You are on page 1of 12

InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii

በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Guyyaa: 03/01/2016

Giddu-galeessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Jimmaa tiif


Jimmaa
Dhimmi: Guddinaa sadarkaa gaafachuu ilaala
Akkuma beekamu guddinni sadarkaa qorattootaa akkaataa qajeelfama raawwii guddina sadarkaa
qorattootaa fi dursaa qorattootaa yeroo isaa eeggatee keennama jiraachuun isaa ni yaadatama.
Haaluma kaanaan ani obboo Aabbuu Dadoo Ilmii qoraata gidduu galeessaa qorannoo
mahaandisummaa qonnaa Jimmaa kan tahee yeroo turmaata barumsaa digirii lammaffaa (MSc.)
xumuree waan gara hojiitti deebi’eef, akkasumas raga guddina qajeelfama sadarkaa qorattootaaf
barbaachisaan guutee waan jiruuf, kanumarraatti hunda’uun sadarkaa guddinaa akka naaf
eeyyaamtan kabaajan isiin gaafadhaa.

Nagaa Wajjiin!

Aabbuu Dadoo

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________
Instiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa tiif

Finfinnee

Dhimmii isaa:- Gaaffii Guddinnaa Sadarkaa Qorataa Ilaala

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalamettii akkaata qajeelfama raawwii guddinna qorattoota bara
2007 fi 2010 ergameen sadarkaan guddinna raawwatama akka jiru beekamadha.

Haaluma kanaan guddinna qorataa kan nama tokkoo akka armaan gadittii guunnee erguu keenyaa
ibsaa, IQQO’n sadarkaa guddinna kana akka nuuf raawwatuu kabajaan wajjiin gaafanna.

Maqaa Saala Qorataan gita amma itti argamuu Qorataan gita itti
Qorataa guddachuu qabu
Gita Mindaa Gita Gita itti Mindaa Yoom Kana
amma amma kana guddachuu argachuu jalqabee argachuuf kan
itti argatu yoom qabu qabu guuttachuu
argamuu jalqabee qabu
argate
Huseen Dhi Qorataa 10521 1-11- Qorataa 13462 29-03- S/ Barumsaa
Boonaa gargaara 2010 deeggara I 2015 MSc, Qorataa
II gargaara II
ta’anii waggaa

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

3 kan
tajaajilee.

Maqaa Koree Guddinaa Qorattoota Gahee hojii Mallattoo

1. Aadam Tibbeessoo Walittii qabaa ___________


2. Geetuu Tolosaa Barreessaa ____________
3. Wasiihun Mitikkuu Miseensa ____________
4. Muniiraa Yaasiin Miseensa ____________
5. Mariyamaa Abamacca Miseensa ____________

Nagaa Wajjiin!

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________
Qaama dhimmi ilaalu hundaaf

Dhimmi isaa: Deegarsa gaafachuu ilaala

Akkuma armaan olittii ibsamuuf yaalamettii Giddu-galleessi Qorannoo Mahaandisumma


Qonnaa Jimmaa technolojii adda addaa madaksuun ,kalaquunii, fi fooyyeessuun qonnaan
bultoota biyya keenyaa gargaara jiraachuun isaa ni yaadatama. Haluma kanaan ammas teeknolojii
raastuu aannanii (Milk churner) kalaqee qotee bultoota godina Bunnoo Baddallee Agarsiisuu fi
hubannoo uumuu irrattii argama. Isinis kanuma hubattanii deegarsa barbaachisu akka nuuf gootan
kabajaan isin gaafanna.

Nagaa Wajjiin!

G/G

Garee mahaandisummaa qorannoo omishaa boodaa fi kurfeessa omisha qonnaa tiif

Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Inistitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa tiif


Finfinnee
Dhimmi:- Guddina sadarkaa obboo Huseen Boonaa Waaqoo gaafachuu ilaala

Akkuma beekamu guddinni sadarkaa qorattoootaa akkaataa qajeelfama rawwwii guddina sadarkaa
qorattootaa fi dursaa qorataa keewwata 6.4 tiin yeroo isaa eeggatee kennamaa jiraachuun isaa ni
yaadatama.

Haaluma kanaan qorataa giddugaleessaa keenyaa kan ta’an obboo Huseen Boonaa Waaqoo
barumsa MSc isaanii waan xumuraniif guddinni sadarkaa isaanii guyyaa gara hojii isaanii deebi’an
guyyaa 29/03/2015 irraa eegalee akka hojjemuuf gaafachaa ragaa barbaachisu guca armaan gadii
keessaatti guunnnee Qaboo yaa’ii koreen qulqulleessituu guddina sadarkaa qorattootaa qabate
fuula tokko (1), joornalii fuula shan (5) fi proceeding fuula Afur (21) waliigalatti fuula Diigdamii
Lama (26) xalayaa kanaan walqabsiisnee eerguu keenya ni ibsina.

Maqaa Sadarkaa Gahe hojii Sadarkaa Sadarkaa Mindaa Mindaa


barumsa irra jiru itti guddatan argachaa itti
Lakk

jiru guddatu

1 Huseen MSc Qorataa QG-II QD 10,521 13,462


Boona Gargaara II
Waaqoo

Nagaa Wajjin!

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Obbo Tashoomee Waaqayyoo tiif

Dhimmii: Bakka bu’iinsa hojii ilaala

Akkuma armaan olittii ibsamuuf yaalamettii guyyaa 24/12/2015 irraa eegalee hojiif waan deemuuf
hojii keessan irrattii dabalataan dursaa garee qorannoo mahaandisummaa oomisha boodaa fi
kurfeessa oomisha qonnaa fi qindessaa workshooppii taatanii akka hojjatan bakka isin buusuu koo
kabajaan isin beeksisa.

Nagaa wajjiin!

G/G

Bulchiinsa g/galeessaatiif
Bulchiinsa humna namaatiif
Bulchiinsa qabeenyaa fi faayinaansitiif

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Nagaa Wajjiin

Guyyaa:29/09/2015

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Hojjattoota Workshooppii Sibiilaa Giddu-galeessa keenyaa Hundaaf

Akkuma beekamuu shooppiiin keenyaa hojilee qorannoo fi baay’isaa teknoloojii adda addaa
akkatumaa karooraa isaaf qabameen hojjachaa turuun ni beekama. Nutis haaluma kanaan
gamagama qorannoo akka naannoottii gaggefamee boodaa (regional review) hojiilee baay’isa
teeknolojitiif dursii akka kennamuu gareelee qorannoo wajjiin dubaannee hanga guyyaa har’attii
hojjatama tureera. Haa taa’uu malee hojiin akkataa barbaadameen hojjatamaa akka hin jirree karaa
addaa addaatiin gamagama gaaggeefameen hubatameera. kanaafuu nutis kanuma illalcha keessa
galchuun adeemsa keenya jijjiruun barbaachisa ta’ee mul’ateraa. Kanaafuu guyyaa beeksifnii kun
bayee jalqabee hojilee jiran akka armaan gadittii qoodneerra. Sagantaan kun iyyaata gaafa guyyaa
29/09/2015 isin dhiyeefatan booda sirrayee kan baye ta’uun haa hubatamuu.

Wixataa_ Roobii: Hojiilee baay’isa teeknoolojiittu hojjatama


Kamisaa fi Jimaata: Hojiilee qorannottu hojjatama
Sagantaa baay’isa teknoolojii marsaa 2ffaa

Lakk Maqaa Hojjataa Maqaa teeknolojii baay’ifamuu Guyyaa itti dhumu


1 Addisuu Dinqisaa PTO maize sheller 20/10/2015
2 Malkamuu Zawudee Multi-crop thresher 20/10/2015
3 Ittafaa Caalchisaa Multi-crop thresher 20/10/2015
4 Ingiduu Abarraa
5 Wonduu Massalaa
6 Najib Abagoduu

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

G/G

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Lakk Maqaa Qorataa G/galleess Gahee E-mail Bilbila Mallattoo


a hojii
1 Huseen Boonaa JAERC Qorataa husenifnaan@gmail.com 0910795134
2 Yaa’iqoob Docaa JAERC Qorataa yakobdoca2022@gmail.com 0947885082
3 Tashoomaa JAERC Qorataa teshomewakeyo57@gmail.com 0910378280
Waaqayyo
4 Daniel Bekele JAERC Qorata dnlbkl12@gmail.com 0937750764
5 Lamma Gutama JAERC Qorata lemigada@gmail.com 0917839357
6 Qamaru Dalacha JAERC Qorata kemerud2012@gmail.com 0917066900
7 Kumale Sadesso JAERC Qorataa kmlsadeso@gmail.com 0924903122
8 Aadam Tibbeesso JAERC Qorata adamtibesso2007@yahoo.com 0916790581
9 Abbuu Dadoo JAERC Qorataa abuhu2008@gmail.com 0910858206
10 Xibabuu Abbaabuu JAERC Qorataa tibebuababu2016@gmail.com 0916885505
11 Waasihun Mitikkuu JAERC Qorataa wasihunmitiku@gmail.com 0935074578
12 Takkaa Tasfayee JAERC Oorataa tekamen@yahoo.com 0911838594
13 Tolosaa Birhaanuu JAERC Qorataa tolasaberhanubenti@gmail.com 0922954054
14 Rabbirraa Wirtuu JAERC Qorataa rebiraaga@gmail.com 0929416953
15 Abdusalaam Aliyyii JAERC Qorataa abduselam466@gmail.com 0921705977
16 Annanee Gammada JAERC Qorataa ananagemeda7@gmail.com 0947215465
17 Roobaa Adunyaa JAERC Qorataa demelashadugna95@gmail.com 0940936956
18 Huseen Abbagissa JAERC G/G/gall husnhussen@gmail.com 0917801056
eessaa
Gaggeessaa G/ Galeessaa tiif
Gareelee Qorannoo tiif

Maqaa Qorattoota G/galeessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Jimmaa

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com
InstiitiyuutiQorannooQonnaaOromiyaatii
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center

Bilbila 0471110855/2424 ስልክ0471110855/2424 Tel 0471110855/2424


Lakk.sand.po. 386 ፖ.ሳ.ቁጥር386 Po.box386
Email: jaerc2010@gmail.com

You might also like