You are on page 1of 2

Guyyaa26/06/2006

Lakk su/01/ /06

Wajjira mana qopheessa Bu/Mag/Sulultatiif


Dhimmi isaa: deeggarsa gaaffachuu ta’a
Akkuma armaan olitti ibsuuf yaallameetti gandii sulultii 01 kabinee 5 fi
manajara 1 hojii sadarka ganda tii hojaatamu hojaacha jiraachuun isaa ni
beekama.haa ta’uuti baay’inaa hojii fi baal’inaa ganda keenyaa waliin fedhii
ummata fi bulchiinsa gaarii mirkaaneessu hin dandeenyee.darbees hojii
qulqullina qabu hojaachuu hin danda’amnee .sabaabnii isaas hojiiwaan
sadarka birootii hojaataman hojii abbaa dhimma keessumeesuu,hojii
seekritaara ,hojii mana galmee ,hojii gabaasa qindeesu fi hojiiwaan biroo
manajara tokkoon galmaa ga’uu kan hin dandeenyee fi humnaa nama tokkoo
ol waan ta’eef manii qopheessa kana hubaachuun

1ffaa hojaatu seekreetara

2ffaa hojaata mana galmee akka nu qaacaruu kabajan isiin gaafana

Nagaa wajjin
Guyyaa26/06/2006

Lakk su/01/ /06

Obboo Tashooma
Dhimmi isaa: qabeenyaa gandaa fi furtuu mana
galmee akka deebistaan gaaffachuu ta’aa

Akkuma armaan olitti ibsuuf yaallameetti gandaa sululta 01 hojaata mana


galmee taatanii inaa hojaatan qabeenyaa ganda adda adda wajjiri tokkoo isiin
keenamee hojaachaa turuun keessan ni yaadatama. Haa ta’uu tii sababa
jijjiiramee jedhuun ji’a lama ol furtuu wajjira mana galmee fi qabeenyaa
gandaa otoo hin deebisiin achummaan haftaani jirtuu , yeroo baay’ees akka
deebistaan gaaffatamtanis deebisuuf eyyaamama ta’uu hin dandeenyee.

Gandii sababa isiin furtuu mana galmee fi qabeenyaa ganda adda adda
akkasumaas faayila adda adda mana galmee keessaa jiruu dhoowataniin
baay’ee rakkaachaa kan jiruu ta’uu hubaatanii attataman akka deebistaan
ciimsiinee isiin gaaffana

G/G

1wajjira

You might also like