You are on page 1of 1

Ani ------------------- guyyaa har’aa Bulchaa Aanaa ___________ta’uudhaan muudamee hojii koo yammuun eegalu, itti

gaafatamummaa fi amaanaa olaanaa natti kenname, hundaa ol faayidaa uummata ani tajaajiluuf dursa kennuun Heeraa fi Seera
biyyattiif amanamaa ta’ee kaka’umsaa fi naamusa ol’aanaa hojichi barbaadu gonfachuudhaan hojjechuuf waadaa nan seena.

Ani ------------------- guyyaa har’aa ___________________ ta’uudhaan muudamee hojii koo yammuun eegalu, itti
gaafatamummaa fi amaanaa olaanaa natti kenname, hundaa ol faayidaa uummata ani tajaajiluuf dursa kennuun Heeraa fi Seera
biyyattiif amanamaa ta’ee kaka’umsaa fi naamusa ol’aanaa hojichi barbaadu gonfachuudhaan hojjechuuf waadaa nan seena.

You might also like