You are on page 1of 3

Kitaaba

seenaa oromoo pdf downloads

entrancementcentral.netlify.com › ★ ★ ★ Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free SoftwareThumbs db viewer for mac. Seenaa Ummata Oromoo GababbinaanOromoon saba Afrikaa keessa jiraatu, kan Itoophiyaa keessaa fi haga xiqqoo immoo ummata Keeniyaa fi Somaaliyaa keessatti argamu dha. Sabni Oromoo saba Itoophiyaa keessatti baay'ina
ummataan tokkoffaa irra jiru. Akka Qo'annoo bara 1994 (akka dhaha Giriigooriyaanitti) baay'nni ummata Oromoo dhibbantaa ummata Itoophiyaa 32.1% qabata. Har'a baayyini ummata Oromoo miliyoona 40 oli dha.
Afaan dubbatamus Afaan Oromoo jedhama.Afaan oromoo afaan Hawusaafi Arabiiffaati anee sadarkaa sadaffaarraati argama.Ummatni Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha. Ummatni Oromoo kaabaan hanga Tigraay, kibbaan hanga Keeniyaa faffaca'ee argama. Gaanfa Afrikaa
keessa Oromoon saba kushii dubbatu guddicha dha. Akkaataan lafa, aadaa fi afaan isaa Oromoo Afrikaa keessa dabre immoo addunyaa keessatti akka beekamtu isa godheera.

Qo'annoon jiru akka ibsutti Oromoon ganna kumaa ol Afrikaa Bahaa keessa akka jiraate amanama (Prouty at al, 1981).Oromoo Saba 'Pastoralist/nomadic' fi 'semi-agriculturalist' jedhaman keessaa akka dhufe amanama. Jaarraa 16 keessatti eega mootummaan Habashaa fi Sulxaanetii Adaal wal hadhanii lachuu dadhabanii dhiisanii booda, ummanni
Oromoo gara Kaabaatti (kaaba Oromiyaa ammaatti)babal'atan. Abbaan amantii 'Baahiree' jedhamu akka bara 1593tti barreessetti jajjabeenya Oromoon yeroo sunitti qabu cimaa akka ture ibseera. Bahrey itti aanee Oromoon akka gara kaaba-dhihaatti gara Arsii, Shawaa, Wallagga fi Goojjam akkasumas gara kaaba-bahaan gara Harargee fi Walloo akka
fafaca'e ibseera. Harold G. Marcus akka jedhetti kaabi-dhihaa Boorana akka bakki Oromoon duran qubate akka ta'e ibseera. Jaarraa 17 jalqabee Oromoon Amaara irraa gargar bahuu jalqaban. Haa ta'u malee, Oromoon bulchiinsa Itoophiyaa bara suni keessatti bakka argachuu jalqabde. Keessattuu Emperor Iyoas 1ffaan (1730-55) Oromoota saba
haadha isaa ta'an ofitti dhiheessuu jalqabe. Akkasumas waltajjii Gondar keessatti Afaan Oromoo akka dubbatamu taasise. Bara 'Zemene Mesafinti' keessatti dhaloota Oromoo kan ta'an Yejjuun bara dheeraaf waraanaan Imperoota Itoophiyaa dursaa turan. Akkasumas Begemder, Enderases jalatti qoodamuu jalqaban. Yejjuunis Raas Alii 1ffaa jala bulaa
ture, haa ta'u malee, bara dheeraan duuba Tewodiroos 1ffaan Raas Alii 1ffaa injifate. Maytag atlantis washer manual remove agitator maytag. Ta'us, ammallee Impereronni Itoophiyaa waan dadhabaniif waraanni Yejjuu Itoophiyaa keessaa tokkoffaa ture.Oromoonni bara sunnitti beekkamoo turan keessaa 1. Bulchituu Menen kan Wollo, kan bara 1800
Empress taate. 2. Ras Mohaammad kan Wollo, kan Raas Mikaa'el ta'e, achiin bulchiinsa Sion. 3.
Bulchituu Menen kan Ambaassel, kan haadha manaa Hayila Sillaasee taate.Humnaa fi maatii imperiyaalaa wajjin walitti qabamuf jecha ummatni Oromoo hedduun Kiristaanummaatti jijjiiramanii turan.
Itti fufee immoo, gara dhuma 1800ffaatti, Emperor Yohaannis 4ffaan gosa Oromoo Walloo keessa jiran hunda akka Kiristaanummaatti jijjiraman yookaan immoo akka qabeenya isaanii dhaban sodaachisee ture. Kun immoo gosa Oromoo lafa warra dhiisan akka gara kibbaatti godaanan warra godhee ture. Bulchaan Oromoo Mohaammad maqaa jijjiratee
Abbaa lafaa Mikaa'el jedhame, niitii erga fuudhee booda abbaa Emperor Iyyaasuu 4ffaa ta'e.Godinaale OromiyaaArsiiBaaleeBooranaJimmaIluu Abbaa BooraaShawaa DhihaaHarargee BahaaWallaga BahaaHarargee DhihaaShawaa BahaaShawaa KaabaaWallaga DhihaaGujiiQoqqoodama OromooUmmani Oromoo bakka kudha lamatti adda bahan.
Bakka dhiha baha irra eegalee hanga bahaatti tuutnitun:Ummani Wallaggaa ummata naannawa dhihaa jiraatu ummanni kun naannawa bishaanii jiraatan;Oromoo Maccaa, Laga Dhidheessaa fi laga Oomoogidduu, kibba laga Gibee jiraatu.Oromoo Tuulamaa, Handhuura Oromiyaa naannoo Finfinneejiraatu;Oromoo Walloo, gara Kaabaa naannoo Amaaraa
godina addaa Oromiyaa Oromia Zone, naannoo Hara Ashangee, jiraatu; Oromoo Raayyaafi Yejjuu Oromoo jedhamuThe Ittu Oromo, who live in the Oromia Region from the Laga Hawaas guddaa fi magaalaa Dirree Dhawaa Dire Dawajiraatu;The Oromoo Anniyyaa , kibba warra Ituu fi dhiha Laga Erer jiraatu;The Ala Oromoo,magaalaa Hararfi laga Erer
River dhihatti, warra Ituu fi Anniyyaa gidduu jiraatu;Nole Oromo, magaalaa Dirree Dhawaa bahatti kaaba magaalaa Harar;Babille Oromo, who are one of the easternmost subgroup, living east of the Erer River in the Oromia Region, and south of the other easternmost subgroup,Oromoo Jaarsoo, godina Harargee Bahaa gara bahaatti;Oromoo Arsii,
godinaalee Arsii, Baalee fi haga tokko Shawaa bahaa keessa jiraatu.Oromoo Booranaa, Kibba Oromiyaa fi kaaba Keeniyaa jiraatu.Warra Qaalluu, laga Hawaas Awash River fi magaalaa Dirree Dhawaa Dire Dawa gidduu jiraatu.Oromoo Gujii, who are the southern part subgroup of the Oromo, inhabiting neighboring the Borena Oromo. Oromoo
BeekkamooAmaan Hedatoo political activist and new singerAbbabaa Abbishuu – political activist and prominent singerAbbaaduulaa Gammadaa – Perezidaantii naannoo Oromiyaa afraffaa fi hogganaa Dh.D.U.OAbas Hadji – Barreessaa seenaa waa'ee ummata Arsii barreesseMootii Abbaa Jifaar II Jimmaa fi naannoo ishee bulchaa ture.Abbas Ganamo –
professorAbdiisaa Aagaa – Escapee from Italian prison and leader of a squad for the Allies during WWII Topaz plugins bundle 2018. Hon. Abdissa Yadeta Muleta-Ethiopian State Minister of Youth & SportAbdulkariim Ibraahim Hamiid (Jaarraa Abbaa Gadaa) – Hundeessitooota ABO keessaa isa tokko kan ta'eefi hoogganaa ‘Front for Democratic Oromia'
(FDO)Abdulsemed M.
Yousuf Dr. barreessaa seerluga Afaan Oromoo and authority on Oromo grammarRaas Abbabaa Aragaay, Jeneraala qubattoota Xaaliyaanii lolan (1930s)Abbabaa Biqilaa – Olimpikii irratti akka Afrikaa fi Itoophiyaatti madaaliyaa warqee badhaafamuun isa tokkoffaal in the Olympics (maraatoonii; miila qullaa fiiguun)Abebe Kebede – prominent singer
from the 1980sAbebe Tesema – a famous singerAbiyyuu Galataa – OLF leaderAbubaker Usman Oda (Sheikh Bakri Saphalo) – Sabboonaa Oromoo fi hayyuu Musliimaa; Qubee Afaan Oromoo boce.Hon. Adaanech Abbabee Dessa – Secrateray General of (HPR)House of Peolples RepresentativeColonel Alamuu Qixxeessaa – Hundeessaa fi hoogganaa
dhaaba ‘Maccaafi TuulamaaAli Birra – Wallisaa beekamaa fi sabboonaaRas Ali II of Yejju, Enderase or Regent of the Ethiopian Emperor, and effectively the ruler of EthiopiaAmaan Kadir Kamsaree – Hayyuu Oromoo and one of the founders of Front for Independence of OromiaAsaffaa Jaalataa – barreessaa fi piroofeesara (author and
professor)Ayyaanaa Birruu – invented the Amharic typewriter of EthiopiaBaaroo Tumsaa – warra ABO hundeessan keessaa tokko.Sheek Bakrii Saphaloo- hayyuu fi ogeessa walaloo. Sirna barreeffama Qubee Afaan Oromoo kan boce.Dejazmach Baalchaa Abbaa Nafsoo – Jeneraala Itoophiyaa Waraana Adwaa hooggane.Bedri Kabira Mohammed – founder
of the Saphaloo FoundationBirhaanee Adaree- won the IAAF World Half Marathon ChampionshipsBoruu Sheko Baatii- Regional leaderHon. Bulchaa Dammaqsaa Sanbatoo- hoogganaa WFDO OFDM miseensa paarlaamaa,Daawud Ibsaa Ayyaanaa – Hoogganaa ABODaraartuu Tulluu – Long Distance runner and Gold Winner at the OlympicsDubbalee
Jaalee- Hoogganaa Baankii Biyyoolessaa ItoophiyaaDubba Gololcha – Regional leaderEebbisaa Addunyaa – wallisaa jaallatamaa fi sabboonaaProfessor Ephrem Isaac – Multilnigual author and professorElemo Qiltu – Hero among heros. Known as the first true fighter for the sake of Oromo people.Hon. Fantaye Gezahegn Urgesa- Deputy Chairperson of
the Ethiopian Legal & Adminiistration Affairs CommitteeFaaxumaa Roobaa – Long Distance runner and 1996 marathon winner.Gadaa Gammadaa – One of the OLF foundersHon. Fetia Yesuf Mumed- Deputy Chairperson of the Ethiopian Capacity Building Affairs CommitteeGalaasaa Dilboo – Hoogganaa ABOGeexee Waamii – cross country and track
runner.Hon. Girmaa Birruu Gadaa- EThiopian Minister of Trade & IndustryHon. Giiftii Abbaasiyyaa Abbaabulgaa – Chairperson of Ethiopian Women's Affairs CommitteeGuyyoo Dhaabasaa – gadaa scholarHaile Gebreselassie – King of Long distance running and marathon runner.Haayile Maariyaam Gammadaa Dhaaba Maccaa fi Tuulama kan
hundeesse.Haayiluu kitaabaa- Wallistoota Oromoo daran jaallataman keessaa tokko kan ta'e.Hasan Alii Pirezidaantii naannoo Oromiyaa isa jalqabaa.Hordofaa Guyyaasaa authorIbsaa Guutamaa – former Minister of EducationIbsaa Sisaay – authorJamaal Roobalee also known as Guutamaa Hawaas – One of the OLF foundersHon. Kebede Abera Odo-
Chairman of the Ethiopian Trade & Industry Affairs CommitteeGeneral Kemal Galchu – a former Ethiopian GeneralJuneidi Sado – pirezidaanttii naannoo Oromiyaa sadaffaa (2001-2005)Qananiisaa Baqqalaa – Ethiopian long distance runnerKumaa Dammaqsaa – Pirezidaantii naannoo Oromiyaa lammaffaa 1995-2001)kan tureefi amma kantiibaa
magaalaa Finfinnee'Kuwee' Martha Kumsa – acclaimed journalist and imprisoned professorLaggasaa Abdii – wallisaa fi taphataa ximboo (masiinqoo)gerLeencoo Lataa – former OLF hoogganaa ABO,injineera, ogeessa siyaasaa,barreessaaLegaba Bekele Hordofa Chengire – Responsible for the Royal Palace (Gibbi)Leencoo Baatii – Spoke
Person[[Maammoo Mazammir]- Miseensa Waldaa Maccaa fi TuulamaaMamo Wolde – Ethiopian long-distance runner, winner of the marathon at the 1968 Summer OlympicsDr. Merera Gudina – author and professor, OFC (ONC + OFDM) opposition party executive member, Ethiopian parliamentarianMerkuria Bulcha – author and professorHon.
Ambassador Mohammed Ali Ibrahim-Chairman of the Ethiopian Foreign, Defense & Security Affairs CommitteeSheikh Mohamed Rashad Abdulle – Hayyuu Musliimaa Qur'aana Afaan Oromootti hiike.Mohammed Hassen Ali – professor of history at Georgia University and one of the most prolific writers on Oromo historyMul'is Abbaa gadaa sabboonaa
beekamaaand one of the founders of Oromo liberation ArmyNadhii Gammadaa – One of the OLF foundersHon. Dr. Negaso Gidada Solan- Pirezidaantii Itoophiyaa durii fi miseensa paarlaamaaNuho Mohammed Gobana – one of the best Oromo singersOmar Suleyman – Legend Oromo Artist and NationalistOnesimoos Nasiib – lallabaa wangeelaa fi
Kitaaba Qululluu Afaan Oromootti kan hiikeQamar Yusuf – Oromo tranditional singer; known as the Master of ShaggoyyeeHon. Shiferaw Jariso Tedecha – EPRDF government minister (chief)Hon. Sofiyan Ahmed Beker – Ethiopian Minister of Finance & Economic DevelopmentQurquji Simboo – renowned Oromo vocalist and Oromo nationalism
advocatorRamadaan Huseen Khaliil – First oromo libration fighterTafarii Bantii – former Ethiopian presidentTesfaye Jale Geche- Former Education Department Head of West-Shoa Administrative ZoneTilahun Gessesse – Wallisaa Toophiyaa guddichaDr. Tilahun Gamta – Renowned Oromo linguist and author of the most comprehensive Oromo English
DictionaryGen.
Taaddasaa Birruu – Nelson Maandellaa kan leenjise,abbaa qabsoo ykn sabboonummaa Oromoo goota Itoophiyaa hoogganaa humna darbatamaaDr. Tashomee Soromessa – author and professorXirunesh Dibaabaa – Ethiopian long-distance runnerUmar Suleyman – wallisaa beekkamaaGen. Waaqoo Guutuu – leader of the United Liberation Forces of
Oromia (ULFO)[Hon. Workneh Gebeyehu Negewo]] – Commissioner of the Federal PoliceLij Yilmaa Dheeressaa Amantuu: Minister of Finance, Commerce & Industry and Foreign Affairs in Emperor Haile Selassie's cabinet; economist; historian; and, celebrated wit. Author of Ye Ityopia Tarik be Asrasideste Naw Kifle Zemen.Ibsaa Eebbaa Fayisaa – One
of the OLF founders, Organizer, Author and EngineerGirmaa Gooroo Gonfaa – Qo'ataa fi BarsiisaaHaile Fida the founder of MEISON political party.Acrobat distiller for windows 7 64 bit free download.
Unfortunately, it's impossible to download the 6.01 update for Adobe Acrobat Professional because Adobe doesn't offer it anymore. I have tried downloading it. Jan 23, 2018 - Adobe Distiller Free Download For Windows 7 - Pro x64 bit and Acrobat Distiller - Windows XP Home and www.lsccom.com/prepress/pre.Seenaa Ummata Oromoo
GababbinaanWo rahne wali mahlo ki serial song download. Mp3take is file search engine and does not host music files, no media files are indexed hosted cached or stored on our server, They are located on third party sites that are not obligated in anyway with our site, Mp3take is not responsible for third party website content. If you have found a
link url to an illegal music file, please send mail to: then we will remove it in 1 - 2 business days. The media files you download with Mp3take must be for time shifting, personal, private, non commercial use only and must remove the files after listening. It is illegal for you to distribute or download copyrighted materials files without permission.
Disclaimer: All contents are copyrighted and owned by their respected owners.Kitaba Seena Oromoo PdfOromoon saba Afrikaa keessa jiraatu, kan Itoophiyaa keessaa fi haga xiqqoo immoo ummata Keeniyaa fi Somaaliyaa keessatti argamu dha. Sabni Oromoo saba Itoophiyaa keessatti baay'ina ummataan tokkoffaa irra jiru. Akka Qo'annoo bara 1994
(akka dhaha Giriigooriyaanitti) baay'nni ummata Oromoo dhibbantaa ummata Itoophiyaa 32.1% qabata. Fotomagico pro 5 6 13 15. Har'a baayyini ummata Oromoo miliyoona 40 oli dha. Afaan dubbatamus Afaan Oromoo jedhama.Afaan oromoo afaan Hawusaafi Arabiiffaati anee sadarkaa sadaffaarraati argama.Kitaaba Sena Oromoo PdfUmmatni
Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha. Ummatni Oromoo kaabaan hanga Tigraay, kibbaan hanga Keeniyaa faffaca'ee argama. Gaanfa Afrikaa keessa Oromoon saba kushii dubbatu guddicha dha. Akkaataan lafa, aadaa fi afaan isaa Oromoo Afrikaa keessa dabre immoo addunyaa
keessatti akka beekamtu isa godheera. Qo'annoon jiru akka ibsutti Oromoon ganna kumaa ol Afrikaa Bahaa keessa akka jiraate amanama (Prouty at al, 1981).Oromoo Saba 'Pastoralist/nomadic' fi 'semi-agriculturalist' jedhaman keessaa akka dhufe amanama. Jaarraa 16 keessatti eega mootummaan Habashaa fi Sulxaanetii Adaal wal hadhanii lachuu
dadhabanii dhiisanii booda, ummanni Oromoo gara Kaabaatti (kaaba Oromiyaa ammaatti)babal'atan. Abbaan amantii 'Baahiree' jedhamu akka bara 1593tti barreessetti jajjabeenya Oromoon yeroo sunitti qabu cimaa akka ture ibseera. Bahrey itti aanee Oromoon akka gara kaaba-dhihaatti gara Arsii, Shawaa, Wallagga fi Goojjam akkasumas gara
kaaba-bahaan gara Harargee fi Walloo akka fafaca'e ibseera. Revenge of the incredible hulk.

Harold G. Marcus akka jedhetti kaabi-dhihaa Boorana akka bakki Oromoon duran qubate akka ta'e ibseera. Jaarraa 17 jalqabee Oromoon Amaara irraa gargar bahuu jalqaban.

Haa ta'u malee, Oromoon bulchiinsa Itoophiyaa bara suni keessatti bakka argachuu jalqabde.
Keessattuu Emperor Iyoas 1ffaan (1730-55) Oromoota saba haadha isaa ta'an ofitti dhiheessuu jalqabe. Akkasumas waltajjii Gondar keessatti Afaan Oromoo akka dubbatamu taasise. Bara 'Zemene Mesafinti' keessatti dhaloota Oromoo kan ta'an Yejjuun bara dheeraaf waraanaan Imperoota Itoophiyaa dursaa turan. Akkasumas Begemder, Enderases
jalatti qoodamuu jalqaban. Yejjuunis Raas Alii 1ffaa jala bulaa ture, haa ta'u malee, bara dheeraan duuba Tewodiroos 1ffaan Raas Alii 1ffaa injifate. Ta'us, ammallee Impereronni Itoophiyaa waan dadhabaniif waraanni Yejjuu Itoophiyaa keessaa tokkoffaa ture.Oromoonni bara sunnitti beekkamoo turan keessaa 1. Bulchituu Menen kan Wollo, kan bara
1800 Empress taate. 2. Ras Mohaammad kan Wollo, kan Raas Mikaa'el ta'e, achiin bulchiinsa Sion. 3. Bulchituu Menen kan Ambaassel, kan haadha manaa Hayila Sillaasee taate.Humnaa fi maatii imperiyaalaa wajjin walitti qabamuf jecha ummatni Oromoo hedduun Kiristaanummaatti jijjiiramanii turan. Itti fufee immoo, gara dhuma 1800ffaatti,
Emperor Yohaannis 4ffaan gosa Oromoo Walloo keessa jiran hunda akka Kiristaanummaatti jijjiraman yookaan immoo akka qabeenya isaanii dhaban sodaachisee ture. Kun immoo gosa Oromoo lafa warra dhiisan akka gara kibbaatti godaanan warra godhee ture. Bulchaan Oromoo Mohaammad maqaa jijjiratee Abbaa lafaa Mikaa'el jedhame, niitii erga
fuudhee booda abbaa Emperor Iyyaasuu 4ffaa ta'e.Godinaale OromiyaaArsiiBaaleeBooranaJimmaIluu Abbaa BooraaShawaa DhihaaHarargee BahaaWallaga BahaaHarargee DhihaaShawaa BahaaShawaa KaabaaWallaga DhihaaGujiiQoqqoodama OromooUmmani Oromoo bakka kudha lamatti adda bahan. Bakka dhiha baha irra eegalee hanga bahaatti
tuutnitun:Ummani Wallaggaa ummata naannawa dhihaa jiraatu ummanni kun naannawa bishaanii jiraatan;Oromoo Maccaa, Laga Dhidheessaa fi laga Oomoogidduu, kibba laga Gibee jiraatu.Oromoo Tuulamaa, Handhuura Oromiyaa naannoo Finfinneejiraatu;Oromoo Walloo, gara Kaabaa naannoo Amaaraa godina addaa Oromiyaa Oromia Zone,
naannoo Hara Ashangee, jiraatu; Oromoo Raayyaafi Yejjuu Oromoo jedhamuThe Ittu Oromo, who live in the Oromia Region from the Laga Hawaas guddaa fi magaalaa Dirree Dhawaa Dire Dawajiraatu;The Oromoo Anniyyaa , kibba warra Ituu fi dhiha Laga Erer jiraatu;The Ala Oromoo,magaalaa Hararfi laga Erer River dhihatti, warra Ituu fi Anniyyaa
gidduu jiraatu;Nole Oromo, magaalaa Dirree Dhawaa bahatti kaaba magaalaa Harar;Babille Oromo, who are one of the easternmost subgroup, living east of the Erer River in the Oromia Region, and south of the other easternmost subgroup,Oromoo Jaarsoo, godina Harargee Bahaa gara bahaatti;Oromoo Arsii, godinaalee Arsii, Baalee fi haga tokko
Shawaa bahaa keessa jiraatu.Oromoo Booranaa, Kibba Oromiyaa fi kaaba Keeniyaa jiraatu.Warra Qaalluu, laga Hawaas Awash River fi magaalaa Dirree Dhawaa Dire Dawa gidduu jiraatu.Oromoo Gujii, who are the southern part subgroup of the Oromo, inhabiting neighboring the Borena Oromo. Oromoo BeekkamooAmaan Hedatoo political activist
and new singerAbbabaa Abbishuu – political activist and prominent singerAbbaaduulaa Gammadaa – Perezidaantii naannoo Oromiyaa afraffaa fi hogganaa Dh.D.U.OAbas Hadji – Barreessaa seenaa waa'ee ummata Arsii barreesseMootii Abbaa Jifaar II Jimmaa fi naannoo ishee bulchaa ture.Abbas Ganamo – professorAbdiisaa Aagaa – Escapee from
Italian prison and leader of a squad for the Allies during WWIIHon. Abdissa Yadeta Muleta-Ethiopian State Minister of Youth & SportAbdulkariim Ibraahim Hamiid (Jaarraa Abbaa Gadaa) – Hundeessitooota ABO keessaa isa tokko kan ta'eefi hoogganaa ‘Front for Democratic Oromia' (FDO)Abdulsemed M. Yousuf Dr. barreessaa seerluga Afaan Oromoo
and authority on Oromo grammarRaas Abbabaa Aragaay, Jeneraala qubattoota Xaaliyaanii lolan (1930s)Abbabaa Biqilaa – Olimpikii irratti akka Afrikaa fi Itoophiyaatti madaaliyaa warqee badhaafamuun isa tokkoffaal in the Olympics (maraatoonii; miila qullaa fiiguun)Abebe Kebede – prominent singer from the 1980sAbebe Tesema – a famous
singerAbiyyuu Galataa – OLF leaderAbubaker Usman Oda (Sheikh Bakri Saphalo) – Sabboonaa Oromoo fi hayyuu Musliimaa; Qubee Afaan Oromoo boce.Hon. Adaanech Abbabee Dessa – Secrateray General of (HPR)House of Peolples RepresentativeColonel Alamuu Qixxeessaa – Hundeessaa fi hoogganaa dhaaba ‘Maccaafi TuulamaaAli Birra – Wallisaa
beekamaa fi sabboonaaRas Ali II of Yejju, Enderase or Regent of the Ethiopian Emperor, and effectively the ruler of EthiopiaAmaan Kadir Kamsaree – Hayyuu Oromoo and one of the founders of Front for Independence of OromiaAsaffaa Jaalataa – barreessaa fi piroofeesara (author and professor)Ayyaanaa Birruu – invented the Amharic typewriter of
EthiopiaBaaroo Tumsaa – warra ABO hundeessan keessaa tokko.Sheek Bakrii Saphaloo- hayyuu fi ogeessa walaloo. Sirna barreeffama Qubee Afaan Oromoo kan boce.Dejazmach Baalchaa Abbaa Nafsoo – Jeneraala Itoophiyaa Waraana Adwaa hooggane.Bedri Kabira Mohammed – founder of the Saphaloo FoundationBirhaanee Adaree- won the IAAF
World Half Marathon ChampionshipsBoruu Sheko Baatii- Regional leaderHon. Bulchaa Dammaqsaa Sanbatoo- hoogganaa WFDO OFDM miseensa paarlaamaa,Daawud Ibsaa Ayyaanaa – Hoogganaa ABODaraartuu Tulluu – Long Distance runner and Gold Winner at the OlympicsDubbalee Jaalee- Hoogganaa Baankii Biyyoolessaa ItoophiyaaDubba
Gololcha – Regional leaderEebbisaa Addunyaa – wallisaa jaallatamaa fi sabboonaaProfessor Ephrem Isaac – Multilnigual author and professorElemo Qiltu – Hero among heros. Known as the first true fighter for the sake of Oromo people.Hon. Fantaye Gezahegn Urgesa- Deputy Chairperson of the Ethiopian Legal & Adminiistration Affairs
CommitteeFaaxumaa Roobaa – Long Distance runner and 1996 marathon winner.Gadaa Gammadaa – One of the OLF foundersHon. Fetia Yesuf Mumed- Deputy Chairperson of the Ethiopian Capacity Building Affairs CommitteeGalaasaa Dilboo – Hoogganaa ABOGeexee Waamii – cross country and track runner.Hon. Girmaa Birruu Gadaa- EThiopian
Minister of Trade & IndustryHon. Giiftii Abbaasiyyaa Abbaabulgaa – Chairperson of Ethiopian Women's Affairs CommitteeGuyyoo Dhaabasaa – gadaa scholarHaile Gebreselassie – King of Long distance running and marathon runner.Haayile Maariyaam Gammadaa Dhaaba Maccaa fi Tuulama kan hundeesse.Haayiluu kitaabaa- Wallistoota Oromoo
daran jaallataman keessaa tokko kan ta'e.Hasan Alii Pirezidaantii naannoo Oromiyaa isa jalqabaa.Hordofaa Guyyaasaa authorIbsaa Guutamaa – former Minister of EducationIbsaa Sisaay – authorJamaal Roobalee also known as Guutamaa Hawaas – One of the OLF foundersHon. Kebede Abera Odo-Chairman of the Ethiopian Trade & Industry Affairs
CommitteeGeneral Kemal Galchu – a former Ethiopian GeneralJuneidi Sado – pirezidaanttii naannoo Oromiyaa sadaffaa (2001-2005)Qananiisaa Baqqalaa – Ethiopian long distance runnerKumaa Dammaqsaa – Pirezidaantii naannoo Oromiyaa lammaffaa 1995-2001)kan tureefi amma kantiibaa magaalaa Finfinnee'Kuwee' Martha Kumsa – acclaimed
journalist and imprisoned professorLaggasaa Abdii – wallisaa fi taphataa ximboo (masiinqoo)gerLeencoo Lataa – former OLF hoogganaa ABO,injineera, ogeessa siyaasaa,barreessaaLegaba Bekele Hordofa Chengire – Responsible for the Royal Palace (Gibbi)Leencoo Baatii – Spoke Person[[Maammoo Mazammir]- Miseensa Waldaa Maccaa fi
TuulamaaMamo Wolde – Ethiopian long-distance runner, winner of the marathon at the 1968 Summer OlympicsDr. Merera Gudina – author and professor, OFC (ONC + OFDM) opposition party executive member, Ethiopian parliamentarianMerkuria Bulcha – author and professorHon. Ambassador Mohammed Ali Ibrahim-Chairman of the Ethiopian
Foreign, Defense & Security Affairs CommitteeSheikh Mohamed Rashad Abdulle – Hayyuu Musliimaa Qur'aana Afaan Oromootti hiike.Mohammed Hassen Ali – professor of history at Georgia University and one of the most prolific writers on Oromo historyMul'is Abbaa gadaa sabboonaa beekamaaand one of the founders of Oromo liberation
ArmyNadhii Gammadaa – One of the OLF foundersHon. Dr. Negaso Gidada Solan- Pirezidaantii Itoophiyaa durii fi miseensa paarlaamaaNuho Mohammed Gobana – one of the best Oromo singersOmar Suleyman – Legend Oromo Artist and NationalistOnesimoos Nasiib – lallabaa wangeelaa fi Kitaaba Qululluu Afaan Oromootti kan hiikeQamar Yusuf –
Oromo tranditional singer; known as the Master of ShaggoyyeeHon. Shiferaw Jariso Tedecha – EPRDF government minister (chief)Hon. Sofiyan Ahmed Beker – Ethiopian Minister of Finance & Economic DevelopmentQurquji Simboo – renowned Oromo vocalist and Oromo nationalism advocatorRamadaan Huseen Khaliil – First oromo libration
fighterTafarii Bantii – former Ethiopian presidentTesfaye Jale Geche- Former Education Department Head of West-Shoa Administrative ZoneTilahun Gessesse – Wallisaa Toophiyaa guddichaDr. Tilahun Gamta – Renowned Oromo linguist and author of the most comprehensive Oromo English DictionaryGen. Taaddasaa Birruu – Nelson Maandellaa kan
leenjise,abbaa qabsoo ykn sabboonummaa Oromoo goota Itoophiyaa hoogganaa humna darbatamaaDr. Tashomee Soromessa – author and professorXirunesh Dibaabaa – Ethiopian long-distance runnerUmar Suleyman – wallisaa beekkamaaGen. Waaqoo Guutuu – leader of the United Liberation Forces of Oromia (ULFO)[Hon. Workneh Gebeyehu
Negewo]] – Commissioner of the Federal PoliceLij Yilmaa Dheeressaa Amantuu: Minister of Finance, Commerce & Industry and Foreign Affairs in Emperor Haile Selassie's cabinet; economist; historian; and, celebrated wit. Author of Ye Ityopia Tarik be Asrasideste Naw Kifle Zemen.Ibsaa Eebbaa Fayisaa – One of the OLF founders, Organizer, Author
and EngineerGirmaa Gooroo Gonfaa – Qo'ataa fi BarsiisaaHaile Fida the founder of MEISON political party. Madda suuraa, MENGESHA RIKITU Maanguddoo Mangashaa Riqituu hanga ammaatti kitaaboota Afaan, aadaa, seenaa fi siyaasaa Oromoo barsiisaan kudha sadii Afaan Ingilizii fi Afaan Oromoon barreessanii maxxansisaniiru.Wallaga Lixaa
maagaala Boojjiitti bara 1950 A.L.A kan dhalatan Obbo Mangashaan barumsa isaanii sadarkaa tokkooffa Boojjiitti sadarkaa lammaffaa ammoo Finfinneetti xumurani. Geerarsoota, weedduu fi maammaksoota adda addaa walitti qabu kanan jalqabe baran kutaa 7ffaa baradhutti jedhu."Dabtarrikoo gariin barumsa, gariin ammoo geerarsafi weedduu ture"
jedhu.Madda suuraa, MENGESHA RIKITUIbsa waa'ee suuraa, "Dabtarrikoo gariin barumsa, gariin ammoo geerarsafi weedduu ture"Kitaaba isaanii kan jalqabaa 'Biiftuu Diiramaa' jedhu bara 1981tti kan maxxansiisan.Kitaabni kun weedduu, mammaaksa, geerarsaa of keessa kan qabate kitaaba aadaa yoo ta'u kan maxxaanfames qubee saabaatiin ture.
Yeroo sanatti kitaaba macaafa qulqulluufi farfaannaa adda addaan alatti barreeffamni afaan Oromoo qubee 'saabaan' barraa'ee hin jiru jedhu Obbo Mangashaan.'Kitaabni aadaa Oromoo jalqabaa qubee saabaan barra'ee kiyya, namni miti jedhu ana haa gaafatu," jedhu.Madda suuraa, MENGESHA RIKITUObbo Mangashaan yeroo sanatti kitaaba Afaan
Oromoon maxxansuun hedduu cima ture jedhu.Kitaabni isaan qopheessan kan fuula 400 qabu ta'us dhaabbati maxxansaa hojjetu jalqaba suuta jennee kutaa kutaan maxxansina akka isaaniin jedhan dubbatu.Sana booda yeroo qondaaltonni Ministeera Beeksisaa gulaalanitti akka hedduu rakkatan dubbatu."Baayyee na daddeebisanii, waantota akka
maammaksotaa, kun mootummaa xuqa, kun maal jechuu keeti jechaa waan baayyee keessaa kutan," jedhu."Sababa kanaan waggaa tokkoof deddebi'ee nyaataafi dhugaatii itti bituun gabbarsuun booda dhumarratti maxxanfame" jedhu. Kitaabni kunis yeroo maxxanfamu gara fuula 100 kan dheeratu qofa ture jedhan.
Kitaaba kana Oromoon gariin jaallatee inni kaan immo kitaaba Oromoo sodaadhaan ni baqata ture jedhu.Daraggoonni weedduu, geerarsa fi maammaksa kitaaba isaan barreessan irra ture sagantaa raadiyoo Afaan Oromoo irratti dubbisaa akka turanis ni dubbatu."Oromoon tokko tokko kitaabichaa yoo jaalataniyyu hedduun garuu yeroo sanatti sodaa
waan qabaniif badaa hin gurguramne ture. Hiriyootikoolle na balfaniiru," jedhu Obbo Mangashaan.Waggaa tokko booda gara dhaabbata maxxansaatti deebi'anii kutaa lammaffaa 'Biiftuu Diiramaa' maxxansiisuuf yeroo gaafataniitti garuu akka didaman dubbatu. Madda suuraa, MENGESHA RIKITUIbsa waa'ee suuraa, Obbo Mangashaa yeroo Afaan
Oromoo barsiisanittiFaranjoota biyya adda adda irraa Oromoo tajaajiluuf gara Itiyoophaa dhufan Afaan fi aadaa Oromoo barsiisaan ture jedhu Obbo Mangashaan.Odeeffanoo addaa addaa, weeddulee kaaseettaan waraabaniifi barreeffamoota walitti qabaa turan karaa faranjoota lammi Siwiidinii fi biyyoota biroo beekaaniin dursanii biyyaa baasaa akka
turan dubbatu.Bara 1985 A.L.A erga barumsaaf gara Ingilizii imalani boodas namoota biyyoota addaa addaa irraa walitti dhufan magaalaa Oksifoord, dhaabata leenjii 'British Summer Institute' jedhamutti bara 1988 - 1991 A.L.A Afaanii fi aadaa Oromoo barsiisu itti fufanii. Kitaaba isaanii lammaffaa 'Oromo folk tales for a new generation..with
explanation' jedhu kan aadaa, mammaaksota fi jechamoota Oromoo Afaan Ingiliffaan hiikuun ibsuu Magaalaa Landanitti bara 1992 A.L.A'tti maxxansiisani. Eebbistoota moo dubbistoota ?Afaan Oromoo afaan hojii mootummaa federaalaafBara 1993 A.L.A'tti ammoo kitaaba afaan Oromoo fi Afaan Ingiliziin bareeffamee kan biyyaa alaatti Afaan Oromoo
barsiisuuf itti fayyadamaan 'Oromo Language Lesson, How to Read Oromoo and Use Its Grammar,' jedhu barreessuun baasaniiru.Waggooti 18 booda bara 1999tti kutaa lammaaffaa kitaaba 'Biiftuu Diiramaa' qubee Afaan Oromoon barreessanii maxxansuun milkaa'aniiru. Madda suuraa, MENGESHA RIKITUAfaan Oromoo yeroo jalqabaaf namoota
baratuu barbaadaniif kan qophaa'ee kitaaba 'Afaan Oromoo Kaasetaa Wajjin' jedhu bara 2003tti maxxansaniiru.Sagalee kaaseettaa qophaa'erraa dhageeffachaa kitaaba waliin hordofuun ofiin of barsiisu akka dandeessutti kitaaba gargaarudha. Kitaaboootafi kaaseettota 5000 ta'anis dhaboota tola ooltummaatti erguun bilisaan uummata Oromoo warra
mana barumsaa dhaqani qubee barachuuf carraa hin argannee fi manneen barnoota tokko tokko keessatti akka raabsamu taasisaniiru."Kan mala kanaan Afaan Oromoo barsiisan isa dura hin turre," jedhu.Bara 2000 A.L.A'tti kitaabaa suuraa waliin mata duree 'Na agartaa maaf dabarta? Haasaa Maanguddoo' jedhamus maxxansaniiru.Madda suuraa,
MENGESHA RIKITUKitaabni "Burqituu" jedhuu CD waliin bara 2009 A.L.A ba'e, kitaaba isa biraa Obbo Mangashaan barreessanii maxxansiisani. Weedduuwwan aadaa fi geerarsi kitaabicha irraatti barreeffaman CD kana irratti sagaleen waraabamani waliin maxxanfamanii. "Gurgurames gurgurumuu baates wantin walitti qabe hojiirra haa ooluu, yoon
dogoggores booda dhaalotni haaraa ana haa qajeelchu jedheen maxxanse," jedhu."Yaliin koo Oromoon hundi akka qubee baratu ture," jedhu Obbo Mangashaan.Kitaabni Burqituu isa dhuma kana ba'e ta'uus "yoo waqayyoo jedhe hanga lubbun koo jirutti barreessuu hin dhiisu" jedhu.Kitaaba hawwataafi dandeettii Afaan barachuu daa'immanii Obbo
Mangashaa kitaabolee aadaa, duudhaa fi seenaa Oromoo irratti Afaan Ingiliziin 5, Afaan Oromoon 5 fi kan afaan lamaan walitti qabate ammoo 3, walumaagalatti kitaabota 13 barreessanii maxxansaniiru.Wayita ammaa biyya Ingilaand magaalaa Landan keessa kan jiraatan Obboo Mangashaan bareessitoota dhaloota ammaaf dhaamsa qaba jedhu."Yoo
dhugumaa Oromoodhaaf barreessuu ta'e, yoo aadaa guddisuuf ta'e, kitaaba tokko maxxansanii yoo gurguramuu dide akka of duuba hin deebine" jedhu.

You might also like