You are on page 1of 2

I.

HIMA DHUGAA TA’E DHUGAA KAN SIRRII HIN TAANE SOBA JEDHI
1. Akaakuuwwan sararaa torbaltu jira. (soba)
2. Sararri dambali’aa sarara kofa qabudha (soba)
3. Caacculee bu’uuraa og-argaa keessaa tokko sarara(dhugaa)
4. Uumama hojii og-argaa tokkoof ka’umsi caacculee og-argaati(dhugaa).
5. Nama fiigicharra jiru sarara shaffaxaa gara mirgaafibitaan agarsiisuun ni
danda’ama(dhugaa)
II. QUBEE DEEBII SIRRII QABAATE FILADHU
1. Hundeedhaan walitti dhufanii ijaaramanii kanneen hojii og-argaa tokko kan uuman
A. Caacculee og-argaa C. Caacculee shubbisaa.
B. Caacculee og-tiyaatiraa D. Maalummaa suur-sagalee
2. Kanneen armaan gadii keessa tokko Caacculeen og-argaati
A. Foormii C. Halluu
B. Bakka D. Hunduu deebidha
3. sararri tuqaa tokko irraa ka’ee osoo walirraa hin citiin mammaramaa adeemee tuqaa
irraa ka’etti hin deebine.
A. Sarara mammaramaan C. Sarara Geengoo
B. Sarara Moloolo D. sarara shaffaxaa
4. Sararri yeroo hundaa kallattii bitaatti ykn kallattii Mirgaatti hirkatee sararamu
A. sarara mammaramaan C. Sarara Geengoo
B. Sarara Moloolo D. sarara shaffaxaa
5. Qubeen ‘A’ sararoota bu’uura meeqa irraa ijaarame?
A. Sadii B. shan C. sagal D. Torba
III. Deebii gabaaba barreesi

1. Caacculeen ogargaa jiran keessa lama barreesi

1. Sarara

2. Boca

3. Foormii

4. Halluu

5. Bakka
6. Sookkisaafi

7. Vaaliyuudha.

You might also like