You are on page 1of 2

MANA BARUMSAA SADARKAA TOKKOFFAA HIDDAASEETTI QORUMSA XUMURA SAMISTEERA 2FFAA BARNOOTA

FIIZIKSII KUTAA 7FFAATIIF QOPHAA’E KAN BARA 2013/2021


Maqaa _______________________________________ lakkoofsa ______ Qabxii ____ % Yeroon Kenname Daq 30
I. Himoota armaan gadii keessaa kan sirrii ta’e Dhugaa kan sirrii hin taane immoo Soba jechuun iddoo
deebiif dhiyaate irratti barreessi. Qabxii 5%
1) Dalagaan qaama fiizikaalaa kal-dhabee ta’ee yuunitii waaltawaa Waattii jedhamuun safaramudha.
_______________
2) Anniisaan makaanikaalaa baay'ataa humnaa fi qaxxaamuraati. ________________
3) Wanta ulfaatina qabu tokko baachuun gara dalgaattii yoo deemsisne dalagaan zeeroo (0) ta’a.
_______________
4) Yuunitii waaltawaan aangoon ittiin safaramu Juulii (J) jedhama. _________________
5) Teempireecharri safara anniisaa sochii giddugaleessaa molokiyuulotaati. ______________
II. Gaaffilee armaan gadii filannoowwan dhiyaatan keessaa deebii sirrii filachuun itti maruun deebisi.
Qabxii 10%
6) ___________________’n akaakuu anniisaa ta’ee hoollannaa wantootaa walitti fufiinsa qabu irraa
madda.
A. Ifa C. Elektirisiitii
B. Sagalee D. Maagneetiizimii
7) Anniisaa hamma walqixa ta’e qabaniin mukaa fi sibiila yoo rukutte, maateeriyaalaa isa kamtu dursee
sagalee dhageessisa?
A. Muka C. Lamaanuu sagalee hin daddabarsan
B. Sibiila D. Walqixa daddarsu
8) Puulii socho’aa qeenxee ilaalchisee dhugaa kan ta’e kamidha?
A. E=1/2L C. V.R=1/1
B. M.A=1/2 D. =50%
9) Fonqolcha Sadarkaa Sadaffaa keessatti ___________________’n gidduu ______________
fi________________’tti argama. Jechoonni hima kana dhugoomsan walduraa duubaan isaan kam ta’u?
A. Ba’aa, utubduu, humna sochooftuu C. Utubduu, ba’aa, humna sochooftuu
B. Humna sochooftuu, ba'aa, utubduu
10) Kanneen armaan gadii keessaa tokko yuunitii waaltawaa teempireecharaati.
A. Faaraanaayitii (°F) C. Keelviinii (K)
B. Seelshiyeesii (°C) D. Raagiinii (R)
III. Bakka duwwaa armaan gadii jechaa ( jechoota) himicha dhugoomsaniin guuti. Qabxii 5%
11) _________________’n meeshaa teempireechara safaruuf fayyadu dha.

Fuula 1
MANA BARUMSAA SADARKAA TOKKOFFAA HIDDAASEETTI QORUMSA XUMURA SAMISTEERA 2FFAA BARNOOTA
FIIZIKSII KUTAA 7FFAATIIF QOPHAA’E KAN BARA 2013/2021
Maqaa _______________________________________ lakkoofsa ______ Qabxii ____ % Yeroon Kenname Daq 30
12) Gulantaaleen teempireecharaa teermoomeetirii ___________________ fi __________________
teempireechara qabxii -40 irratti dubbisa walqixaa qabu.
13) Balaqqeessa’uun sagalee daangaa (yaa’aa) tokko irraa taasifamu _______________ sagalee jedhamee
waamama.
14) Ga’umsi maashinii ()’n reeshiyoo dalagaa _________ fi dalagaa _________ ti.
IV. Shallaguun Deebii Sirrii Barbaadi. Qabxii 5%
15) Rasaasni hanga 30g qabu tokko saffisa dhaabbataa 500m/s ta’een qawwee keessaa dhukaafamuun
simbirroo gamoo hojjaan isaa 18m ta’e irra taa’aa jirtu rukutee kuffisee jira.
a) Anniisaan sochii rasaasni kun qabaatu yuunitii waaltawaan hammam ta’a?
b) Hangi simbirroo kanaa giraama meeqa?
❖ Deebii:
____________________________________________________________________________________
____________________________________________________________________________________
_____________________________________________________________________
____________________________________________________________________________________
____________________________________________________________________________________
____________________________________________________________________________________
____________________________________________________________________________________
____________________________________________________________________________________
______________________________________________________

Fuula 2

You might also like