You are on page 1of 1

Guyyaa______________

Lakk________________

Waajjira______________________________________tif

Dhimmi: Dhimma koorniyaa irratti Leenjii hubannoo kennuu waan barbaanneef ogeessa
kallattin dhimmi kun ilaallatu akka nuuf ergitan gaafachuu ilaala

Akkuma dhimma irratti ibsamuuf yaalametti dhaabbanni LWF fi waajjirri dhiimma dubartii, fi
daa’immanii aanaa Gursum waliin tahuun waa’ee koorniyaa irratti leenjii hubannoo kennuu
guyyaa lamaaf turu (guyyaa ____________hanga_______________ti) kennuuf karoora
waan qabanneef ogeessa kallattiin dhimma koorniyaa irratti hojjatan waajjiroota xalayaan
Kun qaqqabe irraa namoota __________ akka nuuf ergitan kabajaan isin gaafanna.

Nagaa wajjiin

You might also like