You are on page 1of 4

Gabaasa hojii IMX konfiraansiif dhiyyaatu

1 Carraa hojii dhaabii uumamme karoora dhi 1134,du1134,id 2268


rawwii dhi 302 du 244id 546
2.waldaa haara gurmaa’e karoora 284 rawwii 177
3.Carraa hojii yeroo uumamme karoora dhi du id 2983.5 rawwii
dhi du id 1100
4.Garee misooma IMX ijaarame karoora 29 rawwii 29
5.1.5 IMX ijaarame karoora 146 rawwii 146
6.Waldaalee IMX odiiti ta’an karoora 378 rawwii 320
7.Qussaana %20 (hanga amma) karoora 1209600 rawwii 426900
8.Liqii bule akka galu ta’e karoora 94000 rawwii 34175
9.Walitti hidhaaminsa gabaa qarshiin uumamee karoora 65266065
rawwii 7065,582.72
10.waliti hidhaaminsa gabaa baay’inaa nama tiin karoora 2760 rawwii
546
11. hojii barbaaddoota galmaa’an karoora 7002 rawwii 2037 kan
yeroo dabalatee
12. Seelii waldalee IMX keessatti ijaarame karoora 29 rawwii 29
13.miseensa IMX hooratamee karoora dhi 272 du 218 id 490 rawwii
dhi 272 du 218 id 490
14.waldaalee ce’aan karoora 13 rawwii 12
15.liiqii liqeeffaame karoora rawwii
16.kadhiimama IMX hooratame karoora dhi 75 du 75 id 150 rawwii
dhi 38 du 72 id 110
17.deeggaara horaatame karoora dhi 175 du 175 id 350 rawwii dhi 120
du 195 id 315
18.sheedii ijarame karoora balbaala 8 rawwii balbaala 25
19.shediin kun qarshiin kar 120000 rawwii 345000
20.sheedii otoo itti hin hojaatiin hafaani irraa fudhaatamu qabu 17
irraatti murtaa’e jira
21.waldaa yeroon isaani gahe irraa fudhaatamu qabu 15 irraatti murtaa’e
jira
22.buusii miseensa IMX karoora 4956 rawwii 4956
23.buusii gaazexa karoora 1690 rawwii 1690
24.waltaajjii bu’uura dhaaba IMX gaggeeffame karoora 18 rawwii 18
25.iddoo omishaa fi gurgurtaa kennaame karoora m2 17492 rawwii 1100
26. namoota kennaamef karoora 279 rawwii dhi 15 du 10 id 25
Hojii barnoota
27.namoota BGQGX baracha jiran karoora 500 rawwii 73
28.daa'imaan m/b hafaanii akka deebi'an tasisuu karoora 57 rawwii 19
29.da’immaan harka qallaayyee kaffaalti malee akka barataan taasisuu
karoora 26 rawwii 26
30.hirmaana ummaata mana barnoota keessatti taasissu karoora 50000
rawwii 83000
hojii fayyaa ilaalchise
31.boolla mana fincaani ijarame karoora 310 rawwii 275
32.haadhoolii ulfaa adda bahan karoora 564 rawwii 390
33.haadhoolii ulfaa hordoofii dhaabilee fayyaatti taasisan
karoora 564 rawwii 164
34.hadhooli buufata fayyaa tti dahan karoora 564 rawwii 162
35.qulqullina naannoo karoora ji’a ji’an rawwii 18
36.moodela abba warraa eebisisuu karoora 1080 rawwii qophii irraa jira
37.rayyaa dame dubartoota ijaaru karoora 70 rawwii 70
38.1.5 rayyaa dame dubartoota ijaarame karoora 281 rawwii 281
Hojii bu’uura misooma hirmaana ummatattin hojaatame
36.dandii kobil stooni hojaatame karoora km 4 rawwii 1.5 km
37.Hirmaana ummata meeshaadhaan karoora 2000000 rawwii
5250000
38.hirmaana ummaata humnaan karoora 2000000 rawwii 6250000
Hojii nageenya
40.ijaarsa seeran aala digaame mana karoora 34 rawwii 18
41.Ijaarsa seeran aala dallaa karoora 80 rawwii 80
41.1.mana standardii gadii diigame karoora 3000 rawwii 112
42.nageenyaa naannoo egsiissu karoora 18 rawwii 18
Hojii dhaabaa
1.qayyaana gaggeeffame karoora 18 rawwii 12
2.miseensa haara horaatame karoora 200 rawwii dhiira 83 du 90 ida’ama
153
3.buusii miseeensa karoora 5412 rawwii 5412
4.galli gaazexa karoora 935 rawwii 935
5.konfiraansi bara gaggeeffame karoora 4 rawwii 3
6.waltaajjii bu’uura dhaaba jiraata karoora 18 rawwii 12

You might also like