You are on page 1of 2

Guyyaa 24/4/2009

Kantibaa Bulcinsaa magaalaa Bishooftuutif


Bishooftuu

Dhimmi:- Komii dhiyeelluu ilaalata


Akkamaa armaan olitti ibsaamuuf yaalameti nuuti waldaan I/W.galaa kaleeb fi shimalis
jedhamnu bara 2008 gurmotne hanga ammatti hojjii dhabnee raakamnuu kan caalbaasii guyyaa
15/03/2009 ijaarsaa daandii koobilii ganda 02 tageenyaa 525m ta’e irratti dorgomne gatii
1,225,123.4 TOT kan meane ta’ee osoo jiruu koreewwaan teekinika sababa adaa ta’e
dhiyeelluunn nuu kafisanii waldaa biraaf dabarsanii kennanii jiruu.

Sababni dhiyaate kun raga hundeeffama waldaa hin guune jechuudhaan garagalchaa guyyaa
20/4/2009 komii keenyaa irraatti nuuf ibsaan jiruu kun kan dhugaa irraa fagaateedha. Nuuti
garuu raga hundeefama waldaa kana waggaa tokkoo ol yoo ittin doogomny yeroo tokko illeen
kan ittin hin kufnee ta’uu keenyaaf raga guutuu gabna. Kana malees orijinaa isaayuu dhiyeellaa
osoo lundeenyuu piroojeektii gatii foya’aa ta’een mo’anne akka seera qabeella hin taneeti fi
sababa beeksisnii isaan itti baasanii nuu hin gaafanneen, sanhyyuu raga gafatamne orijinaala
isaa dhiyeessuu osoo dandeenyuu ilaaluu hin barbannuu jechuu dhaan nuuti akka kafnuu tanee
isaan aldaa ofif barbaadaniif dabarsan, kennanii jiruu. Kanaafuu rakkinaa koreen ijaarsaa
nuuratti uumee kana kabajaman kantiba bulchinsaa magalaa Bishooftuu Doktor
gadi tageenyaan nuuf ilaalanii furmata akka itti nuuf kennaniif kabaja guddaadhaan isaan
agata’nnaa.

Dabalatanis ragaan walda akka mo’atu godhame kuun nuuf ilaalamu barbanna.

Maqaa miseensota Mallatoo W/I/W/gala


1. Kaleb Mulugeta Kaleb fi Shimalis
2. Shimalis SShibruu Managera
Kaleb Mulugeta

Phone No. 0910 27 08 42


0910 27 42 90

You might also like