You are on page 1of 2

Guyyaa 19/08/2015

Walii galtee gurgurtaa Doqdoqqee

Walii galtee kennaa : Obbo Hirkoo Bazzaa

Tessoon: Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee

Walii galtee Fudhaatan: Obbo Fadiluu Muhaammaad Jamaal

Tessoo: Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo, Aanaa Noonnoo

waliigaltee gurgurtaa Doqdoqqee maqaa walii galtee keennaatin galmaa’ee argamu lakk. gabatee
94919 OR Code 2, lakk .shaansii MD634KE6XL2L01192 Lakk motora OE6LL2801316 kan ta’e
walii galtee fudhaataatii Qarshii 175,000 (kuma dhibba tokkoo fi kuma TORBAATAMII shanii )tti
gurguree Guyyaa haraa Qarshii 165,000(kuma dhibba tokkoo fi kuma jaatamii shan)fudhaadhee kan
hafee qorannaa teknikaa ergaa rawatamee maqaan naannaa’ee boodaa gutuumaan gutuutti gaafa
Guyyaa 26/08/2015 Qarshii 10,000(kuma kudhan)kanan fudhadhuu ta’ee Idaa kanan dura jiru yoo
jiraate kanana danda’u yoo ta’u, Doqdoqqee kana idaan qabadheera ykn na galchaa kan jedhu yoo
dhiyaatee falmee kanan deebisisuu ta’a.Akkasumaas qorannaa tekinikaa tasiifamuun rakkoo kan
qabuu fi kan hin dabarre yoo ta’e Qarshii qabdii fudhaadhee deebisuuf itti walii galeera kanas
mallattoo koonan mirkaneessa.

Anis walii galtee fudhaataan walii galtee kennaa irraa Doqdoqqee maqaa walii galtee keennaatin
galmee argamu lakk gabatee 94919 OR, lakk .shansii MD634KE6KGL1L01192 Lakk motora
OE6LL2801316 kan ta’e walii galtee kennaa irraa Qarshii 175,000 (kuma dhibba tokkoo fi kuma
TORBAATAMII shanii )n bitee Guyyaa haraa Qarshii 165,000(kuma dhibba tokkoo fi kuma jaatamii
shan)kaffaluun kan hafee qorannaa teknikaa ergaa rawatamee maqaan naannaa’ee boodaa gutuumaan
gutuutti gaafa Guyyaa 26/08/2015 Qarshii 10,000(kuma kudhan)kanan kaffalu ta’uukoo mallattoo
koonan mirkaneessa.

walii galtee kana kan diige ykn kan diguuf yaalee akka S/S Lakk.1889,1892 tiin motumaadhaaf
Qarshii 20,000(kuma digdama)adabamee Abbaa qabeenyaatiif 20,000(kuma digdama)adabame
kafalee walii galteen kun akka S/S lakk1731,2005fi 2266 tiin seera ful duratti fudhatama argaata ta’a.

Maqaa fi Mallattoo W/ Fudhataa Maqaa fi Mallattoo W/Kennaa

___________________________ ___________________________

Yoomuu walii galtee kun rawwatuu ragoleen jiran


1.Obbo Faaraa Kaatamaa Teessoo: Mag/Shaggar/Kut/Mal Noonnoo/Aanaa Noonnoo

2.Obbo Mahammad Beet Maamaa Teessoo: Mag/Shaggar/Kut/Mal Noonnoo/Aanaa Noonnoo

3.Obbo Wandasan Guutaa Teessoo: Mag/Shaggar/Kut/Mal Noonnoo/Aanaa Noonnoo

Nutiis ragoon maqaan keenyaa armaan olitti ibsamnee yeroo walii galteen kun raawwatuuf arguu fi
dhagahuu keenyaan ni mirkaneesinaa

Ma/W/kennaa Mall.W/Fudhataa Mall.Ragoolee

______________ ________________ ______________

You might also like