You are on page 1of 11

Seensa

Inisheetiviwwan bara kana Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaan


labsamuun hojiirra oolan keessaa tokko guyyaa dubbisaati. Guyyan
dubbisaa akka biyya keenyatti labsamuun dhaloonni har’aa aadaa
kitaaba dubbisuu akka horatu gochuuf yaadamee ta’uu beekamaadha.
Guyyaan dubbisa kitaabaa kun guddina Afaan ummatichaa milkeessuuf
baay’ee murteessaadha. Biiroon keenyas sagantaa guyyaa dubbisaa
sadarkaa naannoo hanga aanaatti Amajji 4 bara 2014 eegalee ji’a ji’aan
jiinii seenee akka geggeeffamu murtoo dabarseen bara kana guyyaan
dubbisaa hanga ji’a Waxabajjiitti marsaa 6 geggeeffamee jira.

Sagantaan guyyaa dubbisaa kun idilaa’ee sadarkaa naannoo Oromiyaatti


geggeeffamaa yoo jiraates manneen dubbisa kitaabaa godinaaleefi
magaalota Oromiyaa keessa jiran hanqina kitaabaa akka qaban adda
ba’ee jira. Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa rakkoo kana furuuf
akka naannoo Oromiyaatti sagantaa arjooma kitaabaa qopheessuun
kitaabilee gosa garaa garaa 500,000 walitti qabuun manneen dubbisa
kitaabaa naannoo Oromiyaaf deggarsa gochuuf qophiirra jira.

Haaluma kanaan godia keenyaas qophii jalqabame kana milkeessuuf


hojiiwwan raawwatamuu qaban, bakkafi yeroo itti raawwatamu
akkasumas qaamolee deggarsa godhan kan ibsu karoorri gabaabaan akka
armaan gadiitti qophaa’ee jira.

1. Kaayyoo
Sagantaa arjooma kitaabaa guutummaa naannoo Oromiyaatti
geggeessuun kitaabota 500,000 walitti qabuun manneen dubbisa
kitaabaa sadarkaan jiraniif deggarsa taasisuuf.

2. Hojii Hojjetamu
 Karoora hojii qopheessuu
 Koree hojicha raawwatan hundeessuu
 Manneen hojii sadarkaa naannoo, caasaa godinaalee, magaalotafi
aanaalee hojii tajaajila lamummaa kana irratti hirmaatan adda
baasuun beeksisuu
 Manneen dubbisa kitaabaa sadarkaa godinaa, magaalaafi aanaa jiran
adda baasuu
 Kitaabilee qooda fudhattoota adda addaarraa walitti qabuun manneen
dubbisa kitaabaa sadarkaa godinaa, magaalaafi aanaa jiraniif deggarsa
gochuu
 Sagantaan arjooma kitaabaa guutummaa oromiyaatti geggeeffamu
uwwisa miidiyaa akka argatu hojjechuu
 Baajatafi lojistiksii hojichaaf barbaachisu ramaduu
 Hojii kenna tajaajilaa kan arjooma kitaabaa abbummaan qindeessuu,
hordofuufi madaaluun hojiirra oolchuu,
 Gabaasa raawwii hojichaa qindeessuun qaama ilaallatuuf kennuu.
3. Yeroo Raawwii
 Sagantaan arjooma kitaabaa akka Oromiyaatti bifa ho’aa ta’een
sosochii guddaa uumuun qophaa’ee kitaabileen karoorfaman
kurmaana 1ffaa bara 2015tti walitti qabamuun manneen dubbisa
kitaabaaf naannoo Oromiyaa keessa jiraniif kan kennamu ta’a.

4. Manneen Hojii Sadarkaa Aanaa fi Magaalaatti Sagantaa Arjooma


Kitaabaa irratti hirmaatan

  Aanaalee fi
T/L Magaaloota Baay’ina Gosa Tilmaama Ibsa
 
kitaabilee kitaabaa maallaqaa
arjooman

1 Odaa Bultum 500


2 Ciroo 500
3 Gammachiis 500
4 Habroo 500
5 D/Labuu 500
6 H/Guddina 500
7 Bu/Dhintuu 500
8 Bookee 500
9 Mi’eessoo 500
10 Gu/Qoricha 500
11 Ancaar 500
12 Xuulloo 500
13 Doobbaa 500
14 Sha/Dhuuggoo 500
15 Gu/Bordoddee 500
16 Mag/Baddeessa 500
17 Mag/Galamsoo 500
18 Mag/Ciroo 500
19 Mag/Hirnaa 500
20 Mag/ Machaara 500
Micataa
  Ida’ama
waliigalaa 10,000

1. Manneen Hojii Mootummaa fi Dhaabbilee gara garaa Sagantaa


Arjooma Kitaabaa irratti Hirmaatan
T/ Maqaa Iddoo Baay’ina Gosa Tilmaama Ibsa
L kitaabilee kitaabaa maallaqaa

arjooman
1 Waajjira Bulchinsa/Kantiiba Aanaafi Magaalaa 20

2 Waajj/ Paartii Badhaadhina Aanaafi Magaalaa 20

3 Waajj/ Aabbaa Taa/Galiiwwanii Aanaafi Magaalaa 20

4 Waajj/ Pabliik Sarviisiifi Misooma Aanaafi Magaalaa 20


Qabeenya Namaa
5 Waajj/ Maallaqaafi Walta’iinsa Aanaafi Magaalaa 20
Diinagdee
6 Waajj/ Barnootaa Aanaafi Magaalaa 20

7 Waajj/ Eegumsa Fayyaa Aanaafi Magaalaa 20

8 Waajj/ Bulchiinsaafi Nageenyaa Aanaafi Magaalaa 20

9 Waajj/ Misooma Qabeenya Aanaafi Magaalaa 20


Bishaaniifi Inarjii
10 Waajj/ Bulchiinsaafi Itti Aanaafi Magaalaa 20
Fayyadama Lafaa
11 Waajj/Dhi/Kominikeeshinii Aanaafi Magaalaa 20
Mootummaa

12 Waajj/ Daldalaa Aanaafi Magaalaa 20

13 Waajj/ Dhimma Dubartootaa, Aanaafi Magaalaa 20


Daa’immaniifi Dargaggootaa
14 Waajj/Aadaafi Turizimii Aanaafi Magaalaa 20

15 Waajj/ Dhimma Hojjataafi Aanaafi Magaalaa 20


Hawaasummaa
16 Waajj/Bishaanii Aanaafi Magaalaa 20

17 Waajj/Carraa Hojii Uumuu Aanaafi Magaalaa 20


18 A/T/Bosona Aanaafi Magaalaa 20

18 Waajj/ManaMarii Aanaafi Magaalaa 20

19 Waajj/Poolisii Aanaafi Magaalaa 20

20 Waajj/ManaMurtii Aanaafi Magaalaa 20

21 Waajj/Barnoota Aanaafi Magaalaa 20

22 Waajj/Jallisii Aanaafi Magaalaa 20

23 Waajj/W/H/Gamtaa Aanaafi Magaalaa 20

24 Waajj/Horsiise Bula Aanaafi Magaalaa 20

25 Waajj/Qonnaa Aanaafi Magaalaa 20

26 Waajj/Haqaa Aanaafi Magaalaa 20

27 Waajj/Maallaqa Aanaafi Magaalaa 20

28 A/T/Geejjibaa Aanaafi Magaalaa 20

29 Waajj/Konistiraakshin Aanaafi Magaalaa 20

30 Waajj/Investimantii Aanaafi Magaalaa 20

31 Waajj/Dargaggoofi Ispoortii Aanaafi Magaalaa 20

32 Waajj/Jijjirama Qilleensa Aanaafi Magaalaa 20

33 Mana Qopheessaa Magaalaa 20

Dhaabbilee Barnoota Olaanoo fi Aanaafi Magaalaa 40


Dhaabbiltee Feedaraalaan bulan
Idaa’ama 700
1. Manneen Hojii Mootummaa fi Dhaabbilee gara garaa Sagantaa
Arjooma Kitaabaa irratti Hirmaatan

T/ Maqaa Iddoo Baay’ina Gosa Tilmaama Ibsa


L kitaabilee kitaabaa maallaqaa

arjooman

1 Waajjira Bulchinsa/Kantiiba Godina 20

2 Waajj/ Paartii Badhaadhina Godina 20

3 Waajj/ Aabbaa Taa/Galiiwwanii Godina 20


4 Waajj/ Pabliik Sarviisiifi Misooma Godina 20
Qabeenya Namaa
5 Waajj/ Maallaqaafi Walta’iinsa Godina 20
Diinagdee
6 Waajj/ Barnootaa Godina 20

7 Waajj/ Eegumsa Fayyaa Godina 20

8 Waajj/ Bulchiinsaafi Nageenyaa Godina 20

9 Waajj/ Misooma Qabeenya Godina 20


Bishaaniifi Inarjii
10 Waajj/ Bulchiinsaafi Itti Godina 20
Fayyadama Lafaa
11 Waajj/Dhi/Kominikeeshinii Godina 20
Mootummaa

12 Waajj/ Daldalaa Godina 20

13 Waajj/ Dhimma Dubartootaa, Godina 20


Daa’immaniifi Dargaggootaa
14 Waajj/Aadaafi Turizimii Godina 20

15 Waajj/ Dhimma Hojjataafi Godina 20


Hawaasummaa
16 Waajj/Bishaanii Godina 20

17 Waajj/Carraa Hojii Uumuu Godina 20

18 A/T/Bosona Godina 20

18 Waajj/Mana Marii Godina 20

19 Waajj/Poolisii Godina 20

20 Waajj/Mana Murtii Godina 20


21 Waajj/Barnoota Godina 20

22 Waajj/Jallisii Godina 20

23 Waajj/W/H/Gamtaa Godina 20

24 Waajj/Horsiise Bula Godina 20

25 Waajj/Qonnaa Godina 20

26 Waajj/Haqaa Godina 20

27 Waajj/Maallaqa Godina 20

28 A/T/Geejjibaa Godina 20

29 Waajj/Konistiraakshin Godina 20

30 Waajj/Investimantii Godina 20

31 Waajj/Dargaggoofi Ispoortii Godina 20

32 Waajj/Jijjirama Qilleensa Godina 20

33 Mana Qopheessaa Magaalaa -

Dhaabbilee Barnoota Olaanoo fi Godina 40


Dhaabbiltee Feedaraalaan bulan
Idaa’ama 700
` -

You might also like