You are on page 1of 1

Ulaagaa itti quufiinsa dhimmamaa itti madaalamu (10%)

T Qabxii %
L. Uulaagaalee 0.25 0.5 0.75 1
1. Karoora qulqullinaan qupheessuun yeroo taa’e keessatti dhiyeessuu
2. Seeroota, hojimaataa, kallattii raawwii, tarsiimoo fi imaammata gadi bu’an irratti
hundaa’uun hojii gaggeessuu fi raawwachuu irratti
3. Manni hojichaa tajaajila fi hojii mootummaa akkaataa istaandardii taa’een
hojjechaa jira.
4. Ragaa fi odeeffannoo hojii waliin walqabatu qindeessee qabachuu, raqaa
qulqulluu irratti hundaa’uun gabaasuu,
5. Jijjiirama gaggeessuu danda’uu (change management)
6. Qabeenyoota (bajata, qabeenya namaa fi kan biro) karaa gahuumsaan qabuun
hojiirra oolchaa jiraachuu
7. Qindoominaan hojjechuu
8. Tekinoolojiitti fayyadamuuf yaalii fi tattaaffii jiru
9. Duub deebii deeggarsaa fi hordoffii taasifamuuf akka galteetti fudhachuu hojiirra
oolchuu irratti
10. Gabaasa qulqullina qabu fi Yeroo jedhame keessatti dhiyeessuu
Ida’ama qabxii ---------/10%

You might also like