You are on page 1of 11

MaqaaAbbaakanI

lmaakanAfuur
aQul
qul
luuWaaqa
TokkoAmeen.

Ay
yaanaaCuuphaa
"Egaadhaqaa,
maqaaAbbaakanIlmaa,kanHaf
uuraQulqul
luut
ii
nisaan
cuuphuudhaan,
sabahundumaaduukabuoota kootaasi
saa Mat .
28:19

Hii
kaCuuphaa— cuuphaaj echuuncuuphamuu, bishaankeessaseenanii
bahuujechuudha.Cuuphaani ccii
ti
iwwanManaAmant aaOrtodooksi
i
Tawaahidookeessat t
iraawwat amankeessaai sat okkoofikanjal
qabaa
yommuut au,amant oonnikanmanaamant aattii
ttii
ngalan,mucummaaf i
kabajaWaaqayy or
raakani t
tii
nargatandha.Iccii
tiiwantij
edhameef i
is
mucummaaSi l
laasee(Sadummaa)i sai
jaanhinar gamnekani t
ti
narganuufi
warreenhinamanneefi cci
it
iij
edhama.

BuuuraCuuphaa-Goof taankeeny aIyyasuusKi r


istoosdhalateewaggaa
soddomat til
agaYordaanosi tt
iharkaYohaanni sit
ticuuphameenamoot ni
hundisakkaf ayy
anii
flammat adhalachuufcuuphamuuakkaqabanbar si
iseer
a,
ofi
iisaacuuphamuudhaani snuufbuuur esseera.KanaafGoof taafiFayy i
saan
keenyaIyyasuusKiri
stoosdhumabar umsai saairrat
tiDeemaat ii
maqaaAbbaa
Il
maaf iAfuuraQulqull
uut i
incuuphaaduukaabuut otakootaasi saajedhee
duukaabuut otai
saaaj aj
eer a(Maatewoos28: 19).Isaani
saj aj
abar si
isaaisaanii
i
rrakennameeff udhataniinamoot aadduny aaWangeel abar si
isuuncuuphani i
i
jooll
eeWaaqay yootaasisanii
ru.

Cuuphaanmaal
ii
fbar
baachi
se?

Dhall
inamaa jal
qaba abboommii Waaqayyoo cabsee gorsa seexanaa
dhagahuudhaanmukaJannatakeessaj
ir
anhundany aadhumukai sawaan
gaari
ifiyaraanamabarsii
sukanaimmoohinnyaatii
nj edhameny aachuun
dhalanamaahundar r
attiduutiduaai r
rat
timur taaeeabaar saanj i
raachaat uran.
Bara boodaa Goof taa I y
yasuus bi yyal af
aa kanat tiy eroo bar si
isaa tur e
Dhuguma dhuguman i sinii
nj edha namnil ammat a bishaaniifiaf uurai r
r aa
dhalachuubaannaanj i
reenyabar abar aahi nqabu( Yohaanni s3: 3-
6)j edhee
akkumadubbat ecuuphaankanbar baachisejireenyabar abaraaar gachuufy kn
i
mmooMoot ummaaWaaqay y
oodhaal ufjechuudha.Ki ri
stoosii
tii
nki r
istaanot a,
Il
maan i mmoo ilmaan ( Ij
ooll
ee)Waaqay yoo kan nu j echisi
isu cuuphaadha.
Akkumanamnihaadhaaf iabbaai saairr
aaal -tokkoqof adhal atuCuuphaani s
erga t akkaa cuuphamani ii rra hin deebi amu; Qul qul
luu Phaawul oosi i
s
Cuuphaani s Gooftaaniis amant iini
s t okkuma ( Efeesoon 4: 5) j echuun
ki
ristaanotabar
asanaafnuufwar raboodaaf i
sbar reesseera.

Kiri
st aana jedhamuuf is guyy aa Jimaat aa Goof taan y ommuu f anni
famee
ci
naachaa i saa war aanan bi shaan j ireenyaa ci naacha i saa keessaa
dhangal aeen cuuphamnee i lmaan ( i
jool
lee) Waaqay yoo jedhamuu qabna.
Bishaankunkanar gamu,Lubnibi shaangabat eettinaqamei rr
attikadhannaa
KitaabaKi ri
stinnaairr
ajir
uuf ikadhannaagal at
aa( Qiddaasee:Tokki chiAbbaan
Qul qull
uuTokki chiIl
miQulqulluuTokki chiAf uurri
Qul qull
uunisQul qull
uujedhee)
kadhachuunbi shaani
chaeebbi sa.Yommusbi shaanichiicciit
iiguddaatiini
ifi
amant i
idhaan gar a bishaanicha i sa ci naacha mi rgaa Goof taa keessaa
dhangal aeettijij
ji
ir
ama.Bi shaan kanaan cuuphamuudhaan abaar sa dur i
ifi
garbummaaseexanaaj al
aabi lisabaana;IlmaanWaaqay yoosnit aana,ji
reenyi
haar aan nuufkennama.Ji r
eeny ihaar aan kuni s kan nuufkennamu Af uura
Qul qull
uutii
nidha.

Cuuphaankakuumoof aakeessasj i
rature.Gar aagarummaancuuphaakakuumoof aa
fihaaraa;yeroo kakuumoof aaf akkeenyaafI yyoobiifiNii
maanl agaYor daanosi
tt
i
cuuphamaniidhibeef ooniii
rr
aaf ayyaniituran.Cuuphaankakuumoof aakunakkuma
himamedhi beefooniiqofaairr
aanamoot aittiamananiiffay
yisaat
ure.Kakuuhaaraatt
i
garuuilmummaaWaaqay yoo kannuufkennu,gar bummaaseexanaaj alaakannu
baasuufikanitt
ii
ncubbuunkeeny inuufdhi i
famudha.

Cuuphaadhaafbi
shaanmaal
i
iff
il
atame?

Sababiininnidur aaGooft
aaf iFayy i
saankeeny akaayyooni nnidhufeef keessaat okko
fakkeenyanuut auufwaantur eefinnibishaanii
nakkumacuuphame, nuti
skiri
staanonni
bishaanii
n cuuphamna ( Maat ewoos 3: 13-16).Karaa kan biraa y ommuu bar sii
saa
tureett
isdhal l
inamaaMoot ummaai saadhaal uufbishaaniifiafuurai rr
aadhal achuu
akkaqabu aj ajeera(Yohaanni s3:3-6).Innisadaffaan er gaGoof taan garasami i
tt
i
ol-baeeboodaduukabuut ot niisaabi shaaniinnamoot aamanancuuphaat uranii
ru
(HojiiDuuk 8: 38).Bishaan bakka hundaat t
inama hundaafwal qixxeet
tiar gama;
cuuphaani s nama amane hundaafwal qixxummaan kennamuu i saa ibsa.Bi shaan
yommuu dhi qatan akkuma xur iinamar raa qul
qulleessu akkasuma cuuphaani s
cubbuuti
inlubbuuxur ooft
esanaqul qull
eesseei j
ool
leeWaaqaat aasi
sajechuudha.
Raaji
chi Hi
isqieel
is Bishaan gaar
ii
tii
nisi sini
n cuupha (Hi
izqi
eel 36:
25) jedhee
dubbachuunisaabishaancuuphaaffi
laamuui saanuufibsa.

Bi
shaankeessaseenani
icuuphamuunmaal
ii
fbar
baachi
se?

Goof t
aankeenyakancuuphamebi shaankeessaseenuudhaant ure(Maat.3:
16).
Manniamant aabaraduukaabuut aot aatur
tesakkasumagochaawaant urt
eef,
Isaanis gar
a bishaanii
tt
i wal-fudhatanii buan ( Hoji
i Duuk. 8:38) nuti
s
fakkeenyummaakanf udhanneeakkasi tt
isi
rnacuuphaar aawwanna.Karaakan
biraay ommuucuuphamnubi shaankeessaseenuunkeeny aKiri
stooswajji
n
awwaal amuukeenyaaffakkeenyay ommuut au,cuuphamneebahuunkeeny a
i
mmooGoof taawajj
induaakauukeeny aaffakkeenyatauunagarsi
ifama.

FakkeenyaCuuphaaKakuuMoof
aakeessat
ti

1. Bi
diruuNohi— Bi diruunNohimaat i
iisaafiisaakkasumabi neel
dotaafi
bi
neensota baayee bishaan badinsaa i
rraa i
saan fay
yisteetti(Seera Uuma.7: 17)
.
Jaroonnisaddeetbishaanbadi nsaai r
raakanf ayyanbi dir
ichaant ur
e( 1Pheexroos
3:
20-21).Fakkeeny
ikundhugaat aeecuuphaadhaankakuuhaar aakeessatt
ibakka
buuunilmaannamoot aabadinsabar abaraajal
aabahanii
ru.

2. Dhaqna Qabaa — kakuu moof aa keessatt


idhaqna qabaachuun saba
Waaqayyoo tauufakkuma f
ayyadaa t
ure,kakuu haaraa keessatti
s cuuphaadhaan
bakka buee dhall
i namaa cuuphaadhaan mucummaa Si l
laasee argatee saba
Waaqayyoojedhama(Seer
aUum.17:14,Qolaasi
is2:11)
.

3. SabniI sr
aaeelgalaanaEerti
raa( Di
imaa)cehuun( 1Qoroonxoos10: 12)i saanii
s
akkaf akkeeny acuuphaattiil
aalama.YommusakkumasabniI sraaeelgal aanasana
ceee gar bummaa war r
a Gi bxi
ijalaa bae,nut i
s hara cuuphaadhaan gar bummaa
seexanaaj alaabaaneeijooll
eeWaaqay y
oot aaneerr
a. CuuphaaYohaanni s( Cuuphaa
Gaabbii) Yohaannis Cuuphaan war riYihudoot aa Gooftaa akka f udhat anii
f( i
tti
amanani i
f) kar aa haxaawaa kan t ure y ommuu t au y eroo kana cuuphaa
kir
ist
aanummaafqopheessuufy oojedhucuuphaagaabbi iyknqalbiijij
ji
ir
rannaai saan
cuuphaat ure.Cuuphaangaabbi ikunisil
mummaaWaaqay yookanar gamsiisuot oohin
tai
in,yooy eroosoomi iwaant anyaachuunhi neey yamamneny aanneabbot ninutti
facaasan akkasumasnamoot nidhukkubaf ooni
iisaani
ii rr
aaakkaf ayyaniif kan
cuuphamanidha.

Dabalat
aanisnamnicubbuuhojjeteeabbaangaabbiiisaaqannoonaaisaafkenneerga
raawwatee booda nicuuphama.Kuni s Yohaanni
is akkas j
edhee waan dubbateef
i
Yohaannis bi yya naannoo Yordaanos keessa deemee cuuphamaa,y aada garaa
keessani
igeeddarachuu keessan mul i
saa,Waaqay yoos cubbuu keessan isi
nii
fni
ball
eessa(Luqaas3:3).
Goof
taanWaggaa30t
timaal
ii
fcuuphame?

Addaam namawaggaa30t aeeuumamet ure.Guy y


aa40ttisil
mummaaWaaqay yoo
kan ar gatee ture; seexanni dogoggor see i l
mummaa i saa dhabsii
se. Addaam
l
ammaf faakanj edhameI yyasuusKiristoosi l
mummaaAddaam j al
qabaafisany i
iisaa
deebi
suufwant a dhuf eef;Addaam waggaa 30t t
ii l
mummaa Si ll
aasee kan dhabe
deebi
suuf i
ifakkat aebeeksisuufidha.Mucummaai saankandeebiseefcuuphaadhaan
tauuisaabeeksi suuflagaYor daani
sitticuuphame.Amant oonnitokkotokkoGoof taan
waggaa30t t
iwaancuuphaameefnut iscuuphamuukanqabnuwaggaa30t tij
edhanii
amanu.Kunigar uui l
aalchasirri
imiti;sababnii saasnamniy oootoowaggaa30hi n
guuti
indueot oo hinf ayyii
nhaf ay kni mmoo Moot ummaaWaaqay yoo hindhaal u
j
edhuudha.KanaafWaaqay yoowaggaa30t tikancuuphamesababagubbaat t
ikaeefi
maleenut i
sakkasumawaggaa30t t
iakkacuuphamnuufmi ti
.

Goof
taanCuuphamuunmaal
ii
fisabar
baachi
se?

Sadummaai saar agaabahuuf— guy yaacuuphaandur asadummaanWaaqay yoo


i
faanbaheehi nbeekamut ure.GooftaanlafaYordaanositt
iy ommuucuuphamui cciiti
in
Sadummaa( Sil
laasee)if
aanmul ateera.I
nnisAbbaanhur r
iikeessaanKuni lmakooi sa
anijaaladhudha,i sat
tis baay ee nan gammada y ommuu j edhu Abbaan Il
maa ni
beekame;Af uurriQulqulluunisamal aj i
reenyaisaat auui bsuuffakkeenyagugeet i
in
i
sarrataaeemul at
e.Ilmisqaamai saati
inyeroolagaYor daanoskeessat ticuuphamu
mulate.
Yommus Waaqay y o Tokkummaa f iSadummaa i saa dhala namaafi bse.
Raaji
iy er
oo kakuu moof aa keessattidubbataman r aawwachuuf idha.Faar fannaa
76(77):
16,R.Hii
zqieel36:35

Fakkeenyanuuft auuf— otooinniof


iicuuphameeisi
niscuuphamaajir
eenya
barabaraani argat
tunuunj echuubaat
eenamoonni tokkot
okkoy kndogoggorsi
toot
ni
cuuphaanhi nbarbaachisujechuuwaandandaaniii
nnigaaf
fi
inamoonnikaasuu
dandaaniifduraandurseedebiseer
aaf.

Cuuphaaguy yaa40f i80ManniAmant aaOr todooksiiTawaahi dooI toophiyaa


cuuphaanmanaamant aaseenuufi sajalqabaat auui saanibarsii
fti(Yohaanni s3:5)
.
Akkar agaakanar raahubannut ticuuphaani joollummaaSi ll
aaseekani t
tiinargannu,
Moot ummaaWaaqay yookannamagonf achiift
udhamal eemal l
attoomi t
i.Il
maan
Waaqay yoojedhamuufj alqabadhal achuuqabna.Gar uunamoonnit okkot okko
cuuphaanmal lattoofimal eef ayyinaafmi tijedhani idubbatu.Kani rr
attihundaaani i
dubbat ani
sWangeel aMaar qoos16: 16irraat tikanamanekancuuphamenif ayyakan
hinamannegar uui ttimur taaaisaj edhul uqqi suunkannamat t
imur teessisiisuamanuu
dhabuudhamal eecuuphamuudhabuumi tijedhu.Hi iknij
echakanaagar uukannuuf
ibsuiccii
ti
iamanani icuuphamuut i.Dabal ataani sjechikunkanbar r
eeffameefwar ra
Iyy
asuusKi r
istoosi i
nhi nbeekneefwaant ur eef,duukabuut onnisgar awar rahin
amanneedeemani ibar sii
saawaant uraniifwar rahi namanneefamanuunwaanguddaa
tauui saaibsuufidha.Goof t
aanI yyasuusDuukabuut otai
saatii
ngar aadduny aahunda
deemaaWangeel akool allabaa, barsii
saaj edheei saanitt
ihimuuni saaadduny aankan
hi
namannet
auui
saai
bsa(
Maar
qoos16:
13)
.

Namnit okko erga amanee cuuphamuufdi r


qama umr ii
n guddaa t auu hin qabu.
Maat ewoos 28: 19 akkasumas Hoj i
i duuka buutotaa 16:31- 34 i rratti akkuma
barreeff
amemaat i
iyommuuj edhuguddaasxi nnaaskanofkeessat tihammat udha.
Hojiiduuka buut otaa 15:
16 irr
asseenaa dubar ti
tt
iiLii
diy
aa jedhamt uu yoo i l
aall
e
kanuma nu hubachi i
sa.Daai mmaniifcuuphaan akka raawwat amuu qabu Ki taabni
Qulqull
uunr agaanibaha.Jal qabarr
attikanhubatamuuqabuAf uur aQul qull
uunaf uura
akkakennuufRaaj i
iEermiyaas1:5irratt
iOtoogadameessakeessat tisihi nuumi i
nsin
beeka;ot oogadameessahaadhakeekeessaahi nbaii
nissiqul qulleesseer aj edhee
akkumadubbat eWaaqay yoongadameessakeessat t
iisaqulqulleesseer a.Wangeel a
Luqaas1: 15irr
attisOtoogadameessahaadhai saakeessajir
uuAf uurriQul qul
luuni r
ra
bulej echuun Yohaanni s Cuuphaan gadameessa haadha i saa keessat tiAf uurri
Qulqull
uuni r
rabuluuisaanuufmi rkaneessa.

Dabal ataanisnamni tokkoamant i


idhaani st aehoj i
iisaat i
indaaimaf akkaachuuy oo
baat e, Moot ummaaWaaqay yoodhaal uuakkahi ndandeeny eKi t
aabniQul qull
uunr agaa
nuufbaha.Goof t
aani sdaai mawaameewal akkaai saani idhaabeAkkadaai makanaa
y oot auubaat t
anMoot ummaaWaaqay y oohi ngaltani (Maat ewoos19: 15, Maar qoos
10: 13,Luqaas18: 15)jedheedubbat eer a.Seer aLeewwot aa12: 1-8irr
attiakkuma
bar r
eeffamemucaandhi i
raaf idurbaaer gadhal atanii boodaguy yaameeqat t
igar a
ManaQul qullummaageef famuuakkaqabani bsameer a.Dubar ti
inulfoofteeilmay oo
deesseguy y aator baaf( 7)kanxur oof tedha.Dhi igai sheer r
aashangaqul qullooftutti
guy y oota33f haat eessuj edha.Kanaafmucaani lmaadhal ateegaafaguy y
aa7+33=
40gar aManaQul qullummaageef fama.Yoodur badeessei mmooguy yaa14fkan
xur oof t
edha.Dhi i
gai sheeer raashangaqul qul l
ooftuttiguy yaa66fhaat eessuj edha.
Mucaandur baadhal atteimmoogaaf aguy yaa14+66=80gar aManaQul qullummaa
geessu.EgaaManaQul qull
ummaay ommuugeessanaar saadhiyeessu; kakuu
haar aatti
si j
oolleenkuner gadhal atanii akkat aaguy yoot akanaattigaafaguy y aa40
(dhii
raaf )fi80( durbaaf )gar aManaki ristaanaa( bat askaanaa)geef f
amani ini
cuuphamu, aarsaai sadhugaaf iji
raataai saj i
reenyabar abar aanamaakennudhi igaafi
f
oonGoof taasnif udhat ujechuudha.Kuni si ccii
tiifayyinaai saguddaadha.Goof taaf i
Fay yi
saanKeeny iIyyasuusKi ri
stoosi sy ommuudhal at esirnakanar awwat eer a.

Sababniinnikanbi raanimmooMacaaf aKufaalee4:9-12irratt


iLafauumeakkaeeguu
fiakkabituufAddaam guy yaa40ttihaadhamanaai saaguy yaa80ttiJannataatt
igalche
j
echuun, Addaam er gauumameeguy yaa40ttiHewaani sergauumamt eeguy y
aa80t ti
garaJannat aattiakkaol-galankaaameer a.JannatnisfakkeenyaManaAmant aataatee
i
laalamti
.KanaafAddaam mucuummaa guy yaa 40ttiHewaan i mmoo mucummaa
guyyaa80t t
iar gatandhabani iwaant urani
ifsanyii
ni saaniisakkasumadhabeet ur e.
Amma i mmoo cuuphaadhaan gaaf a guyyaa 40 f i80 mucummaan nuufdeebi a
j
echuudha.Sababoot aaddaaddaat ii
nguy yaakanaanal acuuphamuuni snidandaama.
Fakkeeny aafguy y
aan cuuphamuu daai maa ot oo hi
n gahi i
ny oo dhukkubee duaaf
shakkisi
isu ( sodaachisu)t ae daaimnisun akka cuuphamu Fi ti
haa Nagast i
in ni
eey
yama.Akkasumasnamnikami y
yuudhalat
eeguy
yaa40booday
ooamaneumr
ii
i
saakami
tt
uubat t
alaamanet
tinicuuphama.

Hubachi
isa:Namoonnit
okkot
okkoy
knwar
rishakki
toot
aacuuphaany
oohaf
es
namatt
ihinf arachii
suinniguddaanamanuudhaj echuunbarumsahiruubarsi
isu,
cuuphaani
sf ayyinailmanamaafqoodai nniqabudhoksuy knimmoodogoggor su.Kuni
garuuakkumaWangeel aYohaannisi
rr
atti
barreef
famenamni l
ammat ahindhal
anne
akkaMoot ummaaWaaqay y
oohingall
eakeekkachii
saandhugumadhugumani sinit
ti
himajechuunGoof taanj
echai f
ataeenbarsi
iseer
a.KanaafMoot ummaaWaaqay yoo
galuufcuuphaanamanuut t
iaaneeulaagaaisalammaf f
aati
.

Goof
taanmaal
ii
flagaYor
daanosi
tt
icuuphamee?

Goof
taankeeny
aIy
yasuusKi
ri
stoskanl
agaYor
daanosi
tt
icuuphameef
:

i
.Raaj
ii
ndubbatameakkar aawwatuufi
:
- Gal aanniar
git
eedheensi
te;Yordaanosis
gar
aduubaat
tideebi
te…. Far
fannaa113:
3-5.Raaj
ii
ndubbatamekunakkaraawwat uf
i.

ii
.Fakkeenyiraawwatamedhugaaakkat auuf.Yordaanosit
tinamniNi i
mmaankan
j
edhamul agaYordaanosit
ticuuphameedhi beei saafooniiir
raf ayyeejira. nama
waaqay y
ookant ae,El
saimoot i
chiNiimmaanj edhamuhuccuui saay emmuut arsaasu
yemmuuar get
ti
;garakoohaadhuf uuj edheNi immaanisgaar i
idhaandhaqeemana
Elsaaibir
aadhaabate.Elsaaisgar al agaYor daanosit
ti
ssiat orbadhi qadhuj edheen
i
nnisdhiqate dhibeefooniiisaarr
af ayye.2ffaaMoot ot
a5:8-14Goof taanlagakanat t
i
cuuphamuun dhi beelubbuuf ifooniiirr
anuf ayyi
suunuufibsa.Niimmaanf akkeenya
Addaami i
ti
.DhukkubniabaarsaAddaam.Fay yuunisaacuuphaanf ayyuukeeny aaibsa.
Yordaanosfakkeenyacuuphaabi shaaniti
.

i
ii.Yordaanosl agat okkoy emmuut aatu-gadisi qxeebakkal amatt
iwal -hi
ra.Isaan
l
amankuni sYoorf iDaanosj edhamuu.Yoorkar awar raIsiraeelot
aati
;Daanoskar aa
warrasabaWaaqay yohi nbeeknet i(hormootaati
).Gadisiqeet okkotaa.bakkai saan
waal-qunnaman kanat t
is Goof taan keenya Yesuus Ki ri
stoos cuuphame.Fakkeeny i
kanaas:Buur rii
saat okkot auun:-sany i
ini
lmaannamoot at okkot auuj echuunsany i
i
Abbaakeeny aAddaam t auui bsa.Bakkal amat t
iqoodamuun:i lmaannamoot abuurri
i
saanit okko taee osoo j i
ruu saba Waaqay yoo ( I
sir
aeelota)f iwarreen hor moota
(sabootaWaaqay yohinbeekne)j edhamanibakkal amat t
iqoodamuui saaninuufi bsa.
Gadisi qeet okkot auuni saanii
:-saboonnil amankunbar umsaawangeel aat okkotti
amanuu kan i bsu dha.Goof taan bakkai nniwaalqunnamet t
icuuphaamuun i saa:-
tokko isint aasisuu dhaafdhuf eera,saba gargarbahee j i
ru kana tokko t aasi
suuf
dhufeenj i
rajechuudha.

Dabalatanakkabarsisamanaamant aakeeny aatt


iicci
ti
inGooftaanl
agaYor daanoosi
tt
i
cuuphameefer gaadi i
nnikeeny aaseexanniAddaamif iHewaanGannat a( Jannat
a)
keessabaasee,i saanifhi
n cifnet ure.InnisAddaam gar bichaseexana;Hewaani s
garbi
ttiseexana jedhee mallat t
eessif
fatee tur
e. Mal l
attoo i
saaniikanas laga
Yordaanosit
tif
iSioolkeessatt
iawwal eeture.Gooftaankeenyaasgatiixal
ayaa kana
barbadessuuflagaYor daanosi
tt
icuuphame.Xalayaai
saaSioolkeessaji
ruusgaafa
guyyaajimaataSiooldeemenuufbarbadeesse;l
ubboot
aAddaam ir
raaeegalani
ibi
l
isa
baase.

Goof
taanmaal
ii
fgar
aYohaanni
sdeemeecuuphamee?

A.Gadiofqaqqabummaabar
sii
suuf

B.Seeranuuft umuuisaati
. JechuunosooGoof t
aanYohaannisbiradeemee
cuuphamuubaat ee,
moot ol
een,abbootniqabeeny
aaddaaddaamanat ti
koot
taamaat i
ikeenyaanuufcuuphaajedhaniabbootalubootanirakki
sutur
ani
.
Kanaafmanniamant aabarumsaGoof taair
raaar
gattekananummat a
kamiyyuuosooaddahi nqoodii
nmanaamant att
inicuuphti
.

YohaannisyemmuuGoof taacuuphuumaali
ifhar
kaisaai
rraahi
nkeeny
e?Yohaanni
s
Gooftaayemmuucuuphuuhar kaisaai
rr
ahi nkeenyebi
shaanofumaisaat
ii
nolit
ti
facaecuuphame.Sababnii
saas:

A.Aar saankakuumoof aadarbeera;aar saankeeny asi idhaj echuudhaafhar kaisaa


i
rrahinkeeny e.Yerookakuumoof aaaar saadhaafmakoodi i(gugee),hori
iaarsaadhaaf
dhiyeessut urani.Namnicubbuuhoj jateeaar saakanasqabat eedhuf eehar ka i saa
want aaar saadhaaf f i
dekanar rakauudhaan cubbuun i saagar awant aqul qul
luu
aarsaadhaafdhi yeessesanat tidarba. Nami chi
scubbuui saarrabi l
isataa.Gar uu
kakuuhaar aakeessat tiGoof t
aankeeny aYesuusKi ristoosaar saadhugaanuuft aee
cubbuukeeny airr
aabi l
isanubaase.I br oot
a7: 26-28 Egaal ubaolaanaaqul qul
luu,
kanmudaahi nqabne,kanxur i
ihinqabne,kancubbamt ootai rr
aaaddat a'e,sami i
oli
tti
skankabaj ameakkasi iqabaachuunnubar baachisa.Inniakkal ubootaolaant ota
kaaniit
tiguy yuma guy yaan jalqabatticubbuu uf i
ii saati
if,ergasiiimmoo cubbuu
namoot aatiifjedheeaar saadhi yeessuuni sahi nbar baachisu;inniyommuuufkenne
sanattial-
tokkobar abaraafcubbuunamoot aati
ifaarsaadhi yeesseeraati
i.

B.Qaamni
Waaqummat
uqamuuakkahi
ndandeeny
eibsuuf
i

Af
uur
riQul
qul
luunmaal
ii
fbi
fagugeet
ii
nbuee?

 YeroobaraNooh gugeen bi shaanbadii


hirachuuisaafbaal
aej
ersa
qabatteedeebi
te.Yer
ookakuuhaaraaAfuurr
iQulqull
uunimmoogar bicubbuu
hir
ateeraj
echuunbifagugeet
ii
nmul at
e.

 Makoodii
nhamaa(daba)lapheei
sheekeessahinqabattu,
lapheenishee
qul
qull
uudha.Af
uurr
iQulqull
uuni
scubbuuhoj j
anneet
tiy
oogaabbi nee
daddar
baakeeny
aafdhii
famanuufgodha( nuuftaasi
sa)
.

 Gugeen manai sheejal


aadii
guuy oobaatani
i,isheeyoor ukutanakkasumas
phuuphaaisheeyoojal
acaccabsanil
leebakkai
sheedhii
steehi ndeemt u.
NamnitokkohangaWaaqay yooamanet t
i(hi
ngannett
i)AfuurriQulqul
luuni
is
uumamt
oot
nicubbuuaddaaddaahoj
jat
ani
ll
eei
rr
aahi
nfoamu.

 Gooftaankeeny akancuuphameehal kankeessaasaaat i10ttidha.Yeroon


kunisyer
oonamoot nii
ttiboqonnaafudhatanidha;yerootasgabbiit
i.Yeroo
kanasgugeenhi nbal ali
it
u.Osoowant ahalkanbalal
iitutaee,Afuura
Waaqay yoott
ifakkeef f
amt eetur
teewarriYihudoot
aakunAf uuraaQul qul
luu
mitij
edhut ur
ani.Waaqay yoGooftaani
sakkaAf uurr
i Qul
qulluunbifagugeetii
n
buuuisaanbeeksi suufi.

Namoot
nimaqaeeny
uut
incuuphamuuqabuu?

Wangeel aMaat ewoos28: 19Deemaat imaqaaAbbaaI l


maaf iAfuur aQulqull
uut ii
n
cuuphuudhaansabakoot aasisa kanjedhubuuur agodhachuunmanniamant aa
keenyaa maqaa Abbaa I lmaa f iAf uura Qul qul
luuti
n nicuupht i.War reen maqaa
Kir
istoosiqof aancuuphnaj edhannij ir
u.IsaanisHoj iiduukabuoot a2:38 Gaabbi i
galaa;cubbuunkeessani sakkai sini
fdhi i
famuufmaqaaKi r
istoosii
ncuuphamaa, kan
j
edhukanabuur agodhachuunmaqaaKi ristoosqof aancuuphnaj edhu.Kungar uu
hubannoodhabuudhamal eeasumar ratt
iy ooi l
aall
eemaqaaKi r
istoosqof aankan
j
edhuhi nj i
ru;maqaaKi ri
stoosinjedhamal ee.Gar uu Sababnij edhameef waar r
een
Kir
istoositt
ihinamanneef Ki ri
stoositt
iakkaamanant aasi
suufidha.Duukabuoot ni
kaayyoon isaanii nniguddaan war r
a Yihuudoot ast aee namoot a Gooftaa keeny aa
Iy
yasuusKi ri
stoosit
tihinamanneakkaamanant aasisuudhat ure.Yer oo baayees
maqaa I yyasuus Ki ri
stoos dhahuu dhaan waant oota baay ee raawwachaa t uran.
Sababnii saaswar r
iYihuudot ast aeeshakki tootniaddaaddaaKi ristoosirr
attiakka
kaanAf uurriQulqull
uunni beekawaant ataeef.

Gaaf
fi
iyer
oobaayeeshakki
toot
nikaasan:

Barr
eeff
amaarmaanolij
i
ruukeessat
tigaaff
il
eeshakki
toot
nikaasanbaay
eei
saani
i
laal
leej
ir
a.Ammagar
uugaaf
fi
itokkohaail
aal
lu.

InnisRoomee3: 21Ammagar uuqaj eeli


nniWaaqay yooi nniseeraanaddat a'ekan
seer r
iifir
aajonnidhugaa-ba'
anii
fmul dhateer
a; Qajeell
inniWaaqay y
ookanI yyasuus
Kiristoositt
iamanuunar gamukuniswar r
aisat
tiamanancuf aafi
;garaagar ummaanhi n
jiruut i
ikanjirukaasuudhaannut iseeraeeguudhaannif ayyinajedhu.Gar uuosoohi n
cuuphami njechuunmucummaaSi l
laaseehinargat i
n, seer aeeguunf ayyuunhi n
dandaamu.Cuuphaasakkaseer anamnibaaseet t
ikani l
aalanni ji
ru.Gar uucuuphaan
seer akeeny aosoohi ntaaneeseeraaWaaqay yooti
.Cuuphamaakanj edheI yyaasuus
Kiristooswaant ataeef.Cuuphaannamaf ayyi
suufhi nt auwar r
eenj edhankunakka
sababat tibuuureff
atanFaayit
aawwi Zayamaanakkami t
tiJannatagal uudandae?
j
edhani tgaafatu.I
nniskan fay yeeosoohincuuphami n,amant aadhaanij edhu.

Dhugaaji
ruuhaail
aal
lu:
-Ki
taabni
Qul
qul
luunakkanut
tihi
mut
ticuuphaankar
aal
ee
sadi
ingaggeef
fama.

1. Bi
shaani
ifiAf
uur
aaQul
qul
luun-Yohaanni
s3:
3-5
2. I
biddaf
iAf
uur
aaQul
qul
luun-Maat
ewoos3:
11

3. Dhii
gaan-1Yohaanni s5:
6-8 I nnibishaani
ifidhii
gaandhufei
sakana;inni
s
Iy
yasuusKirist
oos,innibi
shaani
ifidhii
gaandhuf emal eebishaanqof
aanhindhufne;
kanashafuuratudhugaaba'a;Af
uurridhugaadhaatii
.Dhugabaat ot
asadi
it
tuji
ra;I
saani
s
Afuur
a,bishaanii
fidhii
gasadanuuswal iigalu.

Ragaanar maanol i
iakkanuufibsutt
ifaayi
taawwizay amaankancuuphameecuuphaa
dhii
gaatijechuudha.InnimucummaaSi l
laasedhiigaanargate.Egaagabaabumat ti
namnit okko yoo cuuphamuubaat eeMoot ummaaWaaqay y
oo dhaaluumitiij
aanu
arguu akka hin dandeenye Ki
taabniQulqulluun i
faan nutt
ihima (Yohaanni
s 3:3).
Hubachisa:-Daaimnitokkoosaalalamaany oodhalatejal
qabaqaamasaal aakami i
n
cuuphamt i
?Akkaki t
aabaFit
aaNegest i
iir
rattij
ir
utt
iiSaal
ajal
qabafincooft
eenidha..

Cuuphuudhaafaangookanqabueenyuudha?
AkkaMaat ewoos28:19ir
rat
tihubannut
tiakkacuuphaani
f Gooftaanaangookan
kenneefduukabuootaaft
ure;i
saanisPhaaphasootai
saandur
aati.Lakkoofsi
amantootabaayachaawantadhufeefaangooncuuphuuhangaluubotaafi
skennamee
j
ira.

CuuphaaDuukabuoot
aDuukabuootni
kancuuphaamanmanagaafaguy y
aakamisaa
galgal
amanaAlaazaar
it
tiGoof
taany
emmuumi il
aisaani
idhi
quudha.Gooft
aani
ccit
ii
tokkoonr
aawwilamaraawwate.

Isaaniscuuphaaf igadiofqaqqabuudha.Duukabuoot nimaaal i


ifluka( mii
la)qofaan
cuuphaman?Luubot ni Isir
aaeelyemmuuTaabot aTsiyoonbaat anigal aanaYor daanos
cean,mi i
laqofaancuuphamanmal eeqaamaguut uunmiti.Kanaaff akkeeny akana
raawwachuuf i(I
yyaasuu3: 11).Kuniscuuphaatauumul dhisuufyerooGoof t
aanmi i
la
i
saani idhi
quufkau; Qulqul l
ichiPheexroosatimii
lakoonaafdhi quunakkami t
tinaaf
dandaamaj echuuny eroodi duutt
i Yoodhi qachuudiddeanaawal ii
nj i
raachuuhi n
dandeessuj edheenit ure.Kuniscuuphaamal eeWaaqay y
oonwal iinjir
aachuunakkahi n
dandaamnemul dhisuuf i.2ffaaQor4:17,Muldhata21:15.

Faayi
daal
eeCuuphaa

1.Lammaf faadhalachuu Yohaanni s3:5Dhugumadhugumani si


ininjedhanamni
l
ammaf faabishaanifiafuur
ai r
raadhal achuuy oobaat e, garaMoot ummaaWaaqay yoo
seenuuhindandau.Qul qulli
chiPhaawul oosiskanumabuur agodhachuudhaan
cuuphaanl ammaf faahaaroomuuj echuudhaj edheera.Ti i
too3:5 …i nnisababii
qajeel
inanuhoj j
anneetii
fotoohi nta'
iinsababi i
ar aar
ai saatii
fjedheenuf ayyi
se;inni
s
dhiqannaalammat adhalachuutii
f ihaaromsuuAf uur aQulqull
uutii
nnuf ayyi
se
Kaayyooncuuphaai nniguddaani l
mummaaSi l
laseeargannuuf i
.

2.Cubbuunkeenyanur
raabadaHoji
iduukaoot
a2: 38cubbuukeessanakkai
sini
rr
a
baduufgaabbi
igal
a;maqaaGooft
aaIyyasuusKir
istoosi
it
ini
scuuphamaa.
3. Qulqul
linaf ieebbaniargannaEf esoon5:25-
26Yaadhi ir
sota,akkumaKiri
stoos
wal
daaki r
istaanaaj aal
ateemat aaisaadabarseeisi
ifkennesanai si
nisni
it
otateessan
j
aal
adhaa.I nniskaraadubbiiisaati
inbishaani
ini
siidhiqeequll
eessuunakkaishii
n
qul
qul
luutaat uuf

4. Fayyi
nalubbuuniargannaMaar i
qoos16:16kanamaneef ikancuuphamenif ayy
a
1ff
aaPheexroos3:21Bishaankunfakkeennacuuphaaammay y uuisi
nfayyi
suuti;
cuuphaankunisdhi
qannaaxuriinaf
aaotoohinta'
inkakuunamniy aadaqulqul
luun
Waaqaafkakatuudha.I
nniskaraadu'aa-
ka'
ii
saIyyasuusKi
ri
stoosii
tii
nisi
nfayyisa.

5.Gooft
aaIyyasuusKir
ist
oosnifakkaannaGal
aat
iyaa3:
26-
27Hundikeessanamanti
i
Kir
ist
oosIyyasuusqabdani
inil
maanWaaqayyooti
.Isi
nwarr
iKi
ri
stoosi
tt
icuuphamt
an
hundiKi
ri
stoosinuf
fatt
anii
rt
uuti
i.

6. Cuuphaadhaanj ireenyikeenyanihaar omaRoomee12: 2FedhiinWaaqayyoo


i
nnigaari
in,innifudhatamaani ifii
nnimudaahi nqabnesunmaalakkat a'
eqoratt
anii
akkamirkaneessitani
ifhaar omfamuuqal biikeessaniit
iinji
jj
ii
ramaamal eeaddunyaa
kanaanwalhi nfakkaatinaa.Fay y
innikeenyacuuphaadhaankanguut ameedha.Kana
j
echuundhugaadhaankannuufduenuf ayyise; dhugaadhumaani ccit
iifay
yinaanuuf
i
bseeguut ummaadhumat t
inuufraawwat a.Qol aasi
is2:11 I sumaanisfoon
cubbamaat a'esanauf i
rraagat t
aniigadoomt aniir
tu;gadoomnikunisgadoomahar ka
namaatii
nhoj j
atameot oohi nta'i
nkanKi ri
stoosi i
nhojjatameedha.

Ay
yaanaCuuphaa;
Kit
aabaSi
nki
saar
aakeessat
ti
Amajj
iikudhat
okkoguyy
aakanatti
AbbaanKabajaaGooftaankeenyaIyy
asuus
Ki
ri
stooscuuphi
chaYohaanni
sii
nbishaanl
agaYordaanosit
inicuuphame.

Guyyit
tii
n kuni saf aan Yoonaani it
ii
n( Greek)Ephi faani
yaa jedhhamti.Hiikaan isaas
i
cciti
inWaaqummaa( መለኮት)kani tt
imul atej echuudha;Iccii
tiiSadummaaQul qull
eetti
addat aate(ምሥጢረሥላሴ)i t
timul i
seer aat i
i;Abbaansami ikeessaasagal eeI saa
erguunkanAnij aaladhuu,kanAnii tt
igammadusI l
miKookanadha;I sadhagahaa!
j
echaay er
oor agaabau,I l
mislagaYor daanoskeessadhaabat eeyer
ooj i
ruttiAfuurri
Qulqull
uunisf akkeeny agugeeadi i
ti
inmat aaI l
maai rraqubateer a. Guy yaakanat ti
s
Gooftaankeeny aofmul iseer
aati;kanaandur ahangawaggaasoddomaguut uttiif
atti
ofhinmul i
snet ure.Guy yaakanat t
igaruui jooll
eeIsraaeeli
ifofibse.Cubbuuadduny aa
kanballeessu,Hool aanWaaqay yookunoot ijechudhaanCuuphi chiYohaannisakkuma
Isaibseetti(Yoh. 1:29);Wangeel li(Misiraachoon)kabaj amer agaatae.AniI sahi n
beekunt ure,gar uuI sraaelakkaI sabeekani i
fbishaanii
nakkaancuuphenandhuf e
j
edhe( Yoh.1:31).

Ayyaanakanai r
ratt
isulf
inniGoof tummaaKi ri
stoosI
lmaWaaqay y
oomul ateer
a;Inni
s
cubbuuadduny aamar aabal leessuufkanaar saataeHoolaaDhugaa(በግዓ ጽድቅ)
Waaqay yoot
i.Kanaafi
say yaannikunKiri
staanotaahundabir
att
ikankabajameefikan
ololjedhetae.Abbaakabaj aakant aeGooftaakeenyaIy
yasuusKir
ist
oosii
n,Cuuphaa
Isaat
ii
nisbishaanInnikabaj
eenniqulqul
laau;qul
qul
luummaaf udhat
ani
seeganiiyoo
j
iraat
andhi i
famacubbuui saani
iniargat
u. Kanaaf uuwantahamaahundai rr
aaof
eegnee baay i
na arj
ummaa Uumaa keeny aaf
iQori
cha keenyaI yy
asuus Ki
ri
stoos
galat
eeffachuunnurraaeegama;Inninuufjechanamat aeecubbuukeenyair
raanu
fayyi
seeraati
i.

GalaanniAbbaaf
Il
maaf
AfuuraQulqul
luuf
AkkaasuumasQulqull
eetiDubrooMaar iyaami fkabaaj
niFannoo
ki
ri
ist
oosifhaata'uubarabar anAmeen.
".
..
..
..
..
...
..
..
..
..
..
..
..
..
...
..
..
Nuufhaa
tur
uu..
..
..
..
..
...
..
..
..
..
..
..
..
...
...
..
"
Maddaa:MaccaafaQulqull
uu
:Bu'
uuraAmantaa
Qopheessa:Manakir
ii
staanaaOr
toodoksiTawaahidooI
toophi
yaati
,
Wal
daaQul qul
loot
aWirt
uuAdaamaGi dduuGalaaAanaaBishooft
uti,
Walta'
ii
nsaYaa'i
iMooraaBLTO,Yuni
vaarsi
tiAdmaasfiRif
tVaali

Kut
aaBar
noot
a
Maaj
oorBuzunaa Bar
aAr
aar
aBar
a 2013

AYYAANAGAARI
I

You might also like