You are on page 1of 2

MANA BARUMSAA SADARKAA TOKKOFFAA HIDDAASEETTI QORMAATA YAALII 2FFAA BARNOOTA

FIIZIKSII KUTAA 7FFAATIIF


Maqaa ___________________________________Kutaa _____ Lakk. _____

I. Gaaffiiwwan armaan gaditti eeraman keessaa kan sirrii ta’e Dhugaa kan hin taane immoo Soba
jechuun iddoo deebii dhiyaate irratti barreessi. [Qabxii 5]
1) Faayidaan dhugoo maashiniin salphaan tokko kan qabaachuu danda’u jiraachuun rigataa yaada
keessa yommuu galu dha.
2) Akaakuuwwan maashinoota sasalphaa keessaa tokko sirna puuliiwwaniiti.
3) Maashinii salphaan meeshaa hamma yookiin kallattii humnaa jijjiiruuf gargaaru dha.
4) Fageenyi humna sochooftuu fi utubduu gidduu jiru yommuu dabalu maashinichi humna baay’iftuu
ta’a.
5) Fonqolchi ulee sibiila yookiin mukaa irraa tolfame ta’ee utubduu irratti walabaan kan naanna’udha.
II. Jechoota maashinoota sasalphaa roga ”B” hiikkaa isaanii roga “A” jalatti tarreeffaman waliin
walitti firoomsuun deebisi. [Qabxii 5]
“A” “B”
6) Faayidaa makaanikaalaa A) dalagaa humna sochooftuun maashinii irratti dalagaa’uudha.
7) Reeshiyoo ariitii B) dandeettii dalagaa dalaguu maashinii to.
8) Ga’umsa maashinii C) dalagaa humna ba’aa irratti maashinichaan dalagaa’udha.
9) Dalagaa ciicataa D) faayidaa makaanikaalaa haala qabatamaa ta’e waliin argamu dha.
10) Dalagaa bu’aa E) reeshiyoo fageenya humna sochooftuun adeemamee fi fageenya ba’aan
adeemame dh.
F) faayidaa maashinii fayyadamuun argamudha.
III. armaan gadii filannoowwan afran kennaman keessaa kan sirrii ta’e filachuun deebisi. [Qabxii 10]
11) Kanneen armaan gadii keessaa maashinoota sasalphaa miti?
A. Sirna Puuliiwwan
B. Iskiriiwii fi giirota
C. Fonqolcha
D. Qaxxaamura (maqasii)
E. Televizyiinii
12) Bal’insa habalakaa dheerina 18m qabu tokko irratti ba’aa 180N hojjaa 6m olkaasuuf humna
sochooftuun 45N yoo maashinicha irratti dalagaa’e, reeshiyoon fi ga’umsi maashinii kanaa walduraa
duubaan hammam ta’a?

A. 4, 3
MANA BARUMSAA SADARKAA TOKKOFFAA HIDDAASEETTI QORMAATA YAALII 2FFAA BARNOOTA
FIIZIKSII KUTAA 7FFAATIIF
Maqaa ___________________________________Kutaa _____ Lakk. _____

B. 3, 4
C. 10, 7.5
D. 45, 2.5
13) Fonqolchi humna baay’isa kan jennu yommuu kamidha?
A. Utubduun gara humna sochooftuutti siqee yoo taa’e
B. Utubduun humna ba'aatti siqee yoo taa'e
C. Fageenyi humna sochooftuun adeemame fageenya humna ba’aan adeemame yoo caale
D. Fageenyi humna ba’aan adeemame fageenya humna sochooftuu irra guddaa yoo ta’e
E. A fi C’n deebiidha
F. B fi D’n deebii dha
14) Dalagaa ciicataa fi dalagaa bu’aa walqixa yoo ta’an, waa’ee maashinii salphaa kanaa maal
murteessuu dandeessa?
A. Ga’umsi maashinichaa 100%
B. Faayidaan makaanikaalaa fi reeshiyoon ariitii walqixa ta’u
C. Ga’umsi maashinichaa 0%
D. A fi B’n deebiidha
15) Fonqolcha ulee dheerina 10m ta’e qabu Kan fakkii irratti agarsiifame gargaaramuun ba’aa 800N
olkaasuuf humna sochooftuu 100N yoo fayyadamne reeshiyoon ariitii 5 yoo ta’e, dalagaan bu’aa fi
dalagaan ciicataa walduraa duubaan hammam ta’u?

A.
16) maashinoota sasalphoo armaan gadii keessaa tuuta humna baay’istuu kan ta’an isaan kami?
A. Fonqolcha Sadarkaa Lammaffaa fi Puulii dhaabbataa qeenxee
B. Puulii socho’aa qeenxee fi Fonqolcha Sadarkaa Sadaffaa
C. Puulii socho’aa qeenxee fi Fonqolcha Sadarkaa Tokkoffaa
D. Wiilii fi ulee isaa

You might also like