You are on page 1of 3

Lakkkk Komiiwwan dhiihatan Deebiwwan kennaman

1 hojjataan nyaata dhiiheesuu mallatoon hojjata tahuu Uffata seera akka kawwatan humni.nama
agarsiisu irra hin mul'atuu hordoofii akka godhuu fi dursaan garees
akka hordofu

Sayiin ganamaa dhiihaatuu dukkaraa hin qabdu sukkara Sukkarii jala akka geefamuu kan sukkara
qabatuu wimama hin qabduu barbadus tahe filannon akka dhihatu

Biddeenii dhiihatuu hedduu hin bilcheesaan sateysanii Humna ifaa irraa wan taheef kun.yeroo
dhiheessan mara kan umamuu

Dabboon yeroo faxara dhiihatuu hedduu Wantii daboo itti godhan qulqulla'ee bukko
dhangagoytuudha durani oso hin tahin haaratyi daboon akka
godhamtu ha tahuu gara dursattin

Dabboon dhiihatuu soogidda ykn sukkara hin qabdu kun Daboon jidduu galeessan akkaa dhiihatuu
sirra'uu qaba dursaa gareettii himame jira

Faxarii dhiihaatu yeroo hedduu ni hanqataa kutaa wardii Faxaraa irratti komiin kun ka'aa olaa wan
irratii ni dhuma taheef haala ragaa dhukkubsata ciseetin
akka dhiihatuu dursan gare godhuu qaba

Ittoo keessatti muka xinnoo agare saniif yeroo nyaata Hojjatan yeroo nyaata godhuu eegmayaa
godhan eegumsa godhuf qaban godhuu qaba keessatii dhukkubsata bira
deema hojjatan idfoo sani wanni akkana
umame tanan kan koreef dhiihatu taha

Nyaanii sagaantaan hin dhiihaatu guyyaa. Tokko tokko Nyaanii dhiihesiwwan magaalara sagantan
male an guyta 4 cise medicala saganta fi nyaanii walitti hin wal simsisu irrati yeroo hedduu tokko tokko
dhufu sagantan wal dhaba ,

Ittoo yoo godhaan jidduu galeessatii godhuu qabu soggida Ashaaboo nyaata dhukkubsata haala
oso irra hin dabarsine urgeesani godhu qabu kanaf zeeta sagantatiin hamma girama nyaatatan akka
ittii guutani godhan wan tahef kun sirra'uu qaba dhiihatuu ni tasiifama ,

Faxaarii ganama ergaa nuttii beeloofne ala bitane dhufa Hojhataan faxara seenu yeroo akka seenu fi
kun maliii akka dhiheesuu kanan booda akka godhamu
walii galame jira

Mannii nyaata sababa ibsatiin sagantan nyaata jijjiramte Kun.rakkolee ibsaatiin.kan umamee
nun jedhan nyaata dhibde teenyaf dawa hin goone

Yeroo hunda pasta fi ruuza godha olaan hospitaali hojjata Haala bajastatii wajjin kan wal qabatu
ruuza gi mokkoroni godhu ramade moo wan dhihesun sababni gabaaya irratti gatiin idfo hin ta'uu
dhabe nyaani barbaadamu hin argamu saniif
fuldura ni foyyesina hala danda'amen
Barbaree qofaa ittii gutaani zeeta waliin nyaata jedhani Zeeta qofa dhiheesitan barbare waliin kan
dhiheesan jedhee sireefamni ageessa nyaata godhuu fi
dursa hordofu qabu kanaf komii kana ilaalee
dursa gareetif lanee akka sireesu goone jirra

Mana nyaata dhayne bishaaan dhuynu barbaduuf dhayne Sababa bomban caphutin yeroof hanqina
bishaan hin jiru jedhan umame wan tahef mana nyaata irra
bishaan dhabame hin beeku

Kille fi goon sagaantan dhiihatuu hin jiruu saniif saganta Sagaantaa kabaju irrati ka rakko tahe
ha kabajaamtuu dhiheesi gabaya irra dhabuudha, kille
hammi.barbanu yeroo yokko tokko ni
dhabama foon.qulqullunis guyya tokko
tokko male ni dhabama kanaf fulfura MGT
furmata bira kan.laalamu taha

Meshaan dhiihatuu qulqullu tate banadha kun hoo sirri Meshaan badaa olaa sababa
mitii a saniin.furmaataa jenne meshaa haraawa
bakka bufne kanumattii sirefama tasifna

Mannii hospitaala dhibdee fayya yaaluf dhabbate yoo Sagaantaan ni deemama akkaa sira'uuf ni
tahe ,nyaata fayyaf tahuu hawaasaf tahu maliif hin gone hojjana kun rakko gabayaa irraa halaa rakko
sagantan maliif hin deemne dhiihesii fi bajaatan wal qabata wan tahef

Sagaanta nyaata yoo maxansanin.hawaasni sagaanta Ogeesii akkaa sagaanta nyaata irratii
nyaata dhihatus dubbisu hin.beeku maliif afaanin ogeesi hubannoo kennu yeroo morningi seenan
itti hin himne hubanoo akka kennamuf godhame jira gara
hakimatinis

An gastirik qaba nyaani dhufe sagantaa wal hin qabatu Dhibdee nyaata keenyan wal hin simne yoo
kana barbaree fi zeetatu dhihate an hin.nyaaane qabate manni hojii kafalta nyaata bakka
akka busuuf ni godhama

Dhimmii nyaata kun dhibdeen wajjin hubannon gara Ogeesii akkaa sagaanta nyaata irratii
ogeessatin hin kennamu kun.maliif tahuu danda'ee hubannoo kennu yeroo morningi seenan
hubanoo akka kennamuf godhame jira gara
hakimatinis

Hospitaala biroo yoo laale nyaani isa bareeda hospitaali dhimmi dhiheesii nyaata gabayan
keenya kun general hospitaala tahe nyaata maliif hin dhiheesitu haala madaalawan yoo tahe
sireesine garii sanif hospitaaloni haala magaala guddo
dabalate dhihesdi gara gara gatii gariin wan
dhihatuf mijjawa wan.tahef san umame

Hojjataan hospitaali dadar ramadu kan qulqullesitu irra Ogeessa nyasta dursaa garee wan jiruuf
fuudhani ol basan ogeessa nyaatati miti sanif nyaata kana irratii fuldura sireefama ni goona
sirnan Hin godhan kana hospitaali sireesu qaba
Hammii laqaana dhihaatu xiqqadha ,giramnii dabbotiis Nyaani dhiihatu giraman dhihacha jira san
akkasuma xiqqadha sanif garamni dira'uu qaba caala godhuuf bajaata hin qabu amas manni
hojii dhukkubsata cise qofaf dhihachu qaba
jedha.

Hojjatan mana nyaata yeroo gaafii nyaata dhiihesanif Kana ni sireesina ilaale jira ,hojhata akkasii
fuula garin.nama hin deebisuu kun.sira'uu qaba addan basne ilaale gorsa kanine fi jira

Kubbayan shayii ittii dhiihesan sibiilaa ture harawaa Dhiheesiin kun kutaa mana nyaata wan
manni hojii bituu qaba dhufeef guyyaa itti anu akka dhihaatuf ni
godhama

Biddeeni mana nyaatatin dhihaatu kan alaati wajjin yoo Rushii durani gubban wan godhamuf
ilaalamu heddu dhangagawa dhangagawa dursan gare san akka
hambisuu itti himame foya'e jira

Barbareen.nyaata dakamte hospitaalaf dhihastu hedduu Barbareen dhihaatu qulqulludha tan firii
qulqullina hin qabduu, bitamte dakamtii wan nama gubduf qulqullu
tahu dhabu miti hamma nama gubuu
bilchesu fi hama xiqesun sireesina

Zeetnii hedduu nyaatatii bay'ataaa saniif sira'uu qabaa Nyaata 𝐠𝐦 dhihaata zeenis Gm dhihata
ittii gaafataman mana nyaata wantii hundii giraman dhiihachaa jira

Hospitaalii mana nyaata kana quba hin qabuu moo nyaata Koreen nyaata hordooftuu godhamtee
sa nama laalu maliif itti hin goone dhukkubsataf dhiheesu yeroo yeroon.ilaala jirti nutis MGt
dura malif hin laale hospitaala sagantan dhayne nyaata laala jira

You might also like