You are on page 1of 5

Gabaasa Qorannoo Barreessuu

Akkaataan waliigalaa qorannichaa akka armaan gadii fakkaata:


Fuula duraa(Mata duree, fuula lammaffaa Axareera, fuula
sadaffaa Galata, fuula arfaffaa Hiika Jechootaa), fuula shanafaa
gabatee qabiyyee(baafata)
Hub: Isaan armaan olii kun lakk.warra Roomaa/Roma number)
tiin barreeffamu.
1. Seensa
1.1. Seenduubee qorannichaa
1.2.Ka’umsa Qorannichaa
1.3. Kaayyoo Qorannichaa
1.4. Gaaffilee qorannoo
1.5. Barbaachisummaa qorannichaa
Gabaasa Qorannoo….
1.5. Daangaa qorannichaa
1.6. Hanqina qorannichaa
1.7.Naamusa Qorannichaa
1.8.Malleen Qorannichaa
1.8.1.Saxaxa Qorannichaa
1.8.2. Iddattoo Qorannichaa
1.8.3. Tooftaalee Iddatteessuu
1.9.Mi’oota Ragaaleen Ittiin Funaanaman
1.9.1. Daawwannaa
1.9.2. Af-gaaffii
1.9.3. Marii garee
1.9.4. Mi’oota Elektirooniksii
Itti fufa…
1.10.Xiinxala Odeeffannoolee
Boqonnaa Lama: Sakatta’a Barruu
Boqonnaa Sadii: Ibsa Naannoo Qorannichaa
Boqonnaa Afur: Qaaccessa Ragaalee
Boqonnaa Shan: Gudunfaa, Argannoo fi Yaboo
5.1.Gudunfaa
5.2.Yaboo
Wabiilee
Dabaleewwan
Wabeeffannaa/Citation
APA style
Gosoota Barreeffama Barreeffama Hammattuu Hammattuu
wabeeffann keessatti keessatti yeroo keessatti keessatti yeroo
aa jalqaba lammataa jalqaba lammaffaaf

Barreessaa Gammachuu Gammachuu (Gammachuu , (Gammachuu ,20


nama (2017) (2017) 2017) 17)
tokkoo
Barreessitoo Gammachuufi Gammachuufi (Gammachuufi (Gammachuufi
ta lama Fedhasaa (1999) Fedhasaa Fedhasaa , Fedhasaa ,1999)
(1999) 1999)

Barreessitoo Gammachuu, Gammachuufaa (Gammachuu, (Gammachuufaa


ta sadii Warqineefi .,2000) Warqineefi .,2000)
Fedhasaa (2000) Fedhasaa ,200
0)
Listing Reference/Bibliography
Bedilu(2017).The Rooky Tyranny in
providing Quality Education in Ethiopia.
Addis Ababa: Mega Publisher.
John,k., Thomas,F. & Moon,D.(2010). Computer
Assisted Learning. USA: ‘Y’ publisher.
Krashen,S. & Piaget,W.(1999). L1 Acquisition
VS L2 learning. London: ‘X’ publisher.

You might also like