You are on page 1of 3

Keenyaa Akkaadaamii, Qormaata Xumura Sim.

1ffaa, Gosa Barnootaa Afaan Oromoo


Kutaa 10ffaKan bara 2015 A .L .I

Maqaa_______________________________________kutaa_____________Lakk.

I. Hima sirrii ta’een dhugaa kan sirrii hintaaneen immoo soba jechuun deebisi.

1 .Bamaqaan akkuma maqaa maxxantoota adda addaa maxxanfachuun danooma ni


agarsiisa.
2 .Ramaddiin saala agarsiisu ramaddii 3ffaa qofa. Dhugaa
3 .Hennaan murannaa gocha gara fuulduraatti raawwatamuus,raawwatamuu dhiisuus
danda’udha.
4 .Hennaan murnaalaa gocha yeroo darbe keessa raawwatame ibsa. Soba
5 .Barreeffama keessatti jechi afaan ittiin barreeffamaa jiruun ala ta’e, mallattoo
waraabbii qeenxee keessa gala.

II Himoota ‘’A’’ jala jiran kanneen ‘’B’’ jalaa wajjiin akkaataa galumsa isaaniitiin
walitti firoomsi.

A B

D 1. quba itti qabu A. aara galfatanii.

F 2. itti seerate B. kan gargaarsa hinqabne.

B 3 . ko’eettii C. ija soogiddaan dhiqatte.

G 4. buyyiitii D. nihamatu

H 5 .kukkuruphisaa E.collee,cimtuu

E 6. kaamettii F. cimsee itti himate

I 7. sodaataa G. okkotee xinnoo bishaanii

J 8. ennasuma H.u’utaalaa

A 9. boqatanii I. dabeessa

C 10.qaana’uu dhiiste J. yeromasan

III. Qubee deebii sirrii qabateeru filachuun deebisi.

1. Bamaqaan saala hin agarsiifne kami? [B]


A. inni B. ati C. isa D. isheen
2. Himni henna murannaa ta’e kami?
B. Bokkaan ni rooba ta’a. C. Inni deemaa jira.
C. Walgargaarsi aadaa keenya. D. Isheen deemuuf jirti.
3. Gumiin Afaan Oromoo ‘waaree Aartii’ ni qopheessa ta’a. Himni kun: [B]
A. Henna murannaa C. Hennaa tarsiqaa
B. Henna murannaalaa D. Hennaa raawwima darbeennaa.
4. Bamaqaan ramaddii sadaffaa ( 3ffaa) ta’e kami? [A]
A. ati. B. ana C. nuyi D. isa
5. Waan dheeboteef, bishaan dhuge. Ciroo hirkataan:[B]
A. Bishaan dhuge. C. Dhuge
B. Waan dheeboteef. D. waan dheeboteef bishaan.
6. Boontuun barnoota ishiitiin daran cimtuudha. Mataan gaalee kana: [B]
A. Ishiitiin B . Cimtuu C. Barnoota D. daran
7. Miiltoon gaalee gaaffii 6ffaa kami?
B. Cimtuu B. daran C. Ishiitiin D. Barnoota
8. Gosa gaalee tokko murteessuuf maalirratti hundoofna?[B]
A. Miiltoo B. mataa C. jecha D. hima

IV. Himoota armaan gadii keessatti maqaalee adda baasuun jala sararii , gosa isaanii himi.

1. Garbuun Baaletti bal’inaan oomishama.


2. Hiyyummaan kabaja nama dhoorka.
3. Ejjetaan hoolaa qalachuuf albeeqare.
4. Oromiyaan albuuda heddu qabdi.
5. Ummanni Chaayinaa hojiidhaan cimoodha.
6. Obbo Galaanaan saawwan baayyee qaba.
7. Finfinneen handhuura Oromiyaati.
8. Firaa’ol muka muree mana ijaare.

VI. Bakka duwwaa armaan gadii guuti.(matatti 1.5)

1. _maqaa gamta_maqa wantoota bakka hundatti amala walfakkaataa qabaniif


moggaafama.
2. _maqaa dimshaashaa___maqaa wantoota bakka hundatti amala walfakkaataa
hinqaneef ykn amala adda addaa qabaniif moggaafama.
3. __maqaa killiyya___maqaa wantoota qabatamaan osoo hintaane yaadaan jiran itti
moggaafama.
4.

V. Ibsa gabaabaa kenni


1. Ijoollummaan heerumuun yookaan fuudhuun miidhaa akkamii qaba?
_______________________________________________________________________________________

______________________________________________________________________________________________

2.Garaagarummaa henna tarsiiqaa fi raawwima darbeennaa barreessii fakkeenyaan ibsi.

___________________________________________________________________________________________

_____________________________________________________________________________________________
3. Garaagarummaa ciroo hirkataa fi ciroo of danda’aa barreessii ibsi.

____________________________________________________________________________________

______________________________________________________________________________________

You might also like