You are on page 1of 3

Muslimni obboleessa muslimaati.

*Hadiisa
kana
abuu
hureyra`aatu Rabbi isaraa haa
jaalatuu nuu odeesse
*Wanni inni je`e
*Ergamaan
Rabbii
nabi
Muhammad
rahmataafii
nageenyi ,isaafii ,aalii isarratti
haa jiraatu akki je`e
*Yaa gabroottan Rabbii wal hin
waanyinaa takkaa wal hin
hassadinaa qananiin obboleessa
keessani ,akka irraa deemtu ,
hin hawwinaa
*Wal
hin khadda`inaa fakkeysa`aaf

nama waa bitu`uf ,waa gatii, godhuutti jiru,kan abbaan meeshaadhaa,


dhibbattin sii gurgura je`uun,kan namichi bitu`uu deemu ,lakkii
shantaman sii kenna je`uunitti, dhuftee , nama gurguru, gargaaru`uu
jecha, saddeettaman sii kenna , yoo jetteen , kan bitii garaadhaa hin
qabne , namicha bitu jaynoomsu`uuf deemta malee , dalagaa tun {
najshii } je`amti , akkana jechuun: nama bitu san gowwuumsu je`amti
sun isa duchiiftee , waan bitu`u hin muratin bichisisu`uuf deemta. kun
waan Rabbiifii namnilleen jibbuu , irraa fagaadhaa .
*Waliin hin oodinaa walirraa

hin citinaa
*Ammas bitii walirraan hin
bitinaa
walirr
aan

bituun , nama tokko kan
meeshaa takka gurguru`uuf,nama bituun gati`irratti, wal tayaniin,
dhuftee nama bitu`uu deemu saniin naatu, meeshaa, akkanaa tana gatii
tanaa gaditti ,sii gurguraa dhiisi jettee, isarraan isaa gurguru` jara wal
taye adda baaftee akkasuma walirraan bituun hin gayu naatu gatii
tanaa olitti sirraa bitaa hin gurguriniif jettee eega wal tayanii adda

baasun haraami ammoo odoo isaan gati`irratti wal hin tayin yoo taatee
haraamii miti biti`irraan waa bituun akka dabarsine kana .
*Yaa
gabroota
Rabbii
Obboleeyyan walii tayaa,akka
obboleeyyan wajji jiraatanitti
wajji jiraadhaa jaalalaan wal
tayu`uun,garaa
walitti
tolu`uun, wal gargaaru`uun ,
waan gaari`itti wal gorsu`uun
, walii tumsu`uun .
*Muslumni
obboleessa
muslimaati
*Muslimni muslima hin
miidhu hin cunqursu
*Isaaf
tumsuu
dhiisee
,adawwiif isa hin kennu , yoo
gargaarsa isarra barbaade
,haa gargaaruu jechu
*Muslimni
muslima hin
kijibsiisu ni dhugo`oomsa
jechu` , ammallee muslimni
kijiba muslimatti hin odeessu
dhuguma itti odeessa jechu
*Muslimni
muslima hin
xiqqeessu hituffatu isarra ifin
guddisu muslimni an nama
biraa kan muslimarran caalaa
hin yaadu
*Nabi Muhammad S.A.W.
akki je`e isaa qoma ifitti
akeeku{sodaan Rabbii asi }
hoggaa sadii deddeebisanii
je`an
*Ammas
akki
je`an
muslima
xiq-qeessun
, balleessaa yookaa sharrii
guddoo diliin isi`ii nama isii
dalageef
geessu
,kan
balleessu`uuf geessu

*Wanni namni islaamaa qabu


hundi, nama islaamarratti

haraami
*Dhiyni islaamaa ,nama

islaamarratti
haraami,
ajjeessun, takkaa dhawuun
hin gayu
*Horiin

muslimaa
muslimarratti
haraami nyaatun hin gayu ,
yoo inni garaa gaari`iin isa
kenne malee.
*Ammallee gurri muslimaa

muslimarratti
haraami
hamatu`uufii , arrabsuun hin
gayu.
*Hadiisa kana muslimtu
.
odeesse

You might also like