You are on page 1of 4

Tarree Ciigoo

Oromoo

𝑮𝒂𝒄𝒉𝒊𝒃𝒔𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂𝒕𝒂
Ciigoo Sabbooqoo Sorgoo Sookoo

Nuu sifoofnaan hunduu nyaachuu maal qabaree Nyaanni Kan bara


kan barbaree barbaree qabu beeku hund
Garuu garuu hunda caala kan barbaree.
nimi’aawa caala

Mini/meeshaan
Mi’a baate malee ofii nama hin hubuu abbaan isa
abbaa sun kan eenyu
dhalche hin
Bakka geessu hin beeknuu inni abbaa hin qabuu. hinqabu. akka ta’e hin
beekkamu
beekamu/

Hojjaa hin bulchiinaa mee fixaa bayeessaa sirriitti galgala


Addeessaa qulqulleessaa ta’ullee
Waayaas mimiiccadhaa bareechaa addeessaa.
miiccaa Addeessi ji

Daadhiis ta’e farsoo hundarraa of eegaa bishaan haqa (


isa wayyaa
dhuguutu dhugaa)
Qulqulluu bishaanii isa wayya dhugaa. dhugaa
filatama wayyaa

Osoo waa hinnyaatin torban guute agabuu Odeeffann


quba qaamni koo
hinqabu (
Hojjedhee akka hinnyaanne anuu quba hinqabu. hinqabu. hir’uudha
hindhagee

Cululleen saamtuudhaa yaada hinqabdu fayyaa Ciigoo : Isin wajjin


Cululleerra
sinbirallee isin bira
Ani ishee hineeguu sinbirallee wayyaa. sinbirroo wayya
wayyaa wayya)

Ani buna hindhugu garaa kutaadheera


Buna barakaa natti
lammaffaa
Buna kee lammaffaa egaa kakadheera. hindhugu hindeebi’u

Yeroon ani xiqqoo hawwii koo kan ture Magaalli magaala


Naqamte Naqamtee keessatti
Amma naaf guddattee magaalaa Naqamte
guddatte naqamte

Ishiin si jaalatti ati maa jibbita


ulfeessi kabaji Ulfa godhi
Intala ulfeessi yaa gurbaa ulfaataa

Yoo facaasuuf lafa babbaqse


Ija qabee
arge
Balleessumaaf jedhee ija qabee cabse cabsuu

Hojjettee hin-nyaattuu duraan maaliif hatta dhukkuba


abbaan Nama sangaa
abbaa san
Abbaan sangaa dhufee amma akkam kee taata? sangaa qabu
jedhamu
Ciigoo Sabbooqoo Sorgoo Sookoo

Asis jenne godaas hinarganne.


Ishee gama
qarree durba
Ishee qarree gamaa gaafadhaa jedhamne. jirtu

Aadaa osoo beektuu fuullee namaa kaatti


Har'as deebitee Dhuufuu
Nidhufti
Kaleessa hinhafnee har’as kunoo nidhufti dhufte dhuufte

Bara baraan kan dhageenyu sirbumasaa


dubbiin/qooqni
afaan isaa
Nimiidhagaa afaan isaa isaa ni bareeda

Kan akkas bariidhaan kaate


simbira Gosa hallatti- Isiin bira
Mucaan sun simbira taatee. taatee simbiraa dhuftee

Erga bokkaan roobee caamee Namni lolaa Namni


Loolaan
roobaatiin Waraanaan
Namni loolaan dhume. dhume
miidhame dhume

Silaa raammoo miti yoom bahee mul’ataa

Suuta suuta jedhee gurra nama nyaata.

Maaluma haata’uuf kana funaannattaa

Mana kanaa baasaa eenyu fedha gataa

Gurraaf taati jettee meetii gabaa bittee

Isallee hanqattee lafa teessee haftee

Homa hin
sodatinfedhii kee
guttadhu gadi jette hin
bulin waaq jirra
jabadhu

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?
title=Tarree_Ciigoo_Oromoo&oldid=42234" irraa
kan fudhatame

Fuulli kun dhumarratti kan gulaalame guyyaa 22


Amajjii 2024, sa'aa 21:18 irratti. •
Content is available under CC BY-SA 4.0 unless
otherwise noted.

You might also like