You are on page 1of 3

IBSAA GABAABAA TAJAAJILA KEENNINUU

Biiroolee Oromiyaa naannoo Sarbeetitti argamaaniif tajaajilaa konkolaataa qulqulleessuu keennuuf


waldaan keenyaa hunda’uurraa jiru kun karooraa yeroo gabaabaa godhatee, karooraa yeroo dheeraa
keessaatti immoo hanga suphaa konkolaataa fi jijjiiraa zaayitaa konkolaatatti guddiisuuf kan
karoorfannee jirruudha.

Tajaajilaa armaan oliitti eerree kan tajaajilaa konkolaataa qulqulleessuu kanaan, carraa hojii hanga nama
10 oliif banuurraa darbee, Konkolaataa qabeenyummaan isaanii kan biiroolee Oromiyaa ta’aaniifillee
harcaatii yeroo fi dadhaabbii dabalataa konkolaataa qulqulleesisuuf mudaatuu hundaa hambiisuu fi
dabalataan immoo hordoffiif illee daraan mijataa kan taasisuudha.

MAQAA WALDAA

CAASAA HUNDEEFAMA WALDAA

Waldaan keenyaa dargaggootaa feedhaan gurma’aanii hojjeechuuf waliitti dhufaanii kan dhaabbatee
waldaa itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee (plc.)

Barreefama hundeefamaa Waldaa Hojii Gamtaa Konkolaataa Qulqulleessuu


ittigaafatamummaan isaa murtaa’ee

Keewwata, 1, Maqaa,lammumaa fi teessoomiseensotaa

Keewwata, 2, Maqaa fi teessoo waldichaa


2:1 Maqaan waldichaa Walda hojii gamtaa Itti Fayyadamtootaa hojjatoota mootummaa
magaalaa Buraayyuu fi naannoo ishee jiraatanii itti gaafatamummaan isaa kan murta’e
jedhame waamaama.
2:2 Mirgi miseensonni akkataa barbaachisummaa isaatti teessoo waldichaa jijjiruu ykn dame
banuu akkuma eegametti ta’ee Teessoon waldichaa Magaalaa Buraayyuu Ganda Gafarsaa
buuraayyuu ___________________

Keewwata, 3 Daangaan Hojii Waldicha


Bulchiinsa Magaala Buraayyuu keessatti gandoota Gafarsaa buuraayyuu, Buraayyuu kattaa
Bahaan Daandi Kessa Keessaa
Lixaan Daandi Kessa Keessaa
Kaabaan Daandi Kessa Keessaa
Kibbaan Karaa Asfaltii

Keewwata,4 Faajjii Waldichaa

4.1 Chaappaan Waldichaa Maqaa fi Faajjii waldichaa kan of keessatti qabu ta’a

Keewwata, 5 Kaayyoo waldichaa


1.1. Omiishalee qonnaa fi bu’aa warhsaalee itti fayyadamtootaaf barbaachisaa ta’an
bitudhaan miseensootaaf gatii fooyyaa’a ta\een dhiyeessuu dhaan miseensonni
miidhaa qaala’iinsaaa gabaatiin irra qaqabu akka dandamatan gochuu
1.2. Meeshaawwan barbbachiisan, gatii fooya’aa ta’ee fi Yeroo barbaachisaa ta’etti
fayyadamtootaaf dhiyeesudhaan gabaa tasgabeessuu
1.3. Aadaa qussannoo baballisudhaan Jiruuf jireenyi miseensotaa akka fooyya’u gochuu ;
1.4. Miseensootaa fi hojjaatoota naannoo waldichaaf tajaajila hawaasuumaa adda addaa
kan akka mana Lukaandaa ,idddoo bashnanaa, olmaa da’immanii fi kkf keennu
1.5. Ijaarama daldalee ammaayyaa hordofuun dorgommii diinagddee fayyaalessa uumuu;
1.6. Miiseensootaaf tajaajila liqii fi qusanno kennu ,hoji dhabdootaaf hojii uumuu
1.7. Hojjatoota mootummaa gidduutti aadaa wal-tumsuu fi waldeggaruu akka dagaagu
barsisuudhaan aadaan waliin guddachuu fi wal-jaallachuu haawwasichaa akka
gudatu fi cimmu gochuu
Keewwata, 6 Hojjiwwan Waldichaa
1.8. Miseensooni mi’oota dhumaataa jireenya isaanif barbachiisan naannoo isaaniitti gatii
wal- Madaaluun akka argatan gochuuf hojjachuu
1.9. Miseensooni fi hawaasa naannoo miseensataa ta’aaniif omishaa bayyiina fi qulqullina
qaban akka argataniif hojjachuu
1.10. Adeemmssa keessa Industiri xiqaa hangaa guddattii fi suupar maarkeetii adda
addaa banudhaan galiin waldichaa akka guddatu gochuu
1.11. Waa’ee gatii qulqullinaa fi itti faayadama omishootaa odeefannoo sirrii qabaachu
fi fayaadamtootaf keennuu;
1.12. Sochii daldala biyyaatti keessatti hirmaannaa guutuu gochuu;
1.13. Miseensootaa, geggesitoota waldaa fi hojjeetoota qacaramtootaf baruumsaa fi
leenjii qopheessuun kennuu;
1.14. Hojiiwaan kaayyoo waldichaa galmaan gahuuf barbachisoo ta’an kan kan biroo
hojjeechuu;

You might also like