You are on page 1of 12

KOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAAFI NAMUMMAA

MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOO


QORMAATA 1ffaa MALA QORANNOO (AfOL 4121) BARA 2009 (10%)
LWE …………………………………….

I. Yaadrimeewwan armaan gaditti dhiyaatan dhugaa yookaan soba jedhii deebisis! (5%)
1. Maddi beekkumsaa mala saayinsaawaa adeemsa idilaawaa qaba.
2. Dhugummaan alaa bakka bu’ummaa iddattoo irratti hundaa’a.
3. Beekkumsi ambiiroo (Indigenous Knowledge) madda beekkumsaa amanamaadha.
4. Qorannoon saayinsawaan gaaffiiwwan hundaaf deebii kennuu danda’a.
5. Qorannoon kamiiyyuu rakkoof furmaata kennuurratti fuulleffata.

II. Yaadrimeewwan Roga ‘B’ Yaadrimeewwn Roga ‘B’ wajjiin walitti Firoomsi! (5%)

‘A’ “B
6. Falaasama madda beekkumsaa akkaataa
beekkumsi ittiin horatamuun ibsu A. Construction
7. Sababeessuun madda beekkumsaa isa B. Empiricism
bu’uuraati. C. Epistemology
8. Beekkumsi dhugaa haalgalumsa D. Positivism
(context) hawaasaati. E. Rationalism
9. Beekumsi dhugaa bu’aa muuxanoo F. Syllogism
qabatamaati.
10. Beekunsi dhugaa safaramuun
mirkanaa’uu danda’u.

III. Gaaffii Armaan Gadiitiif Deebii Sirrii Filadhu! (1% - Bu’aa Ifaajee/Bonus)
11. Dhugummaa (validity) qorannoo ilaalchisee dhugaa kan ta’e kami?
A. Dhugummaan keessaa bakka bu’ummaa iddattoorratti hundaa’a.
B. Dhugummaan keessaa hamma iddattoorratti hundaa’a.
C. Dhugummaan keessaa haala odeefkennitootaa irratti hundaa’a.
D. Dhugummaan alaa haala odeefkennitootaa itti hundaa’a
E. Hundinuu deebiidha. F. Deebiin Hinkennamne.

12. Qorannoon Maali? Amaloota isaarratti hundaa’uun ibsi! (%1)


________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
_______________________________________________________________________
IV. DEEBII SIRRII TA’E KENNI! (3%)

13. Qorannoon amala Objektiiviitummaa qaba jechuun maal jechuudha? (1.5%)


________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
14. Kutaawwan himamsaa armaan gadiitiif moggaasa sirrii kenni! (1.5%)
a) Dhalli namaa hunduu ni da’a. (___________________)
b) Ergamtichi Waaqayyoo dhala namaati. (____________________)
c) Kanaafuu, Ergamtichi Waaqayyootis ni du’a. (___________________)
(Qabxii Abbaa Yaalee)
14.1. Himamsawwan kunniin mala sababeessuu ___________________ tiin dhiyate.

LWE……...

MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOO ⬚ൗ


15

QORMAATA TUUTOORIYAALII 1ffaa MALA QORANNOO (AfOL 4121) 2008 (15%)

IV. Yaadrimeewwan armaan gaditti dhiyaataniif ibsa gabaabaa kenni


1. Konistaakshiinistii (Constructionist)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
2. Enpiriisiizimii (Empiricism)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
3. Eppistimoolojii (Epistemology)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
4. Positiivizimii (Positivism)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
5. Raashinaalizimii (Rationalism)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
6. Isloojizimii (Syllogism)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
7. Dhugummaa (validity)
________________________________________________________________________
________________________________________________________________________
8. Akka madda beekkumsaatti ga’umsa Mala Ogeessummaa akkamitti madaalta?

______________________________________________________________________________
__________________________________________________________________________
9. Malli saayinsaawaan mala muuxannoo guyyuurraa maaliin adda ta’a? Malli saayinsaawaan
_______________________________________________________________________________
_________________________________________________________________________
10. Yaadrimee, ‘Qorannoon Too’atamaadha’ Yaada kana balballoomsi!
______________________________________________________________________________
LWE……...
____________________________________________________________________________
MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOO
QORMAATA 2ffaa MALA QORANNOO (AfOL 4121) BARA 2008 (10%)
I. Yaadrimeewwan armaan gaditti dhiyaatan dhugaa yookaan soba jedhii deebisis! (3%)
1. Bu’aan qorannoo hammamtaa dimshaasheffamaadha.
2. Gaaffiiwwan bu’uuraafi kaayyoowwan gooree qorannoo unkaan malee galmaan tokko.
3. Qorannoon akkamtaa hamma iddttoo baay’eetti fayyadamuu barbaada.
4. Qorannoon Hammamtaa hariiroo jijjiiramoota (variables) gidduu jiru madaaluuf adeemsifama.
5. Qorannoon madaallii yaadiddama madaaluuf gargaara.
6. Saxaxni Qorannoo hammamtaa qorannichaa adeemsisaa qophaa’a.
II. Himoota armaan gadii yaadrimee sirriitiin guutu! (3%)
7. Gosti qorannoo beekkumsa haaraa maddisiisuuf gargaaru ……………………. jedhama.
8. Qorannoon …………………………….. rakkoo tokkoof furmaata barbaaduuf gaggeeffama.
9. Qorannoon gochaa (Action Research) damee qorannoo …………………….………..ti.
III. Gaaffii Armaan Gadiitiif Deebii Sirrii Kenni! (%4)
10. Ulaagaawwan ga’umsa mata duree qorannoo tokko madaaluuf gargaaran maalfaa (%1.5)
…………………………………………… ……………………………………………
…………………………………………… ……………………………………………
…………………………………………… ……………………………………………
11. Jijjiiramni hawaasummaa akkamitti madda mata duree qorannoo ta’uu danda’a? (%1.5)
…………………………………………… ……………………………………………
…………………………………………… ……………………………………………
11. Qoratamummaa mata duree qorannoo akkamitti madaalama? (%1)
…………………………………………………………………………………………………
……………………………………………………………………………………………......
12. Mata dureen qorannoo, “Qaaccessa Faayidaa Mammaaksa Kabaja Dubartii Agarsiisuu”
jedhu hanqina akkamii akka qabu hima jecha tokkoo hanga sadii qabuun erga ibsiteen booda
sarara lammaffaarratti fooyyessii barreessi (Qabxii Abbaa Yeelee %1)
 Hanqina = …………………………………………………………………………….
 Fooyya’aa = ..………………………………………………………….......................

Kolleejjii Saayinsii Hawaasaafi Namummaa


Muummee Afaaniifi Ogbarruu Oromoo
Bara 2008 Cinaa Waggaa 1ffaa Madaallii Walitti Fufaa 3ffaa
Mala Qorannoo (AFOL 4121) Abbaltii Dhuunfaa
I. Mata duree qorannoo kee kan waraqaa eebbaa irratti hojjatturratti hundaa’uun
toorii Wixinee qorannoo (Research Proposal Outline) qopheessi! Toorii
wixinichaa gabaasuun dura hiriyyaa keetiif dhiyeessuun yaadagabbisa argatteen
fooyyessi. Sana booda dareetti hiriyyoota keetiif dhiyeessita. Qaaccina hojii
keetiif toorii madaallii wixineefi gabaasa qorannoo siif kenname fayyadami!
Hub:- (Abbaltiin kun Waraqaan dhiyeessa dhuunfaatiin Qabxii % 5 keessaa
akka raawwii hojii pirojektiitti galmaa’a).

Kolleejjii Saayinsii Hawaasaafi Namummaa


Muummee Afaaniifi Ogbarruu Oromoo
Bara 2008 Cinaa Waggaa 1ffaa Madaallii Walitti Fufaa 4ffaa
Mala Qorannoo (AFOL 4121) Abbaltii Garee

II. Mana kitaabaa dhaqaatii waraqaa qorannoo Afaaniifi Ogbarruu Oromoo irratti
hojjatame tokko gareen qayyabannoo kessaniin filadhaa. Qorannoon filattan
akka walirra hinbuune quba walqabsiisaa. Sana booda ga’umsaafi qulqullina
waraqaa sanaa gareen madaalaatii ciminaafi hanqina mul’ate dareef dhiyeessaa.
Qaaccina (Quality) qeeqa hojii keessanii too’achuufi mirkaneeffachuu akka
dandeessan toorii madaallii wixineefi gabaasa qorannoo isiniif kennametti
gargaaramaa.
Hub:- (Abbaltiin kun waraqaa dhiyeessa dareetiin Qabxii % 10 keessaa akka
raawwii hojii pirojektiitti galmaa’a).
LWE……...
MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOO
QORMAATA 3ffaa MALA QORANNOO (AfOL 4121) BARA 2008 (10%)
Gaaffiiwwan armaan gaditti dhiyaataniif deebii ifaafi gabaabaa kenni!

1. Wixineen qorannoo maali? Faayidaan ?

Hiikkaa:- _______________________________________________________________

Faayidaa:-_______________________________________________________________

2. Garaagarummaan Seenduubeefi ka’umsa qorannoo maali?

Seenduubeen:- ________________________________________________________
Ka’umsa:- _____________________________________________________________

3. Hariiroon gaaffilee bu’uuraafi kaayyoo gooree qorannoo maali?

Gaaffileen bu’uuraa:- ____________________________________________________

Kaayyoon Gooree:- ______________________________________________________

4. Garaagarummaan kaayyoo gooroofi kaayyoo gooree maali?

Kaayyoon Gooroo:- _______________________________________________________

Kaayyoo Gooree:- ________________________________________________________

5. Gaaffilee bu’uuraa bargaaffii irraa maaltu adda taasisa?


6. Mata duree qorannoo keetirratti hundaa’uudhaan gaaffilee armaan gadiitiif
deebii kenni! (10%)
Mata Duree Qorannoo
…………………………………………………………………………………………………
…………………………………………………………………………………………………

6.1. Qaawwa (Research gap) qorannoo keetii ibsi!

…………………………………………………………………………………..……………
………………………………………………………………………………………………..

6.2. Kaayyoo gooree qorannoo keetii lamaa barreessi!

…………………………………………………………………………………..……………
………………………………………………………………………………………………

6.3. Gaaffilee bu’uuraa qorannoo keetii lama barreessi!


……………………………………………………………………………..…………………
………………………………………………………………………………………………..

6.4. Mala iddatteessuu qorannoo keetii barreessi

……………………………………………………………………………..…………………
………………………………………………………………………………………………..

6.5. Mesheeshaa funaansa ragaa kee barreessi!

……………………………………………………………………………..…………………
…………………………………………………………………………………………………
KOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAAFI NAMUMMAA
MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOO
QORMAATA GOOLABA CINAA WAGGAA 2FFAA BARA 2008
WIIRTUU SHAASHAMANNEE
MALA QORANNOO (AfOL 406)

QOODA I
MAQAA ______________________________________ LWE __________________

I. Himoota Armaan Gadii Keessaatti Bakka Duwwaa Guuti! (% 10)


1. Qorannoon gochaa (Action Research) damee qorannoo hujoo (Applied Research) ti.
2. Objectivity or impartiality is the key features of research.
3. Bu’aan qorannoo altokko gadifageenyaan yoo mirkanaa’e yoomiiyyuu dhugaadha.
4. Muuxannoon dhuunfaa (Personal Experience) madden beekkumsaa keessaa isa tokko.
5. Malli saayinsii yaadiddama hundeessuun mala miirawaan (common sense) walfakkaatu.
I. Himoota Armaan Gadii Keessaatti Bakka Duwwaa Guuti! (% )
6. Gosoota qorannoo keessaa beekkumsa haaraa maddisiisuuf kan gargaaru qorannoo
………………………………. Jedhama.
7. Qorannoon ………………………. ciminaafi hanqina sagantaa gaggeeffamaa jiru tokko
xiinxalee yaada fooyya’iinsaa dhiyeessuuf gargaara.
8. Qorannoon ………………………. rakkoo sammuu namaatti deddeebi’ee uumamuuf
deebii kennuuf gaggeeffama.
9. Kaayyoon qorannoo bu’uuraa ………………………………… dha.
10. Kaayyoon qorannoo hujoo (Applied Research) …………………… dha.
11. Karoorri qorannoo ……………………………………… jedhama

12. Amaloota Qorannoo Saayinsaawaa barreessi (3%!)


___________________________________________________________________________
_________________________________________________________________________
Maddoonni mata duree qorannoo maalfaadha? 2%.
Kolleejjii Saayinsii Hawaasaafi Namummaa

Muummee Afaaniifi Ogbarruu Oromoo

Bara 2008 Qormaata 5ffaa Mala Qorannoo AfOL 4121(10%)

QOODA I
1. Qonammoon kee akkamtaa (Qualitative) yoo ta’e malli iddatteessuu kee maalfaa ta’uu
danda’a? (1%)
_________________________________ _________________________________
_________________________________ _________________________________
2. Qorannoon kee hammamtaa (Quantitative) yoo ta’e malli iddatteessuu kee maalfaa ta’uu
danda’a? (1%)
_________________________________ _________________________________
_________________________________ ________________________________

3. Qorannoon kee Qorqomoo (Ethnographic) yoo ta’e malli qorannoo keetii maal ta’a? (1%)
_________________________________ _________________________________
_________________________________ _________________________________

4. Hamma iddattoo Jamaa walfakkaataa (Homogeneous population) fi hamma iddattoo jamaa


adda addaa ilaalchisee haala kamiin akka hojiirra oolu ibsi? (1%)
_________________________________ _________________________________
_________________________________ ________________________________

5. Akaakuun qorannoofi tooftaan iddatteessuu hariiroo akkamii qabu?

_________________________________ _________________________________
_________________________________ _________________________________
Questions For Study
1. How can we ensure generalizability of our research finding?
2. What part is controlling in an experimental research?
3. Give brief explanation about observation bias?
4. Mr. X is studying the relationship between violent behaviors of children and watching action
movies. He believes that action movies have direct impact on children’s violent behavior.
5. Choose from the following schools of thought that assume humans as responsible individuals
for their actions and the choices they make in their lives.
A. Psychoanalysis
B. Cognitive
C. Gestalt
D. Humanistic

Kolleejjii Saayinsii Hawaasaafi Namummaa


Muummee Afaaniifi Ogbarruu Oromoo

Bara 2009 Samisteera 1ffaa

Kuusaa Madaallii Walitti Fufaa

Koorsii Mala Qorannoo (AFOL 4121)


Barsiisaa Yuusuf Huseen

Dilla, Ethiopia 2008

You might also like