You are on page 1of 32

KOMISHIINII POOLISII OROMIYAA

MANA HOJII TOKKO KEESSATTI


AMALLI NAMAA FI WALITTI
DHUFEENYA INNI AMALOOTA BINEESA
GARA-GARAA WALIIN QABU.
MEE-BINEENSOTA KANA

KEESSAA AMALAAN ISA

KAM FAKKAANNA?
Amala Hardiidaa
 Leenjiwwan(naamusa
dabalatee) addaa addaa
kennameefii kan hin
jijjiiramne ykn
jijjiiramuuf fedhii kan
hin qabne
Nameessuu
 Namni gaafa sadarkaa barnootaa fi guddinaa
argatu: tajaajilli inni kennus fooyya’uu osuu
qabu:
 Gaafa sartifikeetii dipiloomaa digirii
fudhatus isuma sana.
 Kanaa jechuun manneen hojii mootumaa
keessa ogummaa malee oggummaa’uun
Amala Qocaa
 Yaada isaa nama biroof
hiruuf qophaa’aa ta’uu
dhabuu fi garee irraa
adda kan of baasu,
 Yeroo tokko tokko yaada
hin fayanne qabatee
dhoksaatti kan gungumu
Nameessuu
 Maqaa namoota birootiin dhaadachuu.

 Hojii osoo hin taane bakka akkanaa( naannoo,

federaala irraa), iddoo akkanaatiin ebeluun qaba

jechuudhaan (“hard cover”) imaanaa fi taayitaa

uummataatiin daldalaa kan oolan jechuudha.


Amala Leencaa
 Nama karoora isaa hin
fudhanne hunda kan
balaaleffatu,
 Karoorri koo qofti
galma haaga’u kan
jedhu,
 Yoo kana ta’uu baate
kan namaan waldhabu
Nameessuu
 Namoota:

 Dhugaa qabatanii deeman,

 Malaamaltumaa fi hojimaata badaa balaalleffatan,

 Seeraa fi qajeelfama irratti hundaa’uun kan

falman irratti tarkaanfii fudhachuuf kan deemu.

 Fknf:- bakka jijjiiruu/kaasuu, faaydaa fi mirga agrachuu

qaban dhoorkachuuun dirqamanii hojimaata badaa irratti

akka walii galan taasisuu.


Amala Jaldeessa
 Dhimma tokko malee olii fi
gadi deemee wacaa kan oolu,
 Oduudhaan nama kan hojii
dhowwaa oolu,
 Hojjetaan hojii isaa idilee
dhiisee dhimmoota biroo irratti
akka xiyyeeffatu ajandaa
sobaa kan uumu
 Namoota na fayyadan/miidhan
jedhee yaadu jala kan fiigu
Nameessuu
 Ganama hojii eegaluun dura; waan galgala
‘Face book, TV, fi You tube’ irraa argee dhufe,
ajandaa gochuun; hojjattoonni akka odeessaa
oolan taasisuu.
 Kun immoo; abbaan dhimmaa tajaajila gahaa
akka hin arganne taasisuun gochi al-
naamusummaa manneen hojii keessatti akka
dagaagu taasisa.
Amala Sattawwaa
 Ilaalcha ani nama hundaa
caala jedhu qabachuu ykn
 Waan hundumaa natu beeka
jechuu
 Sochiiwwan jijjiiramaaf
taasifamu hunda kan tuffatu,
kan qeequu fi
 Waan hunda zeeroon kan
baay’isu
Amala Adurree
 Yeroo hunda boowaa
kan oolu,
 Qulqulluu godhee kan
of dhiyeessuf yaalu,
 Faaydaa argachuuf
jecha hojii kan hojjetu.
 Gorsuufis kan nama
rakkisu.
Amala Piikook
 Nama hunda biratti bareedee argamuu

kan barbaadu,

 Uumama addaa akka ta’etti kan of

ilaalu

 Hojii caalaa pirotokooliif kan iddoo

kennu,

 Na argaa qofaaf kan hojjetu.

 Miidiyyaa irra malee hojii qabatamaan

lafa irra kan hin jirre.

 Gabaasa malee hojiin kan hin jirre


Amala Roobii
 Yeroo hunda kan rafu
, nyaataaf qofa kan
hirribaa dammaquu,
 Bakka hundatti
hirribni kan isa
fudhatu…bakka hojii,
bakka walga’ii.
 Miindaa fi faaydaa
qofaaf kan hojjetu.
Amala Gaararraa
 Namoota waliin ooltu
waliin wal fakkaachuuf
jecha amala ishee yeroottii
gara yerotti haalla ilaalte
kan jijjiiramtu.
 Dhugaa osoo hin ta’in
haalaan kan jijjiiramtu
Nameessuu
 Warra malaammalan waliin kan malaammalu,
 Gaafa namoota Malaammaltumaa
balaaleffatan argu ammoo, namoota
malaammalan abaaraa kan oolu.
 Osoo hin beekne ykn fira fakkaatee kan
nama miidhu
Amala Hantuutaa

 Dhimma hunda irratti


sagalee dhageessisuu
kan hin barbaanne.
 Yeroo hunda calisuu
kan filatu
Nameessuu
 Maaltu nadhibee kan baay’isu.

 Malaammaltumaa irratti qabsaa’uu kan hin


barbaanne
 Faaydaa dhuunfaa isaa qofa kan eeggatu.

 Al-naamusummaa naannoo isaatti


raawwataman hunda cal’isee kan bira darbu
Amala Urunguu
 Yeroo hedduu jechoota
walxaxaa fi ciccimoo
fayyadamuun beekaa
of fakkeessuun
jijjiirama kan
balaaleffatu.
Amala Sardiida
 Yeroo hunda manaajimentiin

haa ilaalu ykn murtii itti

haakennu,

 Kallattiin nuuf haakenamu kan

jedhu.

 Yeroo hunda akka nama hojiin

itti baay’ateetti of fakkeessuun

tajaajila gufachiisaa kan oolu.


Amala Bofaa

 Mataa dhokfatee kan


nama iddu
 Sababa barbaadee kan
namaa ammeessuuf
boolla qotaa oolu.
 Namoota gara yakkaa
fi al naamusumaatti
kan dhiibu.
Amala Arbaa
 Karaa namatti kan
cufu
 Mul’ata waloo bira
akka hin geenyeef
ta’e jedhee kan
danqaa oolu,
 Filannoo jiru hunda kan
ceepha’u ykn
 Seerri ni dhoorka
jechuun(faaydaa)
Nameessuu
 Miseensonni isa waliin hojjetan:

 Carraa barnootaa,

 Jijjiirraa, sadarkaa guddinaa ,

 Leenjii fi carraa biroo akka hin arganneef

ta’e jedhee kan socho’u. fkn: hoji-maata


Amala Raachaa
 Mata duree ykn jechoota
walfakkaata irra deddeebi’ee
sagalee namatti hin tolleen
kan dubbatu.
 Gaaffii tokko gaafatame irra
deedeebi’uun yeroo kan
balleessu.
 Jijiiramaaf oso hin taane
kallattii jijjiiruuf kan
Amala Illeetii
 Rakkoo fi walitti
bu’iinsi uumamuu
danda’a jettee yoo
yaadde kan
dheessitu ykn mata
duree kan jijjiirtu.
 Haala ilaaltee kan
qabsooftu.
Amal Guchii
 Fuulduratti ba’ee dhugaaf
falmuu kan hin
barbaanne/feene.
 Erga dhimmichi darbee
booda akkas jechuufan
ture, yaadeen ture
jechuun itti
gaafatamummaa kan
dheessu
Itti fufe…

 Nama ‘risk’ baqatu, ykn itti gaafatamumaa

kan dheessu.

 Fakkeessituu fi waliindhooftuu.

 Reactive and pessimistic in approach.


Amala Qeerransaa
 Jijjiiramni dhufu narratti

dhiibbaa fida jedhee yoo

yaade; namoota jijjiiramicha

fidanii fi jijjiirama sana

fedhan hunda:

 ija diimeffatee kan ilaalu,

 miidhuuf ykn

dhabamsiisuuf kan yaalu


Amala Kanniisaa
 Maamila isaaf dursa
kan kennu
 Oduuf bakka kan
hin kennine
 Hojii isaa qofaaf kan
dhimmuu fi yeroo
hunda bu’aa
qabeessa kan ta’e.
 Namoota biroof
kan fakkeenya ta’u
Nameessuu
 Nama gahee hoji isaa adda baasee
beekuu fi dirqama isaa bahatu.
 Miindaaf ykn faaydaaf jedhee osoo hin
taane dirqama isaa ta’uu beekee tajaajila
kan kennu
 Ofiif miidhamee uummataaf kan hojjetu.
Guduunfaa
 Bineensota armaan olitti tarreeffaman keessaa wanti
hubachuun danda’amu:
 Manneen hojii mootummaa keessatti namoonni
amala badaa qaban akkuma jiran isaan amala
akka kanniisaa qaban hedduun kan jiran
ta’uusaa ti.
 fkn: miseensonni miindaa xiqqaa fi ga’aa hin taanee
argachaa ummata isaanii tajaajilan, amaanaa
uummataa hin nyaanne, gahee isaanii beekanii kan
hojjetanii fi rakkoof jecha kan hin hanne ykn kenna
kan hin gaafanne hedduun kan jiran ta’uudha.
Itti fufe…
 Isaan kuun immoo mindaa gahaa fi haala
mijataa osoo qabanii; al-naamusummaa fi
hanna raawwachaa oolu.
 Kanaaf, waaqa/uumaa sodaachuun, aadaa fi
safuu uummataa saffeeffachuun, seeraa
kabajuudhaan tajaajila qulqulluu kennuuf
nama ykn ofta’uun barbaachisaa dha.

You might also like