You are on page 1of 1

Barumsa carraa lammaffa

Qormaata kutaa 2ffaa barnoota saayinsii naannoo barattoota carraa lammaffa

Maqaa mana barnoota ______________________ Maqaa barataa/ttu _________________________

I dhugaa ykn soba jechuun deebisi

1. ___________________ Dubbachiiftuun afaan oromoo 5ni


2. ___________________ Gorsa maatii dhaga’uun aadaadha
3. ___________________ Qubeen dacha afaan oromoo 7
4. ___________________ CH,DH, qubee dacha miti
5. ___________________ Bfi C qubee Dubbifamaadha
6. ___________________ Jechi lafa jedhu sagalee gabaabaadha
7. ___________________ Jechi nama jedhu sagalee hudhaatii
8. ___________________ Jechi jabbii jedhu sagalee jabadhaa
9. ___________________ A/E/U qubee dubbachiftudha
10. ___________________ jechi jabbii jedhu sagaale jabaadha

II kan sirrii ta’e filachuun deebisi

1. inni kubbaa --------- A, bite B, bittee


2. Daraartuun………………buute A, laga B, laagaa
3. Qubee dubbachiftu kan ta’e kami A, a.e B,G C, n D,K
4. Qubee dubbifamaa kan ta’e kami A. u B.e C. m D. daa
5. poolisiin………………….qabe hidhee A. hattuu B. nama C. hoolaa D. hundaa
6. Jaallachuu jecha faallaa kan ta’e filadhu A. fedhu B. hawwuu C. jibbu
7. Boontuun barattuu-------dha A. cimaa B. laafa C. cimtuu D. hunda
8. hiikaa soraachu jedhu barbaadi A,fudhachuu B, nyaachuu C, boqachuu
9. kanneen armaan gadii keessaa kamtu sagalee gabaabaa qaba
A. mooraa B. laafaa C. baaduu D. lafa
10. Jechoota armaan gadii kessaa sagalee jabaa kan qabu kami
A.beeka B. sodaa C. baddaa D. nyaata

A B

1 Qubee dacha A. lafa

2 Qubee dubbifamaa B. wixataa

3 Qubee dubbachiistuu C. U

4 Guyyaa Torbanii D. M

5 Jech sagalee laafaa E, NY

You might also like