You are on page 1of 1

Lakk………………………………..

Guyyaa……………………………..

Waajjira MWD Bul/Mag/Tulluu boolloottif

Tulluuboolloo

Dhimmi: - walitti Hidhaaminsa Gabaa Qabaachu Waldaa Hojii Ijaarsa Waligalaa Leellisaa,
Zaarihuun fi H/isaanii ibsu taʼa

Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalametti waldaa hojii ijaarsa waligalaa Leellisaa, Zaarihuun fi H/isaanii
jedhaman waajjira keenyatti bara 2012 gurmaaʼuun qaama seerummaa fudhachuun isaanii ni yaadatama.

Kanaaf waldichi Kun meeshaalee hojii ijaarsaf oolu iddoo argachuu dandaaʼan walitti hidhaminsa gabaa
kan dhiyeeffatan taʼuu isaanii isin beeksisaa, waldichii kun walitti hidhaminsaa gabaa qaama biroo waliin
walitti hidhaaminsa gabaa (market linkage) kan ummataan yoo taʼu caalbaasii bahee kamirratiyyuu
dorgommuu waan barbaadaniif isinis kanumaa hubachuudhaa deeggarsa barbaachisaa taʼee akka
gootaniif kabajaan isin gaafanna.

Nagaa Wajjin

You might also like