You are on page 1of 7

Guyyaa……………………………….

 Waajjiraa Kantibaa Magalaa Duukaam tiif


 ,, Daldalaa ,, ,, ,,
 A/Taayitaa Galiiwaan ,, ,, ,,
Duukaam
Iyyatoonii maqaan kenyaa harmaan gaditii caqasamee heyyamaa daldalaa
basuun daldalaa Jiimaa gurguruu irraatii boobanee kan jiru yoo ta`u sababaa
dhiibee kooronaatiin kan ka`ee manii daldalaa kenyaa ji`aa tokkoo ol kan nu-
jalaa cufaamee waan ta`eef nu-jalaatii maatiin buluu hedduu yoo ta`uu hojiin
dhabachuu isaatiif rakkoo guddaa keessaa galee jira.
Halumaa kanaan rakkoo nutii kessaa jiru kana mootumaan nuuf hubachuun,
daldalaa nuutii irraatii bobanees hojii jiimaa gurguruu malee qamaasisuu ykn
shiishaa xuchisuu waan hin taaneef namoota jiimaa qamasisaniif shiishaa
xuuchisaan waliin ilaalamnee manii daldalaa kenyaa waan nu-jalaa cufaameef
rakkoon kun nuuf hubatamee akka manii daldalaa kenyaa nuuf banamuu
gafachaa, nutiis dhibee koronaa kana ittiisuuf labsii yeroo hatatamaa
mootumaan baasee kabajuun hojii kenyaa kan seeraan daladaluu ta`uu kenyaa
dursinee kan waadaa galuu ta`uu kabajaan ibsinaa.
Nagaa Waajjiin!
Maqaaf Maallattoo daaldaltoota
Lakk Maqaa Laakk. TIN Maallattoo
1.
2.
3.
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
11.
12.
13.
14.
15.
16.
17.
18.
19.
Guyyaa……………………………….
 Waajjiraa Daldalaa Magalaa Duukaam tiif
Duukaam

Iyyataan aanaa………………………………...……………………… heyyamaa daldalaa


basuun daldalaa Jiimaa gurguruu irraatii booba`ee kan jiru yoo ta`u sababaa
dhiibee kooronaatiin kan ka`ee manii daldalaa koo ji`aa tokkoo ol kan najalaa
cufaamee waan ta`eef najalaatii maatiin buluu hedduu yoo ta`uu hojiin
dhabachuu isaatiif rakkoo guddaa keessaa galeen jira.
Halumaa kanaan rakkoo aanii kessaa jiru kana mootumaan naaf hubachuun,
daldalaa aanii irraatii bobanees hojii jiimaa gurguruu malee qamaasisuu ykn
shiishaa xuchisuu waan hin taaneef namoota jiimaa qamasisaniif shiishaa
xuuchisaan waliin ilaalamnee manii daldalaa koo waan nu-jalaa cufaameef
rakkoon kun naaf hubatamee akka manii daldalaa koo naaf banamuuf ji`aa
tokkoo ol hojjii dhabuu koo kana akkaa A/T. Gaaliiwaan M/Duukaam fi akka
naaf bareefamuu gafachaa, aaniis dhibee koronaa kana ittiisuuf labsii yeroo
hatatamaa mootumaan baasee kabajuun hojii koo kan seeraan daladaluu ta`uu
koo durseen kan waadaa galuu ta`uu kabajaan ibsaa.
Nagaa Waajjiin!

G.G
 A/T. Gaaliiwaan M/Duukaamtiif
Duukaam
ቀን………………………………………
የቤት ሽያጭ ውል
ሻጮች፡- 1……………………………………………..
2…………………………………………….
አድራሻ ፡-
ገዥ፡- 1……………………………………………..
2…………………………………………….
አድራሻ ፡-
ይህ የቤት ሽያጭ ውል ስምምነት በፍ/ብ/ሕ/ቁ 1679፤1680፤1731፤2005 መሰረት የተፈፀመና በተዋዋይ
ወገኖች መካከል ሙሉ እምነት የሚጣልበትና በሕግ ፊት የሚፀና ሰነድ ነው፡፡
እኛ ሻጮች በአንደኛ ሻጭ ስም ተመዝግቦ የሚገኘውን በ……..ካሬ ሜትር ቦታ ላይ አርፎ የሚገኘውን ቤት
በሰሜን…………………………………... በደቡብ……………………………………. በምዕራብ
…………………………………በምስራቅ………………………………………… የሚያዋስነውን
ለውል ተቀባይ /ለገዥ/ በብር 1,100,000.00 (አንድ ሚሊዮን አንድ መቶ ሺ ብር) የሸጥን ሲሆን የገንዘቡን
አከፋፈል በተመለከተ በዛሬው እለት የሽያጩን ብር 1,100,000.00 (አንድ ሚሊዮን አንድ መቶ ሺ ብር)
ተቀብለን የቤቱን ሙሉ ዶክመንትና ቤቱን ያሰረከብን መሆናችንን በፊርማችን እናረጋግጣለን፡፡
እኔም ገዥ ከዚህ በላይ በተገለፀውን መሰረት ከውል ሰጪዎች ላይ በአንደኛ ሻጭ ስም ተመዝግቦ የሚገኘውን
በ……..ካሬ ሜትር ቦታ ላይ አርፎ የሚገኘውን ቤት በሰሜን……………………………..
በደቡብ…………………..……….…………….በምዕራብ…………………………..………በምስራቅ
………………………………………… የሚያዋስነውን ከውል ሰጪዎች ላይ በብር 1,100,000.00 (አንድ
ሚሊዮን አንድ መቶ ሺ ብር) የገዛሁ ሲሆን የገንዘቡን አከፋፈል በተመለከተ በዛሬው እለት የሽያጩን ብር
1,100,000.00 (አንድ ሚሊዮን አንድ መቶ ሺ ብር) ከፍዬ የቤቱን ሙሉ ዶክመንትና ቤቱን የተረከብኩ መሆኔን
በፊርማዬ አረጋግጣለሁ፡፡
ይህንን ውል ለማፍረስ የሞከረ ወገን በፍ/ብ/ሕ/ቁ. 1889፤1890 መሰረት ውል ለፈረሰበት ወገን 50,000.00
(ሃምሳ ሺ ብር) ለመንግስት 30,000.00 (ሰላሳ ሺ ብር) ከፍሎ ውሉና ገደቡ ፊት የፀና ይሆናል እንጂ ውሉ
አይፈርስም፡፡

ውሉን ስንዋዋል የነበሩ እማኞች


1.
2.
3.
እኛም ምስክሮች ከዚህ በላይ በተፃፈው ውል መሰረት ሻጮችና ገዥ የቤት ሽያጭ ውል ተስማምተው
ሲፈራረሙና የሺያጩን ክፍያ ገንዘቡን ሲቀባበሉና የቤቱን ሙሉ ዶክመንትና ቤቱን ሲረካከቡ አይተን
በምስክረነት ፈርመናል፡፡
የሻጮች ስምና ፊርማ የገዥ ስምና ፊርማ
1………………………….. …………………………
2…………………………..

You might also like