You are on page 1of 2

Barumsa carraa lammaffa

Qormaata kutaa 2ffaa barnoota Hirriga carraa lammaffa

Maqaa mana barnoota _______________________ Maqaa barataa/ttu ______________________

Gaffile armaan gadii Dhugaa yokiin soba jechuun deebisi

1. sa’aatiin 1 daqiiqa 60

2. walakkaan sa’aatii daqiiqaa 30

3. lakkoofsa hundaa kamiyyuu 0,n yoo bay’isne zeeroo ta’a

4. yuunitiin safara dhangala’oo litirii jedhama

5. lakkoofsota hunda kamiyyuu 1’n yoo bayyisnee lakkoofsichumaa ta’a

Gaffilee armaan gadii filaachun debisii

1. dhibbaa afuriifi torbaatami sagal kan ta’e kami

A. 338 B. 655 C. 479 D. 800

2. dhibba sagal kan ta’e kam

A, 900 B. 600 C. 100 D. 1000

3. kana yeroo walitti idaa’nuu meeqa ta’a 300+400

A 675 B. 400 C. 900 D. 700

4. Kana yeroo wal irraa hirrisnu meeqa ta’a 600 -200

A. 455 B. 400 C. 600 D. 333

5. dhibba shaaniif shantamii kam

A 570 B. 650 C. 430 D. 550

6. lakkoofsi kanaati aanuu lakkoofsa meeqa 60

A. 61 B. 64 C. 65 D. 63

7. Lakkofsa hafe kami 100,200,400

A. 300 B. 600 C.500 D. 900

8. yeroo walitti idaa’nuu meeqa ta’a 950+50

A. 680 B. 900 C. 1000 D. 500


Barumsa carraa lammaffa

Walitti firoomsi

A B

1 dhibba tokko A,500

2 dhibba shan B,800

3 kumaa tokko C,1OO

4 dhibba saddeet D,1000

5 dhibba torbaa E,700

6 mallaattoo idaa’uu F=

7 mallattoo wal qixaa G-

8 mallaattoo hiri’suu H+

Lakkoofsotaa armaan gadii jechan barreessi


Lakkoofsa jechaan

10---------- _____________________________

30----------_____________________________

50----------_____________________________

20--------- _____________________________

Carraa gaarii

You might also like