You are on page 1of 24

‫‪OROMO‬‬

‫‪OROMOO‬‬
‫أورومو‬

‫القواعد األربعة‬
‫التأليف‬
‫الشيخ محمد بن عبد الوهاب‬
‫الترجمة‬
‫صالح الدين أحمد‬
‫املراجعة‬
‫الداعية جمال محمد أحمد‬
‫وصمم من قبل مركز أصول‪ ،‬ومجيع الصور املستخدمة يف‬ ‫ِّ‬ ‫ُأعد هذا الكتاب‬
‫التصميم يملك املركز حقوقها‪ ،‬وإن مركز أصول يتيح لكل مسلم طباعة‬
‫الكتاب ونرشه بأي وسيلة‪ ،‬برشط االلتزام باإلشارة إىل املصدر‪ ،‬وعدم التغيري‬
‫‪Bismillaahi Rrahmaani Rrahiim‬‬
‫يف النص‪ ،‬ويف حالة الطباعة يويص املركز بااللتزام بمعايريه يف جودة الطباعة‪.‬‬
‫‪+966 504 442 532‬‬
‫‪+966 11 445 4900‬‬
‫‪+966 11 497 0126‬‬
‫‪P.O.BOX 29465 Riyadh 11457‬‬
‫‪osoul@rabwah.com‬‬
‫‪www.osoulcenter.com‬‬
HUNDEEWWAN AFRAN

SEENSA
Maqaa Allaahaatiin Eegala, Akkaan Uumaaf Rifataa,
Akkaan Mararfataa.
Rabbii Guddaa, Arjaa Tahe, Rabbii Arshii Guddootiin
Kadhadha, Akka Duniyaa Fi Aakhirattiis Isin Tiysu, Akka
Rahmata Isaa Bakka Isin Jirtan Hundatti Isinii Godhu.
Ammallee Akka Taatan Warra Oggaa Waa Arkate Galata
Rabbiif Galchu, Kanneen Oggaa Hamtuun Isaan Tuyxe
Sabbarru, Fi Kanneen Yoo Dilii Dalagan Towbatan.
Dhugumatti Wanni Sadeen (Kanneen Du’aa’ii Keysatti
Kadhataman) Kun Hundee Gammachuuti.
Rabbiin Isin Haa Qaceelchu: Gara Isaaf Ajajamuutti,
Gara Haniifiyaa Karaa Nabi Ibraahimitti, Ikhlaasa
Isiniif Kennuudhaan Akka Rabbi Qofa Gabbartanii Isa
Khophxeysuudhaan Diin Isa Qofaaf Gootaniif Jecha.
Akka Rabbiin Ol Tahe Je’etti
]56 :‫(ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ) [الذاريات‬
(Ani Hin Uumne Jinnii Fi Ilmaan Namaa, Akka Na
Gabbaraniif Malee.) Suuraa Zaariyaat: 56
Kanaafuu Wanni Rabbiin Si Uumeef Isa Gabbaruuf Tahuu
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Ega Beyte, Itti Aansuun Ibaadaan Towhiidaan Malee


Ibaadaa Akka Hin Taane Beeki, Akkuma Salaanni Xaharaan
6 7
Malee Salaata Hin Taanetti. Kanaafuu Yoo Shirkiin Ibaadaa
Keysa Seente Ibaadaan Sun Hin Qeebalamtu Akkuma HUNDEE 1FFAA
Najisni Xaharaa Oggaa Seene Balleysutti. Kaafiroonni Nabiyyiin Keenya (Sallallaahu Aleyhi
Kanaafu Shirkiin Oggaa Ibaadatti Laaqamte, Ibaadaan San Wasallam) Itti Ergame Fi Isaaniin Lolaanii Ture Hundi
Akka Hin Qeebalamne Fi Dalagaan San Hamtuu Tahuu Yoo Rabbiin Akka Khaaliqa Tahe, Akka Raaziqa Tahe Fi Akka
Beyte. Namticha Ibaadaa Akkanaa Dalagu (Tan Shirkiin Amriin Hundi Harka Isaa Jirtu Ragaa Ni Bahan, Garuu Kana
Itti Laaqamte) Warra Ibidda Jahannam Keysa Zalaalam Ragaa Bahuun Islaamummaa Keeysa Isaan Hin Neyne.
Taa’u Akka Tahe Beynaan. Oggaas Mata Duree Waa’ee Kanaafis Ragaan Jecha Rabbii Ol Taheeti:
Shirkii Kana Qo’achuudhaan Baruun Qabxii Murteysaa
‫(ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ ﯞ ﯟ ﯠ ﯡ ﯢ ﯣ ﯤ ﯥ ﯦ ﯧ‬
Akka Taate Hubatta. Sababaa Kana Dubbisuutiin Rabbiin
Hillima Shirkii Hamaa Irraa Si Tiysuun Ni Kajeelama. ‫ﯨ ﯩ ﯪ ﯫ ﯬ ﯭ ﯮ ﯯﯰ ﯱ ﯲﯳ ﯴ ﯵ ﯶﯷ‬
‫ﯸ ﯹ ﯺ ﯻﯼ ﯽ ﯾ ﯿ ﰀ ﰁﰂ ﰃ ﰄﰅ ﰆ ﰇ‬
Shirkii Baanee Rabbiin Ol Tahe Akkana Ja’a:
]33-31 :‫ﰈ ﰉ ﰊ ﰋ ﰌ ﰍ ﰎ ﰏ) [يونس‬
‫(ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ‬
(Ja’iin (Yaa Muhammad: “Eenyuutu Samii Fii Dachii
]116 :‫ﮖ ﮗ ﮘ) [النساء‬ Keysaa Isin Razaqa? Ykn Eenyuutu Dhagayaa Fi Arkaa
(Rabbiin Hin Araaramu, Waa Isa Cinaa Qabu Ykn Isatti Handhurfatee Qaba? Ammallee Eenyuuti Jiraa Du’aa
Sharraksiisuu, Garuu Waan Sanirraa Hafe Nama Fedheef Keysaa Baasee, Duu’aa Jiraa Keysaa Baasa? Eenyuutu
Ni Araarama. Namni Allaahatti Qindeeyse Dhugumatti Amrii Hunda Garagaggalcha?” Isaaniis Ni Ja’an:
Jallina Fagoo Jallate.) Suuraa Nisaa’a : 116 “Allaah” Atis Ja’iin: “Duuba Rabbi Hin Sodaattanii
(Qixaaxa Isaarraa)” Inni Allaaha, Rabbii Keysan Kan
Shirkii Duraa Bahuun Kan Dandayamu Hundeewwan Dhugaati. Eega Dhugaa (Kanaatii) Jallina Malee Maaltu
Afran Itti Aanan Kana Beekuudhaani. Jira, Akkamitti Irraa Garagaltan? Akkasitti Jechi Rabbii
Keetii Warra Ajaja Rabbii Dide Irratti Ragga’e, Isaan
Hin Amanan.) Suuraa Yuunus : 31-33
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

‫(ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦ ﮧ ﮨ ﮩ ﮪ ﮫ ﮬ‬
]18 :‫ﮭ ﮮ ﮯ) [يونس‬
8 9

HUNDEE 2FFAA (Isaan Ni Gabbaran Allaaha Achitti (Rabbi Cinaan),


Waan Isaan Hin Mine Fii Kan Isaan Hin Fayyadne.
Isaan (Mushrikoonni) Wanni Ja’an “Nuti Isaan Hin Isaan Ni Ja’an “Wantooni (Rabbii Cinaan Gabbaramu)
Kadhannu, Isaan Hin Gabbarru Rabbitti Akka Nu Kun Rabbi Biratti Nu Shafa’a”.) Suuraa Yuunus:18
Dhiheysanii Fii Nu Shafa’aniifi Malee’’ Asirratti Wanni Beekamu Shafa’aa Ilaalchisee
‘Rabbitti Nu Dhiheysa’ Jechuu Isaaniitiif Ragaan
Shafa’aa Gosa Lamaatu Jira:
Tokkoffaan Jecha Rabbii Ol Taheeti:
Shafa’al Manfiyyaa (Shafa’aa Dhorgamtuu Taate)
‫(ﮆ ﮇ ﮈ ﮉﮊ ﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ‬ Shafa’al Musbataa (Shafa’aa Hayyamamtuu Taate)
‫ﮔ ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦ‬
Shafa’al Manfiyyaan (Shafa’aa Dhorgamtuu Taate)
]3 :‫ﮧ ﮨ) [الزمر‬ Jechuun Waan Dandeytiin Harka Rabbii Qofa
(Dhagayaa, Allaaha Qofaafi Amantii Qulqulluun. Isaanowwan Jirtu, Waan Rabbii Achi Jirurraa Kajeeluu Ykn
Rabbi Achitti Waan Biraa Awliyaa (Jaalallee, Gargaaraa, Kadhachuu Jechuudha
Tumsaa) Godhatan, (Ni Ja’an) “Nuti Isaan (Waan Rabbii Kanaaf Ragaan, Jacha Rabbii Ol Tahee Kana:
Achitti Gabbaramu Hunda) Waa Isaan Hin Gabbarru, Akka
‫(ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ‬
Rabbitti Nu Dhiheysaniif Malee.” Dhugumatti, Rabbiin Isaan
Jiddutti Murteysuuf Taa’a Waan Isaan Keeysatti Wal Dhaban. ]254 :‫ﮜ ﮝﮞ ﮟ ﮠ ﮡ) [البقرة‬
Dhugumatti Rabbiin Nama Kijibaa Haqa Dhoysu (Kaafira) (Yaa Wara Rabbitti Amantan! Sadaqaa Kennadhaa,
Hin Qajeelchu.) Suuraa Az-Zumar: 3 Waan Nuti Isinii Kenninerraa, Osoo Hin Dhufne
Duratti, Guyyaan Bittaan Isaa Keeysa Hin Jirre, Kan
Mushrikoonni ‘Nu Shafa’an’ Jechuun Waan Biraa Rabbii Jaalalleenis Hin Jirre, Kan Shafa’an (Magantaan)
Achitti Gabbaruu Isaaniitiif Ragaa Lammafaan Jecha Hin Jirre. Warri Rabbitti Kafare Warra Zaalimtoota)
Rabbii Ol Tahee Kana: Suuraa Baqaraa: 254
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Shafa’al Musbataa (Shafa’aa Hayyamamtuu Kanaaf Ragaan Jecha Rabbii Ol Tahee Kana
10
Taate) Jechuun Shafa’aa Rabbiin Itti Kadhatamu. ]39 :‫(ﯕ ﯖ ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ) [األنفال‬ 11
Kan Shafa’aa Dhaabbatu (Magantaa Seenuu)
(Isaanitti Qabsaawaa (Lolaa)) Hanga Fitinaan (Shirkiin)
Kabajamaadha Rabbi Biratti Sababaa Shafa’aa
Dhabamtuu Ammas Hanga Amantiin Hundi Rabbi
(Magantaa) Saniitiif. Kan Shafa’aa Argatus
Qofaaf Tahuutti.) Suuraa Al-Anfaal: 39
Nama Rabbiin Jechaa Fi Hujii Isaa Irraa Jaalate.
Shafa’aan Tun Kan Arkamtu Yoo Rabbiin Ragaan Ji’aa Fii Aduuu Gabbaruu Isaanii Ibsu Ammoo
Hayyama Godhe Qofa. Kanaaf Ragaan Jecha Jecha Rabbii Kana:
Rabbii Ol Tahee Kana. ‫(ﯗ ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ ﯜﯝ ﯞ ﯟ ﯠ ﯡ ﯢ‬
]255 :‫(ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ ﯞ ﯟ ﯠ) [البقرة‬ ]37 :‫ﯣ ﯤ ﯥ ﯦ ﯧ ﯨ ﯩ ﯪ) [فصلت‬
(Eenyu Inni Isa Biratti Magantaa Seenu, Hayyama (Mallattoo Ykn Aayata Isaa Keeysaa Halkanii Fii
Isaatiin Malee) Suuraa Al-Baqaraa:255 Guyyaa, Aaduu Fii Ji’a, Hin Sujuudinaa Aduu Fii
Ji’aafis, Garuu Allahaaf Sujuudaa, Kan Isaan San
Uumeef, Yoo Dhugaan Kan Isa Gabbartan Taatan.)
Suuraa Fussilat Aayata: 37
HUNDEE 3FFAA Ragaan Nabiyyoota Gabbaruu Isaaniitiif Jecha Rabbii
Ol Tahee Kana:
Nabiyyiin (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Kan Ergaman
Ummata Waan Adda Addaa Gabbarutti. Isaan Keysaa ‫(ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ‬
Warra Malaaykaa Gabbaruutu Jira, Warra Nabiyyoota ‫ﮊﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜﮝ‬
Fi Saalihoota Gabbaruutu Jira, Warra Mukaa Fi Dhagaa ]116 :‫ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦﮧ ﮨ ﮩ ﮪ ﮫ) [املائدة‬
Gabbaruutu Jira, Warra Aduu Fi Ji’a Gabbaruutu Jira. Garuu (Yeroo Rabbiin “Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ
Rassuulli (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Isaan Hundaahu namootaan anaafi haadha tiyya Rabbii gaditti gabbaramaa
Bakkuma Takkaa Lafaa Itti Ka’ee Itti Duule Ykn Garaa lama taasifadhaa jedhee?” jedhu [yaadadhu]. [Inni] ni
Garummaa Isaanii Kana Addaan Hin Baafne. jedhe: “Ati qulqulloofte! Ani waan haqa naaf hin taane
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

jechuun anaaf hin ta’u. Yoo ani isa jedheera ta’eef, ati Muka Qurquraa Takka Qaban Tan Jala Taa’aan,
dhugumatti isa beeyteetta. Waan lubbuu kiyya keessaa Isiirratti Meeshaa Waraanaa Isaanii Finnifatan, Isiin
12 13
ni beekta. Ani waan nafsii kee keessaa hin beeku. Je’an: Saahiba Fannoo (Haadha Fannoo), Nutis Muka
Dhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti.) Suuraa Qurquraa Takka Biraan Dabarre, Ni Jennee: ‘Yaa
Maa’idaa:116 Rasuula Allaaha! Haadha Fannoo (Muka Fannoo)
Ragaan Warra Saaalihoota Gabbaruudhaa, Jecha Rabbii Nuuf Godhi, Akkuma Isaanuu (Mushrikoonni) Haadha
Ol Tahee Kana: Fannoo Qaban San’. Rasuulli  “Isa Lubbuun Too
Harka Isaa Jirtuun Kakkadha Akkuma Warri Israa’eel
‫(ﯥ ﯦ ﯧ ﯨ ﯩ ﯪ ﯫ ﯬ ﯭ ﯮ ﯯ‬
Muusaan Je’e Jettan” Jechuun Dubbate. Hadiisni
]57 :‫ﯰ ﯱﯲ ﯳ ﯴ ﯵ ﯶ ﯷ) [األسراء‬
Dheeraadhaa Ragaan Barbaadame Hanga Kana.
(Warri isaan yaammatan sun eenyuu isaaniitu gara
Ummanni Israa’eel Muusaan Wanni Je’e Ummata
Rabbiitti irra dhihaataadhaan dhiheenya barbaadu.
Taaboota Gabbaru Agarraan Nuufis Taaboota Akkasii
[1] Rahmata isaas ni kajeelu. adabbii isaas ni sodaatu.
Nuuf Godhi Je’aniin.
Dhugumatti, adabbiin Rabbii keetii sodaatamaa ta’ee
jira.) Suuraa Israa:57
Dhagaa Fi Muka Gabbaruu Isaaniitiif Ragaan , Jecha
Rabbii Oltahee Kana:
HUNDEE 4FFAA
]20-19 :‫(ﮭ ﮮ ﮯﮰ ﮱ ﯓ ﯔ) [النجم‬
(Laatiifii uzzarraa naaf himaa? Manaatiin tan sadaffaa Mushrikni Zamana Keenyaa Kuni Warra Duraa Sanirra
tanbiraa taates (naaf himaa)?) Suuraa Najm: 19-20 Shirkitti Irra Jabaadha. Sababniniis Mushrikoonni Dur
Ballina Keeysatti Shirkii Dalagan, Garuu Gaafa Rakkoon
Ragaan Biroo Hadiisa Abii Waaqiid Al-Leysii Isaan Mudatte Rabbi Qofa Qulqulleysan, Ammoo
(Radiyallaahu Anhu) Akki Je’e: Mushrikoonni Ammaa, Haaluma Hunda Keeysatti Gaafa
“Nabiyyii  Wajjiin Gama Huneeyn Baane, Nuti Rakkootiis Tahee Gaafa Ballinaatis Rabbitti Sharraksiisanii
Dhihoodha Kufrii Irraa Amanuun, Mushrikoonni Waan Biraa Yammatan.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Kanaaf Ragaan Jecha Rabbii Ol Tahee Kana: Namni Tokko Waanuma Fedheehu Yoo Taate, Waan San
Qalbirraa Kan Jaalatu Yoo Tahe, Ammallee Waan Saniif Kan
14 ‫(ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ‬ 15
Of-Gad Qabuu (Akka Na Caala Ja’ee Yaaduudhaan Nama
]65 :‫ﭲ) [العنكبوت‬
San Biratti Of Xiqqeysuu Faa) ,Fi Miira Tajaajiltummaatiin
(Yeroo Doonii Yaabbatan Bahara Gubbaatti Allaaha Kan Itti Dhihaatu Yoo Tahe Waan San Ibaade Ja’ama.
Qofaaf Diina Qulqulleeysan. Garuu Hoggaa Nagayaan Namni Tokko Yoo Waa Jaalate Garuu, Waan Jaalatu Kanaaf
Lafaan Isin Gahe, Isaan Hoggusuma Warra Rabbitti Kan Of Gad Hin Qabne Ykn Miira Tajaajiltummaa Guutuu
Qindeeysu Tahan.) Suuraa Ankabuut :65 Tahe Kan Hin Qabaannef Yoo Tahe, Ibaada Hin Ja’amu.
Rabbi Kan Waa Hunda Beeku, Rabbiin Nagayaa Fi Fakkeenyaf Akka Jaalala Abbaan Ilmaaniif Qabuu Faa.
Rahmata Ergamaa Isaa Muhammadirratti Haa Buusu. Kuni Ibaadaa Hin Ja’amu. Ibaada Ja’amuuf Waan Sadeen
Olilitti Tuqaman Kana Of Keysatti Hammachuu Qabdi.
Hiikkaan Kitaaba Asumarratti Raawata.
Gama Biraatiin Akkaataa Qur’aanaa Fi Hadiisaati Oggaa
Deebinu, Ibaadaa Jechuun Hiikkaa Bal’aa Taahee Fi Waa
Heeddu Of Keysaa Qabdi, Isaaniis:

IBSA HUNDEEWWAN AFRANII Ibaadaa Qalbiin Dalagamtu (Akka Jalala Rabbii,


Sodaa Rabbii, Rabbi Abdachuu Fi Kkf .. ),
Ibsa Hundeewwan Afraanii Eegaluun Duratti Ibaadaa
Ibaadaa Arrabaan Dalagamtuu (Akka Zikrii
Jechuun Maal Akka Taate Haa Laallu.
Godhuu, Qur’aana Qara’uu, Karaa Rabbii Irratti
Ibaadaa Jachuun Maal Jechuudha? Nama Yaamuu Fi Kkf...)
Gama Biraatiin Ammallee Namni Tokko Rabbii Achitti Ibaadaa Qaamaan Dalagamtu (Akka Salaataa,
Waan Biraa Waan Akka Waliyyootaa Faa Ibaada Yoo Soomanaa, Sadaqaa, Fi Kkf...) Faadha.
Jennu Maal Jechuudha? Kanaafu Walumaagalatti Ibaadaa Jechuun Waanuma
Irra Guddaan Nama Ibaadaa Oggaa Ja’an Waanuma Akka Rabbi Gammachiisu Kan Inni Akka Dalagnu Ajaje Hunda
Salaataa, Soomanaa, Zikrii Fi Kkf……Qofa Seha., Of Keysatti Hammatti.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Ammallee Ibaadaan Utubaa Sadi Qabdi: Lubbuu Hin Qabaanne Duutudha, Ibaadaanis Akkasuma,
Ammallee Shinbirroon Tun Goflaa Lachuu Yoo Qabaatte
16 ffaa. Jaalala 17
Malee Goflaa Tokko Qofaan Barartee Bakka Barbaade
ffaa. Sodaa Fi Gayuu Hin Dandeysu.
ffaa. Kajeellaa Ykn Abdii Ragaan Waan Sadeen Kanaa Jecha Rabbii Keenyaa Kan
Utubaan Sadeen Kun Bu’ura Ibaadaati Ja’ama. Gama Biraa Itti Aanu Kana
Tiin Humna Dalagaa Dalagutti Nama Kakaaftu Ja’aman. ‫(ﯥ ﯦ ﯧ ﯨ ﯩ ﯪ ﯫ ﯬ ﯭ ﯮ ﯯ‬
Namni Tokko Rabbii Isaa Wanni Ibaaduuf Jaalala Isaaf
]57 :‫ﯰ ﯱﯲ ﯳ ﯴ ﯵ ﯶ ﯷ) [األسراء‬
Qaburraa Kan Ka’e, Sodaa Qixaaxa Isaatii (Azaaba) Fi
Kajeellaa Badhaasa Rabbii (Jannata) Irraa Qaburraahi. (Ormi Sun Isaanowwan Ummanni Yaammatu Sun, Ifumaafuu
Waan Gama Rabbii Isaanii Ittiin Dhihaatan Barbaadan,
Ibaadaan Takka Waan Sadeen Kana Yoo Guuttachuu
Kamtu Irra Dhihoodhaa Ammas Isaan Ifiifu Rahmata Rabbii
Baatte, Guutuu Hin Ja’amtu. Namni Tokko Ani Rabbi
Kajeelan, Qixaaxa Isaati Sodaatan) Suuraa Israa:57
Niin Jaaladha Kanaafiin Isa Ibaada Malee Soda Isaatiif
Isa Hin Ibaadu Yoo Je’e, Nama Kana Ibaadaan Isaa Sirrii Ibaadaan Maal Akka Taatee fi Utubaalee Isii Eega Barre,
Miti. Ammallee Namni Tokko Ani Rabbii Kiyya Niin Itti Aansuudhaan Sharxii Ibaadaati Laalla.
Sodaadha, Kanaafiin Isa Ibaada Malee Jaalala Isaatii fii Ibaadaaan Takka Qeebalamuudhaaf Sharxii Lama Guuttachuu
Jannataan Arkadhaaf Isa Hin Ibaadu Yoo Je’e, Namichi Qabdi,
Kuniis Akkkuma Namicha Duraa Sanii Ibaadaan Isaa Sirrii
Isaanis:
Miti. Akkasumatti Namni Tokko, Ani Jaalala Jannataatiif
Jechaan Rabbi Ibaada Malee, Azaaba Hin Sodaadhu Kan Sharxii 1ffaa. Ibaadaa San Rabbiif Jecha Dalagamuu
Ja’u Yoo Tahe Nama Kanaas Ibaadaan Isaa Sirrii Miti. Qabdi.

Ulamaa’onni Tokko Tokko Waan Sadeen Kana Sharxii 2ffaa. Ibaadaan San Sunnaa Nabiyyii Kenyaa
Fakkeenyaan Oggaa Ibsa Ibaadaan Akka Shinbirroo Oggaa Gaxxamuu Qabdi.
Taatu, Lubbuun Isii Jaalala Rabbiiti, Goflaan Lameen Isi Sharxiin Tokkoffaa Wanni Ibsitu , Ibaaduma Daleynu
Sodaa Rabbiitii fii Abdii Rabbiiti. Shinbirroon Tun Yoo Hundi Rabbi Qofaaf, Utubaalee Ibaadaa Sadeenuu
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Guuttachuudhaan Niyyaa Fi Ikhlaasa Qulqulluudhaan Gama Biraatiin Akkana Jechuun; Kan Diddaa Tokko
Tahuu Qabdi. Malee Waan Inni Itti Ajaje Hojjachudhaan Isa Hordofuu
18 19

Kana Jechuun ‘Laa ilaaha Illaallah’ Jachuudha. Sharxii Haqa Godhatu, Muhammad (Salallaahu Aleyhi Wasallam)
Tokkoffaa Tana Osoo Hin Guuttanne Ibaadaan Dalagamtu Qofa Akka Tahe Beekanii, Jechaa Fi Gochaanillee Hujii
Hundi Shirkii Keysatti Ramadamti. Irra Oolchuudhaan Isa Jala Deemuudha.

Ibaadaan Hundi Rabbi Qofaaf Tahuu Qabdi Jechuu Kanaaf Kanaaf Ragaan Jecha Rabbii Ol Taheeti:
Ragaan Jecha Rabbii Keenyaa Kana: ]31 :‫(ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ) [آل عمران‬
(Ja’iin: “Ani !Ajajamee Akkaan Rabbi Gabbaru, Isa Qofaaf
(Ja’iin (Yaa Muhammad), Yoo Dhugumaan Rabbi Kan
Diin Qulqulqulleysuu Dhaan”)
Jaallattan Taatan, Najala Deemaa Rabbiin Isin Jaalata
Ragaan birootis jecha Rabbii kana: ammas cubbuu teeysan Isiniif araarama..)
(Iisaan Ni Ja’e: ‘Yaa Ummata Israa’il, ‘Allaha Qofa
Ibaadaan Teenya Hundi Sunnaa Rassuula Keenyaa
Ibaadaa Rabbii Kiyyaa Fi Rabbii Keysan Kan Tahe, Namni
Gaxxamuu Qabdi, Sharxii Lammaffaa Kana Osoo
Rabbitti Waa Qindeyse, Rabbiin Jannata Haraam Isarratti
Hin Guuttattin Ibaadaan Dalagamtu, Bid’aa Keysatti
Godhe Jira, Deebi’iin Isaatis Gama Ibiddaati’’)
Ramadamti.
Sharxiin Lammaffaa: Wanni Ibsitu, Ibaadaan Dalagamtu
Takka Akkaataa Nabiyyiin Keenya  Dalagaa Je’ee Fakkeenyaaf Nabiyyiin Keenyaaf Salaanni Subhii
Itti Nu Ajajetti Qofa Dalagamuu qabdi. Kana Jechuun Rakaa Lama Tahuun Beekkamaadha. Namti Tokko Lafaa
Namni Nuti Fakkeenya Godhachuudhaan Hordofuu Ka’eetuma Salaata Subhii Raka’an Lama Rabbii Keenyatti
Qabnu Nabiyyii keenya (Salallaahu Aleyhi Wasallam) Ni Xiqqaatte Jechuudhaan Raka’aa Afur Yo Salaate Bid’aa
Qofa. Kana Jechuun Waan Nabiyyiin Keenya (Salallaahu Ja’ama. Yoo Irraa Irrisees Bid’aa Ja’ama.
Aleyhi Wasallam) Akka Daleynu Itti Nu Ajajan Dalaguu Namni Tokko Lafumaa Ka’ee Namni Maqaa Rabbii Kana
Qabna, Tan Inni Itti Nu Hin Ajajin Dalaguu Hin Qabnu Oggu Akkana Je’e Waan Akkanaati Arkata Jechuudhaan
Jechuudha. Waan Rasuula keenyarraa Hadiisa Sahiiha Keysatti Hin
Kana Jechuun “Muhammadun Rassuul Allah” Jechuudha. Dhufin Yoo Itti Dalage Kuniis Bid’aa Ja’ama.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

‫(ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ ﯞ ﯟ ﯠ ﯡ ﯢ ﯣ ﯤ ﯥ ﯦ ﯧ‬
20 ‫ﯨ ﯩ ﯪ ﯫ ﯬ ﯭ ﯮ ﯯﯰ ﯱ ﯲﯳ ﯴ ﯵ ﯶﯷ‬ 21

IBSA HUNDEE TOKKOFFAA ‫ﯸ ﯹ ﯺ ﯻﯼ ﯽ ﯾ ﯿ ﰀ ﰁﰂ ﰃ ﰄﰅ ﰆ ﰇ‬


]33-31 :‫ﰈ ﰉ ﰊ ﰋ ﰌ ﰍ ﰎ ﰏ) [يونس‬
Duraan Dursee Jibbansaa Fi Diinummaan Dilli Kun
(Ja’iin (Yaa Muhammad): “Eenyuutu Samii Fii Dachii
Maalirraa Kan Dhufe Jettan?
Keysaa Isin Razaqa? Ykn Eenyuutu Dhagayaa Fi Arkaa
Nabiyyiin Keenya Osoo Umriin Isaa 40 Guuttee Handhuurfatee Qaba? Ammallee, Eenyuuti Jiraa Du’aa
Nabiyyummaan Hin Ergamin Dura Hawaasni Arabaa Keysaa Baasee, Duu’aa Jiraa Keysaa Baasa? Eenyuutu
Guututti Nama Hundaa Ol Caalchisanii Waa Hundaa Amrii Hunda Gara Galcha?” Isaaniis Ni Ja’an: “Allaah.”
Caalaa Isa Jaalachaa Turan. San Qofaa Mitii Nama Hundaa Atiis Ja’iin: “Duuba Rabbi Hin Sodaattanii (Qixaaxa
Ol Isa Amanaa Turan. Garuu Gaafa Inni Nabiyyumaan Isaarraa)”. Inni Allaaha, Rabbii Keysan Kan Dhugaati.
Ergame Gara “Laa’ilaaha Illaallah” Jechuutti Isaan Eega Dhugaa (Kanaatii), Jallina Malee Maaltu Jira,
Yaamuu Jalqabe, Jibbansaa Fi Adawwummaa Addaa Akkamitti Irraa Garagaltan? Akkasitti Jechi Rabbii Keetii
Isaan Keysatti Waan Uumamteef Jecha, Arraba Adda Warra Ajaja Rabbii Dide Irratti Ragga’e, Isaan Hin
Addaatiin Isa Arrabsuun, Maqaa Isa Balleysuun Harkaan Amanan Jechuun.) Suuraa Yuunus: 31-33
Itti Gamuu Fi Hanga Ajjesuutti Yaalii Adda Addaa Godhaa
Turan. Jibbansi Dilli Kun Qabeenya Irratti Waldiduudhaa Eega Akkana Taate Jibbansaa fi Diinummaan Dilli Kun
fi Waldiddaa Biraa Qabaataniitii Miti. Ammallee Waan Maalirraa Ke’e Jettan?
Inni Itti Isaan Yaamu, Kijiba Akka Hin Tahinii fii Dhugaa Wanni Nabiyyii Keenyaan Lolaa Turannif Rabbiin
Akka Tahe Shakkaniitii Miti. Ammallee Inni Nabiyyii Jiraachuu Isaa Amanuu Didaniitii Miti. Isaan Rabbiin Akka
Dhugaa Tahuu Isaallee Wallaalaniitii Miti. Rabbiin Inni Jiru Ni Beekan Kan Isaan Uumees, Kan Isaan Jiraachisuus
itti Isaan Yaamulleen Akka Jiruu Fi Waa Hunda Akka Kan Waa Hunda Uumee Fi Amrii Waa Hundaa Harkaa
Inni Uume Ni Beekan, Ammallee Akka Rabbiin Isaan Qabu Rabbi Qofa Akka Tahe Ni Beekan Ni Amanan.
Razaqullee Ni Beekan.
Ammallee Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam)
Kanaaf Ragaan Jecha Rabbii Kana. Nabiyyii Dhugaa Akka Tahees Ni Bekan.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Gaafa Nabiyyiin Keenya Akka Isaan Rabbi Qofa Ibaadanii Kanarraa Wanni Hubatamu Araboota Keysaa Warri
Jiruu Nagayaa Arkataniif Jecha Gara “Laa Ilaaha Illaallah” Gaafa San Rabbitti Kafare, Rabbi Cinaa Waa Qabu San
22 23
Jechuuttii Isaan Yaamaa Ture San, Arrabaa, Jibbansaa Fi Hundi Wanni Isaan Kalimaa “Laa’ilaaha Illaallah” Jettu
Dararaan Adda Addaa Kan Isaan Nabiyyii Keenyaa Fi Tana Diduudhaan Islaamummaa Didaniif, Kalimaan
Hordoftoota Isaa Irraan Gayaa Turan garuu dadhabnaan, “Laa’ilaaha Illaallah” Tana Waan Isiin Taate Beekan. Waan
Tooftaa Biraatiin Itti Dhufan. Kalimaan Tun Itti Nama Ajajju Fi Irraa Nam Dhoorkitu
Nabiyyii Kenyan (Salallaahu Aleyhiwasallam) Akkana Beekan. Kanaafuu Isaan Waan Kalimaan Tun Itti Nama
Ja’aniin, “Yoo Ati Angoofi Kabajaa Barbaada Kan Deemtu Ajajju Dalaguus Tahee Waan Isiin Irraa Nama Dhoorkitu
Tahe (Feete) Mootii Kenya Si Godhachuuf Amma Ahdii Irraa Dhoorkamuu Hin Feene.
Siif Seenna, Yoo Qabeenya Feete, Irra Qabaataa Keenya Si Akka Nafseen Isaanii Feete Malee Akka Rabbiin Fedhutti
Goona, Ammallee Yoo Ati Bareedina Dubartii Kan Feetu Jiraachuu Hin Feene. Laa’ilaaha Illaallaha, Jennaan
Tahe, Irra Bareedduu Dubartii Teenyaa Kan Feete Siif Kan Ajajamanif, Kan Sodaatamu, Kan Kadhatamu, Kan
Kennina, Waan Ati Itti Nu Yaamturraa Waanuma Takka Olaantummaa Qabu, Kan Of Gad Qabaniif, Kan Wahi
Nurraa Dhiisi, Isiiniis: “Laa Ilaaha Illaallah” Jechuudha, Na Godhaaf Sodaatamuu Fi Kan Wahi Naaf Godhaaf
Takkittima Tana Nurraa Dhiisi” Ja’aniin. Kabajamu Rabbi Qofa Akka Taate Nii Beekan. Kalimaa
Inniniis Deebisee Akkana Je’een: “Isinis Waan Takka Tana Fudhannaan Yaada Isaaniitiis, Kaayyoon Isaan
Narraa Fudhaa, Tan Yoo Isii Narraa Fudhattan Araba Jiraataniifis Wanni Isaan Dalaganilleenilleen Ni Jijjiiramti.
Hundaa Ol Tahuudhaan Addunyaa Hunda Ittiin Bulchitan Ogguu Kana Wanni Jiraataniif Fedhii Lubbuu Isaanii
Je’een, Isiin suni “Laa Ilaaha Illaallah” Jechuudha Je’een’’ Guuttachuuf Osoo Hin Tahin, Ajaja Rabbii Gutuudhaafi
Isaaniis Tana Hin Fudhannu Ja’aniin . jiraatan. Ammallee Kalimaan Tun Ilma Nama Hunda
Gaafa Biraa Adeera Isaa Itti Erganii Gaafuma Tana Walqixxeysuudhaan, Olaantummaa Rabbii qofaaf Waan
Dhiheysaniif Inniniis Deebise, “Osoo Aduu Harka Mirgaa Mirkaneysituuf Jecha, Isaan Olaantuummaa Isaanii
Naaf Kaayanii, Ji’a Harka Bitaa Naaf Kaayanii; Akkaan Malee Olaantummaa Rabbii Kanas Hin Barbaanne. Warri
Ani Ergama Kiyya Kana Irraa Deebi’uuf Jecha, Ani Waa Rabbitti Kafare, Kan Ibaadaa Hunda Haqa Godhatu
Ergama Kiyya Kana Hin Dhiisu.” Jechuudhaan Deebiseef ALLAH Qofa Akka Tahe Oggaa Itti Himamu, Ni Boonan.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Shafa’aa Rabbiin Itti Kadhatamu. Kan Shafa’aa Dhaabbatu


(Magantaa Seenuu) Kabajamaadha Rabbi Biratti Sababaa
24 25
Shafa’aa (Magantaa) Saniitiif. Kan Shafa’aa Argatus Nama
IBSA HUNDEE 2FFAA Rabbiin Jechaa Fi Hujii Isaa Irraa Jaalate Qofa. Shafa’aan
Tun Kan Arkamtu Yoo Rabbiin Hayyama Godhe Qofa.
Akka Rabbiin Aayata Quraanaa Itti Aanu Kana Keysatti
Nuuf Ibsetti Mushrikoonni Wanni Rabbitti Sharraksiisaniif Akkuma Beekkamu Guyyaa Qiyaamaa Nabiyyiin Keenya
Rabbitti Akka Nu Dhiheysanii Fii Nu Shafa’aniifi Jechuu  Akka Shafa’aa Namaaf Dhaabbchuun Hayyamamteef
Isaaniiti. Mushrikoonni Kun Akka Ja’anitti Fedhiin Isaanii Beekkamaadha. Guyyaa Qiyaamaa Oggaa Aduun Mataa
Guddoon Rabbiitti Dhihaachuudha. Fedhii Isaanii Kana Nama Hundaa Gubbatti Gad Dhihaattee, Oggaa Namni
Guuttachuudhaaf Jecha Warra Akka Nabiyyootaatii Fi Akka Tahu Dhabe, Osoo Diirruma Tanarraa Nu Yaasanii
Warra Akka Waliyyootaa Gabbaruudhaan Akka Sababaa Ibiddatti Nunaqanii Irra Wayya Gaafa Ja’an San; Nabiyyiin
Isaaniitin Rabbitti Dhihaataniifi Isaaniin Shafa’aa Keenya (Aleyhisalaatu Wassalaam) Akka Shafa’aa Ykn
Barbaadan. Kana Barbaaduu Isaaniitif Ragaan Aayatoota Magantaa Dhaabbachuudhaan Akka Rabbiin Aduu San
Itti Aanu Kana. Keysa nama Oofee Hisaabaa Eegaluuf Rabbiif magantaa
dhaabbatee, Namuu gama Hisaabaa dabra. Kana Malees
Akka Olitti Ibsametti Shafa’aa Ilaalchisee Shafa’aan Gosa Muslima Shirkii Irraa Qulqulluu Tahe, Kan Ajaja Rabbii
Lama Tahuu Ilaallee Jirra. Isaanis: Isaa Guutuuf Tattaafatu, Garuu Kan Diliin Ibidda Isa
Shafa’al Manfiyyaa (Shafa’aa Dhorgamtuu Neyxeefillee Shafa’aa Dhaabbachuudhaan Akka Rabbiin
Taate) Ibidda Keysaa Baasu Ni Kadhataaf, Ni Hayyamamaaf.
(Waa’ee Gosa Shafa’aa Ilaalchisee Yoo Rabbi Je’e Gaafa
Shafa’al Musbataa (Shafa’aa Hayyamamtuu
Biraa Mata Duree Of Dandaye Jalatti Ballinaan Laallaa.)
Taate)
Shafa’aa Isii Dhoorgamtuu Taate Ifa Waan Taateef Kanaaf Ragaan Jecha Rabbii Ol Tahee Kana.
Asumatti Dhifnee, Shafa’aa Lammafaa Tan ]43 :‫(ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ ﯞ ﯟ ﯠﯡ) [األعراف‬
Hayyamamtuu Taate Haa Ilaalu.
(Eenyu Inni Isa Biratti Magantaa Seenu, Iznii Isaatiin
Shafa’al Musbataa (Shafa’aa Hayyamamtuu Taate) Malee) Suuraa Al-Baqaraa:255
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Warri Rabbi Cinaa Waan Biraa Gabbaru, Inumaa Badiin Akka Waliyyootaa Fi Nabiyyootaa Yaammate, Ykn Kadhate
Isaanii Tun Isaan Hanqachuudhaan, Waan Rabbii Achitti Ykn Gargaarsifate Ykn Sababaa Kana Godhuutiin Rabbittin
26 27
Gabbaran Saniif Aayatuma Qur’aana Akka Fedhii Isaaniitti Dhiheenya Argadha Je’aa Amanu Hundi Nama Rabbitti
Hiikkachuudhaan Akka Ragaatti Dhiheyfachuuf Oggaa Sharraksiise Ja’ama. Kanaafuu Namni Kun Araarama Rabbii
Yaalii Godhan Ni Mullatan. Hin Argatu Hanga Towbatee Irraa Deebi’utti.

Ammagaa Dubbii Guddoon As Jirti. Maalif Yoo Jettan, Nabiyyiin Keenya (Aleyhi Salaati Wassalaam) Karaa Caalaa
Warra Rabbii Dhiise Nabi Muhammadii Fi Walliyyoota Kan Shafaa’aa Isaa Guyyaa Qiyaamaa Rabbirraa Ittiin
Yaammatuutu Ragaa Waan Dalagan Kanaatiif Aayata Arkatan Maal Akka Tahe Oggaa Nuuf Himu Akkana Ja’an.
Kana Dhiheyfata. Abaa Hureyraan (Rabbi Irraa Haa Jaalatuu) Akkana
Jechuun Nabiyyii Keenya Gaafatan:
Aayanni Tun Wanni Ibsitu Warri Rabbitti Shafaa’aa
Namaaf Dhaabatu Warra Rabbiin Iznii Godheef Malee “Yaa Rassuulaallah! Eenyu Namni Guyyaa Qiyaamaa
Akka Hin Dandeenye Dubbatti. Warri Nabiyyii Keenya Shafa’aa Tee Arkachuuf Hundaa Ol Carraa Qabu?”
Yaammatuu Wanni Isaan Ja’an, Nabi Muhammad Nabiyyiiniis Oggaa Deebisu Akkana Je’een:
(Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Akka Shafa’aa Namaaf “Guyyaa Qiyaamaa Namnii Shafa’aa TiyyaArkachuuf Carraa
Dhaabbatu Waan Hayyamameef Jecha Isa Yoo Kadhanne Guddoo Qabuu Nama Qalbii Isaatiin Qulqulleysuudhaan
Shafa’aa Nuuf Dhaabbata Ja’an. ‘Laa’ilaaha Illaallah’ Je’e.” Jechuudhaan Deebisef.
Duraan Dursee Wannii Beekuu Qabnu Nabi Muhammad Hadiisa Kana Bukhaariitu Odeyse.
(Aleyhisalaatu Wassalaam) Warri Inni Shafa’aa Dhaabbatuuf Guyyaa Qiyaamaa Nabi Muhammad (Aleyhisalaatu
Warra Isa Yaammatee Fi Warra Isa Gabbareef Osoo Hin Wassalaam) Shafa’aan Akka Hayyamamteef Beekkamaadha.
Tahin, Warra Rabbii Tokkicha Waa Hundarraa Qulqulleysee Gama Biraatin Waan Biraa Nabiyyii Keenya Gargaarsifachuu
Ibaadeefi. Ammallee Shirkii Gosa Hundaa Irraa warra Fagaatee, Dhiisii, Shafa’aa Isaaf Hayyamamte Taanaahuu “Yaa Rabbi
Rabbi Qofa Yaammachuudhaan, Isa Qofa Gabbaruudhaan Warra Shafa’aa Nabi Muhammad (Aleyhi Salaatu Wassalaam)
Towhiida Isaa Qulqulleyse, Kanneen Jechaa Fi Gochaanillee Arkatu Keysaa Na Godhi!” Ja’aniiti Rabbi Kadhatan Malee,
‘Laa’ilaaha Illaallah’ Mirkaneysee Ragaa Baheefi dhaabbata. Nabi Muhammad Kadhachuun Dhoorkaadha. Yoo Kan Isa
Kanaafuu Namni Rabbii Achiitti Waan Biraa Kanneen Kadhatan Taate, Shirkiidha Taati.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Shirkii Baanee Rabbiin Akkana Ja’a Gaafii


28 ‫(ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ‬ Akkana Jechuudhaan Gaafatan: 29

]116 :‫ﮖ ﮗ ﮘ) [النساء‬ ‫(ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ‬

(Rabbiin Hin Araaramu, Waa Isa Cinaa Qabu Ykn ]11 :‫ﮎ) [غافر‬
Isatti Sharraksiisuu, Garuu Waan Sanirraa Hafe Nama ((Warri Rabbitti qindeeyse) ni jedhan: “Yaa Rabbii
Fedheef Ni Araarama. Namni Allaahatti Qindeeyse keenya! Oggu Lama Nu Ajjeeftee, Ammallee Oggu Lama
Dhugumatti Jallina Fagoo Jallate.) Suuraa Nisaa’a: 116 Nu Jiraachiiftee! Nuti Dilii Teenya Beeynee (Amannee)!
Kanaafuu Gabaabdumatti Wanni Rabbiin Qur’aana Isaa Karaan Ibidda Kana Jalaa Ittiin Baanu nuuf hin
Keysatti Itti Nu Ajaje Akka Nuti Waliyyootaafi Nabiyyoota Hafnee?”) Suuraa Ghaafir: 11
Isa Cinaan Gabbarruu Osoo Hin Tahin, Wanni Itti Nu Ajaje Gaffii Isaani Tana Keysatti “Karaan Ibidda Kana Jalaa It-
Akka Isa Qofa Yaammannee Isa Qofa Gabbaruufi. tiin Baanu Waan Hafnee?” Jechuudhaan Oggaa Gaafatan,
Kanaaf Ragaan jecha Rabbii ol taheeti: Wanni Jechuu Fedhan; Yoo Waan Akkanaa Gootan Ibidda
Kana Keysaa Ni Baatan Wanni Je’u Yoo Kan Jiraatu Taate,
]18 :‫(ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾ) [اجلن‬
Nuuf Himi Ni Dalayna akka as keeysaa baanuuf Jechuu
(Masjiddan Allaaha qofaafi; Kanaafuu Hin yaammatinaa Isaaniiti.
(Hin kadhatinaa ykn hin gabbarinaa) Allaaha wajjiin
tokkollee.) Al-Jinn: 18 Deebisaa Isaaniif Deebitu ammoo

]20 :‫(ﮋ ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ) [اجلن‬ Eega Gaafii Gaafatani Amata Kuma Tokko Booda Deebi-
saan Akkana Jettu Isaaniif Deebiti
(Ja’iin: “Ani Rabbii Kiyya Qofaan Yaammadha, Ammallee
Ani Rabbitti Waa Tokkollee Hin Qindeysu.’’) Al-Jinn: 20 ‫(ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛﮜ ﮝ ﮞ ﮟ‬
]12 :‫ﮠ) [غافر‬
Gama Biraatin Mushrikoonni Ykn Warri Rabbitti Waa
Qindeysu Guyyaa Qiyaamaa Oggaa Ibidda Jahannam ((Isaaniin Ni Ja’ama): “Ibidda Kana Wanni Seentaniif,
Seenan Akka Itti Aanu Kana Jechuudhaan Gaafii Gaafatan, Rabbi Qofa Kan Yaammatamu (Oggaa Isiniin Ja’ame),
Debisaanis Akka Itti Anu Kanatti Deebitiif. Ni Kafartan (Ni Dhoysitan, Ykn Ni Diddan); Garuu Og-
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

gaa Rabbii Wajjiin Waan Biraa Isiniif Qindeysan Ni Godhaniif Rabbumatti Dhihaachuu Barbaadaniiti. Kanaaf-
Amantan’’) Suuraa Ghaafir: 12 uu Isaan Lamaanuu Tokkuma Garaa Garummaa Hin Qaban.
30 31

Kanaaf jecha Wanni Isin Ibidda Seentaniif Isaaniin Ja’ama. Dubbiin Isaanii Tun Akka Nama Waliyyootaa Fi Anbiyootaa
Boodarra Oggaa Isaan Gaafii Biraa Gaafatanii Deebisaa- Wajjiin Walii Galee, Nuti Isin Gabbarraa Isin Rabbi Nurraa
nis Deebiteef Booda, Deebisaa Hamtuun Isaaniif Ken- Dhoorkaa Ja’eeti Fakkaati. Garuu Haa Jannu Malee Wali-
namtu Ibidda Keysa Fagadhaa Jechuu Malee Furmaata yyootaa Fi Nabiyyoonni Hundinuu Kanarraa Qulqulluudha.
Tokkollee Hin Arkatan.
Kanaaf Ragaan Aayata Qura’aanaa Kana:
]108 :‫(ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ) [املؤمنون‬
IBSA HUNDEE 3FFAA
(Rabbiin Isaanin Ni Ja’a Fagaadhaa Ibidda Key-
sa, Wilii (Amma Booda) hin dubbifamtan”) Suuraa Nabiyyiin (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Kan Ergaman
Mu’uminuunaa: 108 Ummata Waan Adda Addaa Gabbarutti. Isaan Keysaa
Warra Malaaykaa Gabbaruutu Jira, Warra Nabiyyoota
Rabbiin Oltahe Isaaniin Jechuuf Jiraata, Kana Booda Ibid- Fi Saalihoota Gabbaruutu Jira, Warra Mukaa Fi Dhagaa
da Keysa Zalaalam Jiraatan, Gaafiiillee Gaafachuu Hin Gabbaruutu Jira, Warra Aduu Fi Ji’a Gabbaruutu Jira.
Dandayan.
Wanni Beekkamuu Qabu Warri Amantii Kiristaanaa
Yaa Rabbi Ibidda Jahannam Duraa Najaa Nu Baasi! Hordofu Akki Ja’u Nabi Iisaa Fi Haadha Isaa Maryam
Jechaa Ibsa Hundee Lammaffaa Kana Goolabuudhaaf, Baananii Jedhaniin Hiikkaan Isaatiis ‘Warra Nama
Arabnii Gaafa Jaahiliyyaa, Kanneen Akka Abu Jahal Faan Shafa’u’ Jechuu Isaaniiti. Warri Ortodoksii Nabii Iisaa Fi
Wanni Rabbii Achitti Sanama (taaboota) Gabbaraniif Rab- Haadha Baanani Shafa’aa Isaaniitiin Malee Najaa Bahuun
bitti Dhihaachuu Fi Ykn Magantaa Rabbi Bira Nuuf Dhaa- Hin Jirtu Jechuu Isaaniiti. Warri Protestaantii Wanni
bata Jechhufi.
Ja’sn “Iiyyasuus Nu Shafa’uuf Jecha Dilii Teenyaaf Je’ee
Namoonni Amma Nuti Muslima Ofiin Ja’an Kanneen Wali- Fannifame” Ja’an. Inumaa Ogguu Fedhan Inni Rabbi
yyootaafi Nabiyyoota Yaammaataniis Waanni Isaan Kana Ja’aan, Ogguu Fedhan Ilma Rabbiiti Ja’an.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Ani Gaafa Tokko Nama Amantii Protestaantii Hordofu Gabbarus Wanni Isaan Akkas Godhaniif Kan Kiristaanni
Tokko Akkana Je’eetiin Gaafii Laaftuu Takka Gaafadhe. Rabbi Cinaan Nabi Iissaa Fi Haadha Isaa Gabbaranii Wajjiin
32 33
Rabbiin Ati Rabbi Jettee Itti Amantu Kami? Je’eetin Wal Fakkaatti.
Gaafadh. Inniniis Deebisee ‘Iyyassuusi’ Naan Je’e. Itti
Warra Rabbi Cinaan Nabiyyoota Gabbaru Iaalchisee.
Aansuudhaan Gaafii Akka Nuti Muslimoonni Akka
Isaan Gaafannuuf Jecha Quraanaa Keysatti Rabbiin Itti Nabiyoonni Isaan Gabbaran San, Nugabbaraa Waan
Nu Akeeke Takkaan Isa Gaafadhe. Gaafiiniis Akkana Ja’aniifii Miti.
Jatti “Dachii Fi Samii Kan Uume Hoo Eenyu?” Je’eetiin Ragaan Nabiyyoota Gabbaruu Isaaniitiif Jecha Rabbiiti:
Gaafadhe. Ogguu Kana Deebisaa Dura Naaf Deebise
Osoo Hin Tahin Wanni Inni Naaf Deebise “Kan Samii Fi ‫(ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊﮋ‬
Dachii Uume Rabbii” Jechuudhaan Naaf Deebise. ‫ﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜﮝ ﮞ ﮟ‬
Anis Deebiseetin Akkana Je’een “Rabbiin Dachii Fi Samii ]116 :‫ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦﮧ ﮨ ﮩ ﮪ ﮫ) [املائدة‬
Uume Kan Ati Baantu Kun Iyyasuusi Moo Kan Biraatu (Yeroo Rabbiin “Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ
Jiraa? Jechuuniin Gaafadhe. Inniniis Akkana Jechuun Naaf namootaan anaafi haadha tiyya Rabbii gaditti gabbaramaa
Deebise. “Lakkii Rabbiin Dachii Fi Samii Uume Isa Guddaa lama taasifadhaa jedhee?” jedhu [yaadadhu]. [Inni] ni
Samii Keysa Jiru” Jechuudhaan Naaf Deebise. Ogguu jedhe: “Ati qulqulloofte! Ani waan haqa naaf hin taane
Kanaan “Duuba Maaliif Oggaa Duraa Rabbiin Ati Itti jechuun anaaf hin ta’u. Yoo ani isa jedheera ta’eef, ati
Amantu Eenyu Je’ee Oggaan Si Gaafadhu, Iyyasuusi Jettee dhugumatti isa beeyteetta. Waan lubbuu kiyya keessaa ni
Naaf Deebifta?” Je’ee Gaafadhe. Ogguu Kana Ati Waan Siif beekta. Ani waan nafsii kee keessaa hin beeku. Dhugumatti,
Hin Galiniitu Jira Jechuudhaan Waa Heedduu Natti Odeysa. ati akkaan beekaa waan fagooti.) Suuraa Maa’idaa:116
Kanarraa Wanniin Isiniif Ibsuu Barbaade Mushrikoonni Abbaan Kitaaba Kana Maxxanse Sheek Muhammad
Gosa Hundaa Wanni Rabbi Cinaan Waan Biraa Gabbaraniif, Binu Abdulwahab, Hundee Sadaffaa Jala Akka Kaayetti
Rabbii Guddaa (ALLAAH) Wallaalanii Akka Hin Tahin Mushrikoonni Rabbi Cinaan Waa Hedduu Akka Rabbiitti
Isinitti Mullisumaafi.
Gabbaruu Isaaniiti. Wantoota Mushrikoonni Akka Rabbiitti
Warri Muslima Ofiin Jechaa Rabbi Cinaan Waan Biraa Gabbaran Keysaa Akka Inni Ibsetti: Dhagaa, Muka,
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Malaaykota, Nabiyyoota, Saalihootaa Fi Kanneen Kan Fannoo), Nutis Muka Qurquraa Takka Biraan Dabarre,
Fakkaatani. Walumaa Galattu Wantoonni Rabbii Achitti Ni Jennee: ‘Yaa Rasuula Allaaha! Haadha Fannoo (Muka
34 35
Gabbaraman Kun Hundinuu Waa Takka Namaaf Hin Godhan Fannoo) Nuuf Godhi, Akkuma Isaanuu (Mushrikoonni)
Waa Takka Naman Godhan. Haadha Fannoo Qaban San’. Rasuulli  ‘Isa Lubbuun
Too Harka Isaa Jirtuun Kakkadha Akkuma Warri Israa’eel
Nabi Muhammad Tahee, Jibriilis Tahe Wannummaan Muusaan Je’e Jettan” Jechuun Dubbate.
Samii Fi Dachii Keysa Jiraa Hundinuu Akkuma Keenya
Hadiisni Dheeraadhaa Ragaan Barbaadame Hanga Kana.
Gabroottan Rabbiiti.
Hadiisa Kanarraa Wanni Namaaf Galu Shirkiin Garii Kan
Kanaaf Ragaan jecha Rabbiiti:
Muslimoota Keysa Facaate Jirtu Ka’uumsi Isaanii Warraa
]93 :‫(ﯯ ﯰ ﯱ ﯲ ﯳ ﯴ ﯵ ﯶ ﯷ ﯸ) [مرمي‬ Amantii Islaama Hin Tahin Kanneen Akka Yahuudaa Fi
(Wannii Samii Fi Dachii Keysaa Jiraa Hindi Gabroottan Kiristaanarraa Tahuu Isiiti. Hadiisa Kana Keysatti
Rahmaan Tahanii Malee Hin Dhufan.) Suuraa Maryam: 93 Akka Mushrikootaatti Muka “Zaatal Anwax’’ Jedhamu
Haadha Fannoo Akka Warra Mushrikootaatti Nuufis Nuuf
Kanaafuu Wanni Gabbaramuu Qabu, Rabbii Waa Hunda
Godhi Ja’anii Gaafan. Rasuullinis Waan Bira Jiruuf Jecha Irraa
Uume Malee, Waan Uumame Miti.
Dhoorkuun akka warra Banii Israa’eel jettan je’een.
Sheek Muhammad Binu Abdulwahab Kitaaba Kana
Dhuma Hundee 3ffaa Irra Hadiisa Itti Aanu Kana Kaaye. Akkuma Kana Eega Nabiyiin Du’anii Amata Hedduu
Hadiisa Kanarraahiis Ergaa Baratamtuutu Jira, Mee Waliin Turan Booda, Falsafaa, Shirkii Fi Bid’aan Adda Addaa
Haalaallu. Tan Duraan Yahuudaafi Nasaaraa Keysatti Beekkamtu
Muslimoota Keysa Seenuun Jalqabde.
Abii Waaqiid Al-Leysii (Radiyallaahu Anhu) Akki Je’e:
Akkuma Ummanni Israa’eel Ummata Taaboota Gabbaru
“Nabiyyii  Wajjiin Gama Huneeyn Baane, Nuti Agarraan, Muusaan Nuufis Taaboota Akkasii Nuuf Godhi
Dhihoodha Je’aniin Sanitti Nabi Muhammadiinis (Aleyhi Salaatu
Kufrii Irraa Amanuun keenya, Mushrikoonni Muka Qurquraa Wassalaam), Nuufis Muka Fannoo Nuuf Godhi Ja’aniin.
Takka Qaban Kan Jala Taa’aan, Isiirratti Meeshaa Waraanaa Akkasuma Eega Nabi Muhammad (Aleyhi Salaatu
Isaanii Finnifatan, Isiin Je’an: Saahiba Fannoo (Haadha Wassalaam) Du’anii Waggaa Dheeraa Turan Booda, Akkuma
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Nasaaraan Dhaloota Nabi Iisaa Kabajjuutti Nutiis Dhaloota Amantiin Isaa ‘Athiest’ Taate Tokko Ykn Warra Rabbiin
Nabiyyii Keenyaa Kabajana Jechuun Mowlida Ja’anii Hin Jiru Je’ee Amanuu Keysaa Tahe Tokko Markaba
36 37
Dibbee Tumuu Fii Shubbisuudhaan Bid’aa Fi Shirkiii Adda Yaabbatee Osoo Bishaan Bahar Irra Deemaa Jiruu, Qilleensi
Addaa Islaamummaa Keysa Naqachuudhaan Diin Islaamaa Guddaan Tokko Dhufee Markaba Kana Gara Galchuudhaaf
Lafatti Dhiisanii Shirkumaa fi Bid’aa Dalagutti Seenan. Gamaagamana O’oofuu Eegale. Qilleensi Kun Jabaatee
Yoom Kana Qofa Waa Hedduu Kan Yahuudaa Fi Nasaaraa Markaba Kana Ol Fuudhee Samii Keysa Ol Kaasuudhaan
Irraa Laallachuudhaan Islaamummaa Keysa Naqaniitu Jira. Cinaacha Tokkoon Gara Galchuu Bira Gahe. Garuu Wanni
Yoo Rabbi Je’e Mata Duree Haaraya Jalatti Ballinaan Laala. Nama Ajaa’ibsiisu Ogguu Dubbiin Jabaattee Namoonni
Markaba Kana Keysa Jiru Hundi Du’uuf Deemna Ja’anii
Sababaa Kanarraa Kan Ka’e Ummata Muslimaa Jiddutti Garaa
Qalbiin Isaan Cabuudhaan Rifatan. Faranjichi Rabbiin Hin
Garummaa Fi Fitinaan Adda Addaa Uumamuu Jalqabde.
Jiru Je’ee Amanu San Osuma Itti hin Yaadin “O! God, Save
Kana Booda Firqaaleen Adda Addaa Maqaa Adda Addaa
Us!” Je’e Hiikkaan Isaatii “Yaa Rabbi Nu Baasi!” Jechuu
Baafachuudhaan, Qur’aanaa Fi Sunnaa Rassula Keenyaa 
Dha. Ammallee Itti Deddeebisee Jechuu Itti Fufe. Xiqqo
Tan Hadiisa Sahiihaan Deeggaramte Lafatti Dhiisuudhaan,
Booda Qilleensi Kun Irraa Dhaabbatee Markabni Kun
Falsafaa Fi Bid’aa Adda Addaa Jala Deemu Jalqabde.
Nagayaan Deemuu Jalqabe. Eegas Nagayaan Gara Biyyaa
Ummanni Muslimaa Humna Dhabuudhaan Adawwiin Itti Deemaa Jiraniitti Galan. Faranjichi Eega Mana Isaatti
Akka Feetetti Itti Tabachuunis Kanumarraa Dhufte. Mee Galee Hafura Baafate Booda Yaanni Akkana Ja’u Tokko
Asummatti haa Dhaabne Gara Kutaa Itti Aanutti Dabarruu. Qalbii Isaa Keysa Dhufe. “Ani Duraan Rabbiin Hin Jiruu
Jechuudhaan Amanaa Turee, Maaliifin Yaa Rabbi Nu Baasi
Je’ee Kadhadhe?,’’ Ammallee “Rabbii Kamiin Kadhadhe?”
Gaafiin Jettu Sammuu Isaa Keysa Dhufte. Garuu Deebisaa
IBSA HUNDEE 4FFAA Waan Hin Arkatiniif Jecha, “Afaanuma Kiyyaatu Tasa Akkas
Je’e Malee, Wanni Rabbi Ja’an Hin Jiru” Jechuudhaan
Duraan Dersee Mee Seenaa Ajaa’ibaa Tan Zamana Yaada Kana Asumatti Firraa Goolabuudhaan Bira Kute.
Keenya Kana Keysa Argamte Tana Dubisaa.
Faranjichi Kun Yeroo Dheertuu Booda Biyya Misraa
Seenaa Zamana Keenya Argamte Takka Keysatti Faranjichi Daawwiidhaaf Dhaqe.
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Biyya Misraa Keysa Osuma Oliifi Gad Deemu, Namoota Hin Jiru, Hunda Warraa Ahdii Diigu Kan Galata Hin
Taa’ee Qur’aana Afaan Ingiliffaatti Hiikkame Waliif Beeyne Yoo Taate Malee.) Suuraa Luqmaan:31-32
38 39
Dubbisutti Jiru Tokko Hafuura Baafachuuf Jecha Ummata Faranjichi Kun Oggaa Aayata Kana Dhagahee Ummanni
Kana Cinaa Xiqqoo Irraa Achi Siqee Gad Taa’e. Kun Waa’ee Kiyya Haasawu Jiran Jechuu Yaaduudhaan,
Namoota Qur’aana Waliif Qara’u Kana Keysaa Tokko akka tasaa Warra Gaafa Markabnii Nuun Garagaluuf Ka’e
Qur’aana Afaan Arabaatiin Ogguu Qara’u, Kan Biraa San Naa Wajjiin Jiru Ta’uu Malan yaada jedhuun Lafaa
Afaan Ingiliffaatti Kan Hiikkame Irraa Dubbisa. Suuraan Ka’ee Ummata Kana Bira Dhaquudhaan, Wanni Isin Amma
Qur’aanaa Tan Isaan Akkanatti Qara’an Tun Suuraa Waliif Dubbistan San Maali? Jechuun Isaan Gaafate.
‘Luqmaani. Namtichinis Qur’aana Irraa Dubbifamu Kun Isaaniis “Kuni Qur’aana” Jechuudhaan Deebisaniif. Far-
Itti Tollaan, Taa’ee Dhageyfachutti Seene. Osuma Ja’anii anjichinis “Wanni Isin Reefu Dubiftan San Waa’ee Kiyya
Suuraa Luqmaan Tanarraa Aayata Itti Aanu Kanarra Gayan. Dubbata!” Je’een. Isaaniis Akkamitti Ja’anii Ogguu Kana
Seenaa Isaa Tan Bahar Irratti Markabni Garagaluu Gahee
‫(ﭼ ﭽ ﭾ ﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ ﮄ ﮅ ﮆ ﮇﮈ ﮉ ﮊ ﮋ ﮌ ﮍ‬
San Akka Jirutti Isaaniif eega Hime Booda, Kanaaf Jecha
‫ﮎ ﮏﮐ ﮑ ﮒ ﮓ ﮔ ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ‬ Nama Gaafa San Oggaan Ani Yaa Rabbi Nu Baasi Je’ee
]32-31 :‫ﮝ ﮞ ﮟﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤ ﮥ ﮦ ﮧ) [لقمان‬ Lallabu San Nabira Jiruutu Waa’ee Kiyya Barreyse Seh-
(Sa Hin Agarre Markabni Bahar Irra Kan Isiniin Loohu, eetiin Lafaa Ka’ee Isin Gaafadhe Je’een.
Tola Rabbiin (Isiniirratti Oole) Irraahi, Aayata (Mallat- Isaanis Kuni Qur’aanni Jecha Rabbi Akka Tahee Nabi Mu-
too) Isaa Isin Agarsiisuudhaafi; Kana Keysa Mallat- hammad  Irratti Kan Bu’e Tahuu Itti Himan. Ogguu Kan
tootu Jira Warra Obsa Qabuu Kanneen Galata (Rab- Faranjichi Kun “Nabi Muhammad tarii Bahara Irra Osoo
bii) Galchaniif. Ammaas Oggaa Damballiin Bishaanii Deemuu Akkuma Kiyyatti Wanni Na Qunname Isa Qunna-
Akka Gaaddisaatti Isaan Uwwifte (Oggaa Isaan Fixuuf mee Barreyfama Kana Barreysuu Hin Dhabu” Je’een. Isaanis
Kaate), Rabbi Ni Yaammatan, Haala Isa Qofa Qulqul- Nabi Muhammad Bahara Irra Deemee Akka Hin Beeyne Itti
leysoo Tahaniin; Garuu Oggaa Nagayaan Lafatti Isaan Himan. Faranjichi Kun Qur’aana Kana Naaf Kenna Jechuud-
Buufne, Isaan Keysaa Warra Jiddumatti Dhaabbatuu haan Irraa Fudhatee Ummata Kana Biraa Eega Deeme Boo-
(Garagaluutu) Jira. Mallattoo Teenya Kan Nu Mormu da. Galmee Seenaa Qorachuudhaan Nabi Muhammad Bahara
HUNDEEWWAN AFRAN HUNDEEWWAN AFRAN

Irra Deemee Akka Hin Beeyne Mirkaneeyfate. Ogguu Kana faaf Diina Qulqulleeysan. Garuu Hoggaa Nagayaan La-
Qur’anaa Dubbisiifi Waa’ee Islaamummaa Barruu Itti Fufe. faan Isin Gahe, Isaan Hoggusuma Warra Rabbitti Qin-
40 41
Wanni Inni Dubbisu Hundi Waanuma Dhugaa Kan Qalbii deeysu Tahan.) Suuraa Ankabuut :65
Nama Seentu, Ammallee Waanuma Ajaa’iba Itti Taate. Is- Akkuma Aayata Qur’aanaa Kanarratti Agartanitti Oggaa
laamummaan Qalbii Isaa Waan Boojiteef Jecha Dhumarratti Dhugaan Dhufte Waanuma Qalbii Keysa Jiruutu Baha.
Qur’aana Kana Rabbii akka Ilma Namaa itti Uume Beekuutu Ummanni Rabbiti Kafares Durumaanuu Rabbii Guddaa
Barreyse Jechuudhaan, Islaamummaa Eega Fudhate Booda Nu’uume Kana Osuma Qalbiin Isaanii Beeytuuti Haqa
Seenaa Akka Itti Islaamawee Kana Hunda Ifiif Hime. Dhooysuudhaan Hanga Rabbi Irraanfachuu Fi Rabbum-
Seenaa Tana Wanniin Barreyseef Barnoota, Kitaaba Kanaa maanuu Hin Jiru Jechuu Gayan.
Hundee 4ffaa Jalatti, Sheek Muhammad Binu Abdulwa- Jechi Kufrii Ja’uus Kan Dhufe Jecha ‘Kafara’ Je’urraahi.
habiin Kayyamee Wajjiin Waan Wal Fakkaatuufi. Kafara Jechuun Uwwisuu Ykn Hagooguu Jechuudha.
Kutaa Kana Jala Sheek Muhammad Binu Abdulwahab Fakkeenyaaf Oggaa Midhaan Facaasan, Biyye Irratti Dee-
Wanni Kaaye. bisan. Oggaa Biyyee Irratti Deebisan Booda Midhaan
Faca’e Kun Waan Biyyeen Hagoogamuuf Jecha Ni Dho-
Mushrikni Zamana Keenyaa Kuni Warra Duraa Sanirra
kota. Afaan Arabaatiin Kuni ‘Kafara’ Ja’ama. Kufrii Jechi
Shirkitti Irra Jabaadha. Sababninis Mushrikoonni Dur Ja’uus Kanarraa Dhufe.
Ballina Keeysatti Shirkii Dalagan, Garuu Gaafa Rakkoon
Isaan Mudatte Rabbi Qofa Qulqulleysan, Ammoo Mush- Akkasuma Warri Kafare Hundinuu Akkuma Midhaan Oggaa
rikoonni Ammaa, Haaluma Hunda Keeysatti Gaafa Rak- Facaafamu Biyyeen Hagoogamee Dhokatutti, Qalbii Isaanii
kootis Tahee Gaafa Ballinaatis Rabbitti Sharraksiisanii Keysatti Haqa Waan Dhooysaniif Jecha Kaafira Ja’aman.
Jechuudhaan Aayata Qur’aanaa Kana Itti Aansuudhaan Xumuramee
akka ragaatti fidate:

‫(ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ‬
]65 :‫ﭲ) [العنكبوت‬
(Yeroo Doonii Yaabbatan Bahara Gubbaatti Allaaha Qo-
HUNDEEWWAN AFRAN

43

DHAAMSA DUBBIFTOOTAAF
Kitaaba Kana Afaan Oromootti Hiikuu Keysatti, Kitaaba
Kana Keysaa Wanni Haqa Gaxxame Hundi Rabbirraahi,
Garuu Doggogoraa Fi Wanni Haqa Hin Gaxxamin Hundi
Nafsee Tiyyaa Fi Sheyxaanarraahi.
Dubbiftoota Kabajamoo Kitaaba Kana Oggaa Dubbiftan
Yaadas Tahee, Waan Sirraawuu Qaba Jettanis Yoo Jiraate
Ammallee Waan Dogongoraa Yoo Agartan teeysoo Gaditti
Ibsamaniin Fayyadamuudhaan Qooda Gama Keysannii
Akka Bahattan Afeeramtanii Jirtan.
Facebook:
https://www.facebook.com/salah.ahmed.946517
Rabbi Kan Waa Hunda Beeku, Rabbiin Nagayaa Fi
Rahmata Ergamaa Isaa Muhammadirratti Haa Buusu.
IslamHouseOr IslamHouseOR/ islamhouse.com/or/

IslamHouseOr/

You might also like