora meeshaalee hojiif barbaachisan
3 qabaaachuu' fi mala 10 Interpraayizichaan qophaa'ee Mallattoo fi
meeshaalee kanneen itti Chaappaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a..
argatan qopheeffatanii yoo
dhiyeeffatan
4 Ragaa kan hin qabne yoo 0  

ta’e
Ida'aama
 

Walii-galaa 100  

Hubachiisa.
7. Interpiraayiziin Qaamaan miidhamtoota of-keessaa qabu ammoo qabxiilee walii-galaa
Interpiraayizii qaama miidhamaa kan bin qabnee fi Interpiraayizii qaama miidhamaa qabu
argatan wal-qixa ykn garaagarummaan jiru qabxii 1 hanga 3 yoo ta’e dursi Interpiraayizii qaama
miidhamaa qabuuf ni kennama.
8. Interpiraayiziin carraa hojii hin argatin qabxii walii-galaa %100 keessaa % 70 fi isaa ol yoo
fide kan darbu yoo ta’uu, Interpiraayizoonni qabxii wal-qixa fidan yoo jiraatan ammo
carraadhaan kan adda bahan ta’ee, kanaa ala kan ta’e Qajeelfama Raawwii Bittaa Mootummaa
Naannoo Oromiyaa Lakk, 02(2004) kan raawwatamu ta’a.

You might also like