You are on page 1of 26

Godina addaa Naannawaa Finfinee Bulchiinsa magaalaa Sulultaa Mana Barumsa Laga

Diimaa Sad.1ffaatti Gaffilee Shaakalaa Barnoota KEEMISTIRII kutaa 7ffaa marsaa 1ffaa
kan bara 2012 .
I Gaaffilee armaan gadii kan sirrii ta’e Dhugaa kan dogoggora ta’e soba
barreessuun deebisi
-------1.keemistiriin haqawwan yaaliin mirkanaa’an irratti hin hundaa’u.
------2. keemistiriin barnoota baay’ee waliin hariiroo qaba.
-------3.Amaloota fiizikaalaa qaama miiraan addaan baasuu ni dandeenya.
------4.Qabxiin baqina bishaanii 0 oc dha.
-----5. yuunitii rukkinaa keessaa tokko kg/m3 dha
------6. sibiilotni hundi jajjaboodha.
------7. qilleensi maateriidha.
II: 11- Gaaffilee Armaan Gadiitiif Qubee Deebii Sirrii Ta’e Agarsiisu
Filachuun Deebiisi
----8 . wantoonni bakka meeqatti qoodamu? A.3 B.2 C4 D
hunda
----9. gariin sibiilota kan ta’e kami? A.jarmaaniyeemii B arseenikii C
polaaniyeemii D hunda
----10. elementii lamaa fi lamaa ol irraa uumama
A.oksaayidii B.kompaawundii Celementii D deebii hin qabu
-----11 .oksaayidoonni sibiilaawwan bishaan waliin wal nyaachuun ------------
uumu.
A. asiidota B beezoota C.ashaboolee D. oksaayidoota.
----12 . kompaawundoota wal nyaatinsa asiidotaa fi beezota giddutti
uumamanidha.
A.oksaayidoota B beezota C ashaboolee D deebii hin qabu
----13 . makaa gos addee kan ta’e kami?
A.qilleensa B .annan C.dhiiga D. B fi C
----14. sababa jijjirama fiizikaalaatiin uumama
A. kompaawundii B. oksaayidii C maka D hunda
----15. jijjirama fiizikaalaa kan ta’e kami?
A. ayiraanii baqsuu B cileen dakamuu C cabbii baqsuu D. A fi C
--- -16 . Iddo bu’ee elementii kiloorinii A.F 1 B.F C.Fi D. hunda
-----17 humna wal nyaatinsa elementootaati
A vaalansii B. atom baay’ee C molekiyuulii D. hunda.
----18. atom lamee kan ta’e kami
A. oksijinii B. karboonii C. soodiyeemii D. hunda
----19. lakkoofsi vaalaansii kiloorinii meeqa?
A.2 B.1 C. 3 D.1-5
----20. kompaawudii Al203 keessatti vaalaan siin oksijinii meeqa?
A.3 B 2 C 2.3 D. 2.1
III . Gaaffile Armaan Gadii Kan Roga “A”Jala Jiran Kan Rog “B” Haala
Galuumsaa Isaanitiin Walitti Firoomsi.

A’ B’
-----21. soodiyeemii A. K
----22.kaarboonii B . Fe
-----23. pootasiyeemii C . Na
-----24 ayiraanii D. Mg
-----25.liidii E .Pb
------26.maaginiziyeemii F. c

Qoph. Barsisoota M/B Laga Diimaa


Bara 2012
Godina addaa Naannawaa Finfinee Bulchiinsa magaalaa Sulultaa Mana Barumsa Laga

Diimaa Sad.1ffaatti Gaffilee Shaakalaa Barnoota KEEMISTIRII kutaa 8ffaa marsaa 1ffaa

kan bara 2012 .

I Gaaffilee armaan gadii kan sirrii ta’e Dhugaa kan dogoggora ta’e soba barreessuun
deebisi.
----- 1.Kompaawundoonni orgaanikii kanneen kaarboonii fi haayidiroojinii qofa of
keessaa qaban hayidirookarboonota jedhamu.
-----2. Ashabooleen garee kompaawundoota in orgaanikiiti.
----3. Annan asiidii laaktik asiidii of keessaa qaba.
------4 . Salfarik asiidiin asiidii albuudawoodha.
------5 . Beeziin gatii PH 7 gadi qaba.
----.6 Haayidirookiloorik asiidiin dirra sibiilaa irraa xuraawaa kaasuuf fayyada.
---- 7 Bishaan kompaawudii hinbaabsawaadha.
II: 11- Gaaffilee Armaan Gadiitiif Qubee Deebii Sirrii Ta’e Agarsiisu Filachuun Deebiisi.

-----.8-Asiidii cimaa kan ta’e kami?


A .Hcl B. HNo3 C. H2o4 D.hunda
----- 9 Oriin soodiyeemii hangafni kami?
A .silvaayitii B. haalaayitii C. boksaayitii D.hunda
---- 10. ooriin pootaashiyeemii hangafni kami?
A.silvaayitii B. halaayitii C. boksaayitii D. hunda.
---- 11. elemeentiin baay’ee si’aawoo ta’e kami?
A pootaashiyeemii B. kaalsiyeemii C. maaginiziyeemii D. hunda
----12. ooriin ayiraanii hangafni kami?
A. heemaatayitii B. maagineetaayitii C. boksaayitrii D A fi B
----13. makaa elementoota lamaa ykn lamaa olii yoo xiqqaate elementiin tokko sibiila
ta’edha.
A oksaayidii B kompaawundii C laaqa D hunda
---14. Ashaboo atom gos lamee ta’e kami?
A Nacl B K2so4 C Na2so4 D H2o
----- 15 alkaalonni yeroo baay’ee laabiraatoorii keessatti faayidaa irra oolan
A.NaOH B ca(OH)2 C.NH4 OH D hunda
--- 16. oksaayidoota asiidawoo kan ta’e kami?
A Na2o B so3 C K2o D Cuo
----- 17 oksaayidoota beezawoo kan ta’e kami?
A Co2 B so3 C No2 D Al2o3
--- 18. asiidii + Beezii ----------
A ashaboo B ashaboo fi bishaan C ashaboo fi hayidiroojinii D hunda

----- 19. formulaa pirooppinii kan ta’e kami


A C3H8 B C 3H6 C C3H4 D.deebiin qabu
--- .20.formulaa alkaayinootaa
A , CnH2n-2 B, CnH2n C. CnH2n+2 D, hunda
21, kaneen arman gadii keesaa walinyaatinsii akka safisuun tasisaan kam?.,
A. si’eesiitoota B. jajjabboo C. inzaayimootaa D. A fi C
----- 22. kanneen armaan gadii keessa makaa gostokkee kan ta’ee kam?
A, Aannan B. Biyyee C. Dhiiga D. Qilleensa.
----- 23.Gatiin PH cuunfaa loomii meeqa ta’uu danda’a?
A. 7 B. 7ol C. 7 gadi D. 0
----- 24.walqixaatoota keemikaalaa C+O2 ------CO2 yoo madaalamee baay’inn molakiyuulii
oksijiinii meeqa? A , 1 b. 2 c. 3 d , 1
25 , kanneen armaan gadii keessaa foormulaa kompaawundii asidii kan ta’e kam?
A. NaoH b. NaNo3 c. No2 d. H2So4
26. kanneen armaan gadii keessaa tareefaman keessaa amalaan adda kan ta’e kam?
A . K2Co2 b, Ca(oH) c. NaoH d KoH
27, kanneen armaan gadii keessa asidii dadhabaan kan ta’e kam?
A, Hcl b. H2Co3 b, H2 So4 c. H2Co3 d, HNo3

28. kanneen armaan gadii keessaa oksaayidii asiidawoo-beezawoo kan ta’ee kam?
A. Co2 b. Al 2O3 C. N2O D, Cao

29. Elemeentoota beekamooni beekamoo xa’oolee namtolcheen qabaachuu qaban isaan kami?

A. Ma ,Zn,fI B B. N,P fi K c. Fe, N,fi C D, B,Cl fi C

30. walqixaatoota keemikaala K +O2 ------ K2O sirriitti yoo madaalamee koofishaantiin K2O maal ta’a ? A
. 1 B. 3 C , 4 D. 2

III . Gaaffile Armaan Gadii deebii sirrii ta’ e bareesuun deebisaa

31, Maqaa haayidroo karboohaaydreetoota armanna gadiitii bareefamaniif formuulaa


keemikaala isaan bareesa ti FAK yoo xiqaatee lama lama bareesaf

A hekseenii
B.buteenii
C. miteenii
D. itaayinii
32. haayidroo karboohaaydreetoota armanna gadiitii bareefamaniif maqaa isaanii bareesuun
fayidaalee isaan qabaan keesaa tokkootakka bareesaaf .
A, CH2
B. CH4
C . C6H14
D . C4H10
E. C7H14

Qoph. Barsisoota M/B Laga Diimaa

Bara 2012
Hub. barattoota kutaa 8ffaatif gaaffilee kana hojjeechuun kan isin dhibe
barsiisoota keessan bilbiluun gafachuun ni danda’ama .
Bakka jiruut Jabaannee koronaa irraa yaa of eeganu!!
In Sululta Administration town Lege Dima Primary school English practice
questions for Grade 7th in 2012 Year.

I: Choose the best answer for the following questions


1. We can _____English language. A. speak B. spoken C. speaks D. all
2. He _____ not go to school on sunday. A. should B. shall C. have D. none

3. Sweet means ? A. delicious B. tasty C . yummy D. all


4. The school ______ open five day a week .
A. Should be B. should not C. have D . c.
5. I have to ______ up early and brush my teeth .
A. wakes B. waked C. waks D. wake
6. He ____not study in the library. A. do B. does C. did D. do
7. Enjoy means ____. A. happy B. to get pleasure from somebody C. pretty D.A&B
8. He speaks English _______he cannot write it.
A. but B. can C. can.t D. all
9.Should walk ________ when you crossing the road.
A. slowly B. carefully C. loudly D. fluently
10.Bontu____worke are both clever students. A. and B. but C. both D . none
11. Whic h one is used to express the time ? A. when B. where C. what D. why
12. Which on e is the adverb of frequcy? A. slowly B. usually C. always D. fluently
13. Jitu always ____ radio . A. listens B. listen C. listening D. all
14. We cannot answer the questions____ we don.t understand .
A . because B. but C. and D. so
15. How ___ Chaltu go to school? A. some times B. often C. never D. always
16. In the following “WH” Words which one is used as subject?
A. who B. where C. why D. whose
17.___did you buy a new jacket? A. where B. when C. what D. who
18. Gemachu wants to go to france_____ he is already learning French .
A. because B. but C. and D. none
19. You may cause an accident if you drive ______.
A. slowly B. hurriedly C. well D. all
20. Which one is used as comparative form of the verb?
A. more B. most C. fewer D. all
21.Which one is the homophones of soul? A. sole B.sorry C. son
2 2. Homophones are the words which have the same ______.
A.sound B. Spelling C. meaning
2 3.Which one is the form of syllable? A.
A. families B. con-struc- tion C. my father
24. If we say pretty to female what we say to male ?
A. handsome B. beautiful C. power
25.Which one is similar in sound ?
A. Their /there B.here/hair C. here/hear
26..She has _____ long new dress. A. an B. the C. a
27. _____ man is digging in the garden. A. un B. the C. an
28.He will come tomorrow .This sentence show _________
A. future B. recent time C. past
29. _______ is chaltu. A.her B. hair C. hear
30. If we have ______ money will buy a car.
A.enough B. even C. also
31.Bread is _________ with tea by Aster . A. serve B. served C. serves D. serving
32. The glass contents are _________ by Helen. A. shake B. shaken C. shakes D. none
33. He wear anew jacket ________ his father bought to him from Sululta market .
A. who B. which C. whose D. who
34. Coffee beans ____ ground by Birhane every days. A. are B. is C. aren’t D. isn’t
35. Kumsa ___ banana and orange . A. ate B. eats C. feed D. none
36.My father ___cabbage in the garden. A.grow B. grown C. grew D. b
37.Which one is the body of letter ? A. introduction B.body of letter C. conclusion D. all
38. The maize flour was ____ to the water. A. add B. adding C. added D. adding
39.Tea is ____ by Kiya .A.drink B. drunk C. drinking D. drinks
40. Have you ever ______ by bus ? A. travel B. travelled C. travels D. travelling
41. Have you ever visited Dilella ( Antoto) mountain ?
A. Yes ,I have B. no I , haven’t C. A D. all
42. Yesterday I______red fox in Bale mountain. A. see B. saw C. seen D. seeing
43. He has _____ to party . A. go B. goes C. go D. gone
44. Has he ever _____ in this lake ? A. swims B. swum C. swimming D. swim
45. These _____ don’t work very well. A much B. machines C. machine D. many
66.If your wife ______hard , she ___pass the exams.
A. read/will B. reads /would C. read/would D. reads/will
47. There ______ many boys in the field. A. are B. is C. isn’t D. was
48. She is _____fat ___ run in good way. A. to/too B/.to/to C.too/to D. too/too
49. You are _______ that you can’t do very well. A. tired B. force C. forced D. force
50 .which one is the syllable form of interact ? A.inter B. act C. in-ter-act D. all
50._________ is the rootword of immature. A. im B. mature C. imma D. none
51.Massive means ? A. occupy B. a large amount C.fight D. all
51. _____ is following one after the other in series. A.consecutive B.instantly C.to run D.
all
52.Which one is the homophone of weak ? A. wet B. week C. work D. tried
53.The antonym of tight is __________ .A. cheap B. optional C. loose D. uncomfortable
54. Ceremoniously , A. attractively B. celebration C. colorfully Ddelicious
55 . commands means , A. show B.press C. orders D. retrieve
56 .The boy sat close to his uncle means , A. on B. in C. near D. under
57 .All the students are not present in school in case of coronavirus.But they will present
award if the protect themselves.
A. here/take B. not here/will take gift C. drop /will come
58 .nonfiction , in this word which one is prefix ? A. tion B. n C. non D. fiction
59. I am too weak to _______ for my team. A play B. playing C. played D. plays
60. She is good ____ to score high mark . A. enough B. well C. nice D. although
61. His brother ____ to the market every Monday. A. go B. goes C. going to D. gone
62. The lion _____ ate the meat . A .greed B. greedily C. greeds D. grade
63. I ___ to see my grandmother on Friday.A. want B. went C. going D.all
64. I am ________ to see my grandmother on Friday.A. want B. went C. going D. none

Set by T/Ejere Regassa

Do not forget education is the key of life! study hard for tomorrow and keep yourself from
corona virus

For education information 09-43-31-42-87


In Sululta Administration town Lege Dima Primary school English practice
questions for Grade 8 in 2012 Year.
I. Choose the correct answer for the following questions .
1. What ______ we do to avoid our Societies from coronavirus (covid -19 ?
A. should B. must C. want D. work
2. You ______ wash your hands to keep yourself from covid-19 .
A. have B .should have to C. shouldn’t D. will
3. I hate football game----------------is played by 11 team member. A.who B. which C.whose D.where
4. Tolosa got married ---------------2012 . A. on B. at C. in D.for
5. I earn little money ----------------- I work hard. A. or B. although C. and D. so
6. She was cooking food when she -----------------her figure. A . cat B. was cat C.cutted D. cuts
7. Gemede used to cry when he was baby. A. this means,a/ he crying still today. B.he stopped crying C.
he never cry D. he began to cry
8. Chala is ---------------boy I have ever seen. A . the tallest B. taller C. more tall D.tall
9. Hordofa yides a motor cycle . what is the the tense of this sentence? A. future simple B. present
simple C. past simple D. past continous
10. Performing is not as ----------------as speaking. A. easiyer than B .easy C. easiyer D.easiest
11. ------------ her hard work, Galane succeeded in her way.
A.as a result B. there for C.because D. because of
12 .If you----------------your exam , you will go to grade 9 . A. passed B. pass C. will pass D.passing
13.. If I- ----------------- a baby ,I would cried . A. who B. be C. were D. am
14.I always wash the dirty clothes with________. A. fatest B. hygiene C. bush D. soap

15.The substance that kill germs and insect . A. towele B. disinfectant C. rack D. all

16. If I_________eough money , I will buy a car. A. had B. would C. have d.haven’t
17. You will catch typhoid fever _______you don’t boiled drinking water.

A. as as B. if C. will d.none

18. If I don’t eat so ____,I will not loose weight. A. how B.many C. much D.where

19. you_______study hard to pass the examination. A. Should B. shouldno’t C.active D.will

19.why do people dig the terraces ___________the hill? A. of B. under C. into D. at

20. Rain water ____________a lont steep slopes . A. polluted B .flows C. tops D .that

21. It is use to putting seedlings in the soil to grow 8 letters

A. nature B. polluted C. ploughed D, all

22 .Corona is not caused _______ smoking cigarettes . A. into B. by C. buy D. eat


23 .Tola is not as tall as Gemechu . A. Tola is taller than Gemechu B. Gemechu and Tola are tall C.

Gemechu is taller than Tola D. both Tola and Gemmechu are tall.

24. .If you study hard ,you will__________ exam. A. passed B. pass C. passing D.none

25.He_________ speak English very well. A.can’t b.can C.will D.all

26. He has one had ___________he can play volleyball. A. and B. as C. but D. so
27. awheel chair __________run as fast as a vehicle. A. can B. can.t C. was D. none

28 .Which one is the opposite meaning of willing? A. unwilling B. will C.would D.al
29. If we say deaf for a person who can’t hear , what we say for a person cannot see?

A. sight B. blind C. deaf D. dump


30.. Writing system for the blind. A. sight B. Braille C.sign language D. all

31.______ town is the largest in Oromia ? A. who B. which C. whom C. that D . What

32. Do you play football ? A. yes , I do B. no ,I do C. yes , I didn’t D. none

33.Tadesse Beru ______ born in North shoa. A. were B. is C. was D. are

34 . Portreyed means , A. career B. boast C. exhibit D. none

35. We ______ have gone to library. A. mustn’t B.should C. more D. might

36.Oromia’s bag is ___ than Bilisuma. A. pretty B. prettier C. prettys D.none

37.Her husband is _____ tall as her brother . A. us B. as C. we D. no

38.While my mother was _____ injera my sister cooked sauce. A. made B. makes C. making D. none

39.I lost my red pen _____ my father bought to me . A. who B. whose C. which D. why

40.Where _______ koket live ? A. doing B. do C. does D. did

41.Which one is the element of debate ? A. chairman B. secretary C. timekeeper D. all

42.Can you speak Amharic language ? A.yes , I do B . yes ,I cannot C. yes , I can D. A

43.He ______ how to write poem. A. knew B. knowing C. knows D. none

44.Biyafun : how do you do Maiza ? Maiza _________________________

A. I am fine B. how do you do C. how are you D . I am glad to meet you.

45.I am _____to either Derba or Muke Ture . A. goes B. go C. went D.going

46. If ____ more work . I will get enough money . A .did B. do C. done D. eat
47.. The teacher ____ to be obedient to all students. A. must B. ought C. shouldn’t D. all
48.The boys _______ to study in the forest .

A. going B. is going C. are going D. was going

49.which one is the syllable form of interact ? A.inter B. act C. in-ter-act D. all

50._________ is the rootword of immature. A. im B. mature C. imma D. none

51.Massive means ? A. occupy B. a large amount C.fight D. all

52. _____ is following one after the other in series. A.consecutive B.instantly C.to run D. all

53.Which one is the homophone of weak ? A. wet B. week C. work D. tried

54.The antonym of tight is __________ .A. cheap B. optional C. loose D. uncomfortable

55. Ceremoniously , A. attractively B. celebration C. colorfully Ddelicious

56.commands means , A. show B.press C. orders D. retrieve

57.The boy sat close to his uncle means , A. on B. in C. near D. under

58.All the students are not present in school in case of coronavirus.But they will present award if the
protect themselves. A. here/take B. not here/will take gift C. drop /will come

60.nonfiction , in this word which one is prefix ? A. tion B. n C. non D. fiction

61. You ______ wash your hands to keep yourself from covid-19 .

A. have B .should have to C. shouldn’t D. will

62. This is the mountain ------------------we found there a Lion a. A .which B. who C.where d/whose

II. change the following direct speeches to indirect speeches.

63 . the students said , ‘we are reading’ -------------------------------------------------------------------------------------

64 “HE is my elder brother ,” Chaltu said. _______________________________________________________________________

65 ”stop corona in our country” the Doctor ordered. _____________________________________________________

66. “ these are our oxen” the farmer said. _________________________________________________________________________________

67. “ where is my diress? “ ,the girl asked.____________________________________________________________________

Change the following conditional type “I” in to conditional sentence type II


68. If you study hard , you will pass the exam.

______________________________________________________________________________________________________________

69. If He comes on time, he will reach the bus.


______________________________________________________________________________________________________________

70. If they stay home , they will safe their health from coronavirus .

_____________________________________________________________________________________________________________

Set by T/Ejere Regassa

Do not forget education is the key of life! study hard for tomorrow and keep yourself from
corona virus

For education information 09-43-31-42-87


Mana Barumsa Laga Diimaa Sad.1ffaatti Gaaffii Shaakalaa Barnoota Fiiziksii
Kutaa 8 ffaa Kan Bara 2012.
I: 1- 10 Gaaffilee armaan gadii kan sirrii ta’e Dhugaa kan dogoggora ta’e soba
barreessuun deebisi
------1.Makaaniksiin Waa’ee Sochii Qaamolee Fiizikaalaa Qo’ata
-------2.Qaamni Fiizikaala Bu’uura Kallattiin Safaramuun Argama
-------3.Kal Qabeen Hammaa Fi Kallattiin Ibsama.
-------4.Qaxxaamurri Kal Dhabeedha.
---------5.1hr+60min+3600sek=5hr.
---------6.Lakkooftuun Sa’atii Sochii Daandii Sirriiti.
----------7.Yuunitii Waltawwaan Saffisaa m/s2.
------------- 8. 20m/s Gara Km/hr tti Yommuu Jijjiramu 32km/hr ta’a.

----------9.Guulli Reeshoo Ariitii Fi Yerooti.

----------10.Ariitiin Reeshoo Qaxxaamuraa Fi Yerooti.

------11.bal’inni geengoo tokkoo =dheerina x dalgee ta’a.


------12.1pa=1N/m ta’a
-----13.daayimeenshiniin dhiibbaa LMN 3 ta’a
------14.giraaviitiin humna tuqxuudha
-------15.guulli reeshoo hangaa fi yerooti.
-------16.sochii hammi guulaa isaa dhabbataa ta’e ariitii jedhama.
-------17.bal’inni bakka qaama tokkoon qabamedha.
-------18.1m3= 1000000 cm3 ta’a.
-------19.rukkinni reeshoo hangaa fi qabeeti.
--------20.saayifooyiniin meeshaa dhangala’oo sadarkaa olaanaa irraa gara sadarkaa gadi aanaatti
daddabarsudha.
-----21.maashiniin annisaa ni baay’isa.
------22.yoo MA=VR ta’e rigatni jiraachuu isaa ibsa.
------23.saffisni sagalee hadiida keessaa kan qilleensa keessa gadidha
------24.tempireecharri teleskoppiin safarama.
------25.elektiriikii dhabbataan waa’ee chaarjota sochiirra jiranii qo’ata
------26.elektiroos koppiin waa’ee chaarjota boqonnaa irra jiranii qo’ata.
------27.reeshoon ariitii reeshoo ba’aa fi humna sochooftuuti.
------28.gahumsi waanta tokkoo juuliin safarama.
------29.ba’aan dandeettii dalagaa dalaguuti.
-----30.yuunitiin gahumsaa juuliidha.
II: 11- Gaaffilee Armaan Gadiitiif Qubee Deebii Sirrii Ta’e Agarsiisu Filachuun Deebiisi
-----31.Kal Dhabee Kan ta’e Kami? A Rukkina B,Qaxxaamura C,Ariitii D,Guula
-----32.Qaama Fiizikaala Bu’uuraa Kan ta’e Kami? A,Yeroo B,Guula C,Ariitii D,Saffisa

-----33. Konkoolaatan tokko boqonnaa irraa ka’ee haala wal fakkaatuun guula’ee sekondii 10
keessatti saffisa 20m/s irra ga’eera. guulli konkoolaataa kanaa maal ta’a?
A,2m/S 2 B,10m/S2 C,15m/S2 D,20m/S2
-------34.Humna tuqxuu kan ta’e kami? A,Humna Elektiriikii B,Maagineetii
C, Giraaviitii D,Rigata
----------35.Mucayyoon humna 100N dalageessuun saanduqa hanga 20kg qabu dirra dalga Diriire
irrattii harkisti.guulli saanduqichaa hammami?
A,10m/S 2 B, 20 m/S2 C, 15m/S2 D,5m/S2
----------36.Hangi xaafii kuntaala tokkoo 100kg dha.ulfaatinni isaa hammam ta’a?
A,10N B,100N C,1000N D,10000N
----------37. Gochaa Fi mormii gochaa ilaalchisee sirrii kan ta’e kami?
A,Kallattiin Faallaadha B,Hammaan Tokko C,Cimdiin Dalagaa’a D,Hunda
-------38.Guullii Fi hangi hariiroo fuggisoo waliin qabu kan jedhu seera sochii niwutoon
meeqaffaati? A,1ffaa B,3ffaa C,4ffaa D,2ffaa
---------39.Dhagaan hanga 80kg qabu mana hojjaa 30m qabu irra ol kaa’ameera. annisaan
kuufamaa dhagichaa hammami(g=10m/s2 fayyadami)
A,24000J B,24kJ C,2.4kJ D ,A Fi B
-------40 kan arammaan gaadii keessaa tokko gaasii fi dhangala’oo keessatti raawwata
A.tuqaatii B.konveekshinii C.madana D.hunda
------42.sagaleen isa kam keessa irra caalaan daddarba?
A.hadiida B.qilleensa C.bishaan D.oksijinii
------43 tempireecharri bishaan qabbanaa’aa tokkoo 50 OF yoo ta’e gulantaa seelshiyeesiin
tempireecharri kun meeqa ta’a?
A. 45.56 oC B.10 oc C.122oC D.147.6oC
---------44.bantoowwan maagineetii ilaalchisee kamtu sirriidha?
A.bantoon tokko qofaa isaa ni jiraata B.bantoowwan wal fakkaatan wal harkisu
C.bantoowwan wal hin fakkaanne wal harkisu D.humni maagineetii bantoowwan irratti laafaadha
------45.kan chaarjii hin qabne kami?
A.pirootoonii B.elektiroonii C.niwukilaasii D.niwutiroonii
-------46.dabarsoo elektiriikii tokko keessa chaarjiin 180 C yeroo 60s keessatti kan yaa’u yoo ta’e;
hammi kaareentii dabarsoo keessatti meeqa ta’a?
A.3A B,0.33A C.4A D,6A
------47.wanti dalagaa ciicataa 2000J, dalagaa bu’aa 20000J qabu gahumsi isaa meeqa ta’a?
A.100% B.1000% C.3000% D.4000%
------48 chaarjota wal dhiiban kan ta’e kami?
A.N s B.+ - C. N N D.hunda
----49.meeshaan hamma chaarjotaa qo’atu maal jedhama?
A.teleskoppii B.kaareentii C.voltimeetirii D.elektirooskoppii
-----51 reeshoon chaarjii fi yeroo maal jedhama?
A.kaarentii B.voltimeetirii C.teleskoppii D.dhundhula

-----52.yuunitii dhabeessa kan ta’e kami?


A.dalagaa B.reeshoo ariitii C.aangoo D.saffisa .
----53.hittisoo ho’aa kan ta’e kami?
A.ayiranii B.kopparii C.sibiiloota D. muka
-------54.hayidiroolik pireesii tokko keessatti bal’inni pistanii xiqqaa 8 cm2 yoo ta’u bal’inni pistanii kan
cm2
isa guddaa immoo 400 dha. humni 20N pistanii isa xiqqaa irratti yoo dalageefame humni pistanii isa guddaa

irratti umaamu hammam ta’a?

A. 100000N B.1000N C.100n D. hunda


3
-------55 .qabduun bihaanii tokko bishaan rukkina 1000Kg/m qabuun hamma hojjaa 50 cm tti

guutameera. dhiibbaan hundee qabduu bishaanii kana irratti dalageefamu hamamii?

A.600pa B.5000pa C .50 Pa D.800 pa.

-------56. kon kolaataan tokko boqonnaa irraa jalqabuun sekondii 5 keessatti saffisni isaa 20m/s ga’eera.

guulli komkolaataa kanaa hammam ta’a?


2
A.4m/s B 4m/s C.8m/s D.16m/s

------57.wanti tokko qilleensa keessaa hojjaa murtaa’e irraa boqonnaa irraa walabaan yemmuu gadi

lakkifamu ilaalchisee kamtu sirriidha.

A.vi=1 B.vi=o C.a=gt D.huda


0c oc
------58.tempireechara ayiraanii hanga 500gm qabu 50 irraa gara 250 ol kaasuuf hammi ho’aa

barbaachisu hammami?
A.48 KJ B 200 KJ C.300 KJ D.hunda

----59.dhiibbaan atimoosferii maliin safarama?

A. baaroometira B.sanduqa C.merkuurii D.hunda

----60.humna tuqxuu kan ta’e kami?

A. rigata B.giraavitii C.maagineetii D.hunda

Lakk. bilbilaa 0933975079 Qoph. Biqilaa W

MANA BARUMSAA LAGA DIIMAA SADARKAA 1FFAA GAAFFII SHAAKALAA


FIIZIKSII KUTAA 7FFAA KAN BARA 2012

I.hima sirrii ta’e dhugaa kan dogoggora ta’e immoo soba jedhii deebisi

-----1.maashiniin annisaa ni baay’isa.


------2.yoo MA=VR ta’e rigatni jiraachuu isaa ibsa.
------3.saffisni sagalee hadiida keessaa kan qilleensa keessa gadidha
------4.tempireecharri teleskoppiin safarama.
------5.elektiriikii dhabbataan waa’ee chaarjota sochiirra jiranii qo’ata
------6.elektiroos koppiin waa’ee chaarjota boqonnaa irra jiranii qo’ata.
------7.reeshoon ariitii reeshoo ba’aa fi humna sochooftuuti.
------8.gahumsi waanta tokkoo juuliin safarama.
------9.ba’aan dandeettii dalagaa dalaguuti.
-----10.yuunitiin gahumsaa juuliidha.
II.qubee deebii sirrii qabu filachuun iddoo duwwaa siif kenname irratti guuti
------11.sagaleen isa kam keessa irra caalaan daddarba?
A.hadiida B.qilleensa C.bishaan D.oksijinii
------12.tempireecharri bishaan qabbanaa’aa tokkoo 50 OF yoo ta’e gulantaa
seelshiyeesiin tempireecharri kun meeqa ta’a?
A. 45.56oC B.10 oc C.122oC D.147.6oC
---------13.bantoowwan maagineetii ilaalchisee kamtu sirriidha?
A.bantoon tokko qofaa isaa ni jiraata B.bantoowwan wal fakkaatan wal
harkisu C.bantoowwan wal hin fakkaanne wal harkisu D.humni
maagineetii bantoowwan irratti laafaadha
------14.kan chaarjii hin qabne kami?
A.pirootoonii B.elektiroonii C.niwukilaasii D.niwutiroonii
-------15.dabarsoo elektiriikii tokko keessa chaarjiin 180 C yeroo 60s keessatti
kan yaa’u yoo ta’e; hammi kaareentii dabarsoo keessatti meeqa ta’a?
A.3A B,0.33A C.4A D,6A

------16.wanti dalagaa ciicataa 2000J, dalagaa bu’aa 20000J qabu gahumsi isaa
meeqa ta’a? A.100% B.1000% C.3000% D.4000%
-------17.chaarjota wal dhiiban kan ta’e kami?
A.N s B.+ - C. N N D.hunda
-----18.meeshaan hamma chaarjotaa qo’atu maal jedhama?
A.teleskoppii B.kaareentii C.voltimeetirii D.elektirooskoppii
------19 reeshoon chaarjii fi yeroo maal jedhama?
A.kaarentii B.voltimeetirii C.teleskoppii D.dhundhula
-----20.yuunitii dhabeessa kan ta’e kami?
A.dalagaa B.reeshoo ariitii C.aangoo D.saffisa
III.kanneen roga A jala jiran kan roga B jala jiraaniin walitti firoomsi
‘A’ ‘B’
----21.ampeerii A.LxSL
-----22.dalagaa bu’aa B.ExSE
-----23.dalagaa ciicataa C.c/s
o
-----24.saffisa sagalee qilleensa keessatti o cirratti D.balaqqeesa’uu
sagalee
------25.gohaa sagalee E.331m/s

Lakk. bilbilaa 0933975079


Qopheessaa B/Saa Biqilaa Waaqoo

Mana Barumsa Laga Diimaa Sad.1ffaatti Gaaffii Shaakalaa Barnoota


Herregaa Kutaa 7ffaa Kan Bara 2012.
I: Gaaffilee armaan gadii kan sirrii ta’e Dhugaa kan dogoggora ta’e soba

----1.baay’ataan lakkoofsa raashinaalii 1 fi 0 yeeroo hunda 0 ta’a.


----2.ibsama 6|x|=42 keessatti gatiin’x’6 ta’a.
----3.yoo a:b=c:d ta’an,ad=bc ta’a.
----4.W C N c Z
----5.lakkoofsi 6 furmaata hima wal qixaa x+5=11 ti.
----6.57+(-22)+(-18)=97 ta’a.
----7.hir’isuun amala jijjiirraa iddoo fi hammattuu hin qabu.
----8.ibsama 3a,5b fi -7a keessatti 3a fi -7a’n tarmii wal fakkaatoo dha.
II. Gaaffile Armaan Gadii Kan Roga “A”Jala Jiran Kan Roga “B” Haala Galuumsaa Isaanitiin
Walitti Firoomsi.
A B
----9.reeshoo A.PxRxT
----10.piroopporshinii B.I/PxT
----11.kuufama (K) C.P+I
----12.dhaia baaqqee (I) D.wl qixxummaa reesholee lamaa ti.
----13.reetii(R) E.7:8
F.I/RxT
III.Gaaffilee Armaan Gadiitiif Qubee Deebii Sirrii ta’e Agarsiisu Filachuun Deebiisi
----14.9:25=x:125 keessatti gatiin x meeqa?
A.45 B.60 C.38 D.42
----15. hima wal caalmaa 6y+4>16 keessatti tuutni furmaataa meeqa?
A.6 B.10 C.4 D.hunda
----16 ida’amni 48/4 +(-32/4)=------ ta’a.
A.4 B.80 C.16 D.7
----17.kanneen armaan gadii keessaa piroopporshinii kan ta’e kami?
A.6,9,2,6 B.3,7,3,5 C.6,8,10,5 D.10,8,5,4
----18.yoo 9x-8=1 ta’e,4x+1 meeqa ta’a? A.5 B.11 C.8 D.hunda
----19.maallaqni liqeeffannu ykn olkaawwannu inni duraa____ jedhama.
A.liqii B.kuufama C.dhala D. haadhoo

----20.30% kan 20 meeqa? A.6 B.600 C.60 D.10

----21.boontuun meeshaa suphaaf oolu tokko Qr.8400’n gurguruun 20% kasaarte.gatiin bittaa
meeshaa kanaa meeqa? A.10400 B.10200 C.8400 D.10500

----22.80% lakkoofsa 600 meeqa? A.750 B.650 C.230 D.hunda


IV Hojjadhu (6%)
23.lakkoofsi ta’e tokko 10’n yommuu baay’atu 80 ta’a lakkofsi kun meeqa?
24.kofootni rog-sadee bifa reeshoo 5:6:9 ti.safara kofoota rog- sadee kanaa barbaadi.
25.obbo Dhaabaan Qotiyyoo Qr.2300 bitanii Qr.2600tti gurguran bu’aa ykn kasaaran
meeqa?
boonus
1.obbo Ibsaan Qr.2700 baankii dhala baaqqee reetii 2% waggaatti kennu
olkaawwate.dhuma waggaa 4 booda dhala baaqqee meeqa argata?

Qoph.Barsiistuu Hawwaa Nugusee


GAAFFIILEESHAAKALLII KUTAA 6FFAA kan
I: GAAFFILEE ARMAAN GADII KAN SIRRII TA’E DHUGAA KAN DOGOGGORA TA’E SOBA JECHUUN
DEEBISI.
____1. a’n intiijarii pozatiivii yoo ta’e , a > 0 ta’a.
____2. -5 irra guddaa -4 tti .
____ 3. Intijarii pozatiivii hir’isuu jechuun lakkoofsa lakkaawwii ida’uu jechuudha.
____4. X fi y ‘n piropporshinaalummaa fuggisoo yoo qabataan x1y1 =x2y2 ta’a.
____5, Piropporshinaalummaan kallattii dhaabgiteessa hin qabu .
____6, Diriiroo ko’oordineettii keessatti qarxii I fi II pozaatiivii dha.
____7, Tartii cimdii (a,b ) keessatti b’n ko’oordineetti ‘x’ yookiin absiisaa jedhama.
____8, Tartii cimdii ( a, b ) keessatti ,a’n ko’oordineetti y yookiin oordineetti jedhama
____9, 0,madda ko’oordineetota ykn handhuraa ko’oordineetota jedhamu .
____10. Siiqqeen x fi siiqqeen y siiqqee ko’oordineetota jedhamu .
____11. Rog- sadeen tokkoo kofoota 2 fi veerteksoota 2 qaba .
____12. iskuweer-seentimeetiriin tokkoo iskuweer –meetirii 0.0001’n wal qixadha.
_____13. Rogoonii wal simatan rogoota walii gitaa jedhamu.
II, Deebii sirrii ta’e filadhuu .
__14. Siiqqeewwan ko’oordineetii lamaan diriiroo ko’oordineetii ________qoodamu
A,Sadi B, Shan C, Jaha D,Afur
___15.Gatiin isa tokkoo yemmuu dabalu gatiin isa biro immoo ni hir’ata yoo ta’e hariiroo _____
jedhama. A, piroopporshinaalummaa B, piropporshinaalummaa kallattii
C, piropporshinaalummaa fuggisoo D ,ko’oordineetii
___16. Gatiin isa tokkoo yemmuu dabalu gatiin isa biroos ni dabala yoo ta’e piropporshinaalummaa
_____ jedhama A,piropporshinaalummaa kallattii B,piroopporshinaalummaa

C ,ko’oordineetii piropporshinaalummaa fuggisoo D, hundaa


___17, Diriiroo ko’oordineettii keessatti qarxii II ______dha. A ,Poozatiivii fi Nagatiivii

A ,Poozatiivii fi Nagatiivii B, Nagatiivii fi Poozatiivii C , A fi B D, Hundaa


___18, Kanneen armaan gadii keessa foormulaa piropporshinaalummaa kallatti sirrii kan hin tanee

kami ? A, K=y/x B, y = kx C, y= k/x yookiin x= k/y d, hundaa


___19, Bal’innii rektaangilii armaan gadii meeqa ta’a ?

F 6cm A

3cm

E B A , 48cm2 B, 28 cm2 C, 9 cm2 D , 18 cm2

__20, Kanneen armaan gadii keessa sarbii rektaangilii kana kam ta’a ?A ,AB B, EF C, EB D, AF

____21, Bal’innii rog- sadee kofa sirrii tokkoo dheerinni dalgee isaa 24m fi oleen isaa immoo

12m yoo ta’e Bal’innii isaa meeqa ta’a ? A, 24m 2 B, 288M2 C, 144M2 D, 36M2

22, Kanneen armaan gadii keessa kan dheerinaa rogoota rogsadee ta’uu danda’uu kami ?

A , (1cm , 3cm , 4cm ) B, (3cm , 4cm , 8cm) C , (8cm 4cm , 5cm) D, hundaa

____23, Qabeen piriiziimii rektaangula’aa tokkoo 280cm 3 dha. Dheerinnii 7cm fi dalgeen

isaa 4cm yoo ta’e ooleen piriiziimii kanaa meeqa ta’a?

A , 12CM B, 5CM C, 10CM D, 28CM

____24, piriiziimii rektaangula’aan tokkoo Dheerinnii 9cm fi dalgeen isaa 8cm fi ooleen

piriiziimii kanaa immoo 10cm yoo ta’e Qabeen piriiziimii rektaangula’aa kanaa meeqa ta’a?

A, 562CM3 B, 73OCM3 C, 270CM3 D, 720CM3

___25 ABC Keessa tti S( AB) = 6cm , (BC) = 8cm fi s(CA) = 9cm yoo ta’e kanneen armaan

gadii keessa kamtuu dheerinaa guddaa qaba ? A, 8CM B , 6CM C, 9CM D, dundaa

____26, nannawwa rog- sadee armaan gadii meeqata’a ?

A A, 26CM B, 36CM C, 576CM D, 72CM


6cm 12cm

B 8CM C

_____27, Heektariim tokkoo iskuweer meetira meeqa ta’a?

A, 10, 000m2 B, 1,000m2 C,100,000m2 D, Deebii Hin Qabu

_____28 , Mili liitiriin 1000 liitirii meeqa ta’a ?

A, 0.001L B,0.0001L C, 1L D, 0.1L

_____29 , Rog- sadeen kofoonii isaa hundinuu wal qixaa ta’e kami ?

A, Rog-Qixee B ,Ikulaateraalii C, A Fi B D,Ayisoosilaasii

_____30, hiramoota (HWX ) 25 fi 20 meeqa ta’a ?. A ,1.25 B, 45 C, 100 D , 500

III ,Gabatee armaan gadii bakka duwwa ta’e guuti .


31, x fi y piropporshinalummaa kallatti qabuu

X 8 56 35
Y 64 45 26
32 x fi y piropporshinalummaa fuggisoo qabuu

X 12 56 35
Y 18 45 26
33. x fi y piropporshinalummaa kallatti yoo qabatan fi yoo X= 6 ta’uu Y = 36 ta’a . gatiin Y=28 yoo ta’e
gatiin X meeqa ta’a?

34, Danaa armaan gadii fakkii siif kennamee ilaaluun deebisi


A ,kofoota isaa barreessi ______________

B, veerteeksii isaa barreessi_____________________

K F

35 , Danaa gara mirgatti ka’ee ilaaluun gaafiiwwan gafatamtee deebisii

G E

P M

H
A, kofoota meeqa qabuu ? _____ isaaniis tarreessi

B , veerteeksii meeqa qabuu ? ___ isaaniis barreessi

C, Rogootaa / miloota meeqa qabuu ? ___ isaanii addaa baasii tarreessi .

36, Kofootaa armaan gadii kofa akkiyuutti , kofa sirrii , kofa obtiyuuzii

kofa qajeelaa , kofa refileeksii fI Geengoo jechuun addaa baasi barreessi .

A , 2330______________________ B,3590 ______________ C, 340 _______________


D, 850___________________________E, 900__________________________F, 890________________________
G , 3600_______________________h, 1800_______________ I ,95 _____________
IV Hojii Agarsiisii
45 ,Gabatee armaan gadii keessatti y fi x piropporshinaalummaa kallattii qabu. gatii y fi x barbaadi .

X x 12 25
Y 6 y 50
V Gaaffiwwan Armaan Gadii Akka Gaafatamteetti Deebisi .
37, Tuuta w keessatti hima wal qixaa x - 6 =11 jedhuu keessatti tuuta furmaata
isaa _______________________________ ta’a?
38, Tuuqaan tokkoo siiqqee X irrattii yoo jirate Oordineetiin isaa ________ta’a.
39 Mandhee tokkoo keessatti himootni wal qixaa tuuta furmaataa tokko
qabataan ________________ jedhamuu .
40 , Tuutnii furmaataa himaa wal caalmaa tuutaa _______________ykn
_________ ta’u danda’a.
51,Y fi x ‘n jijjiiramoota piropporshinalummaa kallatti yoo qabatan y= (___) ta’a.

52, Tuuqaan tokkoo siiqqee y irra yoo jirate absiisaan isaan ________ta’a.

53 Mandheen tuuta lakkoofsota raashinaalii yoo ta’e kanneen armaan gadii furi .

A, x- 3/5 = 1/4 B, Y+0.233 =3.453

C, 44 -Y = 28 D, Y+ 87 = 103
54, Badhaasni qarshii 3,800 namootaa dorgommii tokkoo mo’ataaniif qophaa’ee jira.

A, Dorgommii kana kan mo’ataan namoota 19 yoo ta’an gaheen isaanii dhuunfaatti meeqa ?
B, Gaheen namootaa dorgommii kana mo’ataan dhuunfaadhaan qarshii 190 yoo argatan
baay’inni namoota dorgommii kana mo’ataanii meeqa ta’a ?
Qoph: B/Saa Mazgabuu Gizaaw

Lakk Bilbilaa 0942368546 /0901074913

Gaaffiileeshaakallii Kutaa 5ffaagosa barnootaa herregaa


I: 1- 10 Gaaffilee armaan gadii kan sirrii ta’e Dhugaa kan dogoggora ta’e soba barreessuun

deebis i.
______1 Ida’amni lakkoofsa hundaa yeroo maraa lakkoofsa hundaa ta’a.
______ 2, a-b =c jedhu keessatti b’n hir’ataa jedhamaa .
______3 Lakkoofsaa guutuu jechuun haftee maalee 3’f hiramu kandanda’uudha.
______4, Lakkoofsa mango jechuun immoo tokkoo fi mataa isaatiif qofaa hiramuu kan danda’uudh a.
______5, Hiruu fi hir’isuun amala jijjiirraa iddoo hin qabu.
______6, Firaakshiniin waammamaan isaa 100 ta’e dhibbantaa jedhama.
______ 7, 5 ½ gara firaakshinii sirrii hin taaneetti ennaa jijjiiruu 11/2 ta’a .
______8, Ida’amni tarmii –tokkeewwan lamaa tarmii lamee yookiin Baayinoomiyaalii jedhama.
______9, Baay’ataan firaakshinoota lamaa 1 yoo ta’e firaakshinii inni tokko isaa lamaffaatiif

fuggisoo jedhama.
______ 10, Baay’isuu fi ida’uun amala jijjiirraa iddoo hin qaban.
II: 11- 26 Gaaffilee armaan gadiitiif qubee deebii sirrii ta’e agarsiisu filachuun deebiisi.
___11 . hiramoonni (HWX ) 25 FI 20 meeqa ta’a ?. A, 25 B, 66 C, 100 D, 20
___12 . Kanneen armaan gadii keessaa kamtuu tarmii lameedha ?
A. 3x+2 B, 2x+3y C. 3x – y +7r D. A fi B
1
___ 13. /5 Gara dhibbantaatti ennaa jijjiiramu meeqa ta’a? A, 20% B, 0.2% C, 1/5% D,hunda
___ 14. 41/100 = p% yoo ta’e gatiin “p” meeqa ta’a ? A, 41 B , 41% C, 100% D, 0.41%
___15. Firaakshinootaa ½, 1
/3 , ¾ , 4/5 fi 5/6 xiqqaa irra gara guddatti yoomuu
tartibessinuu kam ta’a ? A, 1/3 , 5/6 ,4/3 ,1/2 fi 4/5 B, 4
/5 , ½ , 5/6 ,1/3 fi 4/3

C, 1/3 , 1/2 ,3/4 , 4/5 fi 5/6 D, deebii hin qabu


___ 16 . Firaakshinootaa /5, /2 , /4 , /3 fi /6 gudda irraa gara xiqqaatti ennaa tartibessinuu kam ta’a ?
1 1 1 1 1

A, 1/2 , 1/5 ,1/6 ,1/3 fi ¼ B, 1/4 , 1/3 , 1/6 ,1/5 fi 1/2

C, ½ , 1/3 , 1/4 , 1/5 fi 1/6 D, 1/6 , 1/5 ,1/4 , 1/3 fi 1/2

___ 17, Deesimaalii 0.6 , 0.3 , 0.4 , 0,52, fi 0.23 xiqqaa irra gara guddatti yoomuu tartibessinuu kam ta’a ?

A, 0.23 ,0.6 , 0.4 ,0.3 fi 0.52 B ,0.52 , 0.3 , 0.4 ,0.6 , fi 0.23

C, 0.23 ,0.3 ,0.4 ,0.52 fi 0.6 D, 0.6 ,0.52 0.4 ,0.3 fi 0.23
___ 18, a/b+c/b = _______________ta’a . A, axc/b B, a+c /b C,ac /bxb D, hunda
___ 19, a/b xc/d =_______________ta’a. A, ac/bc B, ac/bd C, a+c/bd D, hunda

___ 20 , Guyyaan tokko sa’aatii 24:00 yoo qabaate guyyaan 2 ½ sa’aatii meeqa ta’a?

A, sa’aatii 30:00 B, sa’aatii 60:00 C, sa’aatii 70:00 D, sa’aatii 120:00


13
___ 21, Fuggisoon firaakshinii /28 = ____ ta’a. A , 1.3/28 B, 130/28 C, 28/13 D, 28/130

___ 22, firaakshiniin 7/8 – 3/8 ennaa hir’artee meeqa ta’a ? A, 7/8 B, 5/8 C, ½ D, hunda

___ 23, kanneen armaan gadii keessa amalootaa ida’uu kan hin tanee kami ?

A , amala hin alagoomnee B, alama jijjiirraa iddoo C, amala tokkoo fi zero D, hunda

___ 24, kanneen armaan gadii keessa amalootaa baay’isuu kan ta’e kami ?

A , amala jijjiirraa hammattuu B, alama jijjiirraa iddoo C, amala tokkoo fi zeroo D, hunda
___ 25, kanneen armaan gadii keessa amala raabsamaa baay’isuun ida’uu fi hir ‘isuu irratti
qabdu kami ? A, ax (b +c) = (axb) +(axc) B, ax (b -c) = (axb) - (axc) C, a fi b D, deebii hin qabu

___26 , 5U - 2U = 9 jedhu keessatti gatiin “u” meeqa ta’a ? A , 9 B, 5 C, 6 D, 3


III: 27 -37 Gaaffilee armaan gadii kan roga “A”jala jiran kan roga “B” jala jiran Haala
galumsa isaanitiin walitti firoomsi.
A B
m n
___ 27 , a x a a, a=b
___28 , a/b ÷ c/ d b, m=n
m n
___ 29, (a ) c am + n
___ 30, a/b x c/d d, (a x b)m
___ 31 a/b + c/b e, am-n
___ 32, am = an f, am x n
___ 33, am/ bm g (a/b)m
___ 34, am x bm h, a + c/b
___ 35, am ÷ an i, ac /bd
j, ad + bc /bd
___ 36 , am = bm
ad /bc
___ 37, a/b + c/d
K,

IV: 38-40 Bakka duwwaa armaan gadii deebii sirrii ta’e guuti .
38, Tarmoota armaan gadii keessa maxxantoota fi jijjiiramoota addaa baasi guuti .
A , 45m maxxantuu ____ jijjiiramaa ____. B, k maxxantuu ______ jijjiiramaa ________.
39 , Ibsamni _________ tarmii tokkoo ykn tokkoo olirraa uumama.
40 . Gosoota firaakshinootaa barreessi. A ______________B ______________C __________

Qoph : B/Saa Mazgabuu Gizaaw

Lakk Bilbilaa 0942368546 /0901074913

You might also like