You are on page 1of 35

Biiroo Barnootaa Oromiyaatiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFMNO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa ittiin
ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa sadarkaa
naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa mirkaneefachuu fi
haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Biiroon keessan hojii dagaaginaa naamusaa gareen sadarkaa naannootii ramadun akkasumas
damee irrattis caasaan gadii dirirfamu isaa.

Karooraa bara2007 yeroo isaa kessatti nuuf ergamu isaa.

Hubannoo hogantootafi hojjetootaf Sadarkaa sadarkaan jiranif kennamu isaa.

Yaata`u malee gabaasa kurmaana kana formaati hojii dagaaginaa naamusaa ittin gabaafamun waan hin
erginif waantoota hojjetaman, ficaatin mata duren addan bahanii osoo hin ergamin hafuu.

Caasaan dameef yaa dirirfamu malee idilen hanga amma kan hin ramanne ta`u isaa.

Qajelfamnii naamusaa kan mana hojii kessani hanga amma osoo hin mirkanaawin hafuu

Hordoffi fi deeggarsa hojii gumii naamusaa fi farra malaammaltummaa kan hin jirre ta`u.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergama .

Caasaaleen dame irratti dirirfaman mannen hojii kessatti idilesuun hojii kessa akka galan gochun kan
isiin irraa eggamu ta`u isaa.

Hordoffi fi deeggarsaa gumii naamusaa fi farra malaammaltummaa manneen barnootaa kurmaan


kuramnan akka gaggeffamu,akkasumas qajeelfama naamusaa qophesun mirkanaawee hojii irra akka
oluu ni beeksifna.
Dhaabbata Bulchiisa Gamoowwan Mootummaa Oromiyaatiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFMNO

Qabiyyee Leenjiifi Gamaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Dhabbanni keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama tokko sadarkaa naannootii
ramadun akkasumas damee irrattis tokko ramadun hojecha jirachu keessan,

Hubannoo hogantootafi hojjetootaf qajelfama naamusaa mana hojii irratti kennamu isaa.

Qabeenya seeran al qisaasame hordofun deebisiisuf yaali gochaa jiraachu keessan gabaasa kurmaana
tokkoffaa irra hubatamera.

Haata`u malee gabaafnii kurmaan tokkoffaa akkata formaati gabaasa dagaaginaa naamusaafi mata
duren facaatin kan hin ergamnee ta`u isaa.

Karoora karoofamefi raawwiin wal biraa qabmee hin ilaalamnee fkf hubann, gorsa,hordoffi, oditii

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergama ni ibsina.
Dhaabbata Gabaa Omisha Qonnaa Oromiyaatiif

Burrayyuu

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gamaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Dhabbanni keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama tokko sadarkaa naannootii
ramadun hojecha jirachu keessan,

Gabaasa kurmaana yeroo isaa keessatii nuuf ergamuu isaa.

Haata`u malee gabaafnii kurmaan tokkoffaa akkata formaati gabaasa dagaaginaa naamusaafi mata
duren facaatin kan hin ergamnee ta`u isaa.

Hubaannoon naamusaan akkasumas Midhaa malaamaltummaan fidu danda`u hojjettootaf bal`inaan kan
hin kennamnee ta`u isaa.

Kanaafuu, Dhaabbanni kessan hojii dagaaginaa naamusaa caalman cimsun daran akka hojjetamu.

Gabaasnii hojii dagaaginaa naamusaa akkat formaati gabaasatiin mata dure addan bahe facaatin yeroo
isaa eggate kurmaan kurmaana akka nuuf ergamu ni beeksifna

Dhabbata Dizaayinii To`annoo Hojiwwan Bishaan Oromiyaa tiif


Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan

kurmaana 1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa ittiin
ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa sadarkaa
naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusaa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa mirkaneefachuu fi
haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan manni hojii keessan hojii dagaaginaa naamusaa Gareen sadarkaa naannootii ramadun hojjecha
jirachu keessan gamaggamaa gaggeffame irraa hubatame jiraa.

Hubannoon hojettoota sadarkaa adda addaa irraa jiranif kennamuu isaa.

Karoorifi hojii dagaaginaa naamusaa yeroo isaa eggatee kan nuuf ergamee ta`u isaa.

Yaata`u malee haalaa gabaasa gamaaggama irraa hubatameen hojiileen dagaagina naamusaa haala
karoorfamen hin raawwatamnee.

Raawwiifi gabaasinii raawwii garagara ta`u isaa fi qulqullinni kan hanqatu ta`u isa

Gabaasinii hojii dagaaginaa naamusaa formaati gabaasicha mata duren addan bahe facaatin hojjetame
kan nuuf hin ergamnee ta`u isaa.

Gabaasinni kurmaana tokkoffaa yeroon kan nuuf hin ergamnee ta`u isaa.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsu, gabaasa yeroo isaa eguun haala qulqullinaa qabuun
hojjetame akka ergamu.

Karoora fi raawwiin hojii wal bira qabun ilaalame akka nuuf ergamuu

Gabaafini hojii dagaaginaa naamusaa formaatii gabaasichatiin addan bahe facaatiin akka nuuf ergamu ni
beeksifnaa.

Ejensii Geejjibaa Oromiyaa tiif


Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan manni hojii keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama tokko sadarkaa naannootii
ramadun akkasumas damee irrattis Caasaan gadi dirirfama jirachuu isaa.

Hubannoo hogantootafi hojjetootaf kennama jiraachu isaa gamaggaama gaggefame irraa hubatmeraa.

Yaata`u malee Karoora bara 2007 kan nuuf hin ergamne ta`u isa

Caasaaleen dame irraa jiran ramaddin kan hin gaggefamnee tau` isaa

Caasaan sadarkaa naannoo jiruu gareen osoo hin ramdin hafuu.

Karoorrii waan hin jireef gabaasa kurmaana tokkofa nuuf kan hin ergamnee ta`u isaa.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergama .

Caasaa sadarkaa naannoo kasee hanga dame jiran akkata qajeelfam dagaaginaa naamusaatiin idileesun
hojii kessaa akka galamuu ni beeksifna.

Ejensii Misooma Teknolojii Qunnamtii Odeeffannoo Oromiyaa tiif

Finfinnee
Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan manni hojii keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama tokoo sadarkaa naannootii
ramadun hojjecha jirachu keessan,

Karoora bara 2007 qopha`ee nuuf ergamunisaa.

Yaata`u malee gabaasa kurmaana kana irraatti akkata formaati hojii dagaaginaa naamusaa ittin
gabaafamun waan hin erginif waantoota hojjetaman, ficaatin mata duren addan bahanii osoo hin
ergamin hafuu.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergama ni ibsina.

Instityutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.


Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa
Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa
 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa
sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Dhabbanni keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama tokko sadarkaa naannootii
ramadun akkasumas damee irrattis hanga tokko ramadun hojecha jirachu keessan,

Hubannoo hogantootafi hojjetootaf qajeelfama naamusaa,yaada rime malaammaltummaa irratti


kennamu isaa.

Gabaasnii kurmaana tokkoffaa nuuf ergamuu isaa.

Yaata`u malee Caasaa gara gadii jiran dame qabdan irratti ogessonni dagaaginaa naamusaa guutumaa
guututtii kan hin ramadamne ta`u isaafi sadarkaa nannootti gareen osoo hin ramadin hafu.

Gabaasnii kurmaana tokkoffaa akkata formaatii gabaasatin mata duren addan bahani facaatin kan hin
gabaafamne ta`u isaa.gabaasa kurmaan a tokkoffaa irraa hubatemeraa.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergama .

Caasaa sadarkaa nannoo fi garjalaa jiran irratti akkata qajeelfama dagaaginaa naamusaatin ramadun
hojii dagaaginaa naamusaa deran akka cimsitan ni beeksifna

Instityutii pilaani Magaaloota Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu kanan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan manni keessan hojii dagaaginaa naamusaa Ogeessa tokko sadarkaa naannootii
ramaduun hojecha jirachu keessan,

Karoora bara 2007 yeroo isaa keessatii nuuf ergameraa.

Yaata`u malee Komishinin naamusaa fi farra malaammaltummaa leenjiifi gamaggamaa gaggefamuu


irraatti akka hirmaatan xalayaa lakk.61-11/1774/2007 guyyaa 17/3/2007 ALA tiin waamichi isiinif darbuu
illee Ogeessii hojii dagaaginaa naamusaa argamun hubanno kana fudhacuu hin dandenyee.

Gamaaggama geggeffames ilaalchisee manni hojii kessan waan hin hirmaatinif hojiin dagaaginaa
naamusaa mana hojii kessanii kan kurumaana tokkofaa sadarkaa maal irra akka jiru bekkamun hin
dandenyee.

Kanaafuu, Ogessii idleen ramadamani jiran hojii irratti ramadaman xiyeefachun hojii dagaaginaa
naamusaa daran mana hojii keessatti akka cimsan.

Waamichi leenjii ykn gamaggamaa yoo gaggefamu dursaa hojii kanaaf kennuun akka hirmatin cimsinee
beeksifna.

Ejensii Dhimmaa Hojjetaa fi Hawwasumaa Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu kana
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan manni keessan hojii dagaaginaa naamusaa irratti Ogeessa tokko sadarkaa naannootii
ramaduun hojecha jirachu keessan,

Yaata`u malee Komishinin naamusaa fi farra malaammaltummaa leenjiifi gamaggamaa gaggefamuu


irraatti akka hirmaatan xalayaa lakk.61-11/1774/2007 guyyaa 17/3/2007 ALA tiin waamichi isiinif darbuu
illee Ogeessii hojii dagaaginaa naamusaa argamun hubanno kana fudhacuu hin dandenyee.

Gamaaggama geggeffames ilaalchisee manni hojii kessan waan hin hirmaatinif hojiin dagaaginaa
naamusaa mana hojii kessanii kan kurumaana tokkofaa sadarkaa maal irra akka jiru bekkamun hin
dandenyee.

Karoorrifi gabaasnii bara 2007 hanga amma kan nuuf hin ergamnee ta`u isaa.

Kanaafuu, Ogessii idleen ramadamani jiran hojii irratti ramadamanif xiyeefachun hojii dagaaginaa
naamusaa daran mana hojii keessatti akka cimsan.

Waamichi leenjii ykn Gamaggamaa yoo gaggefamu dursaa hojii kanaaf kennuun akka hirmatan cimsinee
beeksifna.

Interpirayizii Ijjarsaa Dandiwwan Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu kana
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.
Halumaa Kanaan manni keessan hojii dagaaginaa naamusaa gareen sadarkaa naannootii ramaduun
hojecha jirachu keessan,

Karoora bara 2007 yeroo isaa keessatii nuuf ergameraa.

Yaata`u malee Komishinin naamusaa fi farra malaammaltummaa leenjiifi gamaggamaa gaggefamuu


irraatti akka hirmaatan xalayaa lakk.61-11/1774/2007 guyyaa 17/3/2007 ALA tiin waamichi isiinif darbuu
illee Ogeessonnii hojii dagaaginaa naamusaa argamun hubanno kana fudhacuu hin dandenyee.

Gamaaggama geggeffames ilaalchisee manni hojii kessan waan hin hirmaatinif hojiin dagaaginaa
naamusaa mana hojii kessanii kan kurumaana tokkofaa sadarkaa maal irra akka jiru bekkamun hin
dandenyee.

Kanaafuu, Ogessii idleen ramadamani jiran hojii irratti ramadaman xiyeefachun hojii dagaaginaa
naamusaa daran mana hojii keessatti akka cimsan.

Waamichi leenjii ykn Gamaggamaa yoo gaggefamu dursaa hojii kanaaf kennuun akka hirmatin cimsinee
beeksifna.

Bulchinsaa Godina Sh/Ki/Lixaa Oromiyaa tiif

Walisoo

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1ff guyyaa 3o/3/2007---4/4/2007
gaggeessaa ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu kanan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin
G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi
tooftaa ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi
calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma


mootummaa sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa
akeekuudha.
Halumaa Kanaan Godinni kessan sekterootaa dabalate idileen ogessoota 11 (kudha tokko)ramaduun
hojecha jirachu keessan,

Sekteroota qabdan keessaa digdamii shan gabaasa kurmaan tokkoffaa wal itti qindawu isaa.

Hubannoon godinaa hanga aanaattii sekteroota jiran hundaaf kennama jirachu isaa.

Raayyaan qindoomun hojii ittisaa yakka malammaltummaa hojechaa jirachuu kessan.

Waltajjii mariifi gamaggamaa hojii dagaaginaa naamusaa Sadarkaa Bul/ Godinaa kaasee hanga

Aanaatti sagantaan qabamee haala barbaadamun hojjetamu isaa.

Qabeenyaa seeran alaa qisaasamu qamaa ilaalatu walin ta`un sanduqaa mootummaattti akka deebi`u
ta`u isaa.

Ragaa barnootaa sobaatiin mana hojii mootummaa kessaatti ittin hojechaa jiran qamoolee ilaalatu
walin ta`un akka too`ataman ta`u isaa.

Hordoffi fi deeggarsaa hojii dagaaginaa naamusaa sekterootafi Bul/ Aanaalee hunderatti osoo addan hin
citiin gaggeessa jirachu kessan.

Aanaaleen 12 (kudhalamanuu) caasaa qondaaltootaa naamusaa qabachuu isaani.

Karoora fi gabaasa kurmaan tokkoffaa bara 2007 yeroo isaa keessatii nuuf ergameraa.

Yaata`u malee sekterootaa godinicha kessaa caasaa fi baajataa osoo qaban hin ramadin hafuu.

Akkasumas sekteroonni kudhaa tokko caasaa dagaaginaa naamusaa kan hin qabnee ta`u isaa
gamaggamaa gaggeffamen hubatameraa.

Kanaafuu,Bul/ Godina kessan haala amma jiru kana hojii ittis yakka malaammaltummaa akka fakkenyaa
ta`utti hojjechaa jirachu isaa gamaggamaa gaggeeffame irraa waan hubatameef haaluma kana akka itti
fufuu ibsaa, sekterootaa caasaa dagaaginaa naamusaa qaban akka idileen ramadan akkasumas caasaa kan
hin qabnee akka dirirfatani Ramadan akka taasifamu ni beeksifna.
Bulchiisaa Godinaa Shawa Lixaa tiif

Amboo

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1ff guyyaa 30/3/2007---4/4/2007
gaggeessaa ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu kana
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Godinni kessan sekterootaa dabalate idileen ogessoota 15 (kudha shan)ramaduun
hojecha jirachu keessan,

Hubannoon godinaa hanga aanaattii sekteroota jiran hundaaf kennama jirachu isaa.

Raayyaan qindoomun hojii ittisaa yakka malammaltummaa hojechaa jirachuu kessan.

Waltajjii mariifi gamaggamaa hojii dagaaginaa naamusaa Sadarkaa Bul/ Godinaa kaasee hanga

Aanaatti sagantaan qabamee haala barbaadamun hojjetamu isaa.


Qabeenyaa seeran alaa qisaasamu qamaa ilaalatu walin ta`un sanduqaa mootummaatti akka deebi`u
ta`u isaa.

Gabaasa kurmaan tokkoffaa kan sekterootaa digidamisaddetii wal itti qindeffame nuuf dhihachuu isaa.

Qondaltoonni naamusaa mana hojii isaan keessatti koree manejimentii keessatti akka hirmatan ta`u
isaa.

Hordoffi fi deeggarsaa hojii dagaaginaa naamusaa sekterootafi Bul/ Aanaalee hunderatti osoo addan hin
citiin gaggeessa jirachu kessan.

Aanaaleen 18 (kudha saddet) caasaa qondaaltootaa naamusaa qabachuu isaani.

Karoora fi gabaasa kurmaan tokkoffaa bara 2007 yeroo isaa keessatii nuuf ergameraa.

Yaata`u malee sekterootaa godinicha kessaa caasaa fi baajataa osoo qaban hin ramadin hafuu.

Akkasumas sekteroonni kudhani ol ta`an caasaa dagaaginaa naamusaa kan hin qabnee ta`u isaa
gamaggamaa gaggeffamen hubatameraa.

Kanaafuu,Bul/ Godina kessan haala amma jiru kana hojii ittis yakka malaammaltummaa akka fakkenyaa
ta`utti hojjechaa jirachu isaa gamaggamaa gaggeeffame irraa waan hubatameef haaluma kana akka itti
fufuu ibsaa, sekterootaa caasaa dagaaginaa naamusaa hin qabnee akka dirirfatani ramadan akka taasifamu
ni beeksifna.

.
Bulchiinsa Magaala Sabbataa tiif

Sabbataa

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 30/3/2007----4/4/2007
gaggeessaa ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFNBO
Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee
Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa ittiin
ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa sadarkaa
naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa mirkaneefachuu fi
haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan bulchiinsi magaala keessan ogessota hojii dagaaginaa naamusaa irratti hojjetan gamaggamaa
gaggeeffame irratti akka hirmatan tasifameraa

Yaata`u malee Bulchiisni magaala keessan karooraa hojii dagaaginaa naamusaa bara 2007 kan hin qabnee ta`u isaa.

Caasaan dagaaginaa naamusaa sekteroota digdami afur kessaa sekteraa afur qofa idileen kan ramadan yoo
ta`u ,Kan hafan manni hojii digidamaa idileen hin ramanne

Karoora waan hin qabneef gabaasa kurmaan tokko akka bulchiinsa magaalatti wal itti qindawee kan nuuf hin
ergamnee ta`u isaa.

Hordoffi fi deeggarsii hojii dagaaginaa naamusaa seekteroota bulchiinsa magaala kan hin jirre ta`u isaa.

Wal tajji marii qondaaltoota naamusaa kan hin jirree ta`u isaa.

Haala armaan ol itti ibsaamen yeroo gamaggamaa kan kessatti akka hubatameen hojiin dagaaginaa naamusaa
bulchiinsa magaala keessani laafina akka qabuu bekkamera.
Kanaafuu , seekteroota bulchiinsaa magaala keessa jiran irraatti caasaa qondaala naamusaa dirirsun idileen
ramadamani mannen hojii kessatti naamusinni akka idilawu. Hojii kanaf xiyyeffanna kenuun akkata qajelfama
dambii lakk146/2004 raawwachisuuf bahe kew.23.7 jaltti ibsun waajjiri bulchiinsa magaala gabaasa raawwii hojii
dagaagina naamusaa seekteroota magaalichaa ni qindeessa, in qorata, ni deeggara,bu`aa isaa komishinichaaf ykn
damee isaaf ni gabaasa haala jedhun hojii kessa galuun karoora karoorsun hojii naamusaa dagaagisu daran akka
cimsitan ni beeksifna.

Interpiraayizii Ijaarsa Hojiiwwan Bishaaniitiif

Finfinnee

Dhimmi:Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula tokko xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.


KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gamaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa ittiin
ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa sadarkaa
naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa mirkaneefachuu fi
haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Dhabbanni keessan hojii dagaaginaa naamusaa irratti nama lama sadarkaa naannootii
ramadun akkasumas demee irratti caasaa qabdan irratti ramadun hojecha jirachu keessan,

Gabaasa kurmaana yeroo isaa keessatii nuuf ergamuu isaa.

Haata`u malee gabaafnii kurmaan tokkoffaa akkata formaati gabaasa dagaaginaa naamusaafi mata
duren facaatin kan hin ergamnee ta`u isaa.

Iddo formaatin ergamees haala barbaadameen gutamee hin ergamne fkf haala hubannoon itti
gabaafame.

Osoo hin karoorfatiin akkaa karooran qabameetti gabaasuu fkf Qo`annoo hojimaata mata dure
qajelfama bulchiisaa humnaa namaafi itti fayadama maashinarifi konkoolaata.

Formaati gabaasa wal jala dabarsuun kan hin ilaalannee irraattii gabaasuu.

Kanaafuu, Dhaabbanni kessan hojii dagaaginaa naamusaa caalman cimsun daran akka hojjetamu.
Gabaasnii hojii dagaaginaa naamusaa akkat formaati gabaasatiin mata dure addan bahe facaatin yeroo
isaa eggate kurmaan kurmaana akka nuuf ergamu .

Gabaasnii yoo nuuf ergamu kan karoofameefi kan hin karoorfamin addan baasuun hojii dagaaginaa
naamusaatiif xiyyefannoo kennuuna akka nuuf gabaafamu ni ibsina

Komishinii Barnootaafi Leenjii Teeknikaafi Ogummaa Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula tokko xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.


KNFNBO

Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee


Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan manni hojii keessan hojii dagaaginaa naamusaa gareen sadarkaa naannootii ramadun
akkasumas damee irrattis caasaa gadii dirirsaa hojjecha jirachu keessan gamaggamaa gaggeffame irraa
hubatame jiraa.

Hubannoon hojettoota sadarkaa adda addaa irraa jiranif kennamuu isaa.

Karoorifi gabaasinii hojii dagaaginaa naamusaa yeroo isaa eggatee kan nuuf ergamee ta`u isaa.

Yaata`u malee haalaa gabaasa kurmaana tokkoffaa irraa hubatameen hojiileen dagaagina naamusaa
haala karoorfamen hin raawwatamnee.

Gabaasinii hojii dagaaginaa naamusaa formaati gabaasicha mata duren addan bahe facaatin hojjetame
kan nuuf hin ergamnee ta`u isaa.
Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsu,gumii naamusaa fi farra malammaltummaa kolleji fi
dhabbata kessatti hundefaman yeroo yeroon hordoffi fi deeggarsa akka taasiftan.

Gabaafini hojii dagaaginaa naamusaa formaatii gabaasichatiin addan bahe facaatiin akka nuuf ergamu ni
beeksifnaa.

Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaatiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula tokko xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFMNO
Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee
Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi
tooftaa ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi
calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma


mootummaa sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa
akeekuudha.

Halumaa Kanaan Dhabbanni keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama tokka sadarkaa naannootii
ramadun akkasumas damee irrattis hanga tokko ramadun hojjecha jirachu keessan,

Karoora hojii dagaaginaa naamusaa bara 2007 hojjetame nuuf ergamu isaa.

Yaata`u malee gabaasa kurmaana kana nuuf hin ergamnee ta`u isaa.

gabaasnii waan hin hojjataminif waantoota hojjetaman, ficaatin mata duren addan bahanii osoo hin
ergamin hafuu.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergama ni ibsina.
Dhaabbata Bosonaafi Bineensota Bosonaa Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmi: Duubii - Deebii Raawwii hojii Dagaagina Naamusaa kan kurmaana

1ffaa bara 2007 erguu ilaala.

Komishiiniin Naamusaafi farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa


Manneen hojii fi Dhaabbilee Misooma Mootummaa waliin hojiiwwan
Malaammaltummaa Ittissuuf hojjimaata badaa dhabamsiisuu bifa qindoomina qabuun
sadarkaa sadarkaan hojjatamanii rakkolee Mul’atan irratti qondaaltoota Naamusaa
Manneen hojii fi dhaabilee Misooma Mootummaatiif Leenjii kennuun wal qabsiissee
waltajjii mariifi gamaggamaa hojii kurmaanaa 1 ff guyyaa 23---27/3/2007 gaggeessaa
ture bu’uura gochuun duub -deebii fuula lama xalayaa gaggeesituu tanaan
walqabsiifinnee isinii erginee jirra.
Nagaa Wajjiin

G/G

Waajirra komishinaraatiif
Waajia I/A/komisinaraafi A/H/I/Y/Mtiif

Garee Dagaaggina Naamusaatiif.

KNFMNO
Qabiyyee Leenjiifi Gmaaggamaa gaggeeffamee
Mata-Duree Leenjii

 Akkaataa leenjiin ittii Qophaa’uufi hordofamu


 Adeemisa Bittaa keesaatti iddoowwan Malaammaltumman itti uumamuu danda’uufi tooftaa
ittiin ittifamu.
 Akkaataa Qu’annoon hojimaataa ittii gaggeeffamuufi ittii hordofamu
 Maloota/Akkaataa eeruu yakka malaammaltummaa ittii knnamuu,fudhaatamufi calalamu.
 Yaada Rimee gamtaa farra malaammaltummaa
 Akkaataa karoorii hojii dagaaggina Naamusaa ittii karoorfamuuf gabaafamu
 Qajeelffama Naamusaa qopheessuufi hojii irra oolchuu

Qabiyyee Gamaggamaa

 Hojiin Dagaagina Naamusaa mana hojii Mootummaa fi Dhaabbilee Misooma mootummaa


sadarkaa naannoo hanga aanaalee keessatti idilaa’uu isaa gamaaggamuu
 Hojiin dagaagina naamusa kan kurmaana1ffaa haala karoorfameen raawwatamuu isaa
 Caasaan hojii garee hordoffi dagaagina naamusaa hanga gar jalaatti diriirfamu isaa
mirkaneefachuu fi haalii ramadii isaa maali irra akka jiru ilaalu.
 Ciminaafi hanqina hojiirratti mul’atan adda baasuun kallatti gara fuulduraa akeekuudha.

Halumaa Kanaan Dhabbanni keessan hojii dagaaginaa naamusaa nama lama sadarkaa naannootii
ramadun akkasumas damee irrattis hanga tokko ramadun hojecha jirachu keessan,

Hubannoo hogantootafi hojjetootaf labsii danbiif qajelfamoot mana hojii irratti kennamu isaa.

Qabeenya seeran al qisaasame hordofun deebisifamu isaa. Ragaalee qondaaltoota caasaa kessani haala
gutuu ta`en nuuf ergamu isaa.

Qo`annoo hojimaata kanan dura kimishinichii gaggesse hordofamu isaa gabaasa kurmaan tokkoffaa
irraa habatemeraa.

Yaata`u malee gabaasa kurmaana kana irraatti akkata formaati hojii dagaaginaa naamusaa ittin
gabaafamun waan hin erginif waantoota hojjetaman, ficaatin mata duren addan bahanii osoo hin
ergamin hafuu.

Kanaafuu, hojii dagaaginaa naamusaa daran cimsuun hojiilee hojjetama akkata formaatiifi mata duren
addan bahanii akka nuuf ergamanifi dame ramaddin qondaltoota naamusaa irraatti hin gaggeffamne
idileen akkam ramadaman ni ibsina.

You might also like