You are on page 1of 11

Duuka Deemtuu

Unkaalee Karoora fi Gabaasa hojii qopheessuuf gargaaran


Unka 1: Iskoorkaardii Adeemsa/Garee Hojii kan Waggaa
Maqaa Adeemsa /Garee Hojichaa ___________________________
Bara ______________________

Safartu Manii Qaamole


Ulfaatina

Ulfaatina

Ulfaatina

Yaada
L Kaayyolee Hojiilee u (Kurmaanaatiin) e
k Tarsiimo’aa Gurguddoo Raaw 1 ffa
2ffa 3ffa 4ffa Raawwat
wii a a a a
an

Maqaa Hoogganaa Mirkaneesse ____________ Mallattoo ____________

0
Unka 2: Iskoorkaardii Nama Dhuunfaa kan Waggaa
Maqaa Adeemsa Hojii ____________________ Maqaa Garee Hojii ______________________
Maqaa Hojjataa _______________________Bara ____________________________
Kaayyol Mannii Yaa
ee Saf (Kurmaanaan) da
Hojiilee
Tarsiim Hojiilee artu
Ulfaatina

Ulfaatina

Ulfaatina

Ulfaatina
Kallattii Gurguddoo
o’aa Hojjataa u
Madaall Adeemsa/
Adeems Dhuunfaatii Hoj 1ff 2 3ff
ii Garee 4ffa
a f Kennaman iile a ff a
Hojichaa
Hojicha e
a

Maqaa Hojjataa _______________________ Maqaa Hogganaa Mirkaneessee _____


Mallattoo __________________ Mallattoo_______________
Guyyaa ______________ Guyyaa ________________

1
Unka 3: Karoora Adeemsa/Garee Hojii kan Ji’aa
Maqaa Adeemsa /Garee Hojichaa_________________________Bara _________ Ji’a ________
L Hojiilee Gurguddoo Ma Mannii Torbanii Qaama
ak nii Torb Torb Torb Torb Raawwatu
Ji’a an an an an
a 1 ffaa
2 ffaa
3 ffaa
4ffaa
1.
2.
3.
4.
5.
Maqaa Abbaa Adeemsa/Dursaa Garee Hojii _____________ Mallattoo _________________
Maqaa Gaggeessaa Mirkaneessee______________________Mallattoo __________________

Unka 4: Karoora Hojjetaa kan Ji’aa


Maqaa Adeemsaa_____________________________
Maqaa Hojjetaa_____________________________ Bara _________Ji’a _______________________
Sagantaa Safartuu Manii
Raawwii Hojiilee Gurguddoo Hojjetamuuf
Torbaniin Karoorfaman Yer Qulqulli Baay’i Kan
oo na na Bir
oo
Torban 1ffaa
2
Torban 2ffaa
Torban 3ffaa
Torban 4ffaa
Mallattoo Hojjetaa_________________________Mallattoo ____________guyyaa_________________
Maqaa Karooricha Mirkaneessee ____________ Mallattoo;___________ Guyyaa;___________

Unka 5: karooraa fi Gabaasa Hojii Torbanii Hojjetaa Dhuunfaa


Maqaa Adeemsa/Garee Hojii ________________________________
Maqaa Guutuu Hojjetaa ________________________________
Bara ______ Ji’a ___________ Torban ___ Guyyaa ______ hanga guyyaa _________ tti
ulf saf Istaandaar raaw Istaandaardii hojichii G/ Sababa
aati art dii wii itti raawwate ruma garaagarum
ina uu hojichaaf a ma
kenname Ista Haala Istaa.
Hojii hojjatame
gadii Ista. olii

Mallattoo Hojjataa ____________________ Mallattoo____________________ Guyyaa ______


Maqaa hogganaa dhiyoo________________Mallattoo______________Guyyaa_____________
Duub-deebii Hoogganaa Dhiyoo
_____________________________________________________________________________

Unka 6: Gabaasa Raawwii Istaandaardii Hojjetaa yeroo yeroon Shalaguuf Gargaaru (70%)
3
Gocha Ulfaatina Safartuu Karoora Raawwii Raawwii n
(fakkeenyaaF) (A) (B) Istaandaardii Qabxii = ( Σ÷ C)*A÷B
3 2 1
Cheekliistii fedhii leenjii 5 Baay’ Sanad 1 sanada 1  (2+1/3)=1*5/2=2.5
qopheessuu ina
Yeroo Guyyaa Guyyaa 7 
5
Ida’ama

Maqaa fi Mallattoo Hojjetaa ___________ Mallattoo___________ Guyyaa___________


Maqaa fi mallattoo Hogganaa Dhiyoo ________mallattoo____________ Guyyaa_____

Unka 7. Akkaataa firiin Madaallii raawwii hojii hojjettoota mana hojiif qaama ilaaluuf itti dhiyaatu
Maqaa Mana Hojii __________________________________________
Yeroo madaallii___________________________________________________
la Maqaa hojjetaa sa Gahe Madaallii Madaallii Madaall Ofiin Ida’am Sadark yaad
kk ala hojii raawwii miseensot ii ofmada a aa a
karoora a gareetiin maamiil alu (100%) argate
hojjetaa guuttamu toota (5%) keessaa
(70%) (10%) (10%)

1.

2.

Uunka 8: gabaasa cuunsaa madaallii raawwii hojii Hojjattootaa mana hojii qaama ilaaluuf itti
dhiyaatu
B/ hojjattoota B/ hojjattoota Hojjettoota madaalaman sadarkaadhaan
madaalamu qaban madaalaman
D/olaana olaana GG G/aanaa B/G/aana
dh dub ida dh dub ida dh dub ida dh dub ida dh du ida dh du id dh du id

4
Ulaagaalee fi Uunkaalee madaallii naamusa gaggeessuuf gargaaran (30%)

Unka 1: Ulaagaalee fi Uunka Madaallii Miseensotni Garee Hojjetaaf Kennan (15%)


Maqaa hojjetaa madaalame: __________________________________________
Yeroo madaallii: _____________________________________________________
L Qabxiiwwan Ulfaatin Uulaagaalee Madaallii Ulfaa Qabxii
a madaallii a (15%) tiina kennam
k e
k
1. karoora 3 Karoora garicha milkeessuu keessatti gumaachii hojjetichi 3
garichaa qabu guddaa ta’e, miseensota biros gahoomsuu keessatti
milkeessu qoodnii qabu gudda yoo ta’e
gumaacha Karoora garicha milkeessuu keessatti gumaachii hojjetichi 2
taasiise qabu guddaa ta’us, miseensota biros gahoomsu keessatti
qoodnii isaa xiqqaa yoo ta’e
Karoora garicha milkeessuu keessatti gumaachi isaa xiqqaa 1
yoo ta’e
2. Ragaalee 3 Ragaa haala guutuu ta’een itti fufiinsaan qindeessanii 3
qindeessanii qabachuu fi itti fayyadamuun yoo jiraate
qabachuu fi Ragaa haala guutuu ta’een itti fufiinsaan qindeessanii 2
odeeffannoo qabachuu fi itti fayyadamuu irrattii harcaatii xiqqaa yoo
yeroon qabaate
dabarsuu Ragaa haala guutuu ta’een itti fufiinsaan qindeessanii 1
qabachuu fi itti fayyadamuu irrattii harcaatii guddaa yoo
qabaate
3. Haariiroo 3 Haariiroo miseensoota waliin qabu fi naamusii ogummaa 3
miseensoota isaaf qabu baayyee gaarii yoo ta’e
waliin qabu fi Haariiroo miseensoota waliin qabu fi naamusii ogummaa 2
naamusaa isaaf qabu gaarii yoo ta’e
ogummichi Haariiroo miseensoota waliin qabu fi naamusii ogummaa 1
gaafatu isaaf qabu rakkoo kan qabu yoo ta’e
gonfatani
argamu
4. Sa’aatii hojii 3 Yeroo hunda sa’aatii hojii motummaa kan kabajuu fi 3
mootummaa sa’aatichaa hojii mootummaa qofaaf kan olchuu yoo ta’ee
kabajuu fi Darbee darbe sa’aatii hojii mootummaa kan hin kabajne 2
hojirra olchuu garuu sa’aatichaa hojii mootummaa qofaaf kan olchuu yoo
ta’ee
Darbee darbe sa’aatii hojii mootummaa kan hin kabajne 1
sa’aatichaa hojii mootummaa qofaaf oolchuu irratti rakkoo
yoo qabaate
5. Iddoo Hojii ofii 3 Iddoon hojii isaaYeroo hundaa qulqulluu fi hawwataa yoo 3
mijeefachuu ta’ee
Iddoon hojii isaa darbe darbe qulqulluu fi hawwataa yoo hin 2
taane
Iddoon hojii isaaYeroo heddu qulqulluu fi hawwataa yoo hin 1
taane
Ida’ama 15% Firii madaallii 15% keessaa kenname
Maqaa fi mallattoo hojjetootaa madaallichaa gaggeessanii______________________________

5
Unka 2: Ulaagaala fi Uunka Madaallii hojjattoonni Daarektaraa/Dursaa Garee/Supparvaayizaraa Kennan
(10%)
Maqaa gaggeessa madaalame: _________________________________________
Yeroo madaallii: _____________________________________________________
L Qabxiilee madaallii Ulfaati Ulaagaalee Madaallii Ulfaat Qabxii
a na ina kenna
k (10%) me
k
1. karoora hojii waggaa, 1 Karoora waggaa, kurmanna, ji’aa fi torbanii itti 1
kurmaanaa, ji’aa fi fufiinsaan kan qopheessuu fi hojirra olchuu yoo ta’ee
torbanii haala itti Karoora waggaa, kurmanna, ji’aa fi torbanii itti 0.5
fufiinsa qabuun fufiinsaan kan qopheessuu fi hojirra olchuu irratti
qopheessuu haarcaatiin yoo jiraate
2. Karoora sadarkaa 1 Karoora sadarkaa isaanittii qophaa’ee haala guutu 1
isaanittii qophaa’ee ta’een hojjetootaaf kan gadii buuse fi hojjetaan hundii
hojjetootaaf gadii haala itti fufiinsa qabuun akka qopheessan kan
buusuu, akka deggare fi hordofe yoo ta’e
karoorfatan deggaruu Karoora sadarkaa isaanittii qophaa’ee haala guutu 0.5
fi hordofuu ta’een hojjetootaaf kan gadii buuse fi hojjetaan hundii
haala itti fufiinsa qabuun akka qopheessan taasiisu
irratti harcaatiin yoo jiraate;
3. Istaandaardii kenna 1 Istaandaardii kenna tajaajila isa xiqqaa qopheessu, 1
tajaajila isa xiqqaa walii mallatteessuu fi haaluma waliigalteen akka
qopheessu fi raawwatamu kan taasiisu yoo ta’e;
waliigaltee Istaandaardii kenna tajaajila isa xiqqaa qopheessu, 0.5
mallatteessuu walii mallatteessuu fi haaluma waliigalteen akka
raawwatamu kan taasiisu irrattii harcaatiin yoo
jiraate;
4. Haaluma 1 Raawwii istaandaardii hojjetoota hunda haaluma 1
waliigaltettiin waliigalte isaanittiin torban torbaniin kan sassaabu
istaandaardii raawwii yoo ta’e
hojjettoota torban Raawwii istaandaardii hojjetoota hunda haaluma 0.5
torbaniin sassaabuu waliigalte isaanittiin torban torbaniin sassaabu irratti
harcaatiin yoo jiraate
5. Haala raawwii isaa 1 Haala raawwii istaandaardii hojjetaa irratti 1
irrattii hundaa’uun hundaa’uun hojjeettoota hunda kan deggarsuu fi
hojjetaa deeggaruu duubdeebii kennu yoo ta’e;
Haala raawwii istaandaardii hojjetaa irratti 0.5
hundaa’uun hojjeettoota hunda deggarsuu fi

6
duubdeebii kennu irrattii hanqinna yoo qabaate;
6. Raga hojjettootaa 1 Raga hojjettootaa hunda sirnaan qindeessanii kan 1
qindeessanii qabuu fi qabuu fi madda odeeffannoo kan taasiisuu yoo ta’ee;
madda odeeffannoo Raga hojjettootaa hunda sirnaan qindeessanii qabuu 0.5
taasiisuu fi madda odeeffannoo taasiisuu irratti hanqiinna yoo
qabaate;
7. Naamusaa fi miira 1 Hojjettoonni gariichaa hundii miira gareen hojjechuu 1
gareen hojjechuu gonfatanii waliigalanii akka hojjatan kan taasise yoo
hojjetootaa ta’e
fooyyeessu Hojjettoonni gariichaa hundii miira gareen hojjechuu 0.5
gonfatanii haala waliigalte qabuun rakkoo kan qaban
yoo ta’e
8. Faayidaa fi mirga 1 Faayidaa fi mirga hojjetoota hunda haaluma 1
hojjetoota hunda walfakkaatuun kan kabachiisuu yoo ta’e
haaluma Faayidaa fi mirga hojjetoota hunda haaluma 0.5
walfakkaatuun walfakkaatuun kabachiisuu irrattii komiin yoo jiraate;
kabachiisu
9. Sa’aatii hojii 1 Sa’aatii hojii mootummaa gutumaan guututtii kan 1
mootummaa kabajuu kabajuu fi kabachiisuu yoo ta’ee;
fi kabachiisu Sa’aatii hojii mootummaa guutummaan guutuuttii 0.5
kabajuu fi kabachiisuu irrattii hanqinnii yoo jiraate;
10. Iddoo Hojii ofii 1 Iddoo hojii yeroo hunda qulqulluu fi hawwataa yoo 1
mijeefachuu ta’ee;
Qulqullinaa fi hawwatummaan iddoo hojii darbe 0.5
darbe rakkoo kan qabu yoo ta’ee;
11. Ida’ama 10% Firii madaallii 10% keessaa kenname
Maqaa fi mallattoo hojjetootaa madaallichaa gaggeessan.

Unka 3: Ulaagaalee fi unka Madaallii Maamilootni hojjataaf Kennan (10%)


Maqaa hojjetaa madaalame___________________________________
Yeroo madaallii________________________________________________
L Qabxiile Ulfaatin Ulaagaalee Madaallii Ulfaa Qabxii
a Madaallii a (10%) tina kenname
k
1. Tajaajilli 2 Tajaajiila kennamu hundaa haala iftoomina qabuun kan 2
kennamu raawwatu yoo ta’ee
iftoomina Tajaajiila kennamu hunda haala iftoomina qabuun 1
qabaachu; raawwachuu irratti rakkoon xiqqoo kan jiru yoo ta’ee
Tajaajiila kennamu hundaa haala iftoomina qabuun 0.5
raawwachuu irrattii rakkoon heddu kan jiru yoo ta’ee
2. Maamiiltoot 2 Maamiiltoota hundaa haala itti fufiinsa qabuun kan kabaju 2
a hundaa fi gammachuudhaan simatu yoo ta’ee
kabaju fi Maamiiltoota hundaa haala itti fufiinsa qabuun kabaju fi 1
gammachuu simachu irratti darbe darbe rakkoon kan jiru yoo ta’ee
dhaan Maamiiltoota hundaa haala itti fufiinsa qabuun kabaju fi 0.5
simachuu; simachu irrattii rakkoo gudda kan qabu yoo ta’ee
3. Miira 2 Yeroo hunda miira tajaajiltummaa qabaate tajaajila kan 2
tajaajiltumm kennuu yoo ta’e;
aa qabaate Miira tajaajiltummaa qabaate tajaajila kennuu irrattii 1
tajaajila darbe darbe rakkoo kan qabu yoo ta’e
kennuu; Miira tajaajiltummaa qabaate tajaajila kennuu irrattii 0.5
yeroo heddu rakkoo kan qabu yoo ta’e

7
4. Tajaajila 2 Maamiiltoota hundaaf haala itti fufiinsa qabuun tajaajila 2
qulqullinaa qulqullinaa fi si’omina qabu kan kennu yoo ta’ee
fi si’oomina Maamiiltoota hundaaf haala itti fufiinsa qabuun tajaajila 1
qabu kennu; qulqullinaa fi si’omina qabu kennu irrattii hanqinaa
muraasa kan qabu yoo ta’ee
Maamiiltoota hundaaf haala itti fufiinsa qabuun tajaajila 0.5
qulqullinaa fi si’omina qabu kennu irrattii rakkoo guddaa
kan qabu yoo ta’ee
5. Maamiiltoot 2 Tajaajila kennu irratti maamiiltoota irraa komii tokko ille 2
a hunda kan irrattii hin dhiyaanne yoo ta’ee
haaluma Tajaajila kennu irratti maamiiltoota irraa komii muraasa 1
walfakkaatu kan irrattii dhiyaanne yoo ta’ee
un Tajaajila kennu irratti maamiiltoota irraa komii heddu kan 0.5
keessumeess irrattii hin dhiyaanne yoo ta’ee
u;
Ida’ama 10% Firii madaallii 10% keessaa kenname

Maqaa____________________________________Mallattoo__________________guyyaa __________

Unka 4: Ulaagaa fi Unka Madaallii Ofiin Of-Madaluu Hojjataa (Self-evaluation) (5%)


L Qabxiilee Madaallii Ulfaatin Ulaagaalee Madaallii Ulfaatina Qabxii
a a (5%) kenname
k e
1. Karoorsa hojii waggaa, 1 Karoorsa hojii waggaa, ji’aa fi torbanii osoo 1
ji’aa fi torbanii addaan hin kuutiin haala itti fufiinsa qabuun
qopheessu, raawwachuu kan qopheessu, raawwatuu fi gabaasu yoo
fi itti fufiinsaan gabaasu ta’e;
Karoorsa hojii waggaa, ji’aa fi torbanii 0.5
qopheessu, raawwatuu fi gabaasu irrattii
harcaatii yoo qabaate;
2. Beekuumsa fi dandeettii 1 Hojjetaan beekumsaa fi dandeettii ofii 1
ofii guddiisuuf guddisuuf iddoo hanqina isaa adda baase
karoorsuu, haaluma kan karoorfate fi haaluma karooraan kan
karooraan of- raawwate yoo ta’ee;
fooyyeessaa deemuu Hojjetaan beekumsaa fi dandeettii ofii 0.5
guddisuuf iddoo hanqina isaa adda baase
karoorsuu fi hojirra olchuu irrattii harcaatiin
yoo qabaate;
8
3. Karoora dhuunfaa 1 Karooraa dhunfaa isaa haala guutuu ta’een 1
galmaan gahuun kan raawwatu fi hojirra olmaa karoora garee
raawwii karoora garee keessattii gumaachii qabu guddaa yoo ta’ee
keessatti gumaacha Karooraa dhunfaa isaa haala guutuu ta’een 0.5
taasisuu kan raawwatu fi hojirra olmaa karoora garee
keessattii gumaachii qabu xiqqaa yoo ta’ee
4. Ragaa fi odeeffannoo 1 Ragaale sadarkaa isaattii barbaachiisan 1
bifa qindaa’een haala guutuu ta’een qindeesse kan qabatuu
qabachuu fi madda odeeffannoo gaarii yoo ta’ee
Ragaale sadarkaa isaattii barbaachiisan 0.5
haala guutuu ta’een qindeesse qabachuu
irrattii hanqina kan qabu yoo ta’ee;
5. Mul’ata, ergamaa fi 1 Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana 1
dudhaalee mana hojichaa haala guutu ta’een kan hubatuu fi
hojichaa hubachuu fi miseensa biraa kan hubachiisuu yoo ta’ee
hubachiisuu Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana 0.5
hojichaa haala guutu ta’een hubatuu fi
miseensa biraa kan hubachiisuu irrattii
hanqina yoo qabaate;
Ida’ama 5% Firii madaallii 5% keessaa kenname

Maqaa hojjetaa: _________________________ Mallattoo ___________Guyyaa____________

Unka 5: Ulaagaalee fi Unka firiin Madaallii Hogganaan Dhiyoo Daarektaraaf/Dursaa Gareef/


Supparvaayizaraaf Kennan (15%)
Maqaa gaggeesaa madaalame: ____________________________________________
Yeroo madaallii: ____________________________________________
L Qabxiilee Ulfaatin Ulaagaalee Madaallii Ulfaati Qabxii
ak Madaallii a (15%) na kennam
k ee
1. Karoora waggaa , 2 Karoora waggaa , kurmaanaa, fi ji’aa itti fufiinsaan kan 2
kurmaanaa, fi ji’aa qopheessuu fi yeroosaa eegee hojjetaa hunda biraa kan
qopheessuu, qaqqabsisuu yoo ta’ee;
yeroosaa eegee Karoora waggaa , kurmaanaa, fi ji’aa itti fufiinsaan kan 1
hojjetaa qopheessuu ta’ee yeroosaa eegee hojjetaa hunda qaqqabsisuu
qaqqabsisuu irrattii harcaatii yoo qabaate;
irrattii; Karoora waggaa , kurmaanaa, fi ji’aa itti fufiinsaan kan 0.5
qopheessuu fi yeroosaa eegee hojjetaa hunda qaqqabsisuu irrattii

9
harcaatii yoo qabaate;
2. Gabaasa raawwii 2 Gabaasa raawwii waggaa, kurmaanaa, fi ji’aa haala itti fufiinsa 2
waggaa qabuun kan qindeessuu fi yeroo isaa eegee qaama ilaaluuf kan
kurmaanaa, fi ji’aa dabarsuu yoo ta’ee;
qindeessuu fi Gabaasa raawwii waggaa, kurmaanaa, fi ji’aa haala itti fufiinsa 1
qaama ilaaluuf qabuun kan qindeessuu ta’ee yeroo isaa eegee qaama ilaaluuf
dabarsuu irrattii; dabarsuu irrattii harcaatii yoo qabaate;
Gabaasa raawwii waggaa, kurmaanaa, fi ji’aa haala itti fufiinsa 0.5
qabuun qindeessuu fi yeroo isaa eegee qaama ilaaluuf dabarsuu
irrattii harcaatii yoo qabaate;
3. Bu’aa Raawwii 2 Bu’aa Raawwii hojii hojjetootaa haaluma hojimaata madaallii 2
hojii hojjetootaa raawwii hojii fooyya’een waggaa, ji’a jahaa fi ji’aan qindeessa fi
haaluma hojimaata madaala kan deemu yoo ta’ee;
madaallii raawwii Bu’aa Raawwii hojii hojjetootaa haaluma hojimaata madaallii 1
hojii fooyya’een raawwii hojii fooyya’een waggaa, ji’a jahaa fi ji’aan qindeessa fi
qindeessuu fi madaala deemu irratti hanqiina xiqqaa kan qabu yoo ta’ee;
madaala deemu Bu’aa Raawwii hojii hojjetootaa haaluma hojimaata madaallii 0.5
irrattii; raawwii hojii fooyya’een waggaa, ji’a jahaa fi ji’aan qindeessa fi
madaala deemu irrattii hanqiina hedduu kan qabu yoo ta’ee;
4. Waan waadaa gale 2 Waan waadaa galee ykn karoorfate haala guutuu ta’een kan 2
ykn karoorfate raawwatu yoo ta’ee;
raawwachuutiin Sababootaa gahaa ta’aaniin waan waadaa galee ykn karoorfate 1
muraasaa hin raawwanne yoo ta’ee;
Sababootaa gahaa male waan waadaa galee ykn karoorfate 0.5
muraasaa hin raawwanne yoo ta’ee;
5. Gahee 3 Miira hojii hojjettootaa kakkaasuu fi haala fakkeenya ta’ee kan 3
gaggeessummaa hojjechiisuu yoo ta’ee;
isaa bahaachuutiin Miira hojii hojjettootaa kakkaasuu fi fakkeenya ta’ee hojjechiisuu 2
irrattii hanqina xiqqaa kan qabu yoo ta’ee;
Miira hojii hojjettootaa kakkaasuu fi fakkeenya ta’ee hojjechiisuu 1
irrattii rakkoo guddaa kan qabu yoo ta’ee;
6. Istaandaardii 4 Hojiwwan hundaaf Istaandaardii hojii sirri ta’e diriirsuun 4
raawwii sirri ta’e hojjettoota waliin waliigaltee mallatteesse, raawwii isaa haala
diriirsuu, raawwii guutuu ta’een too’ataa fi sirreessaa kan deemuu fi raawwiin isaa
isaa too’achuu fi kutaale hojii kan biraaf fakkeenyaa kan ta’u yoo ta’ee;
sirreessaa Hojiwwan hundaaf Istaandaardii hojii sirri ta’e diriirsuun 3
deemuutiin, hojjettoota waliin waliigaltee mallatteesse, raawwii isaa haala
guutuu ta’een too’ataa fi sirreessaa kan deemuu yoo ta’ee;
Hojiwwan hundaaf Istaandaardii hojii sirri ta’e diriirsuun 2
hojjettoota waliin waliigaltee mallatteesse, raawwii isaa haala
guutuu ta’een too’ataa fi sirreessaa deemuu irrattii harcaatiin
xiqqoo kan jiru yoo ta’ee;
Hojiwwan hundaaf Istaandaardii hojii sirri ta’e diriirsuun 1
hojjettoota waliin waliigaltee mallatteesse, raawwii isaa haala
guutuu ta’een too’ataa fi sirreessaa deemuu irrattii harcaatiin
guddaa kan qabu yoo ta’ee;
Ida’ama 15% Firii madaallii 15% keessaa kenname

Maqaa hogganaa dhiyoo: _________________________ Mallattoo _________Guyyaa_____________

10

You might also like