You are on page 1of 2

Lakk.

____________________

Guyyaa __________________

Qaama dhimmi ilaalatuuf hundaaf


Dhimmiisaa:-Muxanoo hojii Keennu ta’a.
Akkuma mata-duree irratti ibsuuf yaalametti waldaa ____________________
GC. jedhamuun beekamu pirojektota bishaanii bara 2011 caalbaasiin mo’atan
yeroo ammaa rawwiin hojii isaanii yeroo gamagamamu %100 ol hojjetanii waan
xumuraniif caalbaasii yeroo ammaa bahe kana irratti akka dorgomanu deeggarsa
barbaachisaa ta’e akka gotanu xalayaa kanaan isin beeksifna.

Nagaawajjin
Lakk.____________________

Guyyaa __________________

Qaama dhimmi ilaalatuu hundaaf

Dhimmiisaa:-Muxanoo hojii Keennu ta’a.


Akkuma mata-dureeirratti ibsuuf yaalametti waldaa Mifta, Momina
fi Darartuu GC. jedhamuun beekamuu Godina Jimma Aanaa Sokorruu
W/ra Misooma Qabenyaa Bishaani fi Inarjii keessaa ijaarsa pirojektota
bishaanii dhugaati bara 2011 hojii itti keennamee haala qulquluu ta’en
hojjetanii waan xumuraniif Muxannoo Hojii kan keeniinee ta’u keenyaa
xalayaa kanaan isin beeksifna.

Nagaawajjin

You might also like