You are on page 1of 3

Woraqaa kun

akkuma isssinif
Bethlehem Youth Academy keenametti
keessan
dabtaara
irat
Address: Amanuel Church behind Agip Gas Station
Tel: 0944304875/ 0112 76 60 66 E-mail-bethlehemya@yahoo.com

Maqaa Gutuu ________________________________________ Kutaa __5___ Daree ______


Guyyaa _________________________________________ Batalee 2Nuusa 3ffaa
Gosaabarnoota: Afaan Oromoo

I. “Dhugaa” yokaan“Soba”jechuun deebiisa. Qulqullina gatii qaba.(Gaaffiin


hundinuu qabxii tokko tokko qabaa)

____ 1. Maxxantuun ofdanda’ee ergaa dabarsuu hindanda’uu.

_____2. Maxxantuun duraa dhumaajechaa irraatti kan galuudha.

_____3. Hiima hikaa qabu dabarsuu qaba.

_____4. Qaamoleen gulummo,irrawwatama fii xumura dha.

_____5. Qeenxeen lakkofsa baayinaan agarsiisa.

I. II. Qubee deebii sirrii ta’ee filadha. Qulqullina gatii qaba.(Gaaffiin


hundinuu qabxii tokko tokko qabaa)

_____ 1. Tolaan baargamoo ______________.

A .Dhaabee B. Dubbisse C. dhugde D. Dhuge

_____ 2. Badhaasa :- Nagaa oltanii adde Caaltu?

Caaltu:- Nagaa kooti isin ______________?

A.akkam B. oolte C. bultee D. nyaatte?

_____ 3. Dachaasaan galgalaa hirbaata isaa ______________.

A. Nyaate B. Dhugde C. Dhuge D. Deemte

_____ 4. Kanneen armaan gadii keessaa maxxantuu boodaa kan hin tanee kamii?

A. hin B. -icha C. oota D. -n

_____ 5. Saamiriin buna ______________.

A. Dhugde B. hoorisistee C. akkawatte D. A fii C

Bethlehem Youth Academy 2024 Academic Year 3rd Quarter Test-3


1
Maqaa Maattii ____________________Malattoo _______________ Guyyaa _____________

_____ 6. Isheen gara mana barumsaa ______________.

A. deeme B. deemne C. deeman D. deemte

_____ 7. Caalaan asoosama ______________.

A. Dhuge B. Nyaate C. Duubisse D. A fi C deebiidha

_____ 8. Maqaan mana barumsaa keesssanni eenyuu jedhama?

A. Ooda bultum C. Beteelihem Yuzi Akadaami


B. NEPS D. Dajachiiwubee

_____ 9. Kanneen armaan gadii keessaa maxxantuu duraa kan hin tanee kamii?

A. wal B. al C. oota D. Debii hinqabu

_____ 10. Harreen beelladaa ______________ti.

A. Bosona B. Mana C. lachanuu D. Debii hinqabu


II.III. Walitti firoomsi. Qulqullina gatii qaba.(Gaaffiin hundinuu qabxii tokko
tokko qabaa)

A B
___ 1. Mallatto gaaffii A. (,)

___ 2. Mallatto raajii B. (<< >>)

___ 3. Mallatto tuqaa C. (.)

___ 4. Mallaato waraabbi D. (!)

___5. Mallattoo qoodduu E.(?)

I. IV. Walii gutii asii gadii jechoota kenaaman keessaa filaachun


bakka duwaa gutun xumuraa. Qulqullina gatii qaba.(Gaaffiin hundinuu qabxii
tokko tokko qabaa)
Lakki nanjalaadha -Anis nagaa kooti - Akkam bulte Tolaa

- Kutaa 5ttaaa - Beteelihem Yuzi Akadaami - Mana baruumsa deema


Bethlehem Youth Academy 2024 Academic Year 3rd Quarter Test-3
2
- Nagaan oolii - Herreega laamaan qabaa maqaa isaani oo?
- Hojii qabu laakii hinqabanii

Nagarii:- Akkam bultee Ebaan?

1.Ebaan :- ___________________________

Nagarii:- Nagaa kooti atti akkam?

2.Ebaan :- ___________________________

3.Nagarii:-oboolessa meeqaa qabdaa?

3. Ebaan:- ___________________________

4.Nagarii :- ___________________________

Ebaan:- laakii hinqabanii.

Nagarii:- Esaa deemta?

5.Ebaan :- ___________________________

Nagarii:- Kutaa meeqa barataa?

6.Ebaan :- ___________________________

Nagarii:- Maqaaan manaa barumsaa keessaan enyuu jedhama?

7.Ebaan :- ___________________________

Nagarii:- Barnoota baratuu keessa caalatti maal jalaatu?

8.Ebaan :- ___________________________

Nagarii:- Kan biraa hin jalatuu?

9.Ebaan :- ___________________________

Nagarii;- Nagaan oolii

10.Ebaan :- Tole. Atis ___________________________

Bethlehem Youth Academy 2024 Academic Year 3rd Quarter Test-3


3

You might also like