You are on page 1of 11

Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Catalog 1.Walakkaa galaanaa


1.Walakkaa galaanaa.....................................................1 Gurguddoota dhiise isa bade barbaacha(2)
2.Yoordaanoosi Dhaloonni Koo....................................2
3.Iyyesuus Cuuphame................................................... 2 walakkaa galaanaa(4)dhaabbate walakkaa galaana
4.Nuti cuuphamne......................................................... 3
5.Ilma abbaa ilma Maariyaami......................................4
6.Amantiif cuuphaadhaa................................................4
7.Cuuphame jira............................................................ 5 Iccitii isa guddaa abbaan ifa baase
8.Kan Fayyuu Barbaaduu..............................................6
9.NI BU’E ILMI(ወ ረ ደ ወ ል ድ ).................................... 6 Ilmasaa jaallatu gooftaa nu badhaase
10.Yordaanositti............................................................ 6
11.Nuuf cuuphame........................................................ 7 Maqaasaa sooratnee isaa ittiin bullu
12.Iyyesuus Cuuphame................................................. 8
13.Ni cuuphame Iyyesuus............................................. 8 Waaqayyo nuuf kenne Afuura Qulqulluu
14.Nuti cuuphamne....................................................... 9
15.Yordaanos Gammaddee.........................................10
16.Beenaa ni deemna.................................................. 10
17.Gooftaasaa dursee.................................................. 11 Ofirratti arginaan yoordaanos uumaasaa
18.Galiilati dhaqe........................................................ 11
19.Sagaltamii saglanu................................................. 11 Teellaatti deebi'ee mul'ise sodaasaa
20.Yordaanositti.......................................................... 11
Gooftaan hunda uume gad ofqabuudhani

Cuuphamuusaan kunoo nuuf bu'e nagaani

Daawit mul'atasaan akkuma dubbatee

Arjummaan goofticha sirriitti mul'ate

Lafti ifaan guutes lamuu hin dukkanaa'u

Jira yeroo dhiphuu waaqni inni nuuf nahu

Jireenyi gabrumma seexana harkaa ba'ee

Aangoo Iyyesuusiin har'a barbadaa'e

Galataaf dhaabbanne nutis dhugaa baana

Maqaa kiristoosiin nama ifaa taana

F.Dn Ifaa Taklee

==•|•==

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

2.Yoordaanoosi Dhaloonni Koo Garbummaarraa bilisa baane


Yordaanosi dhaloonni koo
.................................................
Naaf cuuphameera Waaqnikoo
Hojiin Seexanaa - Bilisa Baane

Karaa dhiphinaa
Samii gubbaa taa’uun sagaleen dubbatee
Nurraa ka'eeraa
Icciitiin Sillaasee ni mul’ate achittii
Gooftaan moo'eraa
Bifa gugeen dhufee Afuurrii Qulqulluun
Cuuphamu isaatiin nutis carroomnee
Abbaas ta’ee Ilmii Afuurri Qulqulluu
Galata waaqaa bilisa baanee

.......................................................
Yoor fi daanosii moggaasa argattee
Yee cuuphame - Bilisa Baane
Addam ni argatee uffannaa kabajaa
Gooftaa iyyesuusi
Xalayichi sunis salphatee argamee
Tokko taasise
Yoordaanoos ni taate miiccituu addunyaa
Yooriif Daanosi

Bara hedduudhaf addaan bahanii


Tewaahidoo jechuuni Waloomaan ta’eeraa
Gooftaan cuuphamnaan tokko ta'anii
Waaqni nama ta’ee ni argame achitti
....................................................
Afaan baasuudhanii Yoordaanoos dubbatte
Gaarreen gammadan - Bilisa Baane
Yohaannistu argee Afuura qulqulluun
Tulluun utaalaan

Cuuphamu isaatiin
Yohaannisiin cuuphamee abiddichi sunii
Samiim banaman
Inni natti ulfaatuu isaaf salphaadha innii
Sanyii Addaamiig ta'e Gammachuun
Koottaati ilaalaa raajii Yoordaanosiin
Nurraa darbeera baraan gubachuun
Lagni tokko ta’e lama kan turesii
...................................................
==•|•==
Galanni Yordaanos - Bilisa Baane

3.Iyyesuus Cuuphame Sodaan baqatte


Iyyesuus Cuuphame nutis fayyinee
Fuula kiristoos

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Hin laalu jettee Samiin ni banamee

Yordaanos dhaaphuu hin baqatinii Ilmii koo an jaaladhuu

Ba'aan kee in bu'aa Aangoo waaqanii Isaa dhagahaa mee

...................................................... Cuphaan yaa namootaa

Boojiin hafeeraa - Bilisa baane Madaa nii fayyisaa

Kansaa taanerra Warra amananii

Cuuphaas cuuphamne Arginee hundasaa

Kiristoos uffannee

Diini haa gubatu nuti kansaati Goftaashee argannaan

Nu bitateera jaalala isaatiin Gammaddee yordaanos

F/taa Naatii (Akliiluu) Xalayaa dinaasan

==•|•== Kessaa basee iyyasuus

Iccitiin waaqummaa
4.Nuti cuuphamne
Nutii cuphamnee goftaa uffannee Kan itti mul'atee

Jireenyaaf taanee isaan gammannee(2) Laggeen bayyee keessaa

Atii kan carroomtee

Goftaan cuuphameetii

Kan nuttii agarsisee Goftaa kan uffattan

Fayyinaa argannuu Cuphaa warri argattan

Gochaan nuu barsiisee Maqaa Sillaaseetiin

Inni nuu dhageenyee isin Kan himamtan

Sagaleen Afuuraa Dhiigaaf foon goftaatin

Cuphaadhaan argamaa Kan of qopheessitan

Jiruun bara baraa Mootummaa Waaqayyoo

Gaabbiidhaan argattan

Goftaan yoo cuphamuu ==•|•==

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

5.Ilma abbaa ilma Maariyaami Taabota marsinee ni deemna ayyaanasaa


Yoordaanositti kan cuuphame Ilma abba Ilma
Maariyaami Dachiin qulqullooftee seexanni haa leeyyaatu

Yohaannisiin inni cuuphame Ilma abba Ilma Sabni Itoophiyaa waaqa haa faarfatu
Maariyaami ==•|•==

Mootichi nageenya jabinni addunyaa 6.Amantiif cuuphaadhaa


Kan fayyu barbaadu amantiif cuuphaadhaa eyyeen
Cuuphamuudhaaf jedhee dachiin ni dhiphatte dhugaadha

Yoordaanos sodaatte abiddaan guutamte Dhiigaan kan nubite Kiristoos qofaadha eeyyeen
dhugaadha
Uumaan ifa hundaa isheedhaaf mul'ate

Sanyii namaa hundaaf samiirraa kan buutee


Dhuguma dubbate daawit raajiisaani
Duutee du'a mootee jireenya nuuf laattee
Ragaa nuuf ta'uufi yaadanno cuuphaani
Gooftaan sumadha
Tulloonni gaaronni baayee gammadani

Akka waatiif jabbi ta'uu barbaadanii


Harka Yohaannisitti yoo cuuphamtes atii

Fakkeenyi kee hunduu madda jaalalaati


iccitiin dhagahame duumessa keessaanii
Fayyisaadha ati
Waa'ee ilma tokkichaa dhugaa bahe abbaani

Bifa gugeen bu'ee afuurri qulqulluu


Yohaannis yoo cuuphes bishaanidhaan inni
Hamma baraabaraatti jiraata baraani
Kan na boodde dhufuu sin cuupha abiddaani

Inni Afuuraani
Harka yohaannisitti gooftaan nii cuuphamee

Mucummaa nuuf kennee yakki keenya haqamee


Lubbuu badee ture fayyinatti baastee
Maal akkamiin jiraa kasoominni kuni
Waaqummaa keetiini jireenya nuuf laattee
Gammachuun dhagahame cuuphamu gooftaani
Du'a nu oolchite

Cuuphaasaan ifa haa bahu uffanni ogummaasaa


Xalayaan garbummaa yoordaanosiin turee
Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu
Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Xoofoo du'aa kutee jireenyatti jijjiiree ...................................

Du'aa nu furee ....... Lagni Yordannoosi.......

....... Teellaatti dheessite.......

Fayyinni amantaa cuuphaadhaan argamaa ....... Waaqummaan Kiristoos.......

Addunyaan hundumtuu isaan baraaramaa ....... Na danfisa jettee .......

Gooftaan furamaa ....... Yooriif Daanoos turte .......

....... Cuuphaasaan tokkomte.......

Fakkeenya gugeetiin ni bu'e afuurri ....... Nuufis cuuphaa saatiin......

Gara keenya dhufee gooftaan jaalalaani ....... Tokkummaan argamte.......

Isaan biraani ...................................

....... Gooftaan yoo cuuphamu.......

Fakkeessudhaaf malee addunyaan sobadhaa ....... Iccitiin labsame.......

Abbaan qulqullummaa Amaanu'eel qofaadha ....... Sadummaaf tokkummaan.......

Inni Gooftaadha ....... Hundaatti ibsame .......

==•|•== ....... Afuurri qulqulluun.......

....... Bu'e bifa Gugeen .......


7.Cuuphame jira
Cuuphame jira Gooftaan Cuuphameera... (2) ....... Abbaaniis dubbate.......

Cuuphame jira(2)....... ....... Ilma koo jechuunii.......

....... Waggaa soddomaffatti....... ............................

....... Laga yordaanositti....... .......Garbummaa balleessuuf.......

....... Gooftaan cuuphameera....... ....... Seexanni kan barreesse.......

....... Harka Yohaannisiitti....... ....... Xalayaa barootaa .......

....... Mataasaa gad qabuun....... ....... Addaam mallateesse.......

....... Walakkaa galaanatti ....... ....... Cuuphamuu isaatiin .......

....... Hundumaa kan uume....... ....... Nurraa barbadeesse .......

....... Harka Garbichasaatti....... ....... Ijoollee saa hundaa.......

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

....... Bilisa nu baase....... Xoofoo du’aa kootii jireenyattii jijiree ….du’aa


nu furee
F/taa Koo'eel Shawaa

==•|•==
Fayyinni amantaa cuuphaa dhaan argama ***
eeyyee dhugaadha ….
8.Kan Fayyuu Barbaaduu
Kan fayyuu barbaadu amantiif cuuphaadha *** Addunyaan hunduumtuu isaan
eeyyee dhugaadha bararamaa …..Gooftaan furama
Dhigaan kan nu bittee kiristoos qoofaadha *** Fakkeenya guggeetiin in bu’ee afuurrii ****
eeyyee dhugaadha eeyyee dhugaadha
Sanyi nama hundaaf samii irraa kan buutee *** Gara keenyaa dhufee gooftaan jaalaanii…. isaan
eeyyee dhugaadha bara ani
Duutee du’a mootee jireenyaa nuuf laattee
gooftaan sumadha
Fakkeessuudhaaf malee addunyaan sobadha
***** eeyyee dhugaadha …
Harka yohanisitti yoo cuuphamtees ati *** eeyyee Abbaan qulqullumaa amanu’el qofaa … dhaa inni
dhugaadha ….. gooftaadha
Fakkeenyi kee hunduu madda
jaalalaati …..Fayyisaadha ati 9.NI BU’E ILMI(ወረ ደ ወል ድ )
Ni bu’e Ilmi (4×)

Samii irraati gara Cuuphamutti eyyeen (3×)


Yohaanis yoo cuuphees bishaan dhaaninni ***
eeyyee dhugaadha ወረ ደ ወል ድ
Kan na booddeen dhufus ni cuuphaa ወረ ደ ወል ድ
abiddaani…...inni hafuurani /6/እ ምሰ ማያ ት ውስ ቴ ምጥ ማቃ ት

10.Yordaanositti
Lubbuu bade fayyinaitti baafte *** eeyyee Yordanositti nuuf cuuphameera (2)
dhugaadha …..
Abbaan ifa baase iccitii tokkummaa
Waaqummaa keetiin jireenyaa nuu
laattee ….du’aa nu oolchitee Mucaan Koo kunootii Ni jaallatamaa

Addaamiin booji’een Kan cabse garbummaa

Xalayaan garbummaa yoordaanosin turee ****


eeyyee dhugaadha

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Mucummaa cuuphaadhaan argamneerra Jecha Waaqaa …….eeyee……. Kan simatte

Arganneerra ……eeyyee (2) ==•|•==

Seexanicha……..eeyee………mo’anneerra
11.Nuuf cuuphame
Faaruudhaafis….eeyyee… dhaabbanneerra Ishoo kaa Gooftaan nuuf cuuphame (4)
Xalayaan garbummaa nurraa barnadaa'ee
….Halkan dukkanaa’us gooftaan nu ga’eera ...........
Balleessaa Addaamiif samiirraa gad bu'e(2)
Durbee keessa bulee kuno nu cuuphame
….Irree keenya ta’ee nutis dhaabbannerra
Ishoo kaa Gooftaan nuuf cuuphame
..........
….cuuphaa saa cuuphamnee diina moonee jira. Kuno nuuf cuuphame harka Yohaannisin(2)
Nuuf fayyifateeraa Gooftaan Iyyesuus
Ishoo kaa Gooftaan nuuf cuuphame
.............
Yordanoos (2) gammadikaa (2) Xalayaan garbummaa yordaanos turee(2)
Cuuphamu isaatiin Gooftaatu nuuf furee
Gammadikaa… Eeyee…… gammadi kaa Ishoo kaa Gooftaan nuuf cuuphame
.................
Mooticha kee …….eeyee……. simadhu kaa Gammadaa namootaa ililleen faarfadhaa(2)
Gooftaan nuuf cuuphame hiidha nu baaseraa
Fiigichaa kee … eeyee…… Rawwadhu kaa Ishoo kaa Gooftaan nuuf cuuphame
.......
Summii tufi ……eeyee….. Faarfadhu kaa Ati Yordaanos maaf sodaatta?(4)
Waaqayyoon simadhu maaf duubatti kaatta?
….Seenaan kee haaromee dhabbadhu farfadhu Duubatti deebi'in waaqa uumaa keetii(2)
Ofitti simadhuu nuuf cuuphamuf innii
Ati Yordaanos maaf sodaatta?
…Teellatti hin deebi’in gooftaa kee simadhu
.............
Nuuf faaqudhaaf xalayaa garbummaa(2)
…Maqaa Iyyasuusiin seenaa haareffadhu Samiirraa gad bu'e kuno Abbaan hundumaa
Ati Yordaanos maaf sodaatta?
........
Laga hundumarraa Gooftaan si filate(2)
Cuubbuu addamiin duuneera cuuphaa goftaatiin Kuno nuuf cuuphame nunis fayyifate
kaneerra Ati Yordaanos maaf sodaatta?
........
Du’a injifannee baaneerra waanjoon seexanaa Eebbisaa baay’ate kuno nu Eebbisee(2)
cabera Cuuphamu isaatiin bilisaa nu baasee
Ati Yordaanos maaf sodaatta?
Yordaanos (2) Kan carroomte ...........
Yordaanos Yordaanosii ati yaa Yordaanosii(2)
Kan carroomte…..eeyee……Kan carroomte Yordaanosii(2) Eyyee
Dhaala Gooftaa
Dhaala gooftaa …eeyee…….kan dhabbatte Kan waaqayyoo
Si filatee
Raajii daawit ….eeyee …….kan raawwatte Gooftaan kunoo
...............
Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu
Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Nuuf Cuuphame Nurraa darbeera baraan gubachuun


Waaqayyoonii
Raajii Daawwit ...................................................
Rawwachuufii
Cubbuu keenyas Galanni Yordaanos - Bilisa Baane
Balleessufii Sodaan baqatte
==•|•==
Fuula kiristoos
12.Iyyesuus Cuuphame Hin laalu jettee
Iyyesuus Cuuphame nutis fayyinee
Yordaanos dhaaphuu hin baqatinii
Garbummaarraa bilisa baane
Ba'aan kee in bu'aa Aangoo waaqanii
.................................................
......................................................
Hojiin Seexanaa - Bilisa Baane
Boojiin hafeeraa - Bilisa baane
Karaa dhiphinaa
Kansaa taanerra
Nurraa ka'eeraa
Cuuphaas cuuphamne
Gooftaan moo'eraa
Kiristoos uffannee
Cuuphamu isaatiin nutis carroomnee
Diini haa gubatu nuti kansaati
Galata waaqaa bilisa baanee
Nu bitateera jaalala isaatiin
.......................................................

Yee cuuphame - Bilisa Baane 13.Ni cuuphame Iyyesuus


Ni cuuphame Iyyasuusii Yohaannisiin
Gooftaa iyyesuusi Yoordanoositti
Tokko taasise Arganneerra bilisummaa kan nuuf kenne Ilma
Yooriif Daanosi Waaqayyootii

Bara hedduudhaf addaan bahanii

Gooftaan cuuphamnaan tokko ta'anii Samii irraa gadi bu’ee-Harka Yohaannisiin

.................................................... Yoordaanoos keessatti- Ni cuuphame Gooftaan

Gaarreen gammadan - Bilisa Baane Garbicha seexanaa-Garbitti ta’uun

Tulluun utaalaan Iyyasuusiin hafe-Humna waaqayyoon

Cuuphamu isaatiin

Samiim banaman Gammoojjiitii dhufee-Yohaannis lallabe

Sanyii Addaamiig ta'e Gammachuun Qalbii jijjirradhaa-Afuuraan jiraadhaa

Karaa kan sirreesse-Ilma Waaqayyoof


Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu
Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Inni anarra caaluu-Isin cuupha Afuuraan Fayyinaa argannuu

Gochaan nuu barsiisee

Lammata dhalanne-Bishaanii fi Afuuraan Inni nuu dhageenyee

Deebi’ee jiraachuuf – Laphee Amantiidhaan Sagaleen Afuuraa

Sanyiin Addaam hundaa-Bilisummaa qabna Cuphaadhaan argamaa

Fayyina arganne-Addunyaaf lallabna Jiruun bara baraa

Mootummaan waaqayyoo-Nutti dhihaateera Goftaan yoo cuphamuu

Qulqulluu Yohaannis - Jedhee barsiiseera Samiin ni banamee

Amantiif Gooftaaniis-cuuphaanis tokkicha Ilmii koo an jaaladhuu

Isatti jabaadhaa – Amantiitti cichaa Isaa dhagahaa mee

Cuphaan yaa namootaa

Ijoolleen Waloomaa -Takka amanneerra Madaa nii fayyisaa

Barumsa keessummaa-Nuti ciigaaneerra Warra amananii

Nuuf galeetu malee-Jaalalli Goofticha Arginee hundasaa

Callisnee hin deemnu-Bitnetu baricha

Goftaashee argannaan

Ilma Abbaa eebbifamaa – Dhiifama kan laattu Gammaddee yordaanos

Akka Melketsediq – Luba bara baraa Xalayaa dinaasan

Dhiifama nuuf godhi – Jedhiitii na cuuphi Kessaa basee iyyasuus

Gooftaan ni dubbate – Yohaannis cuuphaatti Iccitiin waaqummaa

===|=== Kan itti mul'atee

Laggeen bayyee keessaa


14.Nuti cuuphamne
Atii kan carroomtee
Nutii cuphamnee goftaa uffannee

Jireenyaaf taanee isaan gammannee(2)


Goftaa kan uffattan

Cuphaa warri argattan


Goftaan cuuphameetii
Maqaa Sillaaseetiin
Kan nuttii agarsisee

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

isin Kan himamtan Mootiittu cuuphamee isa hunda caalu

Dhiigaaf foon goftaatin

Kan of qopheessitan Egaa kana booda Gammaddee H. ni c/tee ×2

Mootummaa Waaqayy Garbummaan hafeerra ▸ ▸ ▸ ▸

Gaabbiidhaan argattan Gammachuun faarsiina ▸ ▸ ▸ ▸

Nu hundii fayyineerra ▸ ▸ ▸ ▸
15.Yordaanos Gammaddee
Xalayaan garbummaa nuyif barreffamee
Yordaanos gammaddee hedduus ni
carroomtee }×2 Nurra barbaadeese Gooftaan nuf cuuphamee
Gooftaa ishee simaattee kabaja argattee }×2
16.Beenaa ni deemna
Beenaa ni deemna Yordaanoosi(2)
Dhufee samii irraa Gammaddee H. ni c/tee ×2

Laga Yordaanositti ▸ ▸ ▸ ▸
Yordaanoosi (2)......Eeyyee
Kiristoos Cuuphamee ▸ ▸ ▸ ▸
Gooftaan keenya...
Harkaa Yohaannisitti ▸ ▸ ▸ ▸
Iyyesuus.....
Addaamin debbisuuf iddoo jalqabatti
Cuuphameera.....
Iyyasuus Cuuphamee Yordaanos keessatti
Yohaannisin......
Abbaan samii irraa Gammaddee H. ni c/tee ×2
Haa cuuphamnu....
Akkas yeroo jedhu ▸ ▸ ▸ ▸
Haa taanusi.....
Ilmii koo isaadha ▸ ▸ ▸ ▸

Innin ani jaaladhu ▸ ▸ ▸ ▸


Yordaanoosi (2).....Eeyyee
Tokkummaa fi sadumma kunno ifa godhee
Cubbuu keenyas.....
Iyyasuus cuuphamee ilmaan isaaf jedhee
Haa dhiqannu.....

Yordaanoositti......
Kabajaa Gooftaatif Gammaddee H. ni c/tee ×2
Nut hundinuu.....
Yordaanos baqattee ▸ ▸ ▸ ▸
Gammachuudha.....
Waaqa uumaa ta'uu ▸ ▸ ▸ ▸
Hin gaddinu....
Isaas ni hubattee ▸ ▸ ▸ ▸

Biqiltuu fi garreen hunduu ni utaalu


Yordaanoosi (2)......Eeyyee

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu


Faaruu Cuuphaa Mooraa yaa’ii Walqixxee Yuunivarsitii, Afaan Oromiffaa

Gooftaan keenya...

Iyyesuus.....

Cuuphameera.....

Yohaannisin......

Haa cuuphamnu....

Haa taanusi.....

Beenaa ni deemna Yordaanoosi(2)

Yordaanoosi (4) Eeyyee

17.Gooftaasaa dursee
Gooftaasaa dursee yordaanosiin kan geesse(2)

Guyyaa sanas Yohaannis guyyaa sanas

gammadde baayisee(2) eeyyee

==•|•==

18.Galiilati dhaqe
Galiilati dhaqe gara Yohaannisi(2)

Fayyisa biyya lafa har'a nii cuuphame (4) eeyyee

==•|•==

19.Sagaltamii saglanu
Sagaltamii saglanu saglanu ergamoota dhiisee (2)

Galaanaa walakkaa(4)

dhaabbate Gooftaan nuuf cuuphame Eeyyee (3)

==•|•==

20.Yordaanositti
Yordaanositti (4)

Yordaanositti cuuphame Amanu'eel(4) Eeyyee

==•|•==

Qopheessan: F/taa Koo’eel Shawaa Kutaa Faaruu

You might also like