You are on page 1of 3

Lakk:______________________

Guyyaa:____________________

Smart Contractor
Wali-galtee Qacarri Hojii Yeroo Murtaa’eef tasifame

Qaxaraan: Smart Contractor


Gosa Hojii: Hayyama Ijaarsa Gamoo
Teessoon : - Awwaday

Maqaa Qacarama:- _____________________________________________

Gosa Barnoota:- ___________________________________

Gosa Ogummaa:- ___________________________________

Nuti walii galtoonni (Qaxara fi Qaxaramaan) walii galtee qaccarri hojii yeroo
Murtaa’eef haala armaan gadiitti rawwannee jirra.

1. Waggaa lamaf gosa hojii piroojektii iraati Qacaramaan waliigaleera.


2. Hojjatichi hojii(baay’ina) Hojii waggaa lama hojjachuuf waliigaleera.
3. Waliigaleera Waliigalteen qacaraa kun yeroo waggaa lama
_____________________ hanga _____________________ booda hojjchii waan
xumuramuuf ykn isa duras hojjichi yoo xumuramee yeroo kanaan
boodatti akeekkachiisa dursaa tokko malee akka citu fi baay’inni yeroo
hojii ibsamee waggaa lama hojjachuuf qaxaramaan waligalanii jiru.
4. Qacaraanis hojii hojjatamu kanaaf waggaati Qarshii ____________
(__________________________________) kaffaluuf waliigaleera. Kaffaltiinis
guyyaa 30(Sodom sodomin) hojii raawwatamu ni ta’a.
5. Bu’uura labsii 1156/2011 (seera Hojjataa fi hojjachiisaa) tiin Qaxaramaan
naamusa hojii yoo hin qabaanne ykn dhabe.
6. Qaxaramaan yeroo hojii kabajuu yoo dide.
A. Bu’uura labsii 1156/2011 (seera Hojjataa fi hojjachiisaa) tiin
Qaxaramaan naamusa hojii yoo hin qabaanne ykn dhabe. B.
Qaxaramaan yeroo hojii kabajuu yoo dide.
C. Qaxaramaan hojii (uulaagaa) istaandardii ka’amee gadi yoo hojjate
dha.
D. Qabeenya qaxaraa yoo fudhate (hate), Mancaase , ykn yoo
fudhachiise.
E. Seera Hojjataa fi hojjachiisaa labsiilee hojachiisaan baasu irratti
dirqamaawwan ka’aman kamiyyu osoo hin kabajiin yoo hafe.
7. Bu’ura Labisii 1156/2011 (seera hojjataa fi Hojjachisaa tiin walii galtee
Qaxarri kun hojichi yeroo xumuramu ykn hir’achaa deemu seerota
hojjaattoon itti hiri’ifamu danda’aan osoo hin eegiin qaxaraan walii galtee
kana dhaabuu ni danda’a.
Maqaa fi Mallattoo Qacaraa Maqaa fi Mallattoo Qaxaramaa
Maqaa_____________________ Maqaa: __________________
Guyyaa:___________________ Guyyaa:__________________

Mallattoo__________________ Mallattoo__________________

Maqaa fi Mallattoo Ragootaa

1.____________________ Mallattoo________________Guyyaa_______________

2.____________________ Mallattoo______________ Guyyaa________________

3._____________________Mallattoo_______________ Guyyaa:______________

You might also like