You are on page 1of 3

Lakk___________

Guyyaa_________

Qaama dhimmi ilaalu hundaaf


Dhimmi isaa ;-Muuxannoo Hojii Addee Ajjabuush Baacaa kennuu ta’a.

Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalametti Addee Ajjabuush Baacaa Muuxannoo isaanii akka isaani
kennamuuf nu gaafatanii jiru.kanaafuu muuxannoon hojii isaanii akka arman gaditti isaanii kennameera.

1.Maqaa Guutuu Ajjabuush Baacaa

2.Saala Dhaala

3.Bara dhalootaa 23/06/1984

4.Bara Qaxarrii 14/10/2010

5.Guyyaa 14/10/2010- 12/6/2011 WLTO Aanaa Co/Guduruutti Qulqulleessituu

6. Guyyaa 13/06/2011hanga 15/11/2012 Ogeessa Qabinsaa Herregaa WCHU Aanaa Co/Guduruu

7.Guyyaa 16/06/2012 hanga 04/04/2016tti Qarshii qabduu Waajjira Maallaqaa Aanaa Co/Guduruu

8.Lakk.Eenyummaa 04/GXX-AXX-21

9.Gahee hojii qabduu Maallaqa

10.Sadarkaa gitaa hojii IX

11.Sadarkaa barnoota Digirii

12.Gosaa Barnoota Akkaawoontiingii

13.Maddaali;- 95

14. Mindaa kaffalamaaf jiru 4609

15.Qabeenya mootummaa kan hin deebifnee ta’uu isaanii

Muuxannoon hojii isaaniif kennamee dorgommii adda addaaf kan isaan gargaruu ta’uu isaa hubatanii
hojii isaanii kan gadii hin lakkiifne ta’uu isaa isiin beeksifna.

Nagaa wajjiin

You might also like