You are on page 1of 3

QABOO YAA’II

Guyyaa_________________
Saa’aatii itti eegalame____________
Saa’aatii itti xumurame___________
Bakka mariin itti gaggeeffame_________________
Dhimmi marii:_Waldaan Walitti Bu’iinsa Faayidaa Hin Mallee Argachuurraa
Madderraa Bilisa Ta’uu
Hirmaattonni
1.Sablee Yeshaanooh
2.Ribqaa Nugusee Tsaggayee
3.Yaafeet Yisahaaq Daamxoo
4. Tizzitaa Irdaachoo
5.Ashabbiir Geetaachoo
6.Caaltuu Nuguusee
Haaluma ajandaa marii irratti tuqamuuf yaalametti W/SH Sablee,Ribqaa Tigist fi
Hiriyoota hojii ijaarsa daandii jedhamu bara 2015 ALI ulaagaa guuttachuudhaan
kan hundeeffame yoo ta’u bara kuma 2015 ALI labsii haaraa mootummaan
naannoo oromiyaa Lakk.199/2008 Kwt.74(3) bu’uura godhachuudhaan waldaan
kamiyyuu miseensa barbaachisu guuttatee ijaaramuu qaba haala jedhameen
miseensota Dandeettin fi beekkumsaa gaha qaban ijaaruun keenya ni beekama.
Kunis,1. Yaada Addee Sablee Yeshaanooh Akkuma gubbaatti eeramuuf
yaalametti miseensonni haaraa dandeettii fi sadarkaa barumsa isaanii gahaa ta’e
akka gara miseensummaatti makaman yommuu ibsu haalli waldaan irra jiru
ibsuudhaani.kunis, waldaan keenya yeroo ammaa kanatti qabeenya dhaabbataa kan
hin qabnee yoo ta’u,idaan mootummaas ta’ee kan dhuunfaa kan irra hin jirre yoo
ta;u,miseensonni waldaa hundinuu kana beektanii,dorgommii kamiyyurratti
wantoota waldaa hin ilaallanne fi bu’aa hin malle argachuuf jecha sanada sobaa
dhiyeessinee dorgommii mohachuurraa akka of qusannu jechaa yaada kiyya
asummarratti xumura.
2. Yaada Addee Ribqaa Nuguusee :-anis yaada kana
deeggaruun,muuxannoo fi sadarkaa barnootaa qabuun hojii hojjannuuf itti
gaafatamummaan xumuruuf qophiidha.
3. 4.Yaada Obboo Yaafeet Yisaahaaq Daamxoo : Ani akka miseensaa
waldaatti jechuu kan barbaaduu carraa mootummaan nuuf mijeesseettii
fayyadamannee malaammalttummaa fi kiraa sassabddummaa irraa karaa biliisa
ta’een of jijjiruu fi miseensoota waldaa gidduutti rakkoon tokkollee otoo hin
uumaamnee hojjachuu fi carraquu qabna.
5.Yaada Addee Tizziitaa Irdaachoo :- anis yaada kana deeggaruun,muuxannoo fi
sadarkaa barnootaa qabuun hojii hojjannuuf itti gaafatamummaan xumuruuf
qophiidha
7.Yaada Obbo Ashabbiir Geetaachoo :- anis yaada kana deeggaruun,muuxannoo
fi sadarkaa barnootaa qabuun hojii hojjannuuf itti gaafatamummaan xumuruuf
qophiidha
8:-Yaada Aaddee Caaltuu Nuguusee:- anis yaada kana deeggaruun,muuxannoo fi
sadarkaa barnootaa qabuun hojii hojjannuuf itti gaafatamummaan xumuruuf
qophiidha

Murtii Dabarfame
Nuti miseensonni waldaa hundi haala danbii ittiin bulmaatatin wal
hogganaa,faayidaa mataa keenyaatii jennee argannoo waldaatiin alatti faayidaa
argachuuf jecha sanada dorgommii itti gaafatamummaa keenya hin taane
hojjachuurraa of eeggachuu qabna.
Maqaa hirmaattotaa Gahee hojii Mallattoo Guyyaa
Sablee Yeshaanooh ________________ ____________
__________
2.Ribqaa Nugusee Tsaggayee ________________ ____________ ______
3.Yaafeet Yisahaaq Daamxoo ________________ ____________
________
4. Tizzitaa Irdaachoo ________________ ____________
__________
5.Ashabbiir Geetaachoo ________________ ____________
_______
6.Caaltuu Nuguusee ________________ ____________
__________

You might also like