You are on page 1of 12

of 10

MAGAALAA FINFINNEE KUTAA BULCHIINSA MAGAALAA EEKKAATTI

QORMAATA MOODELAA KEEMISTIRII KUTAA 8FFAA KAN BARA 2012

1. Kanneen armaan gadii keessaa barbaachisummaa keemistirii kan ta‟e kami?

A. Wantoota haarawaa ta‟an oomishuu

C. Haqawwan yaalii

irratti hundaa‟an dhiyeessuu

B. Rakkoolee ilmaan namaatiif hiikkaa barbaaduu

D. Hunduu deebii sirrii dha

2. Dameen saayinsii uumamaa waa‟ee jijjiirama keemikaalaa lubbu

qabeey

yii keessatti

eggeeffamu

kan

ibsu kami?

A.

Baayoloojii

C. Fiiziksii

B. Keemistirii

D. Ji‟oloojii

3. Amaloota fiizikaalaa armaan gadii keessaa safaramuu kaan danda‟u kami?

A. Halluu

C. Qabxii baqinaa

B.

Foolii

D.

Deebii hin qabu

4. Kompaawundoonni atoom

gos

lameen elementii oksiijinii fi elementii kan biroo of keessaa

qaban maal jedhamu?

A. Oksaayidoota

C. Beezota

B.

Asiidota

. Ashaboolee

5. Kompaawundiin wal
-

nyaatiinsa hinbaabsawaa irraa uumamu kami?

A. Asiidii

C. Ashaboo

B. Beezii

D. A fi B

6. Malli wantoota jajjaboo bulb

ulamanii fi dhangala‟oo dhiluuf gargaaru:

A. Hurkisiisuu

C. Dhimbiibuu

B. Calaluu

D. Maagneetiin gargar dhiluu

7.

Foormulaa fi maqaan sirriin waliin kan

barreeffame kami?

A. KI

Pootaasiyeem ayoodaayidii

C. Ca(NO

Kaalsiyeem naayitireetii

B. NH

Cl

Amooniyeem kiloraayidii

D. Hunda

8. Wal

nyaatiinsi Mg + O

→ MgO

yammuu madaalamu kofiishentiin “

MgO” meeqa ta‟a?

A. 2

C. 4

B. 3

D. 5

9. Akka seera walgita hangaatti wal nyaatiinsa k

eemikaalaa keessatti:
A. Hagi wal nyaattotaa fi firiiwwanii wal qixa

C. Hangi hin dhabamsiifamu hin uumamus

B. Atoomiin hin dhabamsiifamu hin uumamus

D. Hunduu sirrii dha

10. Yaada tiyoorii atoomawaa Daaltan keessaa akka tiyoorii atoomawa

a ammayyaatti fudhatama

kan hin qabne kami?

A. Elementoonni hundinuu suudoowwan xixiqqoo atoomota jedhaman of keessaa qabu

B.

Atoomonni gargar hin qoodaman

C. Atoomonni elementii tokkoo atoomota elementii biro kamirraayyuu adda

D. Atoomonni reeshoo lakkoofsa xiqqaatiin wal nyaatu

11. Suudoowwan cita atoomii keessaa chaarji dhabeessa kan ta‟e kami?

A. Elektiroonii

C. Niwutiroonii

B. Pirootoonii

D.

Deebii hin qabu

12.

Raabsa elektiroonii kiloorinii „ Cl

2,8,7 „ keessatti

elekitiroononni vaalaansii meeqa?

A. 2

C. 7

B. 8

D. 2,8,7

13. Kanneen keessaa molekiyulii elementii kan ta‟e kami?

A. H

C. CO

B. H

D. HCl

14. Garaagarummaan kaarboonii

12 fi kaarboonii

14 gidduu jiru maali?

A. Lakkoofsa atoomawaa

C. Chaarjii niwukilasi

i
B. Lakkoofsa niwutiroonii

D. Lakkoofsa elektiroonii

15.

Mudoon seera peeredikii Meendilliv maali?

A. Amaloota elementootaa raaguu danda‟uu

C. Ayisootooppotaaf bakka duwwaa dhiisuu

dhabuu

B. Elementoota hin abuuraminiif bakka duwwaa dhiisuu D. Deebiin hin kennamne

16.

Elementoonni alkaalaayin dachee jedhaman kan garee meeqaffaa ti?

A. Garee 1

ffaa

C. Garee 3

ffaa

B. Garee 2

ffaa

D. Garee 4

ffaa

17. Tarree keessa bitaa irraa gara mirgaatti amalli dabalaa deemu kami?

A. Chaarjii niwukilawaa

C. Amala sibiilummaa

B. Hamma atoomawaa

D. B fi C

18. Faayidaa gabatee pereedikii ammayyaa kan ta‟e kami?

A. Hanga elementootaa beekuuf

C. Elementoota hin

abuuramin raaguuf

B. Amaloota elementootaa ra

aguuf

D. Hundi deebii dha

19.

Kompaawundoota orgaanikii gonkumaa laaboraatoorii keessatti qopheessuun hin danda‟amu

yaada jedhu kan fashaleesse eenyu?

A. Laavooyiseer

C. Fireedri

ik Wooleer

B. Daaltan

D. Aristootil

20. Kanneen armaan gadii keessaa orgaanikii kan hin taane kami?

A. Cooma

C. Yuuriyaa

B. Pirootinii

D. Bishaan

21. Kanneen armaan gadii keessaa tokko foormulaa gooroo alkeenii ti.
A. C

2n

C. C

2n

B. C

2n+2

D. C

2n+3

22.

Foo

mulaa kompaawundoota haayidirookaarboonii walitti aanan lama gidduu

garaagarummaan jiru kami?

A. CH

C.

CH

B. C

D. C

23. Gareen haayidirookaarboonotaa miseensi isaa jalqabaa kaarboonii tokko qabu kami?

A. Alkeenii

C. ALkaayinii

B. Alkiinii

D.

Hundi deebii dha

24. Alkaayiniin lakkoofsi kaarboonii isaa shan ta‟e maal jedhama?

A. Pirooppeenii

C.
Peentiinii

B. Butaayinii

D. Peentaayinii

25. Asiidiin vinegaarii keessatti argamu kami?

A. Mitaanooyiik asiidii

C. Pirooppaanooyiik asiidii

B.

Itaanooyiik asiidii

D. Kaarbooniik asiidii

26. Akkuma

lakkoofsi kaarboonii mise

ensota alkiinii dabalaa adeemu reeshoon lakkoofsa

kaarboonii fi haayidiroojinii:

A. ni dabala

C. dura dabaluun booda hir‟ata

B. ni hir‟ata

D. dhaabbataa dha

27. Zn

NO

ZnO + NO

+_______ bakka duwwaa irratti ka guutamu maal ta‟a?

A. H

C. CO

B. O

D. NO

28.

Bulbula beezawwaa keessatti feenoolfitaaliniin yaa dabalame halluun uumamu kami?

A. diimaa

C. daanguleessa(piinkii)

B. cuquliisa

D. hallu dhabeessa

29. Sibiila si‟aawaa + bishaan → Beezii + _________ , bakka duwwaa irratti kan guutamu:

A. bishaan

C. kaarboondaayoksaayidii

B. haayidiroojinii
D. Hin jiru

30.

Asiidiin guutummaatti/sadarkaa olaanaan/ bishaan keessatti ayoona‟uu

danda‟u maal

jedhama?

A. asiidii cimaa

C. asiidii callabba‟aa

B. asiidii dadhabaa

D. asiidii cunqoo

31. Ashaboolee armaan gadii keessaa atoom

gos

sade

e kan ta‟e kami?

A. NaCl

C. KF

B. CaCO

D.

NH

NO3

32.

Sibiilota armaan gadii keessaa bilisaan uumama keessatti kan argamu

kami?

A. Warqii

C. Soodiyeemii

B. Kaalsiyeemii

D. Pootaasiyeemii

33. Kompaawundiin Chiilii soltipiitarii jedhamuun beekamu kami?

A. NaNO

C. CaCO

B. KCl

D. NaCl

34. Kanneen armaan gadii keessaa tokko oorii maginiiziyeemii ti.

A. aappitaayitii

C. dhagaa hoofii

B. jiipsamii

D. maagneesaayitii

35.

Qabiyyee simmintoo kan ta‟e kami?


A. CaSiO

C. C

B. CaAl

D. A fi B

36. Sibiilota saantimaa jedhamuun kan beekaman:

A. Koopparii

C. Meetii

B. Warqii

D. Hundi deebii dha

37. Laaqa qopheessuun kan barbaachiseef:

A. Halluu sibiilichaa jijjiiruuf

C. Ligidaa‟ina akka dandamatuuf

B. Cimina dabaluuf

D. Hundi deebii dha

38. Hadiida hin dandoofne tolchuuf sibiilonni ayiranii waliin laaqaman isaan kami?

A. Ni fi Cr

C. Ni fi Cu

B. Cu fi Cr

D. Cu fi Au

39.

Alootirooppota kaarboonii keessaa baay‟ee qulqulluu kan ta‟e kami?

A. diyaamandii

C. kookii

B. giraafaayitii

D. cilee

40. Adeemsi naayitiroojiniin haayidiroojinii

wajjin walnyaachuun amooniyaa uumu maal

jedhama?

A. adeemsa Firaashii

C. adeemsa kontaaktii

B. adeemsa Haaber

D. Deebii hin qabu

41. Si‟aayinaan oksiijinii qilleensa keessa jiru wajjin kan walnyaatu kami?

A. foosfarasii diimaa

C. naayitiroojinii

B. foosfarasii adii

D. Kaarboonii

42.
Faayidaa oksiijinii kan

hin taane

kami?

A. gubiinsa wantootaaf ni fayyada

C. dhukkubsattoota rakkoo hargansuu

qabaniif ni fayyada

B. sibiilota weeldessuu fi muruuf

D. Deebiin hin kennamne

43. Kanneen keessaa faaltota qilleensaa keessatti kan

hin argamne

kami?

A.

kaarboon monooksaayidii

C. salfar daayooksaayidii

B. naayitiroojin daayoksaayidii

D. Oksiijinii

44. Taatee ho‟insa giloobaalii kan ta‟e kami?

A. jijjiirama qilleensa baram

aa

C. ol ka‟

insa baqiinsa galanaa

B. baqiinsa bantii poolaarii

D. hunda

45. Eddattoon bishaanii tokko saamunaa waliin hoomacha sirriitti yoo kenne maal jedhama?

A. bish

hoomacha

C. alhoomachummaa fullaasii

B. bish

alhoomacha

D. alhoomachummaa sinsinnii

46. Kaalsiyeem baayikaarbooneetiin hurkuun kaalsiyeem kaarbo

oneetiin baaxii holqaa irraa gadi

rarra‟u __________ jedhama.

A. istaalaaktaayitii

C. maagneesaayitii

B. istaalagmaayitii

D.

dolomaayitii

47.

Ashaboon soodiyeemii ykn pootaasiyeemii fi asiidota orgaanikii:

A.

laayimistoonii
C. kaawustiik soda

B. saamunaa

D. Kaawustiik pootaash

48. Adeemsa fiizikaalawaa bishaan ittiin qulqulleessinu kan hin taane kami?

A. kiloorineeshinii

C. danfisuu

B. dhimbiibuu

D. calaluu

49.

Xaa‟oon tokko guutuu jedhamuuf elementoota kam of keessatti qabachuu qaba?

A. C, P, N

C. S, O, N

B. N, P, K

D. P, Fe, K

50. Madda annisaa jajjaboo kan ta‟e kami?

A. dhagaa cilee

C. peetirooliyeemii

B. gaasii uumamaa

D. miteenii

51. Kaarboon daayoksaayidii irra darbaan

yammuu bishaan nooraa taliila keessa darbuun halluun

aannanawaan uumamee deebi‟ee badu, kompaawundoota armaan gadii keessaa isa kamtu

uumama?

A. H

CO

C. CaO

B. CaCO

D. Ca(HCO

52.

Foormulaa MgBr

keessatti vaalaansiin “ Br “ meeqa?

A. 1

C. 3

B. 2

D. 4

53. Hangi molekiyulaawaa oozonii(O

3
) meeqa ta‟a?

( Hangi atoomawaa

O= 16)

A. 16 y.h

.a

C. 48 y.h.a

B. 32 y.h.a

D. 54 y.h.a

54.

Lakkoofsi suudoowwan moolii tokko keessa jiranii meeqa ta‟a?

A. 6.02 x 10

23

C. 23 x 10

B. 12 x 10

23

D. 15 x 10

23

55. Salfariik asiidii 49g moolii meeqa ta‟a?

A. 1mol

C. 0.5mol

B. 2mol

D. 3mol

56.

Foormulaan lakkoofsa atoomota tokkoo tokkoo gosa elementootaa reeshoo isa xiqqaan

agarsiisu

kami?

A. Foormulaa molekiyulawaa

C. Foormulaa oksaayidii

B. Foormulaa impeerikaalaa

D. Deebiin hin kennamne

57.

Dhibbantaan qabiyyee hangaa maginiiziyeemii

maginiiziyeem kaarbooneetii keessaa meeqa?

( Hanga atoomawaa: Mg = 24, C = 12, O = 16)

A. 28.57%

C. 57.14%

B. 14.29%

D. 13.52%

58. Gatiin P

dabalaa yammuu adeemu asiidummaan maal ta‟a?

A. ni dabala

C. hin jijjiiramu
B. ni hir‟ata

D. hin beekamu

59.

CaO + H

O → X, gatiin “ X “ maal ta‟a?

A. CaCO

C. Ca(HCO

B. Ca(OH)

D. H

CO

60.

Dhuubbaan boba‟aa gara boba‟oo adda addaa fi firiiwwan kanneen birootti kan diigamu

adeemsa_________________ tiin.

A. distileeshinii salphaa

C. dhimbiibuu

B. distileeshinii firaakshinaalawaa

D. kiristaalessuu

You might also like