You are on page 1of 22

Boj,)=';" ,.

:",~·I"ot"In",•• i'laannoa (kmniy""lli


n 10
I! "'U' 1l~~ h A'" 'I! ""1., "'''' _ 1"~~(
- ,hi;"" E'!IJmk S.""",; n Misooma
fT",M.~n(K~~ 1~"';>-IH"''''I'I-!1.C:
!Jail"e,,)"" Nomaa
'('1'('~ (~i!.1'lx n n )

Ttle Oromb NOli"o.1 l'kgion.1 Gontllillell'


Ru,'c"" of Puolic Service "nd Hun,""
He''''''T<- [)o,'dopmom
.Hur,n nee (,\dd i. Aboba)

Gllyyaal", 1 I [)ate 1£221 '41 ¥

Haalurna kanaan. hojjettootaa mootummaa manneen hojii haaraa hundaa'an Walitti


Makamanf fl Walirraa Adda Ba!:la~eessattl karaa loogii lrraa bilisa ta'een lttoorninaa fi
hojirnaataa irratf hunpaa'.!Jun~gi;o~t;/Jbj~
caasaan isiniif hayyamamee irratti ulaagaaJee

h\ I',",d",,,;, " I'00,,,,,;;;0.;;;;;;;.,01',' s.",;


Q,•••.
~"' .• N,,,,,,
"H", '" ,.~~""' no,' •• ~
"A'H'".,~, ,;"G<o"o""h 'PI.'. n,"d,,·,
""'." AC" '" " ••• ., 'J" '0<
"

dandeettiiwwan barbaachisoo jsaa )liqqaa mala qabxiin hojll madaaluuf


sadarkeessuu(JEG) fayyadamuun ramaddiin Isaarui akka gaggeeffamu taasisuuf

qajeellamni raawwii ramaddii hojjettoota mootummaa qophaa'e [ira.

Kanaafuu, qajeelfama raawwii ramaddii hOjjettootaa kana amanarnummw f


ofeegannoo cimaan hojiirra akka olc\litan ibsaa, qajeelfama fuula digdama (20) qabu

kart isnii! erginee ta'uu ni beeksifna.


"Nagaa wajjin"

II , ,•
GIG
Waajjira Pirezidaantiitiif. \:;.,
en-co Maallaqaatiif. ~.-
Manneen Hojji saearkea Naannoo Jiran HunOaatiif.
Finflnnee ......••.
Waajjira Hoogganaa aurootttt-
IfA Hoogganaa Bilroo fi IIGaafatamaa Damee Ijaarsa oeoceeeuntt-
BPSMQNO

---
BUROO PABLIIK SARVIISU FI MISOOMA
QABEENYA NAMAA OROMNAA

QajeeJfama Raawwii Ramaddii Hojjettoota Manneen


Hojii Haaraa Hundeeffaman, WaIitti Makamanii fi Adda
Bahan Gurmeessuuf Bahe

Onkoloolessa, 2014
Finfinnee
Qajeelfama Lakk. 18/2014
Qajeelfarna Raawwii Rarnaddii Hojjettootaa Mannecn Hojii Haaraa
Hundeeffarnan, Walitti Makamanii fi Walirraa Adda Bahaan Gunneessuuf Bahe
Gahmmaa fi bl,'"" qubeessu"''''"a Q"","olee raawwachiiftull llloalu",maa ,,",mnichaa ,akslla'm1l1
akba!aa illlammllata, tarsi;",,,,, fi broara lllOO!lllllm"agaJII"'''" gnhuu fi sadarkaa fedhii unlJnataa
llanllllichall dabulaa dlwfcw w~bimuu da"da'Llllll ilTa deebiin 1l12J111eell
hoj;; SllL'IlICeSSmm
XUL"",-al11ee
moamnlJllaadh"an wa""lllirbma'ed;

Ramnddiin hojjeuootaa lll'U1l1eenhojii lllootllllll1laa haaran illmdeeffaman, walitti makaman fi


~ddaall bahan kccssarti hojjeuoorni kama 100Sii irma bihsa ta'een, iftoominaa fi ltojimaataa
irratti iUUldaa'UUll r~maddiill isaruui akb gaggecffamu taasisuun barbanchi,aa 1~'GC
argamcera.

Haatuma kannnn, Labsii Hojjettoota Moot[,mlllHa N~~lll100 Oromiyaa Lakk.2l5/2011


keewwata 97 keewwal~ xiqqaa Ztiin ftl!!1gooBliroo Pabiliik Survii~ii fi Misooma Oabccnya
Namaatiif kemMllleen (jajedfanmi raawwii ratuaddii iloijettootaa kana baa""~ra,

KUfAA TOKKO
Haala Waliigalaa
I. Mata Dure Gabaabaa
Onjeelramni kUIl "Qajeelfama Raawwii Ramaddii Hoijettootaa Manneen Hajti Haarna
HundeeifaIDWl,Walitti Makamanii fi Wa!irraa Adda Bal1aanGurm=suuf Babe Iakk. 18/2014~
jcdhamee waamnmUll ni danda'n.
2, Hiika

Akkuntnall jcclllchaa hiika biraa kan kelHli,iisllUf yeo ta'e malcc, qajeelfanta kaml
keess"tti,
1) "Biiroo" jechuun Biil'OOPabililk Sarviisii fi Mlsooma Qnbe.enyn Namaa Mootuttunaa
Nammoo OrollllyaatL
2) "Daarektara yookiin nursaa Garee Qabeenya Namaa" jechuun mmmeen hojii
mootlllll1l]aa tokkco tokkoo kccssutti yookiin akka barbnacJ1l511111l1laa
isaatli wiirtnu
tajaaJlIa waliinii tokko kccssatti jalqabaa ha1l3a dhurnaatti ogeessora yookiin hojjcttoota
hojiile.~hoggausa qaheenya nanmn raawwutan kan gaggeessu yookim qindccssudha.
3) "Daarektoreetii yookiin Garee Hojii" jechuull hojiilee jalqabaa hmlgll dhl1!11aattiakkn
rallwwatnn 1IIlItnhojienootaa qabachuun erganma fi l11ula'ata IHl!!1ithojicliaa galmaan
galutuf kan gurmun'an jechuudhe. ~"",.~A' ••••~
r".. o#"'';~-;: '~n~~;,
1Ii
1 ~~;S ~1- "!:"'.
~ T,,~,h",o ~"~"",a * c J. ~,~
tt
~~A r!nn~."." R,,"~"
r,llr.
DhimCl'lon" ~,·v1l ~"t.,;;.;; ~ l-:; ~;.
i~..,c.
(,",0"·,
y."~.
'!

. ~.

'~'
y:',c.:! '
~~"
4) "Dandeettil Barbaachisaa" jtchllllll gila hojii tokkoof sadarkaa fi gosa barnootaa
nkkasuruaas lllHU""111100hOjli barbilachisaa isa xiqqaa kallattiin gaafatall1l1 jechuudha.
5) "Gila Hojii" jechuun hojjetaa mootunnuau tokkoof yeroo hOJii guutuu kee.'SMti
raawwatamuuf hojii fi itti gaafatanmnunaa qaama aall$ol' qabuun kennamuudha.
6) "Hogganaa Ol'aanaa" ,1CChUllll Malia hopi Mootummaa Naennichaa sadarkHa
Sadarkaan jiran olaanhmlllllmdhaan kan gaggeessu ykn IIAantota isaanii jeclulll dha.
7) =Hojjetaa Mootummaa" jechuun llama m!l1111hojii Mootu1111llaa naanuichaa keessatti
dhaabbataall qaxaramee hojjelulldha.
8) "Kerce Ramaddii" jeclmun mannecu hojii sadarkaa sawu-kHan jiran kce,""atti akkaataa
lllaagmt ramaddiif qophaa'eeu hojjettoot~ waidorgoll18iisee rall1~duudhaan yaada
murtii hoogganaa yookiin itligaafatmn;la olaanaa llHllla hojichaatiif dhiyeessuuf koree
dhaa bbatc JecllUudlm.
<) "Kcree Komii xeessummeessaa" jechunn komii dhiuuua rnmaddii hoJjattoolaa irratti
ka'an ilaalchi,ee qlllqulees.",udhaan yaada murtii hogganaa olaanaa mana hojichaatiif
dhiyecssuuf kor~e dhaabbate jechuudha.
10) "Koree Olaanaa" jechuun haala waliigala ramaddichaa kall hordof'un fi ltoojjettoota
mana hojii isaanii kccssatti rautaddii dhaball sadarkaa hundccffume hundatti akka
ramaddii argat"l1 kan taasiisuudha.
11)~La.bsii" je'Chuu11 Labsn HOiJettllllla Moohlllllllaa Naannoo Owmiyaa Lakk.215!2011
jechuudha.
12)~Mana Hojii Mootummaa" jechuun Labsiidhaan kau hundeeffalllec fi b"ajata
mcotuuuuaan rsuuadantuun ka!l buill Man" Hojii Mootununaa Nmullloo Oromiyaati.
1:1)"Muwamnoo Hcjii Barbaachisaa" Jee!mull ral11addii gita hOJli tokkooi'raawwatamu
inatti nUUlXaU!lOOhojli fi iitigaafatanllllnmaa gila hojjichaa waliin walitti dhufccnya
kallattii 'lab!!" fi tajaaji Ia hojii kana dlll'a kClIl1ameeli kunfame Jee huudlta.
J4)"Ramaddii" jechuun git" hojii ban"" irratf gurmaa'insa C"-HS<llI haaraatiin hojjctaa
ramadu U jechuudha.
I 5) "Shallaggii" jechuun hojjetaall sadarkaa gila hOjli irratti ramaddmull danda'u kan hill
jirre roo Ia'e yookiin olka'iinsi sadarba gita hojii irrarti rfim"daHlUl.lf eeyyamaruc yoo
daanges5c sadarkaa gita hojii olaanaa uTaui r~madame~ mindaml ji'aa amma argachaa
jiru irma shalla:sa1llee kan kaffnlamaafii akkH hojjctu ramadame jechuudha.
3. !bsa Koomiyaa
Qa.icelf!lllla kana keessattljcchoomi koomiYd!l dhiirantim ibsaman dubartiis 11ldabalatu.
4 Daangaa gaawwetiinsaa
I) Mmlncell hojii lllOo!UlllllUlanaannichaa haaraa lumdeeffaman yookiinguutummaall
gllllluutti walilti makatllan ycokiin gartokkeeu kan walil!i makaruan yookiin dameen
walirraa adda bahan yookiin dameen wfllitti Illllbman yookiin anngoo fi hojiiu
mana hojii birnaf kennnmcc fi
2) Manneeu hojii ntootuuuuaa biroo gurmaa'insaa haaraH kanaatiin aangoofi hojiin
isaunii hin tuqamue keessatti sadm'ima rcaannoo in-au kaasee akknntaa
barbauchisutnmua is""tti hauga caasaa l\ukhil11sa Candaatti I'RRwwalinsa ni
qabaata.
5. Kaayyoo qajeelfamichaa
1) kaayyoo GOOI"OO
Ram~ddii hojjattoota caasaa 'lomlllloo ga'ulllsaa fi bu'm, qabee1>"Unllnali manneen hojii
mcotuuuuna llililnnichaaliill haaraa l1Ulldeeffaman yookiin guutummaan guu!lIlltti
wahtti makaman yookiin gar!okkGen kan walitti makaman )'ookiill dameen walirrna
IIdda baltan yookiin damcen walitti rnakatnan ycokiin aallgoo fi hojiin mana hojii
biraaf kcnnmne irraui hLlndaa'\lLldhaan IKlJLil'moolcbuudha.
2) kaayyoolee ccorce
a) Rumaddii hojjattoota manneen hojii hojiimaata ifaa hordofcc akka gagseefamu
gochull,
11) Ramaddiin gaggceffamu loogii inaa bilisa taasisuu,
c) Hirmaanaa hojjanootaa fi ruanneen hojii haala rnirkaneexsuu ramaddii
ran '''\V~cllllll.
d) Adeelllsa ramaddii hojjatfootaa gaggeefnmn hoJiuttooL.9.hundaaf carraa walqixa
kennuu dandcesisuuf
G. garbaachiieummaa Qajeelfamichaa
I\ojiimaataa hOJjnttooln; manncen hojji suutuumagu\l!lIutti wa1itti makaman; lllanlleen
hojii walakkaan adda bahall11j lll~11lleen hojii haaraa hundaa'an; manneeu hojii iddoe
adda addaatti qoodautauii fi manncell hOJI; Sad(lrkHan isaanii jijjiirallic ittiin
ramadam~all diri;rslIlili hojiirl'a oo\chlluf ta'a.

y".;~",,~1',"~rl"
I"
••a AHn~,"
""~·nO" R;;'~o [,lIG j
nll;"'''''~'' ~,,"i',",,·oj_;;3\
KUfMLAMA
Qajeeltoowwan gu'uuraa fi Adeemsa Rarnaddii Hojjettootaa Mootununaa

7. Qojeeltoowwan Bu'uuraa hordofamuu qabu


1) Ho)jclaan gila hojii tokkc inalli dor~~onm!lflllaagaatee dundeettiiwwan barbaachisaa
~itm hO)I; gaafatu isa xiqqaa ZlltllullUW gUlllutli ,l;u,Hee argamuu 'lava.
2) tio.Uclaatl tokko nmuxannoo hojii ii sadarkan barnootHa qabullll sadarkaan gila hcjil
Slluhm danda'u 0800 jil'll Sila hojii ol'aHna" irralli shaltaggiin UOl'gOllllluSra'ce

ramadanllUl Zonklllllaa hill dauda'u.


3) fuUlHlddiin ga:5..~eeffanllm dorgommii irratti kan hundaa'e la'uu 'laba.
4) Ramsddiin Snggedfamu haala 100Si; irrdl'1 biltsa ta'ee, iftoonrinaa 'labu fi
ittigaafali!!11Unllllaa Illirkane,;ssecn maWWal!lnlUU qa ba.
5) Hoiieta!ll1 tokko sabab~ Saraa garaen dorgollHlliif ga\maa'uu yoo bailie koreen
ramaddii ragaa yookiin piroofaayilil isaa il'ratti hundaa'uun dQrsomsii~e,' ramaduu

qaba.
6) Ramadcliin kan Susgeeffanlllu ,aclarkan .,;itoota hojii ol'aanaa irma jalqabee han:.;a
gitoo!a hoj;i gadi sannatti kan raa""vatalllU ta'a.
7) kamaddtin gugseefalllUli kutaa yookiin .,;ila hcjii kanaan dura irratti hOjjalaa luran

irratti dorgolll1l1ii hcrdotce ta'uu qaba.


i» Dorgonlmii rall",cldil hojjattootaa sasgeeffamu adecmsa wal duraa duubaa qujcdfama
kanaau taa'ec hordofec ta'uu qaba
s. Haaldureewwan guutamuu Qaban
1)Ramaddiill 0500 hill &a&'I;ceifami11 dura haala wauigala qajcelfumichaa irratti
hOgsa11iootaa f hojjattootaaf hubanuoo uumuu;
Z) KOl"cewwan ltoju kanaaf barbaachisnll akkaataa qajeclfauta kamwliill 11l1ndces~ull

fiqajedfatna hoiii kennllu;


RagaHlee fi piroffiayilii hojjettootaa kulaa hoosgansfi qabecll)"'\ namaatiin qmdaa'ec
hojjetaa hunduan akka mallattaa'u taasiSlIl,n kcree rmnaddiif dhiycessuu.
4) Gitoota hojii mana hojjichaa caasaan hayyamalllee fi dal1dceltiilvwnn b1ll'baachisaa
waliin brlkk.a hojjetaan IIl·SUUdanda'utti maxxansuun ho.ijettoonni akka norgomen
becksisa dorgommii iddoo lfa !fl'dti lllaxxlIllSuun guyyaa hojii sadiif akka tnru laasislI!l;
"j Akkaataa tecksisaa nsaxxanfame [!Talti ibsameeu hoiieltoolaa dor~ol\\l11iif dhiyaatan

Salmeessuu ti . """"",,.. •
6) BII'au Jl\adaallii ,.afiwwii hojii hojjeltoolua 'I' ~"llG-;",\jih\~nlii'ma)1H hOJlichaaliill
. ~ f'," .N "

, rf,,-
nurkanan'e gama Hooggansa Qabeeuya NUl auJ:.i.itl$ol'~eR.amaddiitii! fibal'suudha

G
-
"

~'~
..
: ..1
-
"'i"f
. ~.:..'ic~

---------------- ---
9, Adeemsa Raawwii Ramaddii Hojjettootaa
I) Mannccn hOJii hsaraa lmndu'an
Maunecn hOjli qOl'allllOO gUl'lllaa'insaa fj Lab~ii Qaall10lee Raawwachiiftuu
Moctunuuaa rcaannoo O,'o'lllyaa Irra Deebiin GUl'!!IetO~Suufi aangoo fi hojii isaanii
murtecssuur' bahe labsil Lakk242!1014 tiin haaraa hundeeffaman ramaddiin
hoiicttootaa akkaataa armaau gadiittii kan maWWlltallll.! m'a.
a) Ramacldiill hojjettootaa mmmeen hcjii sadarkaa naannoo irraa kaasee hanga caaS!lU
isaa!),i gadiiftii bifa walfakkaatUUll mawwatallll!ll qabu.
b) Ramaddiin manlleen hojil haama kanu keessatti gaggeelfamuu hojjettoota mana
hojil duraan hojiin kUI\ keessa lure keessatti kaJlattiin isaan ilaallatu fi inani
hoJjechaa tlltaniif dursi kennanmufli 'l"ba.
c) Kan qubce "b" jalatti ibsantc akklllllR jirutti la'ee gitoota hojii hanna hufan irratti
korecu ol'aanaa SHdark"Rn jim hojjettoota ulaagalce guuran dcrgomsiisce ni
ramada.
d) Kan ql!bee "b" fi "c" jalatti ltu"'nne akkwl1a jirutti la'ee, giloola hojii deeggarsaa
in-atti n'aJl)lCell hOJli walitti makamanii fi wafirraa add" bahuun mana hojii birootJi
makantanijf dursi kennantcc ka" rall1aduman ta'a.
2) Manncen hojii walitti makarnan
a) Mannccn hojii walitti makruuan keessatti ranmddiin hojjettootan yeroo gaggeeffamu
ilolicttootlli Daayirektoorcctil yookiin Garee hojii iJoo inntti ramadamanii hcjjechaa
truun gita Itojii !willian duraa Seeman dorgomanii qabatanii fi mindaa argachaa
mrau qabatanii kan ranmdaHlllll ta'a.
b) Git(}()ta hojii deeggarsaa irratti hojjettootni manneen hojii Iamaa fi iSM 01 walitti
!tlakaman I::ee'~alli hOJJedma luraniif dursi kelll1Hl1Uwdhaan !wrlla loogil irraa
bilisa tn'een dcrgonuuii llTatii Imnda,,'uun kart ramadaman tn'a.
HaJJli ruawwii i5a!!5:
(it) Daayircktcrri Daayircktern walfakkaalaa waliin;
(b) Qindeessaa yookiin Dursaau Garee, qindeessaa yookiin dursaa garee
walfakkaatu waliin;
(c) Ogee~si ogee.s"" waamanmi gita hojii ISHa ssdarkau walqixaa fi walj'akkaataa
waliin
(d) Ogeessoonni yookiin hojjettcotni decgsm·saa kanlleen biroo hojjcttoal:l
deeggarsaa waamamm sadarkaa ISaalll] II'sIqixallli walfukkaatu waliin
,-...-!..•. 'n
waldorgonmun kan ramadaman ta'a.
",.. \itil

):'j',M!.~' ~,.",~
.
~
~ .
'1'., '1""
I"
12 .
~ 'l"••~,I"""

,."-".~'"
•.
~~k"~1'

13,''''''
f' ,W,
... ,
s .r','
J. 1.;
_.-.'
,
'" ',e", "~',' .
\'Ih\m""O"" • ",', \.'" .,~ >i-
• •

.~) Manneen hcjii walin-aa adda bahan


iI) Mannccn hojii dameen adda bahanii mmll1~ell hojii birootti makaman sam
l'amaddli hojjenootaatti osoo hln galiin akkaataa sadarkaa fi baayina hunuia
!lamaa qaban tilmaama k€essa gatchuun hojjettDOti! haala walruadaaluu
dand,,'uUH addaan qoodanii dorgomslisuun ramaduu qabu.
b) Keewwatfl kana q ubcc "a ~ jalattii kau ibsamc akkllllili jirutti tn'ee, rnanrteen hojii
moctunuuaa waln-raa adda bahan kccssatti hojjettootni deeggarsaa sad",-k[UI
W!llllllamil gila hojii in-II jimn; in waldorgolllsilslmll kau ramadaman ta 'a.
d Keewwata kana gubee "a" ii "b" jalittti kan ibsamc akkuma jirutti ta'ee,
ramaddiin ga&9;ecffanm ssdarkaa ol'annaa irma jalqabee gera gadiitti kart
raawwatamu yommull ta'u, gitoota o]'lI!l1laa inatti dorgonmull kan mo'ataman
walduraa dUl!baml sadarkaa gita hcjii itti aanee gura gadii jim irratti
dorgomuun kan ramadaman ta'a.
4) Mannccn hojii Aangoc fi hojiin jl.iJlirame
Qorallnoo gurmaa'insa mallllUll hojiitiin, maJllleell hojii aangoo fi hojiin isaanii
gara l111tlllleell hojii birootti akka daiJalamu taasifaute mana hojichaa kccssarri
waantamni ogunuuaa walfakkaatu yoo jlraate ogeeyyiin jiran wal dorgommudhae»
IGm ra",adaman yomrnuu ta'u, ogunuuean walfakkaatu kan hill jirre )'00 ta'e, gita
hcjii isaanil qabatanii bn ramadamau ta'a.
10. Ramaddii Hojjelaa Ulaagaalee Barhaachisaa Hin Guunne
1) HojjGttoola dorgomanii lllo'al~mal\ii fi S<lbaba dhipluna caasaaliill gila hOJil irratti
rmuadaman dhaban gita hojil baUM argame irmtti ramaduun mindaa argachna jirall
qsbatanukan itt; t\d:111 ta'a.
2) Keewwata kaml keewwata xiqqaa 1 jalalti ILlmame ekku jirlltti la'ee, ho.ijettootm man~
hojichaa kee~~atti gila hOjjl i!Tatti ramadaman dhabame ragaalee barbaachisaa ra'e
wahin qindeessuudhaan gara koecc cranaa sadarkaan ltundecffumeetti erguucniaa»
maJmeell hojii biroo sadarkaa caasau bulchtinsichaatti argamecti akka ramadaman la'a.
11. Ramaddii Hoijelaa BarIID1MIrra jiruu
Hojjctaan 111mt;i yookiin beekamtii l1lootummaaliin sasantaa barumsaa yookiin !eenJii
wagsaa tokkoo f isaa oj i"Lldhaluin-a jiru gita hojii banaa ta'e irratti ramaciaillee mindaa
ji'aa arsachauJinl qabatcc k.nn tunl ta'a.

y"".;~.,..,~T",l<l""" Ak~"n"
t/~ t'o"~'na' "Ri,-no f, 'Jr,
[l!'im",""''' S:.,,;l ~",,·""i;

IZ. RlImaddii qaemotee neeggarsa Dabalataa Barbaadaniif Taasifamn


I) Rallladdiin hOJJettootaa yeroo 3"K,eeffall)1l du))m1ootaaf qabxiin sadii 0) dursee
i,\i!'1\1l1edi, qabxil wahisalaa caahuaa argatauiin yookiin dhiiraa qaama miidhamaa hill
tualle wal;lIl walqixa )'00 In'an du rsi dubartootanf kennmueefii knn rsuuadamau ta 'a.
Z) Ramaddiil1 hojjeltoolaa yeroo gaggeeffamu qaama miidhamtcotaaf qabxiin afur (4)
dnrsee ida'smccf'ii qabxii waliigalaa caalmaa argataniin yookiin tpama miidhatlma kml
hin taanc waliin walqixa yoo ta'an d'U"si qaanm midh~l1ltoot"af kennameefii kan
ramadaman la'a.
3) Hl~tietaan tokko deezzarsa dabalalaa lokkao oliin fayyadamaa yoo ta'e walcaalchisuuf
qabxii decg,garsa dabalalll1t aiaanaall tokko qofa ken qaba ruuuf ra'a.
4) Hojjettoonni dccg,gnrsi dabal"!",, t"a~ifHlllUUfdorgcrnmiidhaan qabxii walqixa ta'c yoo
al'gatan, s"dark.au bHrllootHa fi rnuuxennoo hojii isaaniitiin kan adda bahan ta'ee,
kanaan adda baa."'u" kan hill dauda'amne yoo ta'cc ntadaallii raawwii hojii kall walitti
CllLlnfuUlladdu baa5ulin IIi danda'ama.
5) Hoijrtaa deessar~i dabalataa taasifamuuf ukkaataa kcewwata bm. keewwata xiqqaa 1
hanga 4 jallliti tumameel1 adda baasuun kan hin danda'utlll1e yoo ta'e sagHlee caalmaa
kor~e ramaddiitiiu kau adda bahan ta'a.
13. Ramaddii Hoijetaa Yeroo Dorgomrnii Hin Argamnee
1) Ramaddiil1 mnnH hcjii tckkoo yfrOQ zagzeeffmllu hojjctaan I11Hllahojicilaa keessaa
hojjechaa turec sababa manni hojii ioaa beekuun leenjii gabaabaH yookiill boqollnaa
da)lUms~a yookiin Loqonnaa manni hojii keuneefiin yookhn hojii d,rreen Hrzamee
dorgomuu hill danaccoyc wamllieh" gochuufiin manni hcjii isaa dlll)'HHtee akka
dorgomu taasisuu qaba.
L) Akkaataa kecwwatn kana ket",",W"tHxiqqan 1 jalatti ibsameen hOJjetailn dhiyaatec
dorZOIlWu kan hin dandceuye )'00 ta'e koreen ramaddii ragaa qaba/amaa gnma
hOgs"""," <!a!;teenyanantaatiin dhiyaHtu irrai:tl hundaa'ee «orgoursnsce ni mnlHd,,_
14. Ramaddii Hoijetaa Naamusaan Himatamec
1) HoiJeiaa balleessaa naamusaatun shakbmee dhinuni isaa qulqullaa'aa pru, adeemsa
himannaa irra jiruu fi itti murlaa'ee hojiirra gaggccffumee ol'iyyannoo irtn kan jiru
dorgomec ramaddii a.-gHeln!!! 'IT"n 11mdhorkamu.
:0) Akkaalaa kccwwata kana keevvwaln xiqqaa 1tiin ramlldd,in erza gaggeeffameen booda
ol'iyyannoon hojjetiehaan dhiyanle kufaa yoo ta'c ra",addii!l ke!l!lame akkaataa murtii
kenna",uuliill kan Sil'l'ceft'amlLta'a.
1S. Haala Ramaddii Hojjetaa Dorgcmiidhaan Mc'atame
1) Hojjdaall gita hojii dorgome irratti lllo'atallle kOl'CCIlrallladdii gita hojii argatee irratti
dorgomsiiscc l1i rHlnad~.
2) K~e\'''w~t~ kana keewwata xiqqaa 1 jalatti kan iosame akkuma eegametti ta'ee,
sadarkaa gita haJii hcjjctan glUlte. dorgomnuin il'nltti ramadamu danda'u kiln hin jllTe
yoo ta'e, kOl'een ramaddii gita hojJi argatuc irratti dorgomsiiscc ramaduu qaha.
3) Hojjctaun akkaata~ kccwwuta kana kccwwata xiqq~~ in 2 jalatti ibsamccn rallladdii
<1rgadulll hill d~ndccllye, akkaataa qajeelfama kanaatiin koree ol'aanaa sadarkaan
llllr1deeffame mana hOJli hirootti dorgolllee akka ralllada111u ni taasisa.
16. Ramaddii Hojjetaa Qaxara Yaalii lrra jiruu
Hojjetaan qaxara yaahi isaa hirt Xlllllllrre gila hOjli irtatti (jaxaramee jiru rookii" gila
hojiika'lllllma mindaa ittiin qaxarameeu wnlqixa ta'e in-alii JamramadanUl ta'a.

KutaaSadi
Ulaagaalee Ramaddii fi Ulfaatina
17. Ulaagaa1ee Ramaddii Hcjjettcotsa fi Ulfaatina isaanli
Ulaagaalcc Ram~ddii fi "lfaatiina isaanii gncota hojil mana hojiitiif heyyamamanii ina)ti
ulaagaalce dandccttii gitootn hojiitilf guuramuu 'laban waliin ilnalamcc, utfaatinn
qabxiiwwan 1Ila~gaalee ramuddii kennaman haala armam] gaditti ibsamaniiu
fay~mdulllUlill kan ruawwatanm !a'a_
1) Hu'aa madaallii raawwii hojil qebxii gidduu galeessaa %40
al Hu'aan madaallii mmvwii hojil kan qabanll!u kan ycroo wahltii aan.>ee kiln wa&'I;"a
lUllll!ayookiin bn'M madaallii raawwii hoj;i marsaa af!!rii ta'uu qaba.
bJ Kall qubee "a" jalatt.i ibsame akkuma jirutti ta'cc, hojjenoota bu'aa ntadaallii
raa wwii hojii marsaa sadii 'lob qabaniif kun marsaa sadli qabuun kan hetregamuuf
ta'a.
c) Kan qubee "a" fi "b" jalatti ibli<uneakkmna jirutti ta'ee, hojjettoota bu'aa madaallii
raaWWIl hojii marsaa Inma qofa qabitlllifk~ll mar""a lamau qabuun kan
hcrregamuufta'a.
d) H03Z'mlootH mootunuuaa illl gaafatalllumnma in'aa ka'uun hojjel>Ulmootlllllllma
ta'mli) ralll~da111nnii bu'aa madaallii rHdwwii hojil armaau oiJitti ibsante kan lrin
'labile yoo ta'e, ycroo hoggansa irm turan lIlaciaalliin isaami yookiin madaallii
1111mahojii isaall hoggal1aa turan qabameelil.akl!n'. taman ni ta'a.

~?V;,:\"~"
fB~~;~~rt~
'" '\"
Q
~
y se' in
,"~,.,"
.l1i.-nc [.1jr· ':s~
i? ~• ~
Ii
§.'i.,~~
..
11i'.A'e"rr-~'",,,.il ~~Tri"'"
.• " <

--"
l'Ihi..-.-n"" , 'l;:~~_'.; •. ",.
'!,. '->. . -
-;,(;<>~> », ->. .,
r~

--
j;;" ~"~
;,;;.;;".~.:.
.
--
e) Kanneen arl11aall oiiiuii queee a, b, c, fi d walduraa duubaan ibsaman akkuma
jirutti ta'ce, ~ab~,ba amansiisaa fi quubsaa ta'een hcjjetaan ll1adaallii raawwii hojil
tokko ille~ hin qabnc qabxlill utaagaarce biroon %60 kcessaa nrgatan gara % 1OOlii
jiiiiirlllm km q~
bamuuf ta'a.
t) Bu'aa Illadaall ii raawwii hojil qabxii Sidd,lU gnleessaa O.4ll baa y'atee lam qaballlllllf
til 'a.

2) Sadarkaa bamootaa %30


a) SadarkmUl 1.11ll"llootaa1Ilaagaalee dnndccttiiwwan barbaachisoo isaa xi'lq~~
qorall1100 mala 'labxiin hojii madaaluuf sadarkeessuu (lEG)tiin taa'c akkunm
jimtli ta'ee, dorgomtoola walcaalchisllllf saclarkaan barnootaa akka lllaagRa
dOI'solllmii tokkctti "I qabama.
Sadarb~ bamootaa ramaddii Hojjettoota Moorununaa Naallnoo Oromlya!, bara
2014 qabxii 30% keessaa yaoo tokko qcfaaf ,tli qabamu.
W<k. Sadarkaa Barumsaa -I Qabxii 30% keessea
kennamu
, Kutaa 8ffaa kan Xllm'u·~ 3
2 Klltaa 9t"faa (! 1tI,,) "kart XlIl1ll!l"e 6
3 Kat"n l Offaa (!2ff~~ l'kan XlUlll1l"e
, 10+ I yookiin bawmsa Ogunuuaa n
9
12
Teeknikaa sartlfikcctiin kan cebbifume ykn
-rn- irma kall ecbbifnme, yooknn Kolleejjii
wasgaa I !f" law Xlllllllre, yookiin Level-I
kan XllmUlire
5 10+2, yookiin Kolleejjii w~ggaa 2'1•• kan
1"
xlIlllllre, yookiiu Level-Ilkan XlImlillre
G • Dippiloomaa kollccjjii yookiin Bam 1996 ts
irra~ eegatee 10+3 hin !0+3 hill yookiin
Level-Ill kan xumuurc

• Ilal·UIllSHSadarkaa 2ffaa erg" XIIlUU[,ree


boom, yuunivursi! Iii yookin kolleejJli
irma bertuusa waggaa 3 kan xtunuure
, Dippilocmaa ol-aanaa kollccjjii yookiin 21
LeveUV hill kHl1XlilIllmre yo~,:~a·rlJn.l~,!:

/7<7~
(2
\~~,n"
,w.
~~.~~
r;t'"~~
..
.,-'-'-"'

!-'f

~f'~~A·'-{*.
~ ~ ,~(I"'" '"
'i••.;~"" !
1\",""" . , . f
11' "'~~''''''
1)1,;","""" !".,.'
., ....,
~",.,.-,
! ~
~ 0,.. q'"H". \\. ~ ~•
.p~';"'.
"", P1,tb\>-
1II0\ •••• ~, ••,~
~.",
.: '

~
Sadarkaa Zffaa ersc XUlI\Ulll'ee booda

Ylllll1il'ar~lilii yookin kollecjjii irraa harumsa


wagsaa4 \can xuruuurr
Z4
8 Disirii Ja\r]llbaa kanncen qaban
Digiiii Lalllaffaa k.mmcen qftban
zr
9
Di~rii Sadaffaa \canllcen qabau 30
;0
.. ' ..

QabJili 20% Keessa.a Kennamu


Muuxannoo Waggaadhaan
z
,
3

,
3

r
a

y".-;~...oh1'".1<1,.",~,,~,n.l' ,,
II' "_"~_n.' 11;;-0" r, lie; *
[I~h""'""" !'l"-;' ~OT'·;:o"

-------------------
b) Hcjjctaan adabbii naamusaa cin]aan adabml1f $uyyad adabbiin itti kenname
irma kiln Iakkawanm ta'ee, wnggna shan(5) boodn. akka nkordiitti qaternce
qabxiin Irma hin ilir'ifanlll.
Haala qabxiin qulqulllna kuusaatiif 10% keessaa iui kennamu
Lakk Tarkaanfii.Naamusaa Fudhatame Qabxii Qabxii 'W '==
hir'ifamu k="
, Adabbii Illindaa ri sadarlma hojli irraa gam bu'uu ,
i'ti nlllrtaa'e "
a Adabbiinhanga mindaa ji'a ,adii Imn itti lllUl1aa'e a z
a Adabbiin 1,llng" Inind,,~guyy~a kudh~ ,han (15) C ,
kall ilti 11Illrtaa'c
, Adabbiiof·ee.gmllloobarreeffalllaan kennmne. , C
s Of·ceganllooJl aillnii barreeff"Jl1"ayookiin qaooo z a
yaa'iil1ke1ltlllmee
C Riktm:liinadabbii tokkollee!.:anirra hin jil"t"e 0 io

KutaaAfur
Hundeeffama !Coreewwanii fi Aangoofi Hojii lsaanii
lS.Hundeeffama goree
1) Koreeww1n lutndecffaman kanneen hojjettoota manneen hojii waliui makaruanii fi
walinua adda bahau tilmaarna kecssa $alchuun kanla bakka bu'insa manneen hojii
knnueen mirkaueessuun hnndccffamuu qabu.
2) Kcreewwaan armuuu gadii qajcelfa",a kmman kan llUlldeeff!llll!ltlta'a:
a) Koree Ramaddii;
b) Koree Komii Keessununeessaa fi
c) Koree Olaanaa
I :>. Misecnsota KDreeRamacldii Manneen Hojii Sadarkaa. Naannoo
Korc.en Ramaddii baay'illa miseensota torba (7) oikccssaa qabu sada•.kaa Manneen Hojii
NamlllOOakkaataa armaan gadiiui hundccffamu ta'a.
I) Hoo:;Z~l)ma yookiin Ittigaafatamaa malta hojichwtil11 tall bakka b11'\1 namoota
lama ..... (Walitti Qabaa fi misccnsa tokko)j
21 ... MisefllSot!lj
3)
20_Mi.~cnsota Koree Ramaddii Manneen Hojii gadarkaa gujchiinse Godil1lUliee,

l\.1agaalootaa fi Aanaalee
Koreeu gamaddii barryina miseensota lorba (7) cikeessaa qabu sadarkila pulchlinsa
Godinaalee, Magilaioalaa fi Aanaalce akkaataa armaan gu([iilti kau hUl1dceffall\\! ta'a.
I) !tti;i',!wfalamall Wa:ljjil'a pabliik Sarviisii fi Misoruna Qabeenyaa Naruaatiin kan bakka
lm'll )1>ltnlltokko ... ,.Walitti qabaa.
z) Ittigaafatamilil WailJjim Bulchiiusaa yookiin Kantiibilatiin tall bakku bu'" nama

tokko .Miseensa;
3) Mana hojii ramaddiin itti gaggeeff~n1l! irma kiln bakka bu'u nurua tokko ..Miseensa;
4) Hojjettooil! manueen hojii akknataa daangaa I"aawwa!iinsa qajcelfallla kanaan
ramaddiill gaggeeffanllluf hunda inaa walilti dhuflUln kau filatan namoota sad;i

tokko dubarfii .... Miseensota;


S) Waajjiil'a Pllbiiik Sarviisii ii Mi,oonl'1 Qabeenya Nalllanrrau kan bilkka bU'll

.... B"rree$saa fi ll1i~e{'nsil.


2 I. Ulrulgaa.lee Pilannoc Miseensota goree Ramaddii
1) l-la~la walligala mana hojii, ganee luana hojicbaa, kutaatec hojii fl hoji1l'/wan
hojptaman irratti jrubannoo ni qabn jcdhamee kan itti amanamu;
2) Labsii, dmnbii fi qajecllamocte raawwii hogg~nsa qabcenya naruaa irrarti hubannoo

gahaa kanneen 'laban;


3) Amnlaa fi uaamusu gam-ii kauneen 'labani) fi mana hojichaa fi hojjetaa buaui

fudlmtama kannccn qnban;


4) tlaalchaa fi gocha kiraa sa~~aabdtumnaa irraa bllisa kanneen ta'anii fi iccitii hojichi

barbaadu eeguu kanneen nanda'nn;


5) Bnlleessaa Ilaamusaatiin himntaJllee kan hill adabantue yookiin yon a([ilbamee juaate

},croo udabbii isaa kau x~lInlLre;


6) Hojjattoota mana hojlchaa walqixa il~alil jedhamec kan ltti ilmallam~l;
7) Hojjelaa dhaabbataa fi malla hcjichua keessatti yookiin mana hojii rnootuunuaa
biroo kee.:;satli w~ggaa iamaa fi 01 kiln lajilajile;
S) Raawwii hojii, kellllllrlSa tnjaajilalRllnniitiif quu'lllmila fi takkceuyummaa kanneen

'laban;
~)) Al"and~adrla nddaa irma bilisa kiln til'e fi
hojjachuu
tojkoree keessaui hojjachnnf fcdhii
kallllecn danda'an ta'llli 'labu.

--- --
22..Itti waarnema Koree Ramaddii
Illi waamamni Koree Ral1laddii:
I) Manncen hojil sadarkaa naannoo hogzunaa yookiinittigaafatatuan mana hojichaatiit;
2) Mannccn hojii sadarkaa Oodinaa, Magaalaa yClokiillAanaa itti gaafalamaa waajjira
Pabli,k Saniisii ii MiSOOll1aQabeenya Namaaf la'a.
23. Aangoo fi Hojii xoree Rarnaddii
1) Sagantaa l"amaddii <Jophe~sslilldhaall illigaafalamaa mana hojiif dhiyeessce erga
mirkanaa'e booda ramaddi, hojjeltootaa ni gaggeessa;
2) DorSOlmnii Sl!"lla meeriitii hordofee akka raa\\"vatamll barreeffamaan regaalee
gUlltallltil1 qaban qindecssee ni qabata;
:1) Rasaaken hojjetfootaa gamH Hooggansa Qabeenya Namaatiin gurmaa'ee aida!
dhiyautlmf IIi taasisa; sn-rununaa isaa ni sakatta'a;
4) Rasmtll hCljjelaa ifa hin taauee fi shakkisilsan tn'c yeroo qunnamu karaa hoggansa
Qabe~llya namaatiin akka qulquHaa'lI ni taasisa; harbaachlsaa ta'ce yoo argame
bojjctlcha qaamaan rtniyeessisee ni dubbisu;
5) Akkaafaa ulaagea dOl'gonlllliitiin waldorgomsiisee kat! qllbxiii clIulmaa qa\Jl1 ni
ramada; ruruaddiiu Iwjjettootaa yamJlluu xunturamu yaad.a murtee hoogzanaa
yookiin utigaafatamna mnna hojiitiif dhiyeessee ni nnrkancessisn;
6) Adecntsa raawwii ramacdii kccssatti rakkoolec (]llllnaman, furrnaata kcnnarnee fi
kall lnmmaan oj ta'an irtatti gabaase y"l\Jo y"l"\.Xlll hoogganaa yookim
iltigaafatumaa Illana hoji iti,f ni dhiyeessa;
7) Dhhmnoctaa fi murteewwen rmlladdicila ilaallatan I.::amiyyuu hangs rnirkanaa'artii
ibsamauitti icciriin ni qlluata.
24, Aangoo fi Oahee Hojii Walitti Qabaa Koree gamaddii
J) Ramaddtin hojjetoota yeroo saganteeffante keessatti akb xumurarun koree ramaddii
III qindeessa, ni hooggana;
2) KOl-eeramaddii bakka bu'uudhaan walgahii fi l1",rii dhimma ralliaddii hojjettootaa
irrattiui hirmaata, paffii dhiyadl\llIf ibsa bal'ba.achisaa la'e ni kenna;
J) Rautaddiin y"roo geggccffamu ajandaan duraa 0500 hit! xumuramiin ajandaa haaraa
aida! hill eegalamne ni llIirl.::an~cssa;
4) Miseell,a koree ramaddii gidduutri garaaSarumaall yaadaa yeo jiraate nu-manta
kc'lllluudhaall akka w"lii3"lamu 1Il taasiss: bill humnaa 01 ta'e l1Oogg11l1aayookiin
.~..:t~
ittigaclfa\amaa mana hojic ha" tiif dhiyee~<:. fuqllailf .11~ka argatu ni taasisa;
c ••~' ::>:•••

r7
1/ "-~~
.s». ,,,.
~71T
/0// .;~B)'
!' ;:;
.'tf-~C-f' = ,'" ~.
~"~,.,,, J'i.~c"· ' !!"jf~:~
.. ~ ,..•~,I.""
V•• w'" lJ{'.
•. ~
~ .,
"'~/;
",,',·n' (, -1.!. _." ."' .• ,,".!.
\1. ""~~.p"."
<:•• ,.;' ~., ••• , ~~
•. ~"'"
1&,.0,.,.' ~ •
"L:__ "~b ' ", "1 •.••
_ ...••••••
»'''' .. ,. "',~,,-
.•••••••••
'""',,.:
~
...•••
~p.
..
5) Adeclllsa r~a'l'lWll rall\llddii iHalt; yaoo yeroodhaan hooz.gallaa yookiln
ittigaaf1l1alllaa mana ncjichaatiif gaball-Ia ni dhiycessa.
25. Aangoo fi canee Hcjii garreessaa goree gamaddii
1) QHUoo yaa'ii walgahii koree ramactdii guyyaa guyyaadhadll adeemsif~mu ni qabata;
l1nscensOlmi akka irratti wallaltecs,all ]1;taasisaj ofeegannoodhaan ni qabula;
2) Galmee dlnllnl1oo1a adda nddaatiif barbaachisaa la'an banuudhaall n; gurmeessa;

yalllll\\ULbarbaadamu ni dhiyecssa;
3) Hojjetloota dursee uunwdiill kenllClmeef tacaatii dOl'golUmi, itti aanlll1 keessa Hi
haqu; 110,ijctootadorgomlllli ilti aamHl u-ratti dorgO)11llUdanda'an mgaalee guuhm

gunneessee ni dhiyeessa;
4) Gabaasa raawwii ramacldii qindeessee ni qabata; \ajllajila barreeffama adda addan

nikenlla.
Zfi.Yeroodhaaf Miseensa Koree Keessaa Ka'uu
I) Walitli qabaan yookiin barrcessmm yoohin nnscensi korce kamiYYU1-1kal'-dhima3ma
ta 'e~.yoodll iyaale,l'anlllddii yookiin koruiin isaa yannlluu ilaalamu yookiin
2) j.]ojjclaan kaadhillwllwa la'ec ramacldiif yookiin komiif dluyaatee ruruaddiin yookiin
kOllliill ,sail ycroo ilaalillllU waliin walitti bu'iinsa yookiin firaa dhiigaa yookiin
fil'ooma tuudhaa f heerumaa kan 'labu yoo ta'e ycroodhaaf korce rHll1addii keessaa

ni ka'a.
2.t, Koree Komii xecssummeessa
Koreen komii kecssunllnetSsaa lJaayyitlill1lisecnsotH shall ofkeessaa qabn akka anuaan

gadiitti hHI llnndeeffamu ta'a.


II j\1.iseensota Korc~ Kornii kcessummeessa Sadarkaa Naannoo miseclisota shan (5) kan

of kccssau qnbll ta'ecj


a) HoownaR yookiin ltliZmlfatanma mana hojichaHtiin kiln bakka bu'u namoola
lama Walitli Qabaa fi miscensa;
b) Hojjettoo!nan knn iiilllalllan namoota lama tokko dubartu. . .. ,. ,.. ,.,Misceusota;
c) Qabeenya NatlHWirma kan bakka bu'u nnllW tokko .. , garreessaaf rniseensa.
2) Miseensota Korce Kotuii KCC5Slllll111e,cssaa
Sadal'ka" Ilulchiinsa Godina~l, MasaaL9.lI fi

Aanaa
Kore-ell komii kccssunllnecssaa sadarkaa gulchlinse Godinaa, Ma:;;aalotna fi Aanna
waajjira Pabiliik Sarvii,ii fi Misooma Qabecllya Namaa kHn hundeeffamu la'ee

llliscc)1soola shall (5) l1i qabmlta.


a) Ittigaaf:,tan1!la WaujJira Pilbliik Sarviisu fi MisOOlna Qabeenyaa rcamaatiin kan
baklullm'll nilllla lokko . Walittiqabaa.
b) Itligaafatanwa waejjira bulchiinsan yookiiu Kanliibaatiin kart bakka bu'u nama

tokko Miseel\SiI;
c) Mana hojli rnmaddiin itti gagge~fflllllu in-ca kan bakka bu'u nama tokko

..... Miscen~a;
d) Hojjettoota ma\1l1CCllhojii akka.ataa daangaa r~a\o\'\vatiinsa qajcelfama kunaan
ra ll1Hddiillgagsee!"famllu f hu uda irma walitli dl\\lhlllll kan filatan namoota laura

rokko rtnbartii ... Misccnsota;


c) waajjira Pabliik Sarviisii fi l\1.i:;ooma Qabeeny~ rcamaarraa kan bakka bu'u

...l\arrces~a~ ~agillec hin 'labile.


28.1tti waamama Koree Kcmii Kees8ummeessaa
I) Mann~ell hojii sadarkaa naannoo hogsa\laa yookilll ittigaafatnmna mana

hojichalltiif;
2) Milnncen hojii sadarkua ccdinaa, Magaa[,m ycokiin Aanail ittgaafatamaa waajjira

Pabhik Sal"ViiSlifi Misoo!l1HQabeenya Namaatiif;


29.Alingoo fi Hojii xoree Komii xecsscmmeesse
!) GlIyyaa koreeu ramadelii hojjettootaaf rmnaddii bceksise u-raa cegalee iyylllH kornii

ran11leldiibar •.eeffaman dlriyaatu ni sunata; ni qorala;


2) Koruii dlllya~tc adectnsa honlofame, ragaa dhiyautuu fi seera jim walbi!''' qabmll1 ni

xiinxala;
3) Komii dhiyantc CjlllqulleeSSliun yaada nm!"!ii waliin hoogs!ll1aa yookiin
ittigaafa!amar< mana 110jichHatiif dhiyee~s\lll\l ni mirknne<;ossis/!; l\lU!"tii kenuame
qaama kOlllii dhiyeesse barrecffama.all ni bccksisa;
30.Adeemsa Hojjetaan Komii Itti Dhiyeeffatu. fi keessummeeffamu
!) Hojjetaan kanllYY"U rauwwii ramaddii irmlli koruii )'00 qabaate komii isaa Koree
Kcmii KeeSSUlllll\eeSSaadhaabbatclli dillyecffatce nun+eo aTgaclumdhaaf utirga )11

qabaala.
2) Hojjcuoonlli M:mneenhojii sadarkaa kamiyyuu ina jiran keessalti ranmddii
keml~\nC i.-mlti komi! q~bu iyyma rsaa guyyaa mmaddicln hceksifarne inail ecgalee
barrfcffalll~an
gll)'yaa hojii sadi kcessutti Korec
dhiyecffachuu ni danda'a;

Y.";~",,~
"f.",ld··." .\H.··
ll~ 'h"~-,,"'R;··~'
r. TI~

------
3) Koreen konui Z,uyyila komiil1 barrceffamaall dhiyaat~d irma cesnlee Sllyyoota hojii
sadi keessatti qull1Lllke:;~e yaada I1mrlii watiin hoosganaa yookiin ittigaafatalmmf

dhiyeesslUl (pbaj
4) 11oo.s.:;amum yookiin ittiguafiltalllaan yaada murtii koree irraa dhiyaateef ilaalee
guyyooia hcjii sadi keessaui lllm'tii kennuu qaba;
5) Korceu !llU!,tii tlOsganaa yookiin ittigfwfatamua mana hojichna irma kelltlanlC
guyyaa hojii lama kecssatti qaama komii dhiyecssecf balTeelTamaan kerlfluu qaba,

:11.xoree Ol'a.ana.a
Korccn olaanau rallLaddii hojjattootaa akkaataa qajeclfama kallaan sadnrkaa caasaa
bulclllinsaa [mnda irratti sagzecffalllu olaantumlllaan kart hogzanll ta'ee, akkaataa

artuaan gadiln kan hundeeffamu ta'a.


1) Miseel1soota kOl'ce olaanaa Sadarkaa llaanl1ootti:
3) 1ttigaafatarn ..1.u waajjira Pirezidciantil ., .... \Valitli qaua
garrecssaa fi
b) J·lo8S~ll1aaBiiroo rilbliik Sarviisii fi Misooma Qabceuya Natuaa

c) llogganaa Riiroo Maallaqaa .. ,' Mtsceusa


el) 110gganaa Bi11'OO
Abbaa Alangaa .... ,. /I,.fiseen&l
e) IlogsantLlll Biiroo Dhinuua DubHrtooLau fi paa'tmaanii ..... , Miscensa
2) Sadarkaa gutcluinsa nodiuaalce, ;"Iasnalootaa fi Aanaalee
1) lltigaafatalll'w Waaiiira Bulchiinsa yookiin Kaantibaa .Walitti qaba
2) Ilti gaafalamaa WauJjira I'abtiik San';i,ii fi Misoonlil Qabeenya Nilmaa

gnrrcessaa fi misecnsn
3) Itljzaaf;!tamaa waajjira MallMpa. .., Miseensa
4) ltliSaafatalllaa waajjin-a Abbaa Alangaa ,.... ,.'. MiscClISiI
5) llLiSaafntulIlLml waajjirra Dhinuua Dubarloolaa fl Dua'immanu ..... Miseen&l

32. Aangoof hcjii goree Ol'aanaa


I) Ramaddiin hoJ.ialLoota akkaataa qajeelfallla kanaaLiin akka gilggeeffalllu kallattii ni

kenna.
Z) RmnJddi, 11ojjaLI"otaanlaautururnaan ni hogganu.
Raawwii r~maddii hoiiattootaa hordotun rakkoclce qunnamaniif [urmaata ni kenna.
31
llo,ijattoo\ni milladdii dltaban mana hojii biraa kces.satti Sama Biiroc Pabliik Sarviisii
" 11Misoonw Q~beenya Namauriiu fi caasaa iSM sadal"kaan jiraniin ramaddil ~kkH

argatan ni taasisa.
c 12
~
"."i~""~ 'l',,~rl"'" .l,kb""
11,\ ""ff~'n"' <\;'""" f,1W.
[1~;,",,~_"H
",.0;\ ~'T.."""

------

:1~~.
Guutinsa Yaa'Ii Koreewwenii
I) Hojiin KOL'eeWWaHllqajeelfama knnaau hunclaa'a;ll1iin raawwatanlu kanliiyyuu
miSGCnSOllnikoree hundinull bakka argal\lnnitti kan l'allwwatalllu ta'a.
2) Kecwwala kana kecwwa!a xiqqaa I jetatti kan tumame jiraatl1\lS, sababa jrumnaa
olta'een llllscensonni koree Y('Ohir'at~m, wnlitti qubaa dabalatee walakkaa Ii i~lIa 01
)'00 argaman yaa'iin miseensa kOfee akka guntuu te'etti fu.dhat3mee rautuddii

ga&;CeSsllllll ni danda'amu.
3) Keew\"at~ kana keewwata xiqqaa 2. jalatf lean tumall1e jiraalulls, bakka b,,'ola'i
llojjdloota kecssaa yoo xiqqaatc nanmi loklw argamllU gab".

34. xenniinsa Yaada Murtec


1) vaadonnii lllllTtce kor~cwwall qajeelf~111akanaan hundaa'aaniin kennanll! yookiiu
durbu \ull1dinuu haala waliigaltce '1abmlll yaad~ sagalee caalruaa fl.rgateetl akka

darbu Hi taasifuma.
2) Kcewwatu kana kecwvv3L.QXi'l'l3a ·1 jaiulli kan tll!llfl.111ejiraatuus, yaadni lllurtce
koree s.agalcen wal-'lixa 1'00 la'E, yaadni 111\lltcewaljtti 'labaa korediin dceU3r;ltlle

akka darbu ni taasifama.


Kutaa Shan
Gaheefi ittlzaafatamuntrnlll! Hooggantootaafi lttigaafatamtootaa
35_ Gahee fi IttizaaIatammununaa Hooggantootaa Ii lttigaafatamtoota Sadarkaan jiranii
Hooualltootni fi lttigaafatam\(JOnm Mnuneen llojii sadarkaan jiranii ganee fi dirqama

arm3all gadi; ni qabaatu:


1) Kor~c RUllladdii, Kcmii jcecssnmeessaa lllwdceffa111an ni deeggaru kallattii koree
Oiaatllla ilTaa kennamc hcjiirra oolchu.
2) paruaddiin hojjdtoolaa \1a31a broom,l fi ulllagalcc nHl1addiiliil1 ga&~eeffa)1ll!u isaa
ni nordoru; bakka hanqinni qunuamcui akkaalurna barbachisullllllaa isantti
qaaruoota dhimnu [Iaaluu qindoolllllllll f!mnaata l1ikennu;
3) Ranmddiill hojjettootaa mann hojii isaanii keessatti gaggeeffa!11U gahumsaa fi
sirrummaR kan qubu la'ull isaa )1imirkaneessu;
4) Hoog.l\ansa Qabeenya Namaatiin kuusaa hojjeltOOla sakattaasisliun 'lulqullinu
Kuusaa adds baasuuclhaan akka qophaa'u ni taasisu; raSaan qophaa'e 'la\Jutamlla Ii
sirrii la'itll isaa hojjettoolili akka irratti waliisalanil mirkaneesSill1l1i laasisu.
5) Ra1lladdiin yeroo gaggedf~nlU bakka hojii ui mijeessu; mee~haalec fi loojistiksii
ramaddiiiburbadlisaH
,~;~~
ta'an qophail'lIl1ii~t:a ui taasisu.

~
z?{?t3n
I'[?"
-_.-
P .<"~'I'
a~~<?
1.1.'
-
"'~~,_"
\.
-
1-
6) Dhiuuuoota hlllll!la koree ramaddiiti or ta'an yeroo dhiyaataniif Iurmauta
hatattalllaa ni kennu; ramaddilll yeroo qabamce kccssatti akka xumuramu hordcffii
bal'baachisaa ta'tm taasisu: raawwn isaas III gatuagamu; rantaddicha iliwluull ni
mirkanecssu.
7) Koree KccsslLmees,,,,, Konuitiin yaada nmrtil dhiyaatlluf qorachuun yeroo kaa'snneef
kecssarti llllLrtii ni kennu.
36. Gahee fi Ittigaafatamununaa Manneen Hojii Sedarkaa Naannoo
Manncen HOJli Mootunuuaa sadarkau neannoo irra [iran gahee hojii amman gadii ni
'1abaatu:
lJ Caasaa lsaanii sadarkaall jiruuf dceggarsaa fi hordoffii hojii ni taasisu;
2) Rakkoolee hojii Iweessatli qtumaman qaalllil dhinuui ilaallatu wahin funnaata 111
kennu ;
3) Sa~",ntaa raawwn ramactctiif tae'c ke.e'.",tti hcrdofuun q<lama dhhumi ilaalHuf
gubaasa nitaasisu.
37. Gahee fi Ittigaafatamummaa Biirichaa fi caasaajee Isaa Sadarkaan jiranii
secreta birootiin aangoo fi hojiin lliirichaaf keunamc akklmm eegamctti ta'ee,
qdjcelfanmkan~ hojiirra oolchuuf lliirichifi cnnsaan rsaa sadarkaall jim gahee fi
ittigaafatamunuuaa arl1mllil gadii ni qabilllt1l:
1) Qnjeelfamicha irratti hubanuoo ni llllma; ni hordofa; III deeggara; [celljil ni kenna;
2) Ramaddii gnggeeffamu irn,iti deeggarsaa fi hordoffli barbaachi~all ta'e ni taasisa;
bakka hsmiqinni <1lUlm,mettifurmaata fi sirreefauuu barbaachisaa ta'e ni kemm;
3) Caasaan Biirichaa sadarkaan jiru hsnla mnwwii ramaddichaa fi dhinuna hUJ111laa01
tn'ekan <]U11l1llmeyeo tn'e Biiriclta ni beebisa; dhinunoota biroo rarnaddichllllll
wnlqabatce dhiya~tl1 ni raawwttta;
4) Rallllldctii ~aggeeff"l1)u ilaalclusee razua qindecssee ni qabata; raawwli rsaes qaatua
dhinuua ilaaluuf gnbaasa ni dhiveessa.
5) Murlec fi lallttttiin korce olttanall taa'cc hojiirra III ooleha, gabaasa mawwii
rmHaddii koree olannaaf ni dlllyeessa
Kuma !aha
Tumalee Adda. Addaa
:,8. Dirqama Hojjctaa Dorgommiif Dhiyaale
HDjjalaan dOl'gOll1miit"dluyaatu kamiyyuu dirqmnaa fi illi,gaafatmllllllllllaa amman gadii ni
qabaatH:~ ""''''J':ioi=
n Ragaa bamootaa fi 111l1l1Xlllll100
hojii\'tf"~'~~;;;a;/~hiY essuu;

y~,
~ ~H,,~u
f/Z
.g\ .:<
/~:~J
Ti·' ",~~.~,. 11,',,,,, f' llr. 'l., K ,;,,"'
.•
Dhh"",--."" ~,,~;r
~.,..;,o'1
~<'l- <',.J""_:"~
/'t, ".... ".-,
"t,,"
i'!Jorr.
GJrn:
~C'
••..•• cyJ"

2) Ycroc taa'e keessatti dorgonuuiif galmnn'nufl clhiya"dUllI;
:{) I0Igaa barnootaa fi mUX,1lUlOOhOJii sobaa hoiietn~ll dhiyeeS$e irratti ocledf,1111100
kanqabll yoo ta'e qaama clhimmi ilaallatuuf eeruu kCl1l1l!U;

~) UIJH:sa3ww~an dorgonuniidhaaf barbaachisan (a'all guulee arg~mllu;


5) !(allladciiill liojjattootaa karaa haqa qabccssa ta'eef dor:solllmii iftoomina qabnun
akkaraawwatamu tumsuu, gochoota kHnfl- guiacllli'''"l irma of qusachuu fi
dee,'5Sal'sa bnrbaachisaa la'e hunda tan.li,<uu.
G) Sirn"l1nm~ piroofaayilii Isaa meuaucon nm-kanccssuu
39. Dhimmoota Dhorkaa 'ra'an
1) Hu'a" madaallii raawwii hOJii hojjctlool3 kanaau dUl'a turce qmdeessuun ramaddii
kanaaf ilti fuyyedasunu ",alee maduallii haaraa gagseesstlll!1 dhorkaa dlta.
2) Fooyya'nui barnootan ramaddii JEG yookiin: qorannoo gah,ullsaa fi bu'aa
qaoccsslllllllma booda dhiyaate qajcclfama hO&'I;""$" qabccnya namaa sara
illlddumtti bah",,,, kiln keessunuua'uu !,1'CC, ramaddii kauaaf fayyadamuun
dhorkaadhn
40. Dil'qama Decggarsa Kennuu
Q;wlllni kamiyyuu:
I) Dhinuuootn qajeclfama kana keessatti hannnaraman raawwachuu fi raawwachiisnuf
dirqama qaba;
2) Hojiin-a oohuau qnjeelfanlll kanfla!iif dirgHllm clceSZ""$;l kcnnu\l qaba;
3) Akkaataa qajeelfanm kanaatiin kan hin r~awwanne ya" ta'e b,,'ullm seera
rogurmuaa qabuun kan illigaitf~'wm\l la'",.
41. HaaJa Kaffaltii Mindaa fi Faayidaalee
l) Ramaddii kanaan waJqnbatee kaffaltii mindaas ta'e fuayidaaleen sababa rantaddii
killla1tll argamu Qajec!fa1ll3 !(aawwii HO,'5Sallsa Qabe.enya Nalllaa akka Naannco
Owmiyaalli gara fuula dlllWUli bahlllUl kiln nmrlaa'lIll fi rnewwatamu 1,1'a.
2) Keew\.valll kall~ kce\'vwatJl xlgqlla 1 pialti kart ibsantc akkmua jirutti t,,'cc, h"jje["aI!
hilii iyyUl! mindaa argachaajiru qabdtee gila )!OJ;iinatti ramadamc kan hojjctu la'",
42. Secreta Raawwatiillsa Hin Qabaanne
Qajcelf"llilli ycokiin barmaarilcen hojii qajeelfarna kanaan waltaailessan kallli)'}'liu
dhimmoola qajeelfama kana kcessatti halllma!aman !rl'aUi raawwa!iinS1l Inn qabaaran.
43, Guyyaa Qajeclfamichi Hcjiirra Jtti Oolu
Qajeeffamni kim guyyaa 12/02/2014 i''1"aa

Y."';~",,~,."~"••,, ~H,""
r'~ p,"~,~",R;;.~o f, fir.

You might also like